en
Feedback
Dr Gurmeessaa

Dr Gurmeessaa

Open in Telegram
470
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days

Data loading in progress...

Similar Channels
No data
Any problems? Please refresh the page or contact our support manager.
Tags Cloud
No data
Any problems? Please refresh the page or contact our support manager.
Incoming and Outgoing Mentions
---
---
---
---
---
---
Attracting Subscribers
February '24
February '24
+4
in 0 channels
January '24
+7
in 0 channels
Get PRO
December '230
in 0 channels
Get PRO
November '230
in 0 channels
Get PRO
October '230
in 0 channels
Get PRO
September '23
+505
in 0 channels
Date
Subscriber Growth
Mentions
Channels
04 February+3
03 February+1
02 February0
01 February0
Channel Posts
FOOLII AFAANII BADAA (BAD MOUTH ODOR OR BAD BREATH) MAALTU FIDAA? FURMAANNI ISAA HOO ? **--- 1. Inni jalqabaa akkuma beekamu foolii afaanii badaa kan nutti fiduu danda’u qulqullina afaan keenyaa guyyaa guyyaatti eeggachuu yoo baanne nyaatni afaan keenya keessatti hafu ilkaan gidduu fi harraba irratti yeroo muraasaa booda baakteeriyaa horuudhaan foolii afaanii badaa kenna. 2. Dhukkuboota irga ilkaanii fi oorii ilkaanii. Keemikaalota baakteriyaa irraa gadi dhiifamaniin yoo ilkaaniif irgi ilkaanii miidhamanidha. Keemikaalotni baakteriyoota kana irraa gadi lakkifaman ilkaaniifi foon ilkaanii irratti bolla uumuun yoo yaalamuu baatan ittuma fufanii kan miidhaa geessisanii fi qulqulleessuu qofaan kan hin dhaabbannedha. 3. Goguu afaanii. Hancufni afaan keenya keessatti oomishamu afaan foolii gaarii akka qabatuuf gahee guddaa taphata. Kanas kan godhu asidii baakteriyootaan uumamu callabbeesuufi seelota du’an afaan keessaa dhiqee baasuudhaan. Afaan kan goguu danda’u sababa adda addaa kanneen akka side effect qorichoota dhukkuba biraaf fudhatamanii ( antihistamines, diuretics and others), yeroo dheeraaf funyaaniin dhiisanii afaaniin harganuu, dhuukkuba xannacha hancufaa fi kan biraa ta’uu danda’a. 4. Dhukkuboota qaama keessaa kanneen akka, infekshinii qaama hargansuu ( pneumonia, bronchitis), infekshinii saaynasii (sinusitis), toonsilii (tonsillitis), fi kkf. 5. Tamboo xuuxuu (smoking tobacco) FURMAANNI ISAA MAALII ? Inni jalqabaa ilkaan keenya akkamitti akka qulqulleeffachuu qabnu beekuudha. 1. Guyyaa guyyaatti yoo xiqqaate altakkaa ilkaan keenya samunaa ilkaaniitiin qulqulleeffachuu qabna. Ganama ganama osoo hin taane galgala galagala osoo qulqulleeffannee gaariidha nyaatni guyyaa nyaatame halkan akka keessa hin bulle jechuudha. 2. Yeroo qulqulleeffannu brush nuti yeroo bay’ee itti fayyadamnu ilkaan irra keessa qulqulleessa malee ilkaan gidduu waan hin seenneef, fo’aa ykn kirrii qal’oo harka keenya lamaaniin gamaaf gamana ishii qabannee ilkaan gidduudhaa nyaata ittiin baasuu qabna. 3. Harraba keenya irraas qulqulleeffachuu dagachuu hin qabnu 4. Brush ittiin ilkaan qulqulleeffannu yoo xiqqaate ji’a lama keessatti altakkaa jijjiiruu qabna. 5. Afaan keenya akka hin gogne mastiikaa (gum) kan sukkaara of keessaa hin qabne alanfataa deemuu. 6. Yoo side effect ( miidhaa cinaa) qorichoota dhukkuba biraaf kennamaniitu fide ta’e osoo deemnee ogeessa fayyaa jalqaba qoricha sana nuuf ajaje hin haasofsiin qoricha addaan kutuun gonkuma sirrii miti. 7. Yoo kana hundumaa irraan ta’uu dide ammo mana yaalaa deemnee ilaalamuun gaariidha. GALATOOMAA.

2
MUUZII HAA NYAANNU!! -Elementii potassium, olaanaa nuuf kenna -Sochii mar'umaaniif gargaarsa ta'a -Dhukkuba garaachaa warra q
MUUZII HAA NYAANNU!! -Elementii potassium, olaanaa nuuf kenna -Sochii mar'umaaniif gargaarsa ta'a -Dhukkuba garaachaa warra qabaniif fayyisuuf warra hin qabamiin irraa immoo ittisuuf gahee guddaa taphata. -Sukkaara qaama keessa akka olhin kaanee fi gadi hin buune eeguu keessatti gahee guddaa taphata. -Keemikaala sammuu dhiphisu qaama keessaa hir'isuu danda'a -Dhiibbaa dhiiga keenyaa bakka sirriitti eeguufi dhukkuboota sirna dhiigaa fi onnee tokko tokko ni ittisa. -lafee jabaataa fi fayya qabeessa ijaaruu keessatti gahee olaanaa taphata. -Hir'ina dhiigaa ittisuu fi ulfaatina hir'isuuf ni gargaara. "Fayyaan faaya" Dr. Gurmeessaa https://t.me/drgurmee https://t.me/drgurmee
294
3
Faayidaa Appilii 1. Yoo nyaannu ilkaan keenya akka fayyaa qabaatuufi addaatu hedduu gargaara 2.Cholesterol qaama keessaa akka
Faayidaa Appilii 1. Yoo nyaannu ilkaan keenya akka fayyaa qabaatuufi addaatu hedduu gargaara 2.Cholesterol qaama keessaa akka ol hin kaane eegumsa guddaa taasisa 3. Dhukkuba cirracha hadhooftuu (gallstone) jedhamu carraa nu qabachuu isaa ni hirisa. 4.Gogiinsa garaa nurraa eega teessisaas nurraa ittisa 5.Ulfaatina qaamaa bakka sirriitti eeguuf ni gargaara 6.Tiruun keenya summii qaama keessa sirriitti akka dhabamsiisu taasisa 7.Dhukkuba kintaarootii nurraa eeguuf gargaarsa guddaa godha. 8.Sirna dhukkuba ofirraa ittisuu qaama keenyaa dandeettii isaa olkaasa Galatoomaa @drgurmeessaa @drgurmeessaa
240
4
Aannan Loonii. ■ Qabiyyeen kaalsiyeemii (calcium) inni of keessaa qabu, nyaata kamiinuu waan hin dorgomamnedha. Calciumiin am
Aannan Loonii. ■ Qabiyyeen kaalsiyeemii (calcium) inni of keessaa qabu, nyaata kamiinuu waan hin dorgomamnedha. Calciumiin ammoo waan lafeen ittiin ijaaramudha. ■ Pirootiina (protein) inni of keessaa qabu faayidaa ol'aanaa kan qabudha, qaama ijaara, madda annisaa annisaa cimaadhas. ■ Akka annisaa kennuu fi qaama namaa ijaaruun, ulfatina qaamaa garuu akka maddeen pirootina biroo garmalee hin dabalu. ■ Elementootaa fi Vaayitaaminoota nu barbaachisan armaan gadii of keessa qab: Aannan Loonii Burcuqqoo (cup) tokkichi (244 gm): ♡Annisaa: 146 kcal ♡Pirootiinii: 8 gm ♡Cooma: 8 gm ♡Kaalsiyemii: 28% of RDA ♡Vaayitamin D: 24% of RDA ♡Vaayitamin B2: 26% of RDA ♡Vaayitamin B12: 18% of RDA ♡Elementii K: 10% of RDA qaba. **** RDA (Recommended Dietary Allowance): Jechuun haga waan ibsame sanaa kan namni tokko giyyaatti argachuu qabu jechuudha. HUB: Aannan loonii yoo dhugnu, kallattumaan yoo dhugne dhukkuboonni tokko tokko nutti darbuu malu. Kanaaf haga dandeenye danfisnee dhuguu qabna. FAYYAAN FAAYA
204
5
Aannan Loonii. ■ Qabiyyeen kaalsiyeemii (calcium) inni of keessaa qabu, nyaata kamiinuu waan hin dorgomamnedha. Calciumiin ammoo waan lafeen ittiin ijaaramudha. ■ Pirootiina (protein) inni of keessaa qabu faayidaa ol'aanaa kan qabudha, qaama ijaara, madda annisaa annisaa cimaadhas. ■ Akka annisaa kennuu fi qaama namaa ijaaruun, ulfatina qaamaa garuu akka maddeen pirootina biroo garmalee hin dabalu. ■ Elementootaa fi Vaayitaaminoota nu barbaachisan armaan gadii of keessa qab: Aannan Loonii Burcuqqoo (cup) tokkichi (244 gm): ♡Annisaa: 146 kcal ♡Pirootiinii: 8 gm ♡Cooma: 8 gm ♡Kaalsiyemii: 28% of RDA ♡Vaayitamin D: 24% of RDA ♡Vaayitamin B2: 26% of RDA ♡Vaayitamin B12: 18% of RDA ♡Elementii K: 10% of RDA qaba. **** RDA (Recommended Dietary Allowance): Jechuun haga waan ibsame sanaa kan namni tokko giyyaatti argachuu qabu jechuudha. HUB: Aannan loonii yoo dhugnu, kallattumaan yoo dhugne dhukkuboonni tokko tokko nutti darbuu malu. Kanaaf haga dandeenye danfisnee dhuguu qabna. FAYYAAN FAAYA
191
6
Warra gaa'ela qabdaniif..... *** Walqunnaamtiin saalaa waantoota gaa'ela keessatti ijoo ta'an keessaa isa tokko. Faayidaan fa
Warra gaa'ela qabdaniif..... *** Walqunnaamtiin saalaa waantoota gaa'ela keessatti ijoo ta'an keessaa isa tokko. Faayidaan fayyaa walqunnaamtii saalaa irraa argamuhoo maal fa'i? *** 1. Dandeettii dhukkuba ofirraa ittisuu qaama keenyaa hedduu cimsa. 2. Dandeettii fincaan qabaachuu afuuffee fincaanii dubartootaa ni dabala. 3. Dhiibbaa dhiigaa qaama gadi buusuuf gargaara. 4. Sochii qaamaa waan ta'eef fayidaalee sochiin qaamaa agamsiisu nuuf kenna. 5. Carraa dhukkuba onnee tasaa gadi buusa. 6. Dhukkuubbii qaamaa (pain) kamiyyuu kan qabnu yoo ta'e akka nutti hin dhaga'amne taasisa. 7. Dhiirotaaf ammoo carraa kaanserii xannacha prosteetii dhiiraa hir'isa. 8. Hirriba qulqullina qabu akka rafnu taasisa. 9. Dhiphina sammuu (stress) nurraa ittisa. 👆 join and share 👆
209
7
https://bbc.gadaamedia.com/2023/08/27/advanced-offline-english-dictionary/
257
8
☑️kennaa Kaardii ykn maallaqa PayPal fudhachuu barbaadduu? ✅Appii tapha taphachuun ykn viidiyoo ilaaluun ji'aan hanga qarshii
☑️kennaa Kaardii ykn maallaqa PayPal fudhachuu barbaadduu?   ✅Appii tapha taphachuun ykn viidiyoo ilaaluun ji'aan hanga qarshii 5,000-10,000 ykn keennaa kaardii ittin argattan buufadhaa. ✅ Appiin kun badhaasa biroo kamiyyuu caalaa fooyya'aa fi saffisaan kan kaffaludha!    ✅Appiin kun erga gaafatee booda sa'aatii 12 keessatti kaffala  ☑️ Appiin kun akkamitti hojjeta kan jedhuf liinkii kana gadii tuqii qajeelfama isaa dubbisi, itti fufuun appiicha buufadhu. 👇👇 https://bit.ly/44GRBGy
1 274
9
"🐍 Download Python - Unleash Your Coding Potential! 🚀 Discover the power of Python's simplicity and versatility. Get the latest version now! #Programming #Python #Coding" "🔧 Enhance Your Coding Journey with Python! 🌟 Upgrade to the latest version for improved performance and exciting features. Download Python from our website today! #Python #Coding #Software" "🔥 Ready to Code? Download Python! 🎯 Harness the capabilities of the world's most loved programming language. Stay updated with the latest version - it's just a click away! #Programming #Python #DownloadNow" "🌈 Experience the Magic of Python! ✨ Install the latest version and unlock a world of possibilities in software development. Download Python from our website now! #Python #Coding #Tech" "🚀 Python - Your Ultimate Programming Companion! 💻 Boost productivity with the newest version of Python. Download it today and embark on a coding adventure! #Programming #Python #Download" "📥 Download Python - Your Gateway to Coding Brilliance! 🌟 Stay ahead with the latest version and explore Python's incredible ecosystem. Don't wait, get it now! #Coding #Python #Download" "💡 Dive into Python - The Language of Innovators! 🚀 Upgrade to the latest version and access cutting-edge tools for your coding projects. Download Python today! #Python #Coding #Tech" "🌟 Unleash Your Creativity with Python! 🎨 Get the latest version and experience the joy of coding. Download Python from our website and start programming like a pro! #Python #Coding #DownloadNow" "🔍 Seeking a Powerful Programming Language? 🔥 Look no further! Download Python's latest version and witness the magic of elegant code. #Programming #Python #DownloadNow" "🔒 Stay Secure with Python - Download the Latest Version! 🛡 Upgrade now to shield your projects with the latest security patches. Get Python from our website today! #Python #Security #Download" "🚀 Python - Fuel Your Coding Passion! 💡 Elevate your skills with the latest version, featuring exciting updates. Download Python from our website and start coding wonders! #Programming #Python #Download" "🔧 Upgrade Your Coding Arsenal with Python! 🌟 Download the latest version and empower yourself with the language of choice for developers worldwide. #Coding #Python #DownloadNow" "🌐 Ready to Conquer the Coding World? 🏆 Download Python and embrace the efficiency of the latest version. Start your coding journey with us today! #Programming #Python #Download" "📥 Get the Latest Python Version - It's Simple! 🎉 Stay updated with the most powerful programming language. Download Python from our website now! #Python #Coding #Tech" "💻 Download Python - Embrace the Future of Coding! 🚀 Upgrade to the latest version and unlock a world of innovation. Get it now from our website! #Programming #Python #DownloadNow" 👇👇👇👇👇 https://bit.ly/3XY1pcT https://bit.ly/3XY1pcT
1 252
10
✅የፕሮፌሽናል ካሜራ መተግበሪያን ለ 4 ኬ ቪዲዮ ፣ ባለከፍተኛ ጥራት የራስ ፎቶ ፣ ነፃ DSLR እና ለአንድሮይድ ልዩ ባለሙያ ያውርዱ። ✅ልዩ እና ከፍተኛ ጥራት ያላቸውን ፎቶዎች ለማንሳት ይህን መተግበሪያ ይጠቀሙ። ✅ይህ አፕ የፎቶዎችህን ጥራት ለመጨመር የተለያዩ ባህሪያትን ይዟል። ☑️አፑን ለማውረድ ከስር ያለውን ሊንክ ይጫኑ።👇 https://bbc.gadaamedia.com/2023/07/16/hd-camera-2023-for-android/
1 343
11
✅Appii kaameraa ogummaa viidiyoo 4K, HD ifaa selfie, DSLR Bilisaa fi ogummaa adda qabu kan android buufadhaa. ✅Appii kanatti fayyadamtani suuraa adda ta'e fi qulqullina olaanaa qabu ka'uu dandeessu. ✅Appiin kun qulqullina Suura keessanii dabaluuf kan isin gargaaru wantoota adda addaa ofkeessaa qaba. ☑️Appii kana buufachuuf liinkii kanaa gadii tuqaa. 👇👇 https://bbc.gadaamedia.com/2023/07/16/hd-camera-2023-for-android/
2 284
12
✅ Karaa bashannansiisaa fi badhaasa qabu maallaqa bilisaa argachuuf barbaadaa jirtuu?   ✅Appii ajaa'iba tapha taphachuun yeroo walabaa qabdan fayyadamtani hanga 10,000 ji’aan argachuu dandeessan buufachuuf liinkii armaan gadii fayyadama.👇  ✅Link armaan gadii kana tuquun App buufadhaa https://gadaamedia.com/2023/07/14/space-treasure-play-earn/
1 629
13
➡️Namoonni kitaabota fi bareeffama gaggabaaboo barreessitanii qabdan ykn bareessuuf yaada qabdan 'Online platform' garagaraa irraatti gurgurachuu dandeessu. ☑️ Platform ykn website ☑️ Akkataa Kaffaltii fi ☑️ waan isin daangessu argachuuf liinkii kana gadii fayyadama. 👇 https://gadaamedia.com/2023/06/22/10-profitable-online-platforms-to-earn-money-from-books-others/ ✅Biyya keessattillee WEBSAAYTII 'big bole' irraatti gurgurachuu dandeessu 👇 https://gadaamedia.com/2023/06/22/10-profitable-online-platforms-to-earn-money-from-books-others/
1 359
14
↪️kaameeraa mobaayilaa qulqullina olaanaa qabu fayyadamuun Dokumentootaa ykn Suuraalee gara PDF ykn JPEG tti jijjiiruu dandeessu. ↪️ Aappiin kun kan fayyadu; ➡️Barattootaaf ➡️Barsiisootaaf ➡️Hojjatoota wajjiraalee garaa garaatiif ➡️daldalaa ykn namoota kaa biraa kaa fayyadamuu barbaadan hundaaf kaa fayyaduudha⤵️ ↪️Mallaqaa fi yeroo keessan qusachuuf Aappii kana buufachuun itti fayyadamaa.⤵️ https://gadaamedia.com/2023/06/23/clear-scanner-pdf-scanner-app/ ↪️Maappii kana buufachuuf liinkii armaan gadii fayyadama.⤵️⤵️⤵️⤵️ https://gadaamedia.com/2023/06/23/clear-scanner-pdf-scanner-app/
1 025
15
↪️Gulaalaa suuraa fi vidiyoo ajaa'ibsiisoo waraabuu fi gulaaluuf 'App' si gargaaru buufachuuf liinkii armaan gadii fayyadami.⤵️ ⬇️⬇️⬇️ https://gadaamedia.com/2023/06/25/lightroom-photo-and-video-editor/ ⬇️⬇️⬇️ https://gadaamedia.com/2023/06/25/lightroom-photo-and-video-editor/
656
16
✅Walfakkeenyaa fi garaagarummaa Sirna Gadaa fi Dimokiraasii Ammayyaa ⬇ ✅ Walxaxiinsa sirnoota siyaasaa adda addaa hubachuuf yeroo baay’ee walfakkeenya hawwataa fi garaagarummaa hawwataa ta'e argina. ✅Barreeffama kana keessatti, walfakkeenyaa fi garaagarummaa sirna Gadaa, shaakala dimokiraasii durii ummata Oromoo Itoophiyaa keessatti, fi sirnoota dimokiraasii ammayyaa addunyaa guutuutti babal’atan gidduu jiru keessa lixnee ilaalla. ✅Liinkii armaan gadii tuquun itti fufaa dubbisaa✅ ⬇️⬇️⬇️⬇️ https://gadaamedia.com/2023/06/26/the-gadaa-system-and-modern-democracy/ ⬇️⬇️⬇️⬇️ https://gadaamedia.com/2023/06/26/the-gadaa-system-and-modern-democracy/
624
17
✅Appii akka ajaa'iba viidiyoo gulaaluuf (edit) gochuuf isin gargaaru baasii tokko malee buufachuuf liinkii armaan gadii tuquun buufadha. ⤵️⤵️⤵️ https://gadaamedia.com/2023/06/26/capcut-video-editor-updated-on-jun25-2023/ ⤵️⤵️⤵️ https://gadaamedia.com/2023/06/26/capcut-video-editor-updated-on-jun25-2023/
575
18
✅Hiikkaa barreeffamaa: Afaan beektan fayyadamtani Barreessuudhaan gara afaanota 108 hiikuu dandeessu.☑️ ✅Interneetii malee gara afaan 59 hiikuu dandeessu.☑️ ✅Hiikkaa kaameraa battalaa: Kaameeraa keessan akeekuu qofaan barreeffama suuraa keessatti battalumatti gara afaan 94 hiikuu dandeesu. ✅Walumaagalatti, afaanota hedduu gara afaan beektanitti jijjiirtanii barachuuf ykn hubachuuf appii (App) armaan gadii buufatanii fayyadamuu dandeessu.☑️ ✅Appii buufachuuf liinkii tuqaa ⬇️⬇️⬇️⬇️ https://gadaamedia.com/2023/06/28/google-translate/ ✅Appii buufachuuf liinkii tuqaa⬇️⬇️⬇️⬇️ https://gadaamedia.com/2023/06/28/google-translate/
557
19
✅Learn Spanish, French, German, Italian, English and more languages for free. ✅Learn a new language with the world’s most-downloaded education app! ✅Practice speaking, reading, listening, and writing to build your vocabulary and grammar skills. ✅Click below link to download App⤵️ ⬇️⬇️ ⬇️ https://gadaamedia.com/2023/06/28/duolingo-language-lessons/
535
20
✅Check and correct your English grammar, spelling, punctuation, and more. ✅Edit and correct your grammar, spelling, punctuation, and more with your personal writing assistant, grammar checker, and editor. ✅Click below link to get our App☑️ ⬇️⬇️ https://gadaamedia.com/2023/06/28/grammarly-keyboard-grammar-keyboard/
527