cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

Islamic pic & Qouets™

Odeefanno dabalataf: @yaa_adnani yadaaf: @Islamic_pic_bot

Show more
The country is not specifiedThe language is not specifiedThe category is not specified
Advertising posts
859
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

-Goofataa fi Buhaartii halaal arkuuf👇 @Riyaduljanna khoottu -Odeeffannoo Islaamaa saffisaan arkachuuf 👇 @Riyaduljanna hordofi -Oduu dinqisiisoo fi dhaamsa babbareedaaf 👇 @Riyaduljanna filadhu -Da'awaa haala yeroo arkachuuf 👇 @Riyaduljanna seeni -Walaloo fi seenaale mimmiooytuu dhagahuuf 👇 @Riyaduljanna bani -Waan hundaafu ammuma join godhii miseensa Media @Riyaduljanna tahi.
Show all...
Photo unavailableShow in Telegram
Allaahu Akbar Oduu Gammachiisa Hooggantoota Majlisa Fedraalaa tahanii warra muudaman #Sheek_Hajjii_Ib raahim_Tufaa pirizdaantii Majlisa fedraalaa. #Abdalkariim_Sheek_Badraddiin itti aanaa pirizdaantii Majlisa fedraalaa Alhamdulillaahi isaaniis warra tokkummaa muslimaa irratti hojjatu rabbiin isaan haa taasisu. Odeeffanno islaama saffisan arkachuf @Riyaduljanna join godhi.
Show all...
Oduu namni hundi dhagahuu qabu atiis ammuma dhagahi. . . . . . . Odeeyfanno Islaama saffisaan arkachuuf @Riyaduljanna dadhabbii tokko male buhaaraa barachuf @Riyaduljanna sagantaale itti gammaddu dhagahuuf @Riyaduljanna waan hundaafu filannoon kiyyaa fi kee @Riyaduljanna tahu isaa mirkaneeysuuf ammuma join godhi laali.
Show all...
WAAN HIN FAKKAANNE GARUU DHUGAADHA. 1-Shimbirroon hin fincaantu. 2-Goondɑɑn hin rɑfu,sombɑas hin qɑbu hojjetɑɑn wɑggɑɑ 7 Giiftiin Goondɑɑ wɑggɑɑɑ 15 jirɑɑtu. 3-Shɑɑrki ɑbɑdan hin dhukkubsɑtu. 4-Fɑrdi dhɑɑbbɑtee mɑlee ciisee hin rɑfu. 5-Kɑnniisni gɑrɑɑ lɑmɑ qɑbdi kɑn Dɑmmɑɑ fi kɑn nyɑɑtɑɑ. 6-Shɑɑrki ɑdii guddɑɑn osoo hin nyɑɑtiin ji’ootɑ 3f turɑ. 7-Goondɑɑn ɑddunyɑɑ kɑnɑrrɑɑ hundi nɑmɑ ɑddunyɑɑ kɑnɑ hundɑɑf osoo hirɑmee Goondɑɑ miliyoonɑ 1 nɑmɑ tokko dhɑqqɑbɑ. 8-Hɑrreen yeroo takkatti Miillɑ isii ɑfrɑn ɑrkuu dɑndeessi. Atiis #Media @Riyaduljanna yoo hordofte bashannanaa baratta.
Show all...
Goofata kana share godhi. Gaaf tokko maraataan tokko ibidda 🔥 qabatee mana citaa tokko cinaa daddeemu jira. Ummanni laalaniiti osoo inni humaa hin balleessin maraataan kun manuma kana gubuu baatu ja'an. Hogga kana maaraataan kuniis waan isaan ja'an dhagahee anumaahu yaadachiiftan ja'ee ibidda saniin mana citaa san gube.😃😃 Adeeroo anaa fi atiis yaada namaa osoo hin beyne hamtuu inni quba hin qabne yaadachiisuurraa if eegu qabna. Buhaartiif #Media @Riyaduljanna
Show all...
Heddummina nama bakka takkatti iida salaatuun; makkaa fi madiinatti aanee Finfinneen akka addunyaatti 3ffaa tahuun galmoytee jirti Allaahu Akbar. #Media @Riyaduljanna
Show all...
Photo unavailableShow in Telegram
Hiriira jummaa arraa godhame irratti namni du'ee jira. Media Riyaadul Jannaa Ramadana 28/1443 Guyyaa arraa Hiriirri nagayaa kan gocha gareen shoorarkeysitoota Fanno Gondar kessatti rawwatani balaaleyfatu bahamee jira. Hiriirri kun Magaaloota heddu kessatti kan godhame yoo tahu Magaalaa Dirre Dawa fi Shaashamannetti tarkaanfii qaama mootummaatin lubbun namaa badde jirti. @Riyaduljanna Diin keenyaaf Qabsaa'u qabna.
Show all...
Adeero Nuuhoo manzuma isaa kessattille miidhaa oromo dubbata hanga kana caqasaame 🦻 #Media @Riyaduljanna
Show all...
Oduu simbirtuu Sagantaan guddoon magaalaa Harar galma Calanqootti gaggeyfamuuf ture maalif dhoorkame? Konkolaataan Sh Amiin Ibro maalif hidhame? Ballina isaa eeggadha. #Media @Riyaduljanna -Manni murtii gurraacha Alii Sufiyan maalif qeeqa? Odeyfannon biraatis jira.
Show all...
KFO,ABIYYI FI IZEMA maal irratti haasawaa jiran? #Media @Riyaduljanna join godhun dubbisi. Arra Dhimma Xoophiyaa haasawu eegalle. Sababni isaas Haaji fi Ustaaz Hamza sababeyfanne.
Show all...