cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking Β«Accept allΒ», you agree to the use of cookies.

avatar

Shukuredin Jemal

Shukuredin Jemal is an Ethiopian political analyst and Oromo Activist. One of the founders of the Great Oromia News, Shukuredin was a leading organizer of the 2020-2022... Oromo protests. Shukuredin was a Human Rights Activist, Democracy and peace.

Show more
Finland1 887The language is not specifiedPolitics12 968
Advertising posts
2 605
Subscribers
No data24 hours
+37 days
No data30 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Photo unavailableShow in Telegram
Photo unavailableShow in Telegram
Photo unavailableShow in Telegram
Yuuniversiitii Dambii Doollootti dhaloonni qubee Dirooniin haaraan hojjatte. Dirooniin kun hanga liitira 3 hanga shanii baa'atee balali'uu danda'a. Dhaloonni amma kun dhaloota bu'aa guddaa buusuu danda'u ta'uu ragaan kana caale hin jiru. Yuuniversiitii Dambii Doolloo fakkeenya kalaqaa ta'aa jirti. Oromiyaa biyya Diroonii oomishittu godhuu keessatti Diroonii amma kalaqame kun jajjabeessaadha. Gara fuulduraatti iddoon oomisha Diroonii Oromiyaa ni ta'a Dhaloonni qubee jabaadhaa!!
Show all...
Photo unavailableShow in Telegram
Oduu Ammee!! Dhagahaa wal dhageesisaa!! Shukuredin Jemal Dorgommii Jebana Electronics Qopheesse irratti hiramaachaa jira. Dorgommii kana #like #Share qofa godhuun akkaan injifadhu na taasisuu dandeessu. Kanaaf ergaan Rabbii gaditti isin abdadhee Dorgommii kana irratti hirmaadhe LinkπŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ https://www.facebook.com/share/p/rT2zqFFyMRUanwwX/?mibextid=oFDknk kana banuun Like Share naaf godhaa na moosisaa!!
Show all...

Photo unavailableShow in Telegram
Photo unavailableShow in Telegram
Oduu Ammee!! Itti Aanaa Pireezidaantii Iraan kan turan Mohammed Mokhber bakka Pireezidaantii balaa helekoptariin wareegame bu'uun hojii Pireezidaantummaa akka gaggeessaan beekkame. Amuma marii jalqaba gaggeessuun hojjiitti seenaniiru. Dabalataan guyyaa 50 keessatti filannoon pirezidantummaa akkataa seera mana murtii Iraaniin kan gaggeeffamu ta'uun beekkamee jira! Falasxiin fi pirezidantoonni biyyoota gara garaa gadda itti dhagahame ibsachaa jiru. Jajjabina ummata biyyattiif dhaamaa jiru!! Ummata biyyattii waliin dhaabbanna jadhan!!
Show all...