cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

Yayaa Bashir

Oromo Frist

Show more
Finland1 060The language is not specifiedPolitics8 122
Advertising posts
5 527
Subscribers
No data24 hours
+17 days
-2230 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Show all...
Dr.Abiyi Ahmed fi Bulchaan Somaliland#mohaoromo #omn #obn #oduu #oro

#oromia #abiyahmed #somaliland #russia #oromo #oromonews #oduu_afaan_oromoo

👍 24 7
Show all...
Oduu hatattama ABO fii MootummaBiyya:#mohaoromo #omn #obn #oromo #oromia #oduu #oduuhariya #russia

Goolabbii dubbii tiyyaatiif barruu Jawar { Boqonnaa Qabsoo Oromoo } ja'ee barreessee gara Facebook isaas gama media OMN dabarse PDF dhaanis maxxanee jiru kan dubbisin akka dubbiftan isin affeera kan arkatin anaas gaafadhaa isiniif ergaa sadarkaa qabsoon Oromoo gubbaa jirtu xumuree lafa kaayee jira waan ta'eef. #Waan_Waliin_Dhabne_Malee_Waan_Irratti_Wal_Dhabne_Hin_Qabnu Tokkummaan Humna Guddaa Injifannoo Oromooti Ilaalcha siyaasaa gara garaa qabnuun wal jibbaa keessaa baanee fuul-dura ummata Oromootiif waliin tokkoomaa hojjadhaa isiniin jannan. Waan dubbiftaniif galatoomaa yaanni koo yoo isinitti Tole share godhaa.
Show all...
👍 98 18🥰 17
Ijoo Dubbii Dr Abiy Maal Ja'e.! Ajaa'iba ture.! Haasaan Dr Abiy raajii ture specially qabsaawota Oromootiif ergaa guddaa qaba ture akkana ja'e. Yaahaadig ykn wayyaanee keessa seennee cabsine akka isaan itti caphanitti qaamni kamuu nun cabsu waan beeynuun kun siif gala mitii? Jarri nun cabsu nuti yoo wal afaan deebines akka kaleessaa wanni milkaahu hin jiru kanaaf ilaalcha duubatti hafaa gattanii waliif abboomuun haa deemnu akka waan ja'uu fakkaata. Inni biraa ammoo ijoollee bosona jirtuuf dhaamsa dhaame ykn warra bitaaf innis kana ture dhaabbilee akka manneen barnootaa mana yaalaa waajjira mootummaa fkkf mara diiguun wallaalummaadha maaliif jennaan biyya kanatti yoo mootummaa taate haaraatti waan harka keetiin balleessite deebitee ijaaruuf kadhaa fuula namaa dhaabbatta ergaan kunis gad lallaalan mixiin ija qabdii sani. Inni biraa ammas kaabineef dhaamsi dhaamame Innis akkana ture. Nama tahi ummata wajji boohi ummata wajji kolfi ummata wajji rakkadhu ummata wajji badhaadhi nama tahi suufa uffattee konkolaataa duuba teeysee hulaa namni sirraa banee ajjaabiin if rakkisuu dhaabi nama tahi boru gaafa hojjachuu sababa dhabdeef sikaafne nuti akkana yaannee turre jechuun hiikan qabu yaadde osoo tahee carraa siif kennametti fayyadamtee hawaasaaf hojjatta ture ja'een dabalees Inni adaamaa jirtu akka itti Finfinnee boolee seentu yaaduu dhiiftee akka adaamaa itti boolee fakkeessitu irratti hin hojjattu taanaan atis karaa qabatta ergaa walii galaa hoggantootaati kaabineef kan dheengadda dhaamame. Kan biraa ammaas isan durarra kaase sanittin deebi'a akka ilaalcha kiyyaatti jechi Dr Abiy ja'e sun directly warra siyaasaa Oromoof dhaamame jechuun waliin taanee haa hojjannuu malee akka wayyaanee taankiif baankii waahundaan if ijaarte waggaa 30 deemte kuftetti keessa waan beeynuuf haala saniin kan nukuffisu abadan hin jirus hin jiraatus ja'e kana jechuun warri isa kuffisa ja'ee yaadu ykn ammoo sagalee hawaasaa qaban ja'ee yaadu dhaabbilee siyaasaa Oromoo malee taan hunda karaa qabsiise waan taheef ergaan kun waan isaan ilaallatu natti hin fakkaatu warra keenya malee. Kanaaf wantoota ijaan arkaa jirru baayyeedhaan wantoonni saba keessaa baane fakkaatu tan dhiigaaf lafee lubbuun itti dhabame hedduun mumullachaa jiraattus gamtaa dhaba dhaabbilee siyaasaa Oromootiif hundi milkaawaa hin jiru kanaaf wantoonni adeemsaan sirratan baayyeen jiraatus fedha keessaniin fedha mootummaatiin wantoota ammatti hin mijjanne booddeetti qabadhaatii waliigaltee uumaa akka warri diina keenya dhaabbataa jaarraa mooyyee/sanduuqa tokkotti walitti qabanii { ye onag mangist ye onag sarawit} makkalaakiyaa dabalatee isa Oromummaa himatu hunda diina godhatu kanatti ija laaffadhaa waliif abboomaa waan sabaaf tahu irratti waliin hojjadhaa. Dhugaa kana hin dagatinaa ammoo dhaabbileen siyaasaa Oromoo hayyoonni Oromoo beeytonni Oromoo paartii kamuu keessa jirtan hoggansarras jirtan ummanni keenya gatii waggaa shanan darban kana kaffale kana itti gaafatama jalaa akka hin baane sababa keessan ummanni gatii kana mara akka kaffale hin dagatinaa wal tuffii akkamittiin siin hogganama anaatu si hoggana malee kun naan hin malu san malee waliin jechaa keessaniif kanaaf amma kan kutte gundoo tan dhuftuu guddo akkuma ja'amu sana isii dabarte bira kutaatii fuul duratti maal sabaaf goona michooma akkamii uumnaarratti xiyyeeffadhaan dhaamsa kooti dhaamsa Oromooti. Waggaa arraa xiinxalaan siyaasaa hayyuun Oromoo Jawar Mohammed gaafa galatoomaa addunyaarra deemaa ture dubbate kan Oromoo walin sobnu warra hoggansarra jiran hin tuffatinaa Nucaalanii dirree qabsoo nuti finnee keessatti nu injifatanii aangoo dhunfatanii kanaaf akka diina darberratti qabsaawaa turretti kan nukeessaa bahetti qabsaawuun hin tahu ja'e kun dhugaa lafa jirtuudha kana Oromoon marti amanee fudhachuu qaba tuffachuu osoon taane tasgabbiin waliin deemuu gaafata..
Show all...
👍 34 11
"Dirqama Filannoo hin qabne" jechuun dubbii Galaana Diimaati! Akkuma argaa jirru, Yaadni Itoophiyaan Poortii Asab/ galaana diimaa qabachuuf dhiheessite kan diinota itti baay'isu ta'us garuu murtee sirriiti! Itoophiyaan waggoota 30 oliif kiraa portii Jabuutii (GDP) Biliyoonotaan kireeffattee Jabuutii utubaa turteerti. Warri Somaliland Dorgomaa gaarii ta’anii Biliyoona itoophiyaan Jibuutiitti baastu kana fudhachuuf waggoota Shanan darbeef irratti hojjataa turan. Akkasuma Warri Faransaayii fi Araboonnis (DP world) Galaana diimaa “Monopolise” gochuu dabalatee Fedhii fi olaantummaa isaanii jalaa akka hin baaneef qabeenya guddaa baasaniiru. Baasaa jirus. Kuni hunduu gabaa fi maallaqa Itoophiyaa abdataniiti. Har’a Itoophiyaan “Lakki ani eenyurraayyuu Bituun na gaheera, Kana booda qunnamtii kallattii Galaana diimatti taasiseen ofiin of jiraachisa” gaafa jettu Abdiin dukkanaa'u baay'achuu mala! Ankaaraa hanga Abu-Dhabi, Mombaasaa hanga Hargiisaa, Moqadishuu hanga Asmaraa, Jabuutii hanga Paarisitti warri jiran hunduu waan qabuun Itoophiyaa ugguree,Galaana Diimaas ta’ee Garba hindii akka hin qunnamne danquuf warra hojjetuudha. Dabalataanis Asab qabachuuf gaafa adeemamu, Jabuutiin Har’a Ertiraaf diinaa tunis Asmaraa cinaa gortee Itoophiyaa irratti dhiibbaa akka gootu shakkiin hin jiru. Garuummoo bitaanis ta'ee mirgaan, tolaanis ta'ee malaan, qaala'iinsa jireenyaa hirdhisuuf, Carraa diinagdee biyyattii baldhisuu fi Qoonqoo ummata Miliyoona 120tiif jecha Asab qofa miti Ol siqanii #Mutsuwwwaatti gaafii kaasuunuu cubbuu miti. Murtee sirrii fi sirriiti. Itoophiyaaf Abbaay Caalaa poortiin Asab 1000% faayidaa qaba. Waan akkas faayidaa qabuuf ammoo Dhaadannoo "Lukkuu hanga Lubbuu" jettu sana yoo dhageessisanis rakkoo miti! Kanuma Tolaanis ta'ee lolaan karaa fi karri doonii itoophiyaaf filannoo miti dirqama!!
Show all...
👍 75🥰 4 1😢 1
Jirra jirtu
Show all...
👍 63 24🥰 5
Miseensota hawaasa Oromoo Kibba Iswiidin (Skåne): Obbo Tasfaa, Dr. Galaanaa, Dr. Fiqaaduu fi Aadde Tarfaasee, karaa dheeraa deemtanii na waliin argamuu keessaniif ulfaadhaa. Warri haalli isinii mijachuu dhabee telefoonaan na dubbiftanis galatoomaa.
Show all...
80👍 43🥰 7😁 6😢 5
👍 11
Guyyaan har'aa guyyoota iftuu jireenya koo keessatti yaadadhu keessaa takka. Yuniversiitii Malmootti waraqaa qorannoo koo kan digrii 2ffaa naa guutu gosa qorannoo International Migration and Ethnic Relations (IMER) jedhamuun raaw'adhee milkiidhaan fudhachiiseera. Bu'aa bahii heddu keessa qaxxaamuree milkii guyyaa har'aaf akkan gahu kan na dandeessise Rabbiin Guddaan haa galatoomu! Waanin keessa dabrerraa ka'uun guyyaan kun anaaf iddoo addaa qabdi. Umrii joollummaa kan silaa barnoota sadarkaa akkasii kana itti raaw'atan jaalala Oromiyaafin dabarsee kenne. Sana gochuu kootti heddun boona. Gaafas lubbuun jiraadhee jiruu akkaademiitti deebi'uuf carraa nan argadha hin seene. Bara 2011 gaafan ABO keessatti dirqama hogganummaa ol'aanaaf filamu hojii qabsoo cinaatti akkan Yunivarsiitii Asmaraatti barnoota koo itti fufu karaa hoggana kiyya J/Daawud Ibsaa iyyadheen ture. Tattaaffiin jaarsi carraa kana naa argamsiisuuf godhe garuu hin milkoofne. Waaqatu ati digiriiwwan kee Awrooppaatti hojjetta malee lafa sanii miti jedhee murteesse jechuu dha. Hiree kanaan Hayyu-Duree ABO J/ Daawud Ibsaa osoo hin galateeffatin dabruun qooda wallaaluu taha. Yaadannoon digrii kanaa obboleessa koo Gaalib Abbaa Saambii kan badii tokko malee ilmaan isaa duraa fuudhamee ajjeefameef haa tahu! Akkan caba narra gahe hunda injifadhee guyyaa kana gahuuf warri fagoo fi dhihoorraa hamilee na jabeessitan hundi galatoomaa, ulfaadhaa! Warri faallaa kanaan caba naaf hawwitanii isiniif milkaawuu dhabes qalbii isiniif haa kennu.
Show all...
👍 31 2
ኦLF እና ብልፅግናም የነበረዉ ዉይይት መልካም እንደነበር ገልፀዉ በተወሰኑ ነጥቦች ላይ ያለመስማማታቸዉን ገለፀዋል:: በሁለቱም በኩል በቀጣይነት ንግግሮች እንዲኖሩ ፅኑ ምኞት እንዳላቸዉ ገልፀዉ ፍላጎታቸዉን በአወንታዊነት አኑረዋል:: ይህን ነገር መደገፍ እና ማበረታታት የሁሉም ድርሻ ሊሆን ይገባል:: ከትግራይ መንግስት ጋር የተደረገዉ በዘላቂነት የተዉክስ አቁም ስምምነት ከመደረሱ በፊት ከባድ ያለ መስማማት የነበሩባቸዉ ዉይይቶች ብሲሼልስ, ጅቡቲ እና ኬኒያ ነበሩ ፕሪቶሪያ ከዚህ ሁሉ ቦሃላ የመጣ መድረክ ነበር:: ትግሉ ይቀጥላል ውይይቱም ይቀጥላል..!
Show all...
👍 42 11