cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

Ⓚallattii

✅Kallattiin kee maali ✅Gareen kun kallatti dha ✅Xiin sammuu gara garaa ✅Barumsa adda addaa ✅Bashannana ✅Kanaaf kallattiin kan keeti 👈 Yaadaf @naaolnaaol @kallattiinkankeeti

Show more
Finland2 111The language is not specifiedMusic58 155
Advertising posts
188
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

06:43
Video unavailableShow in Telegram
Kutaa 1ffaa waahee tokkummaa
Show all...
Nama tokkoof icciitii tee himnaan; xiyya gaaf tokko ittiin darbatee siin waraanu kanniteefii jirta. Namni gariin hoggaa siin wal -lole tarkaanfiin isaa ta duraa iccitii tee san facaasudha jedhan. Iccitiin hanguma si bira qofa jirtu iccitiidha . Si malee namni biraa dhageenyaan oduu gandaa taati. ┗━━━ ━━💞━━ ━━━┛ @kaayyoo_kootiif
Show all...
Photo unavailableShow in Telegram
T.me/kallattiinkankeeti Tiqqoo naaf seeqadhaa 😁😁 namichaatu finfinnee deemee daandii walakkaa osoo deemuu konkolaatan kilaaksii itti afuufe achi booda rifatee maal jedheen seeta 😂😂😂😂 makiinaa har'a naa duute jedheen 😂😂 share godhi
Show all...
Ⓚallattii

✅Kallattiin kee maali ✅Gareen kun kallatti dha ✅Xiin sammuu gara garaa ✅Barumsa adda addaa ✅Bashannana ✅Kanaaf kallattiin kan keeti 👈 Yaadaf @naaolnaaol @kallattiinkankeeti

🔗 Hin Gaddin Barruu kana Dubbisaa, waan baay'ee irraa barattu,
Show all...
06:59
Video unavailableShow in Telegram
GALATA QABDA JENNAAN
Show all...