cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

Wal barsiisuun aadaa keenya

Waan beekanin wal gargaaruun Nuu fayyaada malee miidha hin qabu Ati saba keef hin bu'aa hin buustu taanan Hiika hin qabu

Show more
The country is not specifiedThe language is not specifiedThe category is not specified
Advertising posts
3 814
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Dubbisa daqiiqaa 4 qofaa. Yeroo tokko abbaan ilma isaa hiriyoota baay'ee qabuun "osoon lubbuun jiruu hiriyaa dhugaa tokko qabadhu" jedhee gorseen. Ilmis ajaa'ibamuun hiriyaa dhugaa tokko osoo hin taane hedduu akka qabu abbaa isaa hubachiise. Maarree abbaan haala ilmi isaa itti jiru agarraan akka ilmi isaa hanqina hubannoo qabu galeef. Kanaafuu waa mala baase. Galgala dhiha keessa Hoolaa tokkos qale. Mataa hoolaa sanas kutee dhiiguma waliin keeshaa jooniyaa keessa kaa'e. Albee/billaa ityiin hoolattii qales osoo hin dhiqin dhiiguma waliin kaa'e. Erga uffata ilma isaa dhiiga xiqqoo diddibeen booda Lamaanuu( billaa fi mataa hoolaa) ilma isaatti kennee "yaa ilma koo kana lamaan fuudhiitii mana hiriyoota kee jara dhugaan amantuu dabareedhaan dhaqi. Akka dogongoraan nama ajjeestee dhuftes itti himi. Kanaafuu akka jarri si dhoksanu gargaarsa jara gaafadhu" jedheen. Ilmis "yaa abbaa koo ani hiriyoota lubbuu naaf kennan hedduun qaba. Garuu akka ati amantuuf kanas godheen amanamummaa jaraa siif mirkaneessa" jedheen. Maarree akkuma ajajameen ilmi albee fi mataa hoolaa fudhachuun yeroo galgala keessa gara mana hiriyaa isaa isa tokkoo adeeme. Yaalii abbaan isaa itti himes taasise. Garuu waan isa mudateen ni rifate. Sababni isaas hiriyaan isaa sun hatattamaan ulaa mana isaa cufate. Abdii kutuun maletti mana hiriyoota akkaan wal jaallatanuu fi walitti dhihaatanuu hunda deeme. Hunduu dabareedhaan ulaa itti cufani. Xumura irrattis gaddaan haguugamee gara manaa deebi'e. Taatee hunda abbaa isaatti hime. Ammas abbaan isaa ajaja tokko kenneefii "yaa ilma koo hiriyaa koo tokkicha #abaluu sana bira deemiitii dursa akka ilma koo taate itti himi. Boodarra wanta hiriyoota keetiin jedhaa turte isaanis jedhi" jedheen. Ilmis tole jechuun kallattiin gara mana hiriyaa abbaa isaa deeme. Wanta ajajames hojjete. Ulaa mana isaa rurrukute. Namtichis irraa bannaan ilma eenyuu akka ta'e itti hime. Namtichis eenyummaa gurbaa erga bareen booda harka isaarratti albee dhiiga qabuu fi jooniyaa dhiigni keessaa coccibu arginaan shakkeetuma hatattamaan ol galchee dhokseen. Sana booda wanta ta'e gaafateen. Gurbaan sunis baay'ee dinqifate. Hiriyoota dhugaas arge. Kanaafuu dinqisiifannaa sana keessa taa'ee osoo hin yaadin taatee hundaa hiriyaa abbaasaa kanatti hime. Hiriyaan abbaa isaas erga dhagahee xumureen booda gara abbaa gurbichaa deemuun "hiriyummaa kee siif galcheera. Anii fine ati har'arraa hiriyoota miti" jedheen. Ittuma fufee "aniif ati kan waliif amanamne qirmaata tokko maleedha. Garuu ati har'a na qorte. Hiriyaa dhugaa ammoo hin qormaatamu." Jechuun hiriyummaa waggoota dheeraa addaan kute. 😊😁😔 akeeka. Inni beeku ni beeka.
Show all...
Photo unavailableShow in Telegram
#እናመሰግናለን የበጀት አመት ማጠናቀቂያ ስጦታ ከታላቅ ክብርና ምስጋናጋ ድርጅታችን ኢትዮቴሌኮም ስጦታ አዘጋጅቶሎታል ሽልማቶቹም:- ለ3 ቀናት የሚቆይ 🎁45 ደቂቃ 🎁1.5 GB internet 🎁100 መልዕክት ልብ ይበሉ ይህንን መልዕክት ለሌሎች ከላካቹ የጊዜው ቆይታ ይጨምራል። ♻️ለ 10 ሰዎች ከላኩ :- ለ አንድ ሳምት የሚቆይ 🎁45 ደቂቃ 🎁1.5 GB internet 🎁100 መልዕክት ♻️ለ30 ሰዎች share ካደረጉ :-ለአንድ ወር የሚቆይ:- 🎁45 ደቂቃ 🎁1.5 GB internet 🎁100 መልዕክት ማሳሰቢያ❗️ ይህን መልዕክት share አደረጉም አላደረጉም ለ 3 ቀን የተሰጥዎት package አንደተጠበቀ ነው አንዲሁም ኢትዬ ቴሌኮም Gift channel መቀላቀልን አይርሱ👇 @ethio_telecom_holiday_gift @tikvahethiopia @tikvahethmagazine
Show all...
https://t.me/training_yess_ethiopia_JImmateam Barattoota ebbifamtootaf fi baratoota barnoota olaanoo barataan hundaaf carraan kun akkaa isiin hin dabarree itti fayyaadama. Faayidaan isaa CV barreessuu Hojii barbaadu Ofitti amanamummmaa horachuu Haala kamiin jireenya kee foyyeesita Application letter fi kkf hundaaf isiin gargaraa join godhaa fayyadama
Show all...
YESSEthiopia Jimma team

This group is created for a virtual training on Employability, life skills and business Startup. in addition we serve the community freely

🎁Safaricom ethiopia ሽልማት🎁 በተጠቃሚዎች ዘንድ እውቅናን ለማትረፍና ደንበኞችን ለማብዛት የቴሌግራም bot ከፍተናል በውስጡም ብዙ ሽልማቶችን አዘጋጅተናል። 🎁ለእርስዎ እና ለ2 ጓደኛዎ የ 3000 ብር ስጦታ 🎁smart phone( s21 ultra) 🎁Asus personal computer ይህንን ለጓደኞችዎ በመላክ ተሸላሚ ይሁኑ ማሳሰቢያ! ይህ ሊንክ የሚያገለግለው ለ abiiiiii ብቻ ነው https://t.me/Safaricom_ethiopia_new_bot?start=r0122296373‌‌ :::+++++++++++ AfSafaricom ethiopia award🎁 We have launched a Telegram bot to gain recognition and increase the number of customers We have prepared many prizes in it. ስጦታ A gift of 3000 Birr for you and 2 friends Msmart phone (s21 ultra) SusAsus personal computer Reward yourself by sending this to your friends Note! This link is for abiiiiii only https://t.me/Safaricom_ethiopia_new_bot?start=r0122296373‌‌
Show all...
Safaricom Ethiopia

safaricom በኢትዮጵያ ያሉ telegram ተጠቃሚዎችን ዕውቅና ለማግኘት ሽልማቶችን አዘጋጅቷል።የኛን ዕውቅና እያሰፉ ተሸላሚ ይሁኑ🎁

Photo unavailableShow in Telegram
#Kutaa12ffaa Firiin Qormaataa Barattoota Kutaa 12ffaa yoom Gadhiifama? #looliiboon ilma abbaa koo Odeeffannoo keessoo qaama olaana misteera barnoota irraa argateen sororriin qormaata kutaa 12ffaa marsaa 2ffaan goolabamaa jira. Hanga Gurraandhala 15 tti, ture yoo jedhame hanga 20/2014tti firiin qormaata kutaa 12ffaa ni ibsama jedhamee eegama. Hanga Gurraandhala 30tti Ramaddii yuunivarsitii beeksisuuf hojjatama jira jedhame. Ramaddiin duratti garuu komii barattoota furuuf jecha deeggarsa warri barbaadan iyyannoo isaani hatattamaan akka galchan gaafateera.
Show all...
Photo unavailableShow in Telegram
#SafaricomEthiopia አዳና መንግስቱ ከአዲስ አበባ ፎርዋርድ ባደረገው ሊንክ 2500 ሰዎች ወደ ቻናላችን ጆይን ማድረጋቸውን ተከትሎ የዚህ ሳምንት አይፎን 13 ፕሮ ማክስ አሸናፊ በመሆን ሽልማትን ተረክቧል አሁን የርሶ ተራ ነው ::ፎርዋርድ አድርገው ያልተሸለሙ ከሆነ በርሶ ሊንክ በቂ ሰው ጆይን አላደረገም ማለት ነው :: በመሆኑም ደጋግመው ለብዙ ሰው ፎርዋርድ ያድርጉ እጅግ ቅንጡ ስልክ ይሸለሙ በቅድሚያ ይህን ሊንክ https://t.me/+mdlD0Hgjq_ZlNmE0 ነክተው ጆይን ያድርጉ ቀጥሎም በትንሹ ለ30 ሰዎች ይህን ፁሁፍ ፎርዋርድ ያድርጉ ለሽልማቱ እጩ ይሆናሉ :: በጎሩፖችና ቻናሎች ፎርዋርድ ማድረግ የመሸለም እድሎን ይጨምራል መልካም እድል :: #እንድንተዋወቅ_አዲስ_ኔትወርክ_እየገነባንነው_ሳፋሪኮም_ኢትዮጵያ::
Show all...
Repost from TIKVAH-ETHIOPIA
Photo unavailableShow in Telegram
#Share #ሼር ለጠቅላላ ሀኪሞች የወጣ የኮንትራት ቅጥር ፦ የደቡብ ክልል ጤና ቢሮ በዞን ጤና መምሪያ እና በልዩ ወረዳ ጤና ፅ/ቤት ክፍት የስራ መደብ ላይ ተፈላጊውን ችሎታ የሚያሟሉ ሀኪሞችን በኮንትራት ቅጥር አወዳድሮ መመደብ እንደሚፈልግ አሳውቋል። 👉 የስራው መደቡ መጠሪያ - ጠቅላላ ሀኪም 👉 የሙያ መስመር /ተፈላጊ ችሎታ - በጠቅላላ ህክምና በዲግሪ የተመረቀ/ች 👉 የስራ ልምድ- #ዜሮ_ዓመት 👉 ብዛት - 379 (#ሶስት_መቶ_ሰባ_ዘጠኝ ) 👉 ደመወዝ - 9,056 👉 የስራ ቦታ - በእጣ ነው የሚለየው ማሳሰቢያ ፦ 1ኛ. በደቡብ ክልል ጤና ቢሮ በሚመደብበት በማንኛውም ዞን / ልዩ ወረዳ ሄደው ለመስራት ፍቃደኛ የሆነ /የሆነች። 2ኛ. በዕጣ ከጤና ቢሮ ለዞን/ልዩ ወረዳ ሲመደቡ ዞን/ልዩ ወረዳ በሚሰጠው በማንኛውም ጤና ተቋማ /ምደባ / ቦታ ሄደው ለመስራት ፍቃደኛ የሆነ/የሆነች። 3ኛ. በማንኛውም የመንግስት ተቋም ውስጥ ያልተቀጠረ /ያልተቀጠረች የመመዝግቢያ ጊዜ ፦ ይህ ማስታወቂያ ከወጣበት ቀን ጀምሮ ባሉት 10 ተከታታይ የስራ ቀናት። (ከተሰጠው ቀን ውጭ የሚመጣ አይስተናገድም) የመመዝገቢያ ቦታ ፡ በደቡብ ክልል ጤና ቢሮ ሰው ሀብት አስተዳደርና ልማት ዳይሬክቶሬት በአካል በመቅረብ ሲሆን ኦርጂናል የትምህርት እና የሙያ ፍቃድ ማስረጃ ከማይመለስ ፎቶ ኮፒ ጋር መያዝ እንዳትዘነጉ። የፈተናው ቀን : በቀጣይ ይገለፃል። @tikvahethiopia
Show all...
➡️ I L A A M E E…❗ ⚪⊰━━━━━⊱🔴⊰━━━━━⊱⚫ Daandiinkee qoraattii Kan kiyya qajeelaa Ijoolleenkee hin guddatin Haa taatu kabeelaa Gaafattee hin argatin Dubbattee hin milkaa'in Gurrikee lamaanuu Gaarummaa hin dhaga'in Duuti sittaa galu Qe'een kee haa onu Horii fii namni kee Hunduu haa maseenu Rakkinni gurguddaan Manakeetti haa lixu Cabbiif roobni hamaan Qomookee haa fixu Ijoolleenkee hunduu Beekumsa hin argatin Miillishii haa naafatu Deemtetoo hin fagaatin Anatu beekaa Ati homaa hin beektuu Ana malee ati Takkaayyuu hin guddattuu Dhallikee hin guddatin Biqilaan kee hin margin Ijjikee haa jaamuu Mul'atakee hin argin Jennee wal abaaruu Arrabaan wal cabsuu Koottaamee haa dhiifnuu Jireenyatti nun geessuu Karaa walit cufnee Carraa wal dhorkannee Nyaannee buluuf jennee Hannaaf sobaan deemnee Hammam jiraannaa Kan akkas taanuu Jaalala nuuf wayyaa Kuma hin jiraannuu Karaa gaarii dhiifnee Jal'aa kan hordofnu Waa'ee nama biraa Teenyee kan horfinu Ati beekadhaa Beekumsaan na caaltaa Yaraa tokko hin qabduu Gaarummaa hojjettaa Baradhuu milkaa'i Hojjedhuu duroomi Jibbi sin dhuunfatin Diinatti firoomi Koottu wal jaalannaa Walumaan guddannaa Harka wal qabannee Karra jibbaa cufnaa Dhuguman siin jedhaa Bakka guddaa ga'ii Dhukkubni sin ciibsin Fayyummaadhaan ka'ii Anaa cabsu haadhookoo Maaltu si argatee Maal taatet dallantaa Maaltu si muudatee Anumtuu siif jiraa Dallantee hin mufatinii Rakkoon kee kan kooti Homaa hin sodaatinii Karoorrikee hunduu Fiixaan siif haa ba'uu Kan sirraa dhalatu Guddatee haa milkaa'uu Karaankee haa qajeeluu Diinni sin argatin Bubbee hamaan dhufee Boollati sin darbatin Milkaa'i haadhookoo Nutu waliif jiraa Waliif hin hawwinu Rakkinaaf gidiraa Jechuu haa jalqabnuu Yaa warra orookoo Diinna takkaa hin qabnuu Hundumtuu qomookoo https://t.me/GamtaaBarattootaOromoo
Show all...
Gamtaa Barattoota Oromoo

channaalii kana irraati dhibbaa barattoota keenya irra gaheef. Oromoo waan taatef reebamu. Oromoo waan taatef ari'amuu. Oromoo waan taatef hidhaamu. Oromoo waan taatef ajjeefamuu. Kana hundumaa waaliif qoonna

Show all...
Sirba aadaa salaalee

sirba aadaa salaalee hedduu nama bohaarsitu kana daawwaadha. akka jaalattan abdiin qaba.

https://www.youtube.com/channel/UC1XCbi7EpQrVayWhwmCg-fg#milkiimedia

...

ለ ዩንቨርስቲ ገቢ ተማሪዎች የ2013 አዲስ ገቢ ተማሪዎች መግቢያ ቀን ያሳወቁ ዩኒቨርሲቲዎች ዝርዝር 1.አዲስ አበባ ዩንቨርስቲ 📆 ሰኔ 19 ና 20 2.ወላይታ ሶዶ ዩንቨርስቲ 📆 ሰኔ 26 - 30 3. ሰመራ ዩንቨርስቲ 📆 ሰኔ 26 ና 27 4. ጅግጅጋ ዩንቨርስቲ 📆 ሰኔ 25 -30 5. ጎንደር ዩንቨርስቲ 📆 ሰኔ 23 ና 24 6. ወለጋ ዩንቨርስቲ 📆 ሰኔ 28 ና 29 7. አምቦ ዩንቨርስቲ 📆 ሰኔ 24 ና 25 8. ዋቻሞ ዩንቨርስቲ 📆 ሰኔ 29 ና 30 ምዝገባ በ ኦንላይን(online) ሰኔ 15-20 9.አሶሳ ዩንቨርስቲ 📆 ሰኔ 26-30 10. ወሎ ዩንቨርስቲ 📆 ሰኔ 28 ና 29 11. ሐዋሣ ዩንቨርስቲ 📆 ሰኔ 21 ና 22 በ Online ምዝገባ ሰኔ 15-20 12. ደብረ ታቦር ዩንቨርስቲ 📆 ሰኔ 28 ና 29 13. ደባርቅ ዩንቨርስቲ 📆 ሰኔ 26-30 14. AASTU ዩንቨርስቲ 📆 ሰኔ 24 ና 25 15. ደብረ ብርሃን ዩንቨርስቲ 📆 ሰኔ 25-30 16. ባህርዳር ዩንቨርስቲ 📆 ሰኔ 22 ና 23 17. ሰላሌ ዩንቨርስቲ 📆 ሰኔ 28 ና 29 18. ወልቂጤ ዩንቨርስቲ 📆 ሰኔ 28 ና 29 19. መቅደላ አምባ ዩንቨርስቲ 📆 ሰኔ 27 - 29 20 መቀሌ ዩንቨርስቲ 📆 ሰኔ 21 - 26 21 ድሬ ዳዋ ዩንቨርስቲ 📆 ሰኔ 27 - 30 22 ዲላ ዩንቨርስቲ 📆 ሰኔ 22 ና 23 የሁሉንም የዩኒቨርሲቲዎች ጥሪ ተከታትለን የምናሳውቅ መሆኑን እንገልፃለን። https://t.me/GamtaaBarattootaOromoo https://t.me/GamtaaBarattootaOromoo
Show all...
Gamtaa Barattoota Oromoo

channaalii kana irraati dhibbaa barattoota keenya irra gaheef. Oromoo waan taatef reebamu. Oromoo waan taatef ari'amuu. Oromoo waan taatef hidhaamu. Oromoo waan taatef ajjeefamuu. Kana hundumaa waaliif qoonna