Jechoota jaalalaa fi kaka'umsa
Open in Telegram
@Chaanaali kana keessatti jechoota jaalala fi akkasumaas jechoota kaka'umsaa ni argaattuu. Akkasumaas jechoota jaalalaa fi akkasumaas jechoota kaka'umsaa bifa suuraatiin argachuu yoo barbaadan liinkii armaan gadii kana tuquun nu qunnamaa 👇 @ramme63
Show more4 718
Subscribers
+2324 hours
+1567 days
+47430 days
Posts Archive
Repost from @Mu Az Mahamed official
❤@MuAz_Mahamed
share and join godhu hin dagatina haya nucinaa dhabbadha nu jajjabeesse dogongora yoo qàbaannees nuuf sirreessa
@MuAz_Mahamed👆👆👆👆hin hirranfatin haya
#Motivational_Quotes_Mu Az
♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ

Repost from jechoota jaalala fi buharti jireenya
Kamtu arkaana iimaanaati?
1 Salaata shanan salaatuu
2 Ramadaana soommanuu
3 Nabiyyoota dhugoomsuu
4 hunduu arkaana iimaanaati
Repost from jechoota jaalala fi buharti jireenya
Jireenyi ilma namaa guyyaa guyyaatti ni jijjirama. Yookaa badii irraa gara gaaritti yookiin immoo gaarii irraa gara baditti jijjirama. Jireenyi ilma namaa guutu wal fakkaata miti. Garin hiyyeessa, gariin dureessa, gariin gammadaa, gariin aarii fi gaddaan kan haguugameedha. Jireenya keenya guyyaa guyyaan yoo hin haaromsiin yookaa moofe nu jibbisisa yookiin immoo gara baditti ceena.
Jireenya keenya haaromsuuf bu’aa bayi baay’ee keessa darbuu qabna. Bu’aa bayi kana keessaa bahuuf obsaa fi gamnummaan tarkaanfachuu qabna. Yoo obsaa fi gamnummaan hin tarkaanfatin goodda irraa sululatti mucucaanne hafna. Yommuu jireenya keenya ni haaromsa jenne kaanu gufuwwan baay’ee fuundura keenyatti akka gaaratti ol tuulamanii argina. Tuulama gufuwwan kana sodaanne yeroo baay’ee jireenya keenya haaromsuu hin barbaannu. Wanta hojjachuu qabnu tarreessun dura gufuwwanii fi sababa hin barbaachisne tarreessina. “Kana hojjachuu na fedha garuu baay’ee ulfaatadha, yeroo hin qabuu,….” Jechuun jireenya keenya haaromsuu irraa mataa keenyan gufuu ofitti taana.
Jireenya keenya haaromsuuf tarkaanfiwwan hordofuu qabnu ni jiru. Isaanis...itti fufa “
@gaarumansumafi 🌹 @gaarumansumafi
Repost from jechoota jaalala fi buharti jireenya
Afaaniitu nama ja'a. Harkaatu nama barreeysa. Waan afaan je'ees haalli dhufu akka ja'ametti akka hin taane godha. Waan harki barreeysees haalli dhufu faallaadha godha. Saniifuu waan afaan je'ees, waan harki bareeysees amanuun...😉🙃
Gurri waan dhagaheef, ijji waan agarte qofaaf amanuuniis...😉🫠 #Dhayi_Jalaa!
Suutuma ja'i yaa namana😊😇
JUMMAA MUBAARAK🫡🥰
@gaarumansumafi
@gaarumansumafi
Repost from jechoota jaalala fi buharti jireenya
Miirrii ati nama tokkoof qabduus tahee miirrii namni biraa tokko siif qabu "expired date" isaa yoom akka tahe hin beekkamu !
Jaalalli jibbatti, jibbi immoo jaalalatti jijjiiramuu mala ! 🤷
Namni ni jijjiirama jattee hin yaanne yeroo jijjiirame "Surprise" hin tahin kuni uumama !
♡ > < 💔
@gaarumansumafi
@gaarumansumafi
Repost from jechoota jaalala fi buharti jireenya
Hiriyyaa waliin jirtu ka waa'ee jiruuf jireenya isaa sitti hin himne waa keetii itti hin odeessin.
Hiriyyaa si dhageeffachuu malee tan isaa sitti hin naqanne yoo dandahame hiriyyummaa isaa waliin qabdu adda kuti.
❤️ ¨·.¨:
·. 👌
:¨·.¨:
·. @gaarumansumafi
Repost from jechoota jaalala fi buharti jireenya
Yeroo joollee turretti haalaan daddfanee guddachuu feena turre!. GARUU... yeroo guddannetti yeroon joollummaa teenyaa sun yeroo caalatti nama gammachiisu turte!.💔🖇
@gaarumansumafi
@gaarumansumafi
Repost from jechoota jaalala fi buharti jireenya
Seenaa Jireenya kheetii hoggaa barreeffattu si malee namni biraa Akka qalama si harkaa hin fuune of eeggadhu!.🖤🥀
#Share
@gaarumansumafi
Repost from jechoota jaalala fi buharti jireenya
Obsa jachuun Osoo qalbiin tee miidhama guddaa kheessa jirtuu Deebisaan tee yeroo Callisuu taatuudha!.❤️🩹🥀
@gaarumansumafi
Repost from jechoota jaalala fi buharti jireenya
Namni Gatii Kee Beeku Dhabu Mala It's
Ok Garu Atumati Gatii Kee Hin Wallalin
Male, Namni Si Bekku Batus Rabbii Waan
Ati Tate Si Bekku Qabda❤️
#share
@gaarumansumafi
@gaarumansumafi
Repost from jechoota jaalala fi buharti jireenya
Warqeen lbiddaan Qorama Dubarri wargeedhaan Qoramti Dhiirri Dubartiidhaan Oorama.
#Kanuma.....
@gaarumansumafi
Repost from jechoota jaalala fi buharti jireenya
💓 Yomuuyyuu naaf jiraadhu HARMEE TOO 💓
Harmeen takka mana Suphaa Mobile deemte
HARMEE:- Mobile koo na duraa balleefame hodhu naaf tolchi jette Namticha tolchutti kannite
Namtichi:- oliif gad qabee sakkata'ee erga ilaale booda Harmee bilbilli kee homaa hin taane ni hojjata jedheen Namtichi.
HARMEE:- Imimmaan Ija isheerraan dhab dhab godhaa Yoo Bilbilli koo rakkoo qabachuu baate Ijolleen koo maaliif naaf bilbiluu dhiisan? jette sagalee lafaadhaan.
Yoo Harmee kee lubbuun jiraatte Ati carraa qabeessa kanaaf kunuunsi, Nama meeqatu Harmee isa kunuunsuuf carraa dhabe, Yoo fagoo jiratte illee akka isheen itti si guddistee asiin si geessee yaadadhuti bira dhaqi, ija kee arguun isheef gammachuudha wan ta'eef.
Mee warrii Harmee jaalatu ❤️👍 #Share
@gaarumansumafi
Repost from jechoota jaalala fi buharti jireenya
Yeroo joollee turretti haalaan daddfanee guddachuu feena turre!. GARUU... yeroo guddannetti yeroon joollummaa teenyaa sun yeroo caalatti nama gammachiisu turte!.💔🖇
@gaarumansumafi
Repost from jechoota jaalala fi buharti jireenya
=> Qalbii obboleessa keetii
gammachiisuun caaltuu dalagaa
irraayi.(Rasuul SAW).
=>Beekaan namaa kan duniyarraa
gabaabatee kajeellaan isaa aakiraa
taheedha.(Ibnu Teymiyyaa).
@gaarumansumafi
Repost from jechoota jaalala fi buharti jireenya
Ati Haasawaa fi bareedina fuula laaltee jaalatte garuu rabbiin fokkina
qalbii isaanii arkkaf sirraa fageesse!.
#Allahamdulilla jedhii irranfadhu.🖤
@gaarumansumafi
Repost from jechoota jaalala fi buharti jireenya
Dhiphinni maalii?
**
Dhiphinni addan fageenya waan ta'uuf yaadnee fi taanee argamne gidduu jirudha
Hammuma addan fageenyi keenya Dabala deemu dhiphinnis Dabala deemaa.
Kanaaf garaagarummaa waan yaaddee fi taatee argamte gidduu jiru irratti hojjedhu
Join 👇👇
@gaarumansumafi
@gaarumansumafi
@gaarumansumafi