cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

Caltuu Kedir Mertu

Telegirama https://t.me/joinchat/UkoGp1xU1Q-3yQfc 🖕🖕 FACEBOOK👇👇 https://www.facebook.com/durtii.abrhim FACEBOOK https://www.facebook.com/durtii.abrhim

Show more
The country is not specifiedThe language is not specifiedThe category is not specified
Advertising posts
179
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Bakkuma jiranittii wal gurmeessuun gaheen ani qabsoo ummata kana kessattii qabu maali jedhanii of gaafachuun kallattii barbaachisun gumaacha taasisuu qabna. Jachamni namni tokkoo kophaa isaa maal godhuu danda'a jedhu ilaalcha dogoggooraa akka ta'ee gootonnii kaleef har'aa fakkeenya guddaadha. Forward to other Oromo saboontootaf
Show all...
Jira jirtu
Show all...
Repost from Daandii j/marroo
Waraanni Bilisummaa Oromoo Seenaa dalagu itti fufa. Buttaan Jaagamaa Badhaanee akkasiin warra booji'e of dura oofe deema! Channelin telegrama kun taamsaasa isaa bosona oromiyaa keessa godhatee odeeffannoo WBO irraa darbu ummata isaan gahuuf banamee yeroo xiqqoo keessatti hordooftoota hedduu horatee jira. Ammas share gochuun WBO bira haa dhaabannuu WBO haa jabeessinuu @daandii_marroo WBOn birmadummaa oromoof ❤️❤️❤️💚💚💚💚❤️❤️❤️ WBO jabeessuun bilisummaa goonfachuudha
Show all...
Repost from Obsaa Abdiisaa
Sa'aatii ammaa kana Yuunvarsiitii Finfinnee keessaatti Poolisoonni barattoota irratti dhukaasa bananiiru. Reebichas gaggeessaa jiru.
Show all...
Repost from Shukuredin Jemal
Odeessalee Ammee!! 1, Abiy Ahmed bulchinsa President Naannoo Somalee Mustafee irratti himannaa baneera. 2, Hidhattoonni Oromiyaa keessa sochoo'an Waraana Mootummaa Naannoo Oromiyaa too'anne jadhu. 3, Mootummaan RIB marsaa 4ffaa mooraa leenjii loltuu huursootti eebbiseen jira jadhe. 4, Dhaabbanni mirga dhala namaa gocha suukkanneessaa Poolisii Humna Addaa Amaaraa gaggeeffame balaalleffateera. 5, Erga Taiwan 🇹🇼 loltuu ishee bobbaafte booda China 🇨🇳 sochii waraana cimaa taasisaa jirti. Dubbiin jabaachaa jirti. 6, North Korea 🇰🇵 Misaa'ela dheeraa pilaastikii kan ardii irraa ardiitti haleellaa gaggeessu dhukaasuun ishee US 🇺🇸 Naasisuun US 🇺🇸 Qoqqoobbii haaraa North Korea 🇰🇵 irra kaa'uuf deemti. 7, Raashiyaan Ittisa Raashiyaa haleellaa Magaaloota Yuukureen irratti gaggeessuu akkuma itti fufeetti jira. 8, NATOn waraana Raashiyaa fi Yuukireen gidduutti deemaa jiru gidduu galuuf fadhii hin qabu. Akkasumaas USA 🇺🇸 Yuukireenii deeggarsa godhuuf waraana ishee erguuf fadhii hin qabdu.
Show all...
Repost from Shukuredin Jemal
Oduu Ammee! Magaalaa Jijjigaatti Hiriirri Mormii president Mootummaa Naannoo Somalee balaalleffatu gaggeeffamaa jira! Mormittoonni dhaadannoo mormii dhageesisuun mormii isaanii itti fufaa jiru!
Show all...
Repost from Shukuredin Jemal
Kan ati daraan miidhamtu nama dhugaan jaalattu yoo dhabde osoo hin taane nama dhugaan si jaalatuu yoo dhabdedha💔 @jaalala_dhuga Sol Dave
Show all...