cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking ยซAccept allยป, you agree to the use of cookies.

avatar

Media Riyaadul Jannaa (MRJ)

๐ŸŽค Oduu Dinqisiiso ๐ŸŽค Diraamaa ๐ŸŽค Goofata ๐ŸŽคAsoosama ๐ŸŽค Dhaamsa gabaabaa ๐ŸŽคFuul-bana ๐ŸŽค Seenaale fi ๐ŸŽค Buhaartii heddu argattu Median Riyaadul Jannaa Hawaasaaf Bashanana Yaadaa nuuf kannuf @Humaa_bot irratti nuuf ergaa.

Show more
The country is not specifiedThe language is not specifiedThe category is not specified
Advertising posts
1 066
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Photo unavailableShow in Telegram
Balaa Konkolaataa Sambata kalee waxabajjii 04/2022 Godina Harargee Bahaa Aanaa Qarsaa Magaalaa Qarsaatti Balaa Konkolaataa mudateen Lubbuun Namoota 14 Ol Dabartee Jirti. Maatii fi Firoottan Isaaniitiif Jajjabina Hawwina Namoota Lubbuun Isaanii Dabarte Rabbiin Jannataan Haaqananiisu. #Media @Riyaduljanna
Show all...
01:12
Video unavailableShow in Telegram
Banii laali
Show all...
VID_20220604_235851.mp47.27 MB
Oduu Dinqisiisaa Biyya Iraq ๐Ÿ‡ฎ๐Ÿ‡ถ kessatti magaalaan Waggaa kuma sadi fi dhibba afur (3400) bishaaniin dhoyfamtee turte dhiho tana mullachuun isii dhagayame. Ballina oduu qabannee deebina. #Media @Riyaduljanna
Show all...
Gatiin hajjii baranaa kuma dhibbaa fi saddetam kan ture gama kuma dhibba lamaa fi afurtami ol guddachu dhageenye. Sah ammalle... Oso zakkaa hin khannin oso hoongeen miskiina dhukkee irraa khaasu jirtu eysa deemtan?
Show all...
Photo unavailableShow in Telegram
Guyyaa arraa salaata jummaa booda guutuu oromiyaa keysatti hiriirri deeggarsa majliisa fedaraalaa bahe jira. Hiriira kana irratti Aayyoo adaree tana dabalatee muslimni hedduun hirmaatani jiran. Warra maqaa biraatiin if yaamu male muslimni hiriira kana bahee jira. #Media @Riyaduljanna
Show all...
Untitled 3 720x480 0.53Mbps 2021-06-17 08-38-56.mp33.52 MB
Hiriira Deeggarsa Hooggansa haaraya Majliisa federaalaa. Magaalotaafi Godinaalee Oromiyaa guutuu keessatti jimaataa boruu hiriira deeggarsa jijjiiramaa kan majlisa haarayaa Istaadiyoomii magaalota irratti geggeeyfama. Bakka Istaadiyoomni hin mijjoynetti abaadaa masjiidaatti godhama. Mootummaa irraa hayyamni gaafatamee jira. #Media @Riyaduljanna
Show all...
Photo unavailableShow in Telegram
Photo tana yeroo agartan namni kun eenyu akka tahe hedduun keysan nibeeytan. Inshaa Allah seenaa Sheek Sudeeysi isiniif dhiheeysina eeggadha. #Media @Riyaduljanna
Show all...
Nama hin jajin๐Ÿ‘Œdubbisi ๐Ÿ‘‡ Dubbiiin harka Rabbi jirti adeero. Amrii akka fadhetti wal-jijjiira Rabbiin. Nama arra anaatu nama hunda caala jau boru namni hundi akka isa caalu godhee isa garsiisa. Wallahi waaniin arke qofan barreysa male waahe namaati miti. Goowwummaa fi wallaalummaa ykn dogongora namaa hin laalin. Yoo ati arra hanqina namaa laalte ajaaibde boru hanqinake yeroo laalan agarta. Yoo ati arra nama tokko jallina isaa laalte ajaaibde boru Rabbiin sijallise sigarsiisa. Namni kun duraan akkana hin turre bar. Nama cimaa tokko ture. Akkamitti akkana tahe? Yoo jatte baatii takka booda akkasuma ja'anii sihaasawan. "JAJUUN DUR NITURTII TAN AMMAA HARKARRATTI" akkuma ja'an sani. Atiis akkuma namaati amriinte harka Rabbi jirti. Ani iimaanni kiyya jabaa waan tahef ykn ani dogongora hundarra tiyfamu niin dandaya jatte hin yaadin. Rabbiin waan ati firraa hin eeyne fi akka ati hin feene sigodhaa. Waan hundaafu hamtuu namaa haasawu fi hanqina namaa laalu xiqqeysu qabna. Rabbi khaatimaa nuhaatolchu. #Media @Riyaduljanna
Show all...
Warri Arsii dubbadhaame. OBN oduu sa'aa afurii irratti Godina Arsii Aanoota garagaraa keysatti hordoftonni amantaa kiristaanaa ummata muslimaatif masjiida jaaraani. Akkasumatti ummanni muslimaatis warra saniif mana amanti kiristaana jaarani ja'a. Radio OBN oduu sa'aa 4:00 irrattin ganama kana dhagahe. Isin warri Arsii dubbadhaga. Dubbiin yoo dhugaa taate Arsenal amantii irratti tokkumma uumte jachudhaa? #Media @Riyaduljanna
Show all...