Dr Nafyad -Yadon Clinic
Open in Telegram
This is Official account of Dr Nafyad Getu - Yadon Clinic Beellama qabachuuf 0909102009 irratti bilbilaa
Show more9 771
Subscribers
No data24 hours
-107 days
-7530 days
Data loading in progress...
Similar Channels
Tags Cloud
No data
Any problems? Please refresh the page or contact our support manager.
Incoming and Outgoing Mentions
---
---
---
---
---
---
Attracting Subscribers
July '25
July '25
+5
in 0 channels
June '25
+52
in 0 channels
Get PRO
May '25
+109
in 0 channels
Get PRO
April '25
+105
in 0 channels
Get PRO
March '25
+135
in 0 channels
Get PRO
February '25
+67
in 0 channels
Get PRO
January '25
+72
in 0 channels
Get PRO
December '24
+627
in 0 channels
Get PRO
November '24
+105
in 0 channels
Get PRO
October '24
+171
in 0 channels
Get PRO
September '24
+65
in 0 channels
Get PRO
August '24
+657
in 0 channels
Get PRO
July '24
+178
in 0 channels
Get PRO
June '24
+233
in 0 channels
Get PRO
May '24
+323
in 0 channels
Get PRO
April '24
+299
in 0 channels
Get PRO
March '24
+179
in 0 channels
Get PRO
February '24
+100
in 0 channels
Get PRO
January '24
+122
in 0 channels
Get PRO
December '23
+160
in 0 channels
Get PRO
November '23
+164
in 0 channels
Get PRO
October '23
+164
in 1 channels
Get PRO
September '23
+132
in 0 channels
Get PRO
August '23
+55
in 0 channels
Get PRO
July '23
+60
in 0 channels
Get PRO
June '23
+41
in 0 channels
Get PRO
May '23
+36
in 0 channels
Get PRO
April '23
+34
in 0 channels
Get PRO
March '23
+32
in 0 channels
Get PRO
February '23
+39
in 0 channels
Get PRO
January '23
+79
in 0 channels
Get PRO
December '22
+44
in 0 channels
Get PRO
November '22
+62
in 0 channels
Get PRO
October '22
+64
in 0 channels
Get PRO
September '22
+47
in 0 channels
Get PRO
August '22
+57
in 0 channels
Get PRO
July '22
+61
in 0 channels
Get PRO
June '22
+34
in 0 channels
Get PRO
May '22
+32
in 0 channels
Get PRO
April '22
+54
in 0 channels
Get PRO
March '22
+68
in 0 channels
Get PRO
February '22
+26
in 0 channels
Get PRO
January '22
+25
in 0 channels
Get PRO
December '21
+23
in 0 channels
Get PRO
November '21
+31
in 0 channels
Get PRO
October '21
+85
in 0 channels
Get PRO
September '21
+136
in 0 channels
Get PRO
August '21
+139
in 0 channels
Get PRO
July '21
+231
in 0 channels
Get PRO
June '21
+433
in 0 channels
Get PRO
May '21
+1 555
in 0 channels
Get PRO
April '21
+445
in 0 channels
Get PRO
March '21
+416
in 0 channels
Get PRO
February '21
+390
in 0 channels
Get PRO
January '21
+1 808
in 0 channels
Get PRO
December '20
+6 190
in 0 channels
| Date | Subscriber Growth | Mentions | Channels | |
| 03 July | +2 | |||
| 02 July | +3 | |||
| 01 July | 0 |
Channel Posts
Nagaan isiniif ha tahu akkam jirtu
Kiliinikni Yaadon erga hojii eegalee Baatii 4 lakkoofsiseera!
Namoonni hedduun magaalaa finfinneef Kutaa Oromiyaa garaagaraa dhufanii yaalaa siβataaf gaarii argachaa jiru !
Qorannoof yaalii fayyaa hunda dabalatee Dabalataan yaalii armaan gadii kennuu eegalleerra
1. Rakkoo kahuu dhabuu qaama saalaa dhiiraa
2. Rakkoo dafanii Ispermii dhangalaasuu
3. Dhukkubbii yeroo wal qunnamtii saalaa
4. Dhibee wal qunnamtii saalaan daddarban
5. Rakkoo Jeeqamuu marsaa laguu fi kkf kennuu eegaluu keenya Yeroo isinii ibsinu gammachuu guddaan!
Teessoon keenya
Magaalaa Finfinnee, Hayat , Derartu Adebaby
Beellama qabattanii dhufuuf
0909102009 irratti bilbilaa !
| 2 | Killeen cidhaanii yeroo baayβee hammaan wal qixa tahuu baatus haala adda taheen cidhaanni keessan yoo dhiitahe dabalataan mallattoo akkasii ofirratti yoo argitan mana yaalaa dhufuu hin dagatinaa
1. Dhukkubbii cimaa cidhaani
2. Diimachuu naannoo cidhaanii
3. Dhangalaβaan addaa karaa qaama saala bahuu
4. Fincaan fincaaβuu dadhabuu
5. Dhukkubbii naannoo mudhii ykn handhuura gadii
6. Fincaan yeroo fincooftan gubuu ykn dafee dafee isin fincaansisuu.
Namoonni qaamaan dhuftanii yaalamuus tahe nu waliin mariβachuu feetan
Teessoon keenya :- Yadon Clinic , Finfinnee , Hayat , Derartu Adebabay
0909102009 irratti bilbilataniif beellama qabattanii dhufuu dandeessu !
Fayyaa hin dhabinaa
Dr Nafyad Getu | 2 928 |
| 3 | Bakka hojii
Yadon clinic
Hayat , Derartu Adebaby
Beellama qabachuuf
0909102009 | 4 090 |
| 4 | Beeksisa Hojii
Dhaabbanni keenya Yadon Healthcare ogummaa Fayyaa Medical Laboratory dabalataan dorgomsiisee qacaruu barbaada !
1. Medical Lab Technologist ( BSC)
Muuxannoo hojii = waggaa 0 fi isaa oli
2. Lab Technician (Diploma)
Muuxannoo hojii = waggaa 2 fi isaa oli
Bakka hojii ;- Finfinnee, Hayat , Derartu Adebabay .
CV keessan email :- info@yadonhealhcare.et β irratti nuuf ergaa ! | 3 179 |
| 5 | Dhaggeeffadhaa , muudannoof muuxannoo Amman beekurraa isiniif qoodeera
https://youtu.be/rExkgYTKVuQ?si=mIVcYdj3ukqdVLNq | 4 293 |
| 6 | Namoota na gaafachaa turtaniif | 5 157 |
| 7 | Akkam jirtu ?
Ayyuun Online shopping hojjechaa jirti . Link kanaan telegram channel Ishee join gochuun ajajachaa
https://t.me/ayufashion55 | 5 695 |
| 8 | Namoonni hedduun bakka argama Kiliinika kankee eessa jettanii na gaafachaa jirtu !
Teessoon: Finfinnee, Hayat , Derartu Adebabay
Lakk . 0909102009 | 5 337 |
| 9 | "Furmaata Singiggoo/gubaatii laphee fi qara laphee(Gastroesophagial reflux disorder/GERD)
Rakkoon kun kan dhufu rakkoo laafachuu huutuu garaachaarraan kan ka'e Asiidiin garaachaa haayidirookiloorik asiidii jedhamu gara ujummoo nyaataa laphee keenya keessa jirutti(Esophagus)ol darbuurraan kan ka'e rakkoo dhufudha. Kanaaf namoonni baay'een miira gubaatii qara laphee jalaa fi laphee gara bitaaf saaxilamu. Mallattoo kan biraan kanneen akka nama haqqisiisuuf lollociisiisuu danda'a. Namoonni baayβeen rakkoo kana Onnee nu dhukkuba jedhanii himatu.
Mee namoonni rakkoo kana qabdan maal gochuu qabdu/hin qabdan?
1.Yeroo raftan boraatii fayyadamaa
2.nyaata hedduminaan hin nyaatinaa
3.yeroo hirribaa sahaa 2-3 dursaa irbaata nyaadhaa
4.yeroo raftan kallattii bitaan rafaa
5.shunkurtaa diimaa dheedhii soorachuu dhiisaa
6.alkoolii dhuguu dhiisaa/hiri'isaa
7.Buna baay'inaan dhuguu dhiisaa
8.sigaaraa aarsuu dhiisaa
9.nyaata zayitii itti baay'ate/qimamii/urgeessituun itti baay'ate soorachuu dhiisuu
10.ulfaatina qaamaa hir'isuu
11.cuunfaa birtukaanaa fi loomii baay'inaan fayyadamuu dhiisuu
12.chokkolaataa baay'inaan soorachuu dhiisuu
13.dhiphina/aarii hir'isuu
14.nyaata xixxiqqeessa nyaadhaa
Akkasumas qorichi madda asiidii kanaa hir'isu waan jiruuf fayyadamuunis gaariidha.
Namoonni qaamaan dhuftanii yaalamuuf nu marisiisuu barbaaddan
Teessoon : Finfinnee , Hayat , Derartu adebabay
Lakk. 0909102009
Fayyaa hin dhabinaa
Dr Nafyad Getu. | 5 054 |
| 10 | Voice message | 6 274 |
| 11 | Rifeensa keessaniif of eeggannoo akkamii gootu?
Dubbisaa
https://drnafyad.com/rifeensa-keenya-wantoota-miidhaniif-balleessan/ | 13 205 |
| 12 | https://etrade.gov.et/Certificates/2023/12/d50f47be-4a6b-412f-9632-c246325622fa.pdf | 429 |
| 13 | 2ffaarra jirra
Na Filadhaa
https://strawpoll.com/2ayLk7GeqZ4 | 2 622 |
| 14 | Na filadhaa
https://strawpoll.com/2ayLk7GeqZ4/results | 1 966 |
| 15 | Hello akkam jirtu?
Filannoo inni duraa waan jijjiirameef gama fayyaan yoo hojii kiyya jaalattan na Filadhaa !
ππ½ππ½ππ½
https://strawpoll.com/2ayLk7GeqZ4 | 2 453 |
| 16 | Na Filadhaa !
Dorgommii tiktok creative award qopheesse gama fayyaan dorgomaan jira . Liinkii kanaa gadiin seenaa na Filadhaa
https://tiktokcreativeawards.com/vote-best-health-and-medical-content/ | 3 139 |
| 17 | Rakkoo guddaa abbaa manaaf haadha manaa hiikaa jiru ππ½ππ½ dubbisaa
https://drnafyad.com/fedhii-wal-qunnamtii-saalaa-dhabuu/ | 2 226 |
| 18 | No text... | 1 |
| 19 | Dhibeen Vaayirasii Tiruu HIV caalaa daddarba
https://drnafyad.com/dhibeen-vaayirasii-tiruu-namoota-hedduu-miidhaa-jira/ | 2 522 |
| 20 | Dorgommii Ministeerri fayyaa qopheesseen namoota gama Tiktok go YouTube barumsa fayyaa Kennan badhaasuuf dorgoman irratti hirmaadheera . Yoo hojii kiyya jaalattan bot armaan gadiin seenaa na filadhaa!
https://t.me/givevotebot | 1 970 |
