en
Feedback
Jechoota jaalalaa fi kaka'umsa

Jechoota jaalalaa fi kaka'umsa

Open in Telegram

@Chaanaali kana keessatti jechoota jaalala fi akkasumaas jechoota kaka'umsaa ni argaattuu. Akkasumaas jechoota jaalalaa fi akkasumaas jechoota kaka'umsaa bifa suuraatiin argachuu yoo barbaadan liinkii armaan gadii kana tuquun nu qunnamaa 👇 @ramme63

Show more
4 696
Subscribers
+1724 hours
+1567 days
+45030 days
Posts Archive
Guys Namoonni Group bara 2022 2021 2020 2019 2018 Namni qabdan Gatii bareedaan isinirra binna waan ta'ef asiin na qunnamaa @Rammejr Namooni group qabdan garu telegram keysa isin jala bade barbaaduufis malli jiraa na qunnama.

❤@MuAz_Mahamed share and join godhu hin dagatina haya nucinaa dhabbadha nu jajjabeesse dogongora yoo qàbaannees nuuf sirreess
@MuAz_Mahamed share and join godhu hin dagatina haya nucinaa dhabbadha nu jajjabeesse dogongora yoo qàbaannees nuuf sirreessa @MuAz_Mahamed👆👆👆👆hin hirranfatin haya #Motivational_Quotes_Mu Az ♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲          ✉️    ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ     ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ

Qimamni Jiruu Nama Gaariidha Namni Gaariin Jiruu Sitti Mi’eessa🤍🌿 @gaarumansumafi

Yoomiyyuu Si dhiisee Hin Deemuu Gaafa Naan Jedhan Kaniin Amanu Yoo Jiraate Haadha Koo Qofaa.! 👩‍🍼 ❤️❤️‍🩹 #mother @gaarumansumafi

Riski Fudhattu Malee, Risqiin Hin Jirtu 🙅‍♂️ Bekkii Bilashitti @gaarumansumafi

Waa Hedduu Yaadi Malee Waan Yaade Hunda Hin Dubbatin @gaarumansumafi

Walakkaan Gammaachuu HAADHA.🥰 Walakkaan saniraa hafe DU'AI HAADHAATI!.❤️‍🩹🖇 Rabbiin haadha teenya ngyfii Gammachuun umrii nuuf haa dheereessu❤️ Warri irraa Aakhiramtees Jannata kheessatti isiniif haa gammachiisu!.❤️‍🩹 @gaarumansumafi

❤@MuAz_Mahamed share and join godhu hin dagatina haya nucinaa dhabbadha nu jajjabeesse dogongora yoo qàbaannees nuuf sirreess
@MuAz_Mahamed share and join godhu hin dagatina haya nucinaa dhabbadha nu jajjabeesse dogongora yoo qàbaannees nuuf sirreessa @MuAz_Mahamed👆👆👆👆hin hirranfatin haya #Motivational_Quotes_Mu Az ♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲          ✉️    ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ     ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ

"Hin milkaa'uuf" ja'anii warri sirraa haasawu turan hundi isaani gaafa ati milkooyte "baga gammadde" siin jachuuf ta'an!.🖤🖇 @gaarumansumafi

Guys wan kana naf afferama https://t.me/appgiftabot/gift?startapp=4362703897092840694 • WinBox — Unbox and Win! • I just hit the prize — come try your luck!

❤@MuAz_Mahamed share and join godhu hin dagatina haya nucinaa dhabbadha nu jajjabeesse dogongora yoo qàbaannees nuuf sirreess
@MuAz_Mahamed share and join godhu hin dagatina haya nucinaa dhabbadha nu jajjabeesse dogongora yoo qàbaannees nuuf sirreessa @MuAz_Mahamed👆👆👆👆hin hirranfatin haya #Motivational_Quotes_Mu Az ♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲          ✉️    ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ     ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ

Ilaahii khiyya....🥺 Haga taraan tiyya geessuttii akkaan eeggadhuuf OBSA jabaa si biraa tahe san naaf khanni!.❤️‍🩹 @gaarumansumafi

❤@MuAz_Mahamed share and join godhu hin dagatina haya nucinaa dhabbadha nu jajjabeesse dogongora yoo qàbaannees nuuf sirreess
@MuAz_Mahamed share and join godhu hin dagatina haya nucinaa dhabbadha nu jajjabeesse dogongora yoo qàbaannees nuuf sirreessa @MuAz_Mahamed👆👆👆👆hin hirranfatin haya #Motivational_Quotes_Mu Az ♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲          ✉️    ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ     ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ

Waanin barreessuuf malee akka Ati Itti hubattuuf itti gaafatamummaa hin furadhu!. @gaarumansumafi

❤@MuAz_Mahamed share and join godhu hin dagatina haya nucinaa dhabbadha nu jajjabeesse dogongora yoo qàbaannees nuuf sirreess
@MuAz_Mahamed share and join godhu hin dagatina haya nucinaa dhabbadha nu jajjabeesse dogongora yoo qàbaannees nuuf sirreessa @MuAz_Mahamed👆👆👆👆hin hirranfatin haya #Motivational_Quotes_Mu Az ♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲          ✉️    ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ     ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ

Sababa takka malee nu jaalatee Sababaan ka nu jibbine Kaaliqa tokkicha qofa!. #Share @gaarumansumafi

❤@MuAz_Mahamed share and join godhu hin dagatina haya nucinaa dhabbadha nu jajjabeesse dogongora yoo qàbaannees nuuf sirreess
@MuAz_Mahamed share and join godhu hin dagatina haya nucinaa dhabbadha nu jajjabeesse dogongora yoo qàbaannees nuuf sirreessa @MuAz_Mahamed👆👆👆👆hin hirranfatin haya #Motivational_Quotes_Mu Az ♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲          ✉️    ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ     ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ

Wanni Hundi Gaarii Nu Tahuuf Taa'a!. Arra Tahuu Baatees GUYYAA TOKKO!. ❤️‍🩹🖇 #INSHA_ALLAAH 😊 @gaarumansumafi

=> Barachuun beekuu hin ibsu. Beekuun garuu barachuu ibsa. => Yoo qophaa'aa taate guyyaan borii qabeenya ati qooddachuuf eeggattuuda. @gaarumansumafi