4 091
Subscribers
No data24 hours
-137 days
-5730 days
Posts Archive
4 091
Gameessota koo warra karaa saaqun kararraa na buusan.
Galati keessan Bilisummaa naf haa ta'u
Umurii Arrageessaa naf qabaadha.
4 091
~Birgeedii Tufaa Munaa akka gaariitti diina mataa keessa tumuun itti milkaaheera.
IUOf
4 091
PPn daa'imman fi shamarranitti fayyadamuun arsaa guddaa kanfalchisuutti akkuma itti fuftetti jirti.
Ijoollee ofii tiksuuf sirnaan guddisuun dirqama maatiti.
Kanaaf maatiin adaraa olmaa ijoolle keessani hordofaa.
Daa'imman akkasii hojii tikaaf bobbaasun gara jabina isa dhumaati.
4 091
"Gaafa Kuwaamee Nikurmaa ajjeesan nuti hin dhalanne, gaafa Toomaas Saankaaraa ajjeesan nuti ijoolleedha hin geenye, gaafa Muhammad Gaadaafii ajjeesan miseensa waraanaa waan turreef gocha sirrii nutti fakkaatee ture,hardha 2025tti garuu waa heddu beeknee jirra waan ta'eef nu goyyoomsuu hin danda'an.Baankii Addunyaa fi IMF; Awurooppaanonnis ta'e Amerikaanonni nu hin barbaachisani.Nuti Afrikaanonni liqii tokko malee waan ittiin diinagdee keenya guddifannu qabna.Maqaa liqiitiin garba faayinaasii isaanii taanee itti fufuu hin qabnu.Afriikaanonni sagalee tokkoon gowwomsaan keessan nu gaha jechuunii qabna"
Ibraahim Traa'ooree;Pirazidaantii Burkiinaafaasoo nama guyyaan fide!
✍️ Eenyu akka ta'e hin beeku😎
4 091
"Gaafa Kuwaamee Nikurmaa ajjeesan nuti hin dhalanne, gaafa Toomaas Saankaaraa ajjeesan nuti ijoolleedha hin geenye, gaafa Muhammad Gaadaafii ajjeesan miseensa waraanaa waan turreef gocha sirrii nutti fakkaatee ture,hardha 2025tti garuu waa heddu beeknee jirra waan ta'eef nu goyyoomsuu hin danda'an.Baankii Addunyaa fi IMF; Awurooppaanonnis ta'e Amerikaanonni nu hin barbaachisani.Nuti Afrikaanonni liqii tokko malee waan ittiin diinagdee keenya guddifannu qabna.Maqaa liqiitiin garba faayinaasii isaanii taanee itti fufuu hin qabnu.Afriikaanonni sagalee tokkoon gowwomsaan keessan nu gaha jechuunii qabna"
Ibraahim Traa'ooree;Pirazidaantii Burkiinaafaasoo nama guyyaan fide!
✍️ Eenyu akka ta'e hin beeku😎
4 091
"Akkaataan kaleessa itti barre dogoggora yoo ta'e, Akki kaleessa itti barre nuuf hin ta'u, Oromoof hin ta'u, yoo taate duutee ka'uu qabda, jechuun lubbuun osoo hin taane sammuu keessatti yaada fokkisaa sana of keessatti ajjeestee bifa haaraan of duuba deebitee yaaduu qabda!
Wal Baraa Hogganaan Koo Nama Akkasiiti Malee Kaadire Garaaf Hawaasa Darartu Miti
Koree Hojii Rawwachiiftu ABO-WBO Jaal Booree Lammii Umurii Arrageessaa Naf Jiraadhu
4 091
Injifannoo Aja'iibaa Muloo
Lola Muloo irratti koloneel kalifaan du'eera.
Koloneelli Kun miseensi waraanaa akka loluuf mallattoo lolaa irra deddeebin dabarsaa ture, miseensi waraanaa garuu Lola keessatti gatee baqachuun inni achumatti hafe.
Kana booda koloneel Kalifan biyyoo biyya keenya siphateera waraanaa hedduu waliin!
IUOf
4 091
~Bobbaa Duula Waraanaa Addaa Kumaatiin Gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo Zoonii Madda Albuudaa Bireena hiikuun hidhamtoota siyaasaa gadhiisise
ONM-ABO Ebla 22/2025
Abdii fi gaachanni uummata Oromoo WBO'n Zoonii Madda Albuudaa godina Boorana Bahaa Aanaa Gooroo Doolaa ganda Qaraaroo Daarimuutti guyyaa har'aa Ebla 22 mooraa waraana faashistii PP irratti tarkaanfii duula waraana Adda Kumaatiin fudhateen loltoota PP 25 ajjeesee 20 madeessuun mooraa keessaa ar'ee injifannoo boonsaa galmeessee jira.
Tarkaanfii boonsaa kanaanis meeshaalee
PKM 2
Isnaayipperii 1
AKM 10
Boombii hedduu,
Rasaasota PKM fi AKM hedduu, akkasuma Meeshaale akka Uffata waraana, qorichaa fi galaa diina irraa hiikkachuun hidhamtoota siyaasaa mooricha keessatti hidhamanii jiran namoota 40 hidhaa keessaa baaseera.
Injifannoon Uummata Oromoof!!!!
4 091
Repost from Faana Sinbiraa
+2
Eebila 19-2025 Lixa Shaggar Abuunaa Gindabarat irraa loltuun sirnichaa namni 4 fedhiin gara Waraana Bilisummaa Oromootti harka kennataniiru.
Gama meeshaan:
✍️Snapera 1
✍️AKM 4
✍️ Hidhannoo 4 guutuu
✍️Boombii 4
✍️Rasaasa AKM fi BKM moonaa qabsoo bilisummaa Oromoof galii ta'ee jira.
Injifannoon Uummata Oromoof!
4 091
~Garaa Jabummaa Tiksitootni motummaa abba irree dhala nama irratti raawwattu ilaali dhugaa dubbachuuf suura kana maxxansuu miti akkas godhan jetteee dubbachuufu dhala namaatti ni ulfaata garuu gocha Impayeerri abbaa irree Ethiopia gochaa jiru Dhaabbanni Mirga Namooma Addunyaan arguu qaba.
~Look at the cruelty of the shepherds of the dictatorship against humanity to tell the truth not Rights Organization
4 091
Dawwannaa WBO Godina Bunnoo Bedellee Aanaa Makkootti Taasise.
Duulli Adda Waraanaa Kumaa Cimee itti fufeera..
4 091
"Dhaamsaa fi gorsa Jaal Bilisummaa Guutaa kana bakka jirru maratti dhaggeeffannee Oromoon Biyya keessaa fi alaa hojjiitti hiikuu qabna!
4 091
Injifannoo Boonsaa Cobii
Duula Adda Waraanaa Kumaa
Booji'aama Hiriira Galchee Leencichi.
IUOf
4 091
Cuunfaa Tarkaanfii WBO Duula Adda Waraanaa Kumaa Har'a Ebla 15,2025 Eegale!
Lixa Wallaggaa
1. Aanaa Qilxuu Kaarraa ganda Guyyoo Lalisaa
2. Aanaa Qilxuu Kaarraa ganda Guyyoo Jirma
3. Aanaa Boojjii Birmajjii ganda biqiltuu diillaa,
4. Aanaa Laaloo Assaabii bulchiinsa magaalaa Dongoroo, ganda Garjoo Libaan bakka addaa Firaafiree fi ganda Arroojjii
5. Boojjii Birmajjii ganda Boobineetti
6. Gullisoo magaalaa Calliyaa Ekkaa
7. Godina Baha Wallaggaa
Horroo Guduruu Wallaggaa
1. Aanaa Baatuu
2. Sululaa Finca'aa bulchiinsa magaalaa 7ffaa
3. Jimmaa Raaree bulchiinsa magaalaa Shumboo
4. Aanaa Guduruu bulchiinsa magaalaa Baroo
4. Aanaa Baabboo Guduruu Qawoo
5. Aanaa Baabboo Guduruu ganda Qanaatee
Godina Qellam Wallaggaa
1. Aanaa Sayyoo ganda Miinkoo
7, Aanaa Anfilloo magaalaa Ashii
8. Aanaa Sadaan Canqaa
gandoota akka Miidhagaa Birbir, Mandara 8, Mandara 12 keessatti adabee jira.
Godina Buunnoo Beddellee Aanaa Makkoo ganda lammaffaa keessatti adabuun
AKM 2 hidhannoo waliin irraa hiikee
Godina Baha Shaggar aanaa Fantallee
ganda Hujufee keessatti
4 ajjeesee
7 madeessuun
2 harkan qabee jira.
Isnaayipara 1 fi meeshaalee biroo hiikeera.
Godina Lixa Shaggar
Aanaa Jibaat
ganda Gabayyii Reejjii fi Maaruu Jibaat
Aanaa Jalduu magaalaa Bonii ganda 01 keessatti milishoota 2 ajjeese
.
Godina Kibba Lixa Shaggar
aanaa Sadeen Sooddoo ganda Aggaa Ismaanii
Godina Baha Wallaggaa
1. Aanaa Leeqaa dullachaa ganda Hordaa Ambaltaa
2. Aanaa Waamaa Agaloo ganda Baataa Awaangiraa
3. Haroo Limmuu ganda Kusaayee
Reeffa konkolaataa 6n ofirra deebisee jira
Godina Walloo
aanaa Baatee fi Harxummaa Fursee
Godina Arsii Bahaa
Aanaa Asakoo ganda Diree Odaa iddoo addaa Gurraacha jedhamutti rasaasa PKM 456 fi qophiilee hedduu iraa hiikee
Tarkaanfii WBOn fudhatu jabaatee itti fufa❗
4 091
#መረጃ፦የፋሽስት ብልፅግና ቡድን ኦሮሞን የመከፋፈል ግብ አንግቦ ላለፉት ሰባት ዓመታት ቢሞክርም አልተሳካለትም አሁንም ይህንን በመግፋት "የኦሮሞ ነፃነት ሠራዊት በመሮ የተገደሉ" በሚል አምቦ ላይ ሐውልት ለመሥራት ዕቅድ ይዟል ተብሏል....መሠራቱ ሳይሆን ህዝባችን ዓላማው ለምን እንደሆነ አበጥሮ ያውቃል!
4 091
#መረጃ፦ ትላንት ማለትም በ15/04/25 ጀግናው የኦሮሞ ነፃነት ሠራዊት ምዕራብ ዞን በቡኖ በደሌ ዞን መኮ ወረዳ ላይ የፋሽስቱን ሠራዊት ከአፈር በመቀላቀልየኦሮሞ ጀግኖች ቀንን በድል አድምቆ ሲያከብር ውሏል....
4 091
Repost from 𝐅𝐢𝐧𝐟𝐢𝐧𝐧𝐞𝐞 𝐏𝐫𝐞𝐬𝐬
የኦሮሞ ህዝብን ጥያቄዎች ያስተጋቡ .. ከኦሮሞ ህዝብ የዘመናት የትግል ውጣውረድ ጋር የተሳሰሩ .. በመገፋት ጫና ያልወደቁ .. በተፅዕኖ ብዛት ያልተበገሩ .. ለጨቋኞቾ እጅ ያልሰጡ ...
በየትኛውም የትግል አማራጮች ወደኃላ ያላሉ .. የትግል ሚዛናቸው ለአፍታም ያልተዛነፈ .. የትውልድ ሀላፊነታቸውን የተወጡ .. በአንድነት የተሳሰሩ .. መስዕዋትነት ለመክፈል ያላመነቱ ... ውዱን ህይወታቸው የከፈሉ ..
ህዝብን ያደራጁ ያነቁ ፥ ለእኩልነት የታገሉ ያታገሉ .. የትውልድ አርማ ፥ የነፃነት ችቦ ፥ የትግል አክሊል ፥ የኦሮሞ ህዝብ የትግል ምልክት ተደርገው የተቆራኙ ... በታሪክ ሁሌም የሚዘከር የትግል ቅብብሎሽ መሰረት የጣሉ ናቸው ...
Ebla 15 GUYYA GOOTOTA OROMOO!❤💚❤️
.
.
.
.
.
.
