cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

Gelanaa garomsa

Show more
The country is not specifiedThe language is not specifiedThe category is not specified
Advertising posts
355
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Jirra jirtuu
Show all...
Show all...
ODUU Hatattama Qeerroon mormii Hiriira itii fufun Motumma Mudamsisa jira kuno @Moha Oromo

#OLA #subscribe #like #share

Jawar, Baqqalaa fi Hamzaa Booranaa amma bahanii jiru! Baga gammanne!
Show all...
Repost from Yayaa Bashir
Show all...
Siyaasa Itoophiyaa: Jawaar Mohaammad dabalatee qondaalonni KFO, Baaldaraas fi TPLF hidhaarraa hiikaman

Jawaar Mohaammad dabalatee hogganoonni paartii mormituu Kongirasii Federaalawaa Oromoo fi namoonni isaan waliin himatamanii mana hidhaa sirreessaa Qaallitti turan gadi dhiifamuu maatiin hidhamtootaa mirkaneessan.

Show all...
Daraartu Tulluu Jawar mohammed hatattaman mana hidhaati bahuu qaba jette.

#daraartu_tulluu

Subscribe godhuudhaan nu gargaraa channel YouTube kenyaa https://youtube.com/channel/UCgwAdMMjngyJZ7QLUBefpWA
Show all...
Hiikkaan Jalqabamee jira, Jaal Abdi Raggaasa hiikkaman, Baga Nagayaan baatan! Ajjabanii akka gara manaa deemaniin namootni argan nuuf mirkaneeysanii jiran.
Show all...
Gamtaa Adduunyaa…👇🏽 Gamtaan Adduunyaa Miseensota Mana Marichaatiin dirqamee Murtee jajjabaa Tokko dabarse. Walgahii biyyoonni hedduun hatattamatti waamaniin walqabatee Koreen dhimma Waraana Itiyoophiyaa qoratu Dhaabbatichaan hundaa’ee akka walabaan dhimmicha qoratu gaafatame. Biyyoota hirmaatan 57 keessaa biyyoonni 21 yaadicha deeggaran. Afrikaa keessaayis biyyoonni akka Senegaal, Suudaanifii Toogoo Itiyoophiyaa cinaa dhaabachuu didan. Bu’uuruma kanaan Dhaabbanni Gamtoomanii Waraana gaggeeffamerratti qorannaa walabaa ni gaggeessa jechuudha. Dubbiin kun qaama ofitti amanamummaa qabu waan rifachiisuu qabu hin turre. Garuu eenyuyyuu caalaa Mootummaan Bilxiginnaa rifaatuu ol’aanaa keessa galee jira. Lukkuleen isaatis akka saree maraattee yuusuu eegalaniiru! Dhala namaa duguuganii miliquun bara dandahamu bira dabrinee jirra! Bu’aan qorannaa kanaa yakkamtoota Mana Murtii Idil Adduunyaatti dhiyeessuu kan dandeessisuudha - Murtii Baay’ee Ol’aanaafii Hiika guddaa qabuudha! Gantuun kanaa ol salphatti.
Show all...
Obbolii, Gurratti Isin Calaw, Karoorri Abiyoot Jawaar Irratti qabu kana …👇🏽 “ Ni Hiikna. Isa hiikuu keenyaan Ummata ofirraa cal’isiisna. Inni Garuu Manaa akka hin baane goona, Manni Isaatis tika Mootummaatin eeggama, Biyyaayis bahuu itti hin dhiisnu, Waan tokkos dubbatuu hin hayyamnuuf. Yoo dide ni ajjeesna.” Jawaarfaatu nuuf bahuufi jettanii of hin gowwoomsinaa jechuudhumafi! Odeeffannoo kana #Share godhuudhaan hiriyoota keessan biraan gahaa📌📌📌 Kanuma Keenyas Oluma
Show all...
Obboo #BekeleGerba Quuqama sabaa Jechuun akkana Kunoo! Hooggana Ummataa jechuun kan miidhamaa fi rakkoon lammii isarra gahu hirriiba Isa dhoorgudha. Akkuma Wa'ada galee ture Obboo Baqqalaan gurgurtaa Kitaaba isaa Mul'atan Qaba jedhu irraa Lammiilee Keenya Booranaa fi Baaletti Hongeen miidhamaa Jiraniif deeggarsa godhee Jira. Booranaaf qarshii Kuma kudha Shan (15000) akkasumas Baalefis qarshii kuma kudha Shan (15000) gumaachanii Jiru. Walumaagalatti Qarshii Kuma soddoma gumaachanii Jiru. Obboo Baqqalaa galatoomi jennaan
Show all...
Choose a Different Plan

Your current plan allows analytics for only 5 channels. To get more, please choose a different plan.