Jechoota jaalalaa fi kaka'umsa
Open in Telegram
@Chaanaali kana keessatti jechoota jaalala fi akkasumaas jechoota kaka'umsaa ni argaattuu. Akkasumaas jechoota jaalalaa fi akkasumaas jechoota kaka'umsaa bifa suuraatiin argachuu yoo barbaadan liinkii armaan gadii kana tuquun nu qunnamaa 👇 @ramme63
Show more4 718
Subscribers
+2324 hours
+1567 days
+47430 days
Posts Archive
Repost from @Mu Az Mahamed official
❤@MuAz_Mahamed
share and join godhu hin dagatina haya nucinaa dhabbadha nu jajjabeesse dogongora yoo qàbaannees nuuf sirreessa
@MuAz_Mahamed👆👆👆👆hin hirranfatin haya
#Motivational_Quotes_Mu Az
♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Repost from jechoota jaalala fi buharti jireenya
Abdii "guyyaa tokko na jaalachuu hin oolan" jachuutiin umrii kee hin fixin,!
💔> <😡
Bakka itti jaalatamuu dhabuu kee
mirkaneeffattetti daddeebi'u jaalala siif rifannaa yoo tahe malee jaalala keessa isaaniitii burqe siif hin argamsiisu.!
@gaarumansumafi
@gaarumansumafi
Repost from Sammuu kee bani
彡• Dura na dhungatteef dhirsa naa hin taatu jette intalli
彡• Hamma namaa hin Geessuu cabsa namaa hin teessu
📚 @gaarumansumafi
Repost from jechoota jaalala fi buharti jireenya
Gorsa ❤️
Namoonni yeroo baayyee waa'ee namoota biroo hamaa dubbatan yeroo ati hin jirrettis waa'ee kee hamaa ni dubbatu. Kanaafuu Waan isaan beekuu qaban caalaa itti hin himin.
@gaarumansumafi 💡
Namoonni tokko tokko...
Yaadaaf @Keetiis_bot tuqaa
@ramme63 @ramme63 join godhaa
React comments godhaa guys
Guys Namoonni Group bara
2022
2021
2020
2019
2018
Namni qabdan
Gatii bareedaan isinirra binna waan ta'ef asiin na qunnamaa
@Rammejr
Namooni group qabdan garu telegram keysa isin jala bade barbaaduufis malli jiraa na qunnama.
Repost from @Mu Az Mahamed official
Baba kanko gaari
Yaa Kaniin jaaladhu
Mom qofa miti
Atiis si dagadhu
Akkamitti tahaa
Ati irraanfatamuu
Mee Wahee keeti
Maal ja'e ha himu
Na guddisuuf jacha
Gaara meeqa baatee
Osoon lubbuun jiruu
Hin rakkattu jattee
Abbaa koo atii bar
Dhadhahannaan onne
Wahe kankee himu
Numaan hin hifanne
Ni yaadattaa baabaa
Gafan ani xiqqa
Wa hunda naaf biti
Ja'eetin Sin cinqa
Atiis Na guddisuu
Sa yoom waa hifatta
Baabaa anaaf jacha
Fuul-nama dhaabbatta
Waan ati naaf taate
Xiqqo si yaadachiisu
Ati Ifii dhabdee
Ana gammachiisu
Tana kaayyoon kee
Tanaaf si jaaladhe
Waan ati naaf taate
Sa yoomin si dagadhe
Wahe khe himuuf
Eysarraan eegalaa
Atii bar yaa baabaa
Barsiisa jaalala
Tanaafin siin ja'a
Enyuutu si caala
Silahin dandahe
Hogguu atin laala
Umrii naaf dheeradhu
Fayyaa guutuu wajji
Sin arkin yaa baabaa
Tan hamtuudhaa ijji
@MUAZMOHAMED ✍️
Repost from Jechoota Dinqisiiso
JECHOOTA_DINQISIISOO
share and join godhu hin dagatina haya nucinaa dhabbadha nu jajjabeesse dogongora yoo qàbaannees nuuf sirreessa
@JECHOOTA_DINQISIISOO 👆👆👆👆hin hirranfatin hayye
#JECHOOTA DINQISIISO
Yooniif eida fi guyyaan jumma walirra dhufe akkami waan ja'u dubbisi mana Mari dhimma islaam ethiopia
Repost from jechoota jaalala fi buharti jireenya
Jijjiiramaaf onnee horadhu!
Akka jijjiiramtu amani gargaarsa Rabbiitin.
Namoota garii wahee jijjiirama kana yoo itti kaaftu maaliga wanti ati odeeysa ooltu siin jachuu dandaha tahuus garu ati bakka bara kute jirtu barana namni itti si arkuu hin qabu.
#Hubadhu : Namaaf osoo hin ta'in jijjiiramni kun siifi garuu jijjiiramuu kee namni arkuun gam tokkoon nama kakaumsa dhabeef kakaumsa tahuu dandeeysa.
Xiyyeey fannaan kee of jijjiiru irratti haa ta'u yoos dubbii namaatti hin aartu.
#Yeroo jijjiiramaaf onnee kee qopheeysi siin ja'u kana kan dura qopheeysu ana akka ta'e hubadhu.
Jijjiirama ati guyyaa keessaa barbaaduf lafaa kaate kana keeysatti waahedduun si mudachuu dandaha fkn wanti ati itti kaate san akka ati yaaddu san faa tahuu dhabuu mala rakkoon garaagara si mudachuu dandaya ati kana hunda keessa dabartee guyyaa tokko tulluu guddaa ormii morma isaani cabsee olii ilaalu irratti bahuuf teeysa kun hundi garuu ifaaje mataa isaa qaba.
Ergaan itti fufa.....
@gaarumansumafi @gaarumansumafi
#Share
🎙 Breaking news
___
Group telegram durii kan itti hin fayyadamne nan bita
✅Bara 2019 kan baname
✅Bara 2020 kan baname
✅Bara 2021 kan baname
✅Bara 2022 kan baname
✅ 2023 ji'a jalqabaa 9 keessa kan baname
Lakkoofsi miseensotaa 1 yoo ta'ellee rakkoon hin jiru
🔻 Gatii guddaa siif bita waan ta'eef baay'inni miseensotaa dhimma hin qabu, wanti guddaan bara itti banamedha.💯
Kaffaltii filannoo adda addaatiin
✅baankii,
✅Telebirr,
akka mijannaa keessaniitti fudhachuu ni dandeessu
🕌🕋Hubachisa owner dura dabarsudhan
✉️ INBOX YOO QABATTE
Irratti na dubbisaa
👉 @Rammejr
Repost from Oro Inspire
🎙 Breaking news
___
Group telegram durii kan itti hin fayyadamne nan bita
✅Bara 2019 kan baname
✅Bara 2020 kan baname
✅Bara 2021 kan baname
✅Bara 2022 kan baname
✅ 2023 ji'a jalqabaa 9 keessa kan baname
Lakkoofsi miseensotaa 1 yoo ta'ellee rakkoon hin jiru
🔻 Gatii guddaa siif bita waan ta'eef baay'inni miseensotaa dhimma hin qabu, wanti guddaan bara itti banamedha.💯
Kaffaltii filannoo adda addaatiin
✅baankii,
✅Telebirr,
akka mijannaa keessaniitti fudhachuu ni dandeessu
🕌🕋Hubachisa owner dura dabarsudhan
✉️ INBOX YOO QABATTE
Irratti na dubbisaa
👉 @@Heran_Qaalii
Repost from @Mu Az Mahamed official
❤@MuAz_Mahamed
share and join godhu hin dagatina haya nucinaa dhabbadha nu jajjabeesse dogongora yoo qàbaannees nuuf sirreessa
@MuAz_Mahamed👆👆👆👆hin hirranfatin haya
#Motivational_Quotes_Mu Az
♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Repost from jechoota jaalala fi buharti jireenya
Carra Qabessa Namaa
Jechun Nama Jannata
Kessatti Olla Nabii(ﷺ)
Taheedha❣️
@gaarumansumafi
