470
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days
Posts Archive
FOOLII AFAANII BADAA (BAD MOUTH ODOR OR BAD BREATH)
MAALTU FIDAA? FURMAANNI ISAA HOO ?
**---
1. Inni jalqabaa akkuma beekamu foolii afaanii badaa kan nutti
fiduu dandaâu qulqullina afaan keenyaa guyyaa guyyaatti
eeggachuu yoo baanne nyaatni afaan keenya keessatti hafu ilkaan
gidduu fi harraba irratti yeroo muraasaa booda baakteeriyaa
horuudhaan foolii afaanii badaa kenna.
2. Dhukkuboota irga ilkaanii fi oorii ilkaanii. Keemikaalota
baakteriyaa irraa gadi dhiifamaniin yoo ilkaaniif irgi ilkaanii
miidhamanidha. Keemikaalotni baakteriyoota kana irraa gadi
lakkifaman ilkaaniifi foon ilkaanii irratti bolla uumuun yoo yaalamuu
baatan ittuma fufanii kan miidhaa geessisanii fi qulqulleessuu
qofaan kan hin dhaabbannedha.
3. Goguu afaanii. Hancufni afaan keenya keessatti oomishamu
afaan foolii gaarii akka qabatuuf gahee guddaa taphata. Kanas kan
godhu asidii baakteriyootaan uumamu callabbeesuufi seelota duâan
afaan keessaa dhiqee baasuudhaan. Afaan kan goguu dandaâu
sababa adda addaa kanneen akka side effect qorichoota dhukkuba
biraaf fudhatamanii ( antihistamines, diuretics and others), yeroo
dheeraaf funyaaniin dhiisanii afaaniin harganuu, dhuukkuba
xannacha hancufaa fi kan biraa taâuu dandaâa.
4. Dhukkuboota qaama keessaa kanneen akka, infekshinii qaama
hargansuu ( pneumonia, bronchitis), infekshinii saaynasii (sinusitis),
toonsilii (tonsillitis), fi kkf.
5. Tamboo xuuxuu (smoking tobacco)
FURMAANNI ISAA MAALII ?
Inni jalqabaa ilkaan keenya akkamitti akka qulqulleeffachuu qabnu
beekuudha.
1. Guyyaa guyyaatti yoo xiqqaate altakkaa ilkaan keenya samunaa
ilkaaniitiin qulqulleeffachuu qabna. Ganama ganama osoo hin taane
galgala galagala osoo qulqulleeffannee gaariidha nyaatni guyyaa
nyaatame halkan akka keessa hin bulle jechuudha.
2. Yeroo qulqulleeffannu brush nuti yeroo bayâee itti fayyadamnu
ilkaan irra keessa qulqulleessa malee ilkaan gidduu waan hin
seenneef, foâaa ykn kirrii qalâoo harka keenya lamaaniin gamaaf
gamana ishii qabannee ilkaan gidduudhaa nyaata ittiin baasuu
qabna.
3. Harraba keenya irraas qulqulleeffachuu dagachuu hin qabnu
4. Brush ittiin ilkaan qulqulleeffannu yoo xiqqaate jiâa lama
keessatti altakkaa jijjiiruu qabna.
5. Afaan keenya akka hin gogne mastiikaa (gum) kan sukkaara of
keessaa hin qabne alanfataa deemuu.
6. Yoo side effect ( miidhaa cinaa) qorichoota dhukkuba biraaf
kennamaniitu fide taâe osoo deemnee ogeessa fayyaa jalqaba
qoricha sana nuuf ajaje hin haasofsiin qoricha addaan kutuun
gonkuma sirrii miti.
7. Yoo kana hundumaa irraan taâuu dide ammo mana yaalaa
deemnee ilaalamuun gaariidha.
GALATOOMAA.
MUUZII HAA NYAANNU!!
-Elementii potassium, olaanaa nuuf kenna
-Sochii mar'umaaniif gargaarsa ta'a
-Dhukkuba garaachaa warra qabaniif fayyisuuf warra hin qabamiin
irraa immoo ittisuuf gahee guddaa taphata.
-Sukkaara qaama keessa akka olhin kaanee fi gadi hin buune eeguu
keessatti gahee guddaa taphata.
-Keemikaala sammuu dhiphisu qaama keessaa hir'isuu danda'a
-Dhiibbaa dhiiga keenyaa bakka sirriitti eeguufi dhukkuboota sirna
dhiigaa fi onnee tokko tokko ni ittisa.
-lafee jabaataa fi fayya qabeessa ijaaruu keessatti gahee olaanaa
taphata.
-Hir'ina dhiigaa ittisuu fi ulfaatina hir'isuuf ni gargaara.
"Fayyaan faaya"
Dr. Gurmeessaa
https://t.me/drgurmee
https://t.me/drgurmee
Faayidaa Appilii
1. Yoo nyaannu ilkaan keenya akka fayyaa qabaatuufi addaatu hedduu gargaara
2.Cholesterol qaama keessaa akka ol hin kaane eegumsa guddaa taasisa
3. Dhukkuba cirracha hadhooftuu (gallstone) jedhamu carraa nu qabachuu isaa ni hirisa.
4.Gogiinsa garaa nurraa eega teessisaas nurraa ittisa
5.Ulfaatina qaamaa bakka sirriitti eeguuf ni gargaara
6.Tiruun keenya summii qaama keessa sirriitti akka dhabamsiisu taasisa
7.Dhukkuba kintaarootii nurraa eeguuf gargaarsa guddaa godha.
8.Sirna dhukkuba ofirraa ittisuu qaama keenyaa dandeettii isaa olkaasa
Galatoomaa
@drgurmeessaa
@drgurmeessaa
Aannan Loonii.
â Qabiyyeen kaalsiyeemii (calcium) inni of keessaa qabu, nyaata kamiinuu waan hin dorgomamnedha. Calciumiin ammoo waan lafeen ittiin ijaaramudha.
â Pirootiina (protein) inni of keessaa qabu faayidaa ol'aanaa kan qabudha, qaama ijaara, madda annisaa annisaa cimaadhas.
â Akka annisaa kennuu fi qaama namaa ijaaruun, ulfatina qaamaa garuu akka maddeen pirootina biroo garmalee hin dabalu.
â Elementootaa fi Vaayitaaminoota nu barbaachisan armaan gadii of keessa qab: Aannan Loonii Burcuqqoo (cup) tokkichi (244 gm):
âĄAnnisaa: 146 kcal
âĄPirootiinii: 8 gm
âĄCooma: 8 gm
âĄKaalsiyemii: 28% of RDA
âĄVaayitamin D: 24% of RDA
âĄVaayitamin B2: 26% of RDA
âĄVaayitamin B12: 18% of RDA
âĄElementii K: 10% of RDA qaba.
****
RDA (Recommended Dietary Allowance): Jechuun haga waan ibsame sanaa kan namni tokko giyyaatti argachuu qabu jechuudha.
HUB: Aannan loonii yoo dhugnu, kallattumaan yoo dhugne dhukkuboonni tokko tokko nutti darbuu malu. Kanaaf haga dandeenye danfisnee dhuguu qabna.
FAYYAAN FAAYA
Aannan Loonii.
â Qabiyyeen kaalsiyeemii (calcium) inni of keessaa qabu, nyaata kamiinuu waan hin dorgomamnedha. Calciumiin ammoo waan lafeen ittiin ijaaramudha.
â Pirootiina (protein) inni of keessaa qabu faayidaa ol'aanaa kan qabudha, qaama ijaara, madda annisaa annisaa cimaadhas.
â Akka annisaa kennuu fi qaama namaa ijaaruun, ulfatina qaamaa garuu akka maddeen pirootina biroo garmalee hin dabalu.
â Elementootaa fi Vaayitaaminoota nu barbaachisan armaan gadii of keessa qab: Aannan Loonii Burcuqqoo (cup) tokkichi (244 gm):
âĄAnnisaa: 146 kcal
âĄPirootiinii: 8 gm
âĄCooma: 8 gm
âĄKaalsiyemii: 28% of RDA
âĄVaayitamin D: 24% of RDA
âĄVaayitamin B2: 26% of RDA
âĄVaayitamin B12: 18% of RDA
âĄElementii K: 10% of RDA qaba.
****
RDA (Recommended Dietary Allowance): Jechuun haga waan ibsame sanaa kan namni tokko giyyaatti argachuu qabu jechuudha.
HUB: Aannan loonii yoo dhugnu, kallattumaan yoo dhugne dhukkuboonni tokko tokko nutti darbuu malu. Kanaaf haga dandeenye danfisnee dhuguu qabna.
FAYYAAN FAAYA
Warra gaa'ela qabdaniif.....
***
Walqunnaamtiin saalaa waantoota gaa'ela keessatti ijoo ta'an keessaa isa tokko. Faayidaan fayyaa walqunnaamtii saalaa irraa argamuhoo maal fa'i?
***
1. Dandeettii dhukkuba ofirraa ittisuu qaama keenyaa hedduu cimsa.
2. Dandeettii fincaan qabaachuu afuuffee fincaanii dubartootaa ni dabala.
3. Dhiibbaa dhiigaa qaama gadi buusuuf gargaara.
4. Sochii qaamaa waan ta'eef fayidaalee sochiin qaamaa agamsiisu nuuf kenna.
5. Carraa dhukkuba onnee tasaa gadi buusa.
6. Dhukkuubbii qaamaa (pain) kamiyyuu kan qabnu yoo ta'e akka nutti hin dhaga'amne taasisa.
7. Dhiirotaaf ammoo carraa kaanserii xannacha prosteetii dhiiraa hir'isa.
8. Hirriba qulqullina qabu akka rafnu taasisa.
9. Dhiphina sammuu (stress) nurraa ittisa.
đ join and share đ
âď¸kennaa Kaardii ykn maallaqa PayPal fudhachuu barbaadduu?
â
Appii tapha taphachuun ykn viidiyoo ilaaluun ji'aan hanga qarshii 5,000-10,000 ykn keennaa kaardii ittin argattan buufadhaa.
â
Appiin kun badhaasa biroo kamiyyuu caalaa fooyya'aa fi saffisaan kan kaffaludha!
â
Appiin kun erga gaafatee booda sa'aatii 12 keessatti kaffala
âď¸ Appiin kun akkamitti hojjeta kan jedhuf liinkii kana gadii tuqii qajeelfama isaa dubbisi, itti fufuun appiicha buufadhu.
đđ
https://bit.ly/44GRBGy
"đ Download Python - Unleash Your Coding Potential! đ Discover the power of Python's simplicity and versatility. Get the latest version now! #Programming #Python #Coding"
"đ§ Enhance Your Coding Journey with Python! đ Upgrade to the latest version for improved performance and exciting features. Download Python from our website today! #Python #Coding #Software"
"đĽ Ready to Code? Download Python! đŻ Harness the capabilities of the world's most loved programming language. Stay updated with the latest version - it's just a click away! #Programming #Python #DownloadNow"
"đ Experience the Magic of Python! ⨠Install the latest version and unlock a world of possibilities in software development. Download Python from our website now! #Python #Coding #Tech"
"đ Python - Your Ultimate Programming Companion! đť Boost productivity with the newest version of Python. Download it today and embark on a coding adventure! #Programming #Python #Download"
"đĽ Download Python - Your Gateway to Coding Brilliance! đ Stay ahead with the latest version and explore Python's incredible ecosystem. Don't wait, get it now! #Coding #Python #Download"
"đĄ Dive into Python - The Language of Innovators! đ Upgrade to the latest version and access cutting-edge tools for your coding projects. Download Python today! #Python #Coding #Tech"
"đ Unleash Your Creativity with Python! đ¨ Get the latest version and experience the joy of coding. Download Python from our website and start programming like a pro! #Python #Coding #DownloadNow"
"đ Seeking a Powerful Programming Language? đĽ Look no further! Download Python's latest version and witness the magic of elegant code. #Programming #Python #DownloadNow"
"đ Stay Secure with Python - Download the Latest Version! đĄ Upgrade now to shield your projects with the latest security patches. Get Python from our website today! #Python #Security #Download"
"đ Python - Fuel Your Coding Passion! đĄ Elevate your skills with the latest version, featuring exciting updates. Download Python from our website and start coding wonders! #Programming #Python #Download"
"đ§ Upgrade Your Coding Arsenal with Python! đ Download the latest version and empower yourself with the language of choice for developers worldwide. #Coding #Python #DownloadNow"
"đ Ready to Conquer the Coding World? đ Download Python and embrace the efficiency of the latest version. Start your coding journey with us today! #Programming #Python #Download"
"đĽ Get the Latest Python Version - It's Simple! đ Stay updated with the most powerful programming language. Download Python from our website now! #Python #Coding #Tech"
"đť Download Python - Embrace the Future of Coding! đ Upgrade to the latest version and unlock a world of innovation. Get it now from our website! #Programming #Python #DownloadNow"
đđđđđ https://bit.ly/3XY1pcT
https://bit.ly/3XY1pcT
â
á¨ááŽáá˝áá áŤá፠áá°áá áŞáŤá á 4 ᏠáŞá˛áŽ áŁ áŁáá¨áá°á áĽáŤáľ á¨áŤáľ áᜠᣠáá DSLR áĽá áá ááľáŽááľ áአáŁáá፠áŤáááąá˘
â
áአáĽá á¨áá°á áĽáŤáľ áŤáá¸áá ááśáá˝ ááááłáľ áá
á áá°áá áŞáŤ áá ááá˘
â
áá
á á á¨ááśáá˝á
á áĽáŤáľ ááá¨áá á¨á°ááŤáŠ áŁá
áŞáŤáľá áááá˘
âď¸á áá áááá¨áľ á¨áľá áŤááá ááá ááŤáá˘đ
https://bbc.gadaamedia.com/2023/07/16/hd-camera-2023-for-android/
â
Appii kaameraa ogummaa viidiyoo 4K, HD ifaa selfie, DSLR Bilisaa fi ogummaa adda qabu kan android buufadhaa.
â
Appii kanatti fayyadamtani suuraa adda ta'e fi qulqullina olaanaa qabu ka'uu dandeessu.
â
Appiin kun qulqullina Suura keessanii dabaluuf kan isin gargaaru wantoota adda addaa ofkeessaa qaba.
âď¸Appii kana buufachuuf liinkii kanaa gadii tuqaa.
đđ
https://bbc.gadaamedia.com/2023/07/16/hd-camera-2023-for-android/
â
Karaa bashannansiisaa fi badhaasa qabu maallaqa bilisaa argachuuf barbaadaa jirtuu?
â
Appii ajaa'iba tapha taphachuun yeroo walabaa qabdan fayyadamtani hanga 10,000 jiâaan argachuu dandeessan buufachuuf liinkii armaan gadii fayyadama.đ
â
Link armaan gadii kana tuquun App buufadhaa
https://gadaamedia.com/2023/07/14/space-treasure-play-earn/
âĄď¸Namoonni kitaabota fi bareeffama gaggabaaboo barreessitanii qabdan ykn bareessuuf yaada qabdan 'Online platform' garagaraa irraatti gurgurachuu dandeessu.
âď¸ Platform ykn website
âď¸ Akkataa Kaffaltii fi
âď¸ waan isin daangessu argachuuf liinkii kana gadii fayyadama.
đ
https://gadaamedia.com/2023/06/22/10-profitable-online-platforms-to-earn-money-from-books-others/
â
Biyya keessattillee WEBSAAYTII 'big bole' irraatti gurgurachuu dandeessu
đ
https://gadaamedia.com/2023/06/22/10-profitable-online-platforms-to-earn-money-from-books-others/
âŞď¸kaameeraa mobaayilaa qulqullina olaanaa qabu fayyadamuun Dokumentootaa ykn Suuraalee gara PDF ykn JPEG tti jijjiiruu dandeessu.
âŞď¸ Aappiin kun kan fayyadu;
âĄď¸Barattootaaf
âĄď¸Barsiisootaaf
âĄď¸Hojjatoota wajjiraalee garaa garaatiif
âĄď¸daldalaa ykn namoota kaa biraa kaa fayyadamuu barbaadan hundaaf kaa fayyaduudha⤾ď¸
âŞď¸Mallaqaa fi yeroo keessan qusachuuf Aappii kana buufachuun itti fayyadamaa.⤾ď¸
https://gadaamedia.com/2023/06/23/clear-scanner-pdf-scanner-app/
âŞď¸Maappii kana buufachuuf liinkii armaan gadii fayyadama.⤾ď¸â¤ľď¸â¤ľď¸â¤ľď¸
https://gadaamedia.com/2023/06/23/clear-scanner-pdf-scanner-app/
âŞď¸Gulaalaa suuraa fi vidiyoo ajaa'ibsiisoo waraabuu fi gulaaluuf 'App' si gargaaru buufachuuf liinkii armaan gadii fayyadami.⤾ď¸
âŹď¸âŹď¸âŹď¸
https://gadaamedia.com/2023/06/25/lightroom-photo-and-video-editor/
âŹď¸âŹď¸âŹď¸
https://gadaamedia.com/2023/06/25/lightroom-photo-and-video-editor/
â
Walfakkeenyaa fi garaagarummaa Sirna Gadaa fi Dimokiraasii Ammayyaa âŹ
â
Walxaxiinsa sirnoota siyaasaa adda addaa hubachuuf yeroo baayâee walfakkeenya hawwataa fi garaagarummaa hawwataa ta'e argina.
â
Barreeffama kana keessatti, walfakkeenyaa fi garaagarummaa sirna Gadaa, shaakala dimokiraasii durii ummata Oromoo Itoophiyaa keessatti, fi sirnoota dimokiraasii ammayyaa addunyaa guutuutti babalâatan gidduu jiru keessa lixnee ilaalla.
â
Liinkii armaan gadii tuquun itti fufaa dubbisaaâ
âŹď¸âŹď¸âŹď¸âŹď¸
https://gadaamedia.com/2023/06/26/the-gadaa-system-and-modern-democracy/
âŹď¸âŹď¸âŹď¸âŹď¸
https://gadaamedia.com/2023/06/26/the-gadaa-system-and-modern-democracy/
â
Appii akka ajaa'iba viidiyoo gulaaluuf (edit) gochuuf isin gargaaru baasii tokko malee buufachuuf liinkii armaan gadii tuquun buufadha.
⤾ď¸â¤ľď¸â¤ľď¸
https://gadaamedia.com/2023/06/26/capcut-video-editor-updated-on-jun25-2023/
⤾ď¸â¤ľď¸â¤ľď¸
https://gadaamedia.com/2023/06/26/capcut-video-editor-updated-on-jun25-2023/
â
Hiikkaa barreeffamaa: Afaan beektan fayyadamtani Barreessuudhaan gara afaanota 108 hiikuu dandeessu.âď¸
â
Interneetii malee gara afaan 59 hiikuu dandeessu.âď¸
â
Hiikkaa kaameraa battalaa: Kaameeraa keessan akeekuu qofaan barreeffama suuraa keessatti battalumatti gara afaan 94 hiikuu dandeesu.
â
Walumaagalatti, afaanota hedduu gara afaan beektanitti jijjiirtanii barachuuf ykn hubachuuf appii (App) armaan gadii buufatanii fayyadamuu dandeessu.âď¸
â
Appii buufachuuf liinkii tuqaa
âŹď¸âŹď¸âŹď¸âŹď¸
https://gadaamedia.com/2023/06/28/google-translate/
â
Appii buufachuuf liinkii tuqaaâŹď¸âŹď¸âŹď¸âŹď¸
https://gadaamedia.com/2023/06/28/google-translate/
â
Learn Spanish, French, German, Italian, English and more languages for free.
â
Learn a new language with the worldâs most-downloaded education app!
â
Practice speaking, reading, listening, and writing to build your vocabulary and grammar skills.
â
Click below link to download App⤾ď¸
âŹď¸âŹď¸
âŹď¸
https://gadaamedia.com/2023/06/28/duolingo-language-lessons/
â
Check and correct your English grammar, spelling, punctuation, and more.
â
Edit and correct your grammar, spelling, punctuation, and more with your personal writing assistant, grammar checker, and editor.
â
Click below link to get our Appâď¸
âŹď¸âŹď¸
https://gadaamedia.com/2023/06/28/grammarly-keyboard-grammar-keyboard/
