Odeeffannoo fi Gorsaawwan babbareedoo
Open in Telegram
374
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days
Data loading in progress...
Similar Channels
Tags Cloud
No data
Any problems? Please refresh the page or contact our support manager.
Incoming and Outgoing Mentions
---
---
---
---
---
---
Attracting Subscribers
February '24
February '24
+20
in 0 channels
January '24
+72
in 0 channels
Get PRO
December '230
in 0 channels
Get PRO
November '23
+15
in 0 channels
Get PRO
October '23
+48
in 0 channels
Get PRO
September '23
+22
in 0 channels
Get PRO
August '23
+22
in 0 channels
Get PRO
July '23
+25
in 0 channels
Get PRO
June '23
+25
in 0 channels
Get PRO
May '23
+26
in 0 channels
Get PRO
April '23
+22
in 0 channels
Get PRO
March '23
+14
in 0 channels
Get PRO
February '23
+7
in 0 channels
Get PRO
January '23
+19
in 0 channels
Get PRO
December '22
+17
in 0 channels
Get PRO
November '22
+19
in 0 channels
Get PRO
October '22
+21
in 0 channels
Get PRO
September '22
+21
in 0 channels
Get PRO
August '22
+17
in 0 channels
Get PRO
July '22
+16
in 0 channels
Get PRO
June '22
+8
in 0 channels
Get PRO
May '22
+15
in 0 channels
Get PRO
April '22
+1
in 0 channels
Get PRO
March '22
+3
in 0 channels
Get PRO
February '22
+6
in 0 channels
Get PRO
January '22
+8
in 0 channels
Get PRO
December '21
+5
in 0 channels
Get PRO
November '21
+18
in 0 channels
Get PRO
October '21
+12
in 0 channels
Get PRO
September '21
+17
in 0 channels
Get PRO
August '21
+5
in 0 channels
Get PRO
July '21
+221
in 0 channels
Channel Posts
Ganama Gaazaa..!!
Weerartuun Israa'iil Magaalaa Gaazaa marsitee jiraachuu ifoomsite! Israa'iil yeroo ammaa Waraanni ishee kallattii 4n Magaalaa Gaazaa marsanii lolaa jiraachuu kan beeksiste yoo ta'u duula Waraanaa ishee kana osoo hin xumuriin walii-galtee dhukaasa dhaabuu kamillee akka hin goone MM ishee Beenjaamin Neetniyaahoo 'n ifoomsee jira.
Hamaas gama isaatiin kiyyoo du'aa waraana Israa'iiliif qopheessee eegaa jiraachuu kan beeksise yoo ta'u Gaazaa irraa kan deebi'u reenfa isaanii qofa dha jechuun dhaadatee jira! Haga ammaatti loltoonni Israa'iil ajjeefaman lakkoofsi isaanii ol'aanaa ta'uu kan ifoomse dubbi himaan Biirgeedii Al-Qassaam Abuu Ubaydaa 'n "Israa'iil dhumaatii waraana ishee mudate lakkoofsa isaa xiqqeessitee ibsitus dhumaatiin ishee mudate ol'aanaa dha!" jechuun beeksisee jira.
Hamaas Birgeedii Waraanaa tokko guutummaatti daaraa gochuu kan ifoomse yoo ta'u Birgeedichis kan ajajaan ol'aanaa isaa kaleessa ajjeefame ta'uus hubachiisee jira! Hamaas humna Waraanaa kana Taankii isaanii dabalatee loltoota Waraanaa isaanii guutummaatti barbadeessee daaraa gochuu balballoomsee jira.
Har'a ganama ammoo Israa'iil loltoonni Waraanaa ishee 3 jalaa ajjeefamuu kan beeksiste yoo ta'u dhukaasa Hamaasiin akka ajjeefamanis amantee jirti.
Ameerikaan Diroonii ishee samii Gaazaa irratti bobbaasuu ishee kan beeksiste yoo ta'u ergamni isaas booji'amtoonni eessa akka jiran adda baafachuufi Waraana Israa'iiliif odeessa funaanuuf akka ta'e beeksistee jirti! Dirooniin Ameerikaa haalaan ammayyawoo ta'an kunneen yeroo ammaa samii Gaazaa irra balali'aa jiraachuun beekamee jira.
Ameerikaan dabalataan deeggarsa waraana Israa'iiliif Doolaara Biiliyoona 14.1 raggaasisuu ishee kan beeksiste yoo ta'u kunis kasaaraa Waraanaa Israa'iil mudatee jiru beenyaa bakka buusuuf darbees qophii Waraanaa isheef akka oolu akeektee jirti.
Odeeffannoo saffisaaf toora Telegram keenya Join godhaa, Toora Telegram keenya Share gochuun waliif qooduu hin dagatinaa.
https://t.me/oduufodefano
| 2 | Ammee..!!
Yeroo ammaa Hizbullaah fi Waraanni Israa'iil dhukaasa wal-irratti bananii jiru.
Oduu ammee daqiiqaawwaan kana keessatti Rooyitarsi qabatee ba'e akka mul'isutti kibba Libaanos fi kaaba Israa'iil kan daangaa biyyoota lameenii taate irratti qaamonni lamaan lola jalqabanii jiru.
Akkuma isiniif gabaasaa turre Israa'iil naannawaa sanaa lammiilee ishee buqqistee jirti, Gama kaaniin Hizbullaah 'n Waraanni Israa'iil humna lafoon Gaazaa kan seenu yoo ta'e kallattiin lola Waraanaatti akka seenu dhaadachuun isaa yaadannoo keenya guyyoota muraasaa dha.
Odeeffannoo saffisaaf toora Telegram keenya Join godhaa, Toora Telegram keenya Share gochuun waliif qooduu hin dagatinaa. | 97 |
| 3 | 1ffaa, Link asii gadii kana tuqxu
https://t.me/hulepay_official_bot?start=r0716661845
2ffaa, Start kan jedhu tuqxu.
3ffaa, chaanala Lamaan isinii dhufu @hulepay_official fi @hulepay_payment join gootu sana booda CHECK ✅isa jedhu tuqxu
itti aansuun 🙌መጋበዛ ሊንክ
Isa jedhu tuqxanii hiriyoota keessaniif share gootu namni 1 yoo linkii keessaniin start godhe qarshii 1 isiniif kenna
Qarshii keessan baafachuu yoo barbaaddan qarshii 10 yoo geessan💵ብር ወጪ
Isa jedhu tuqxanii lakkoofsa telebirr ittiin banattan itti galchitanii baafattu
https://t.me/oduufodefano | 1 185 |
| 4 | Amala Dubartii Dhugaan Dhiira Jaalattuu
☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆
◉ Dubartiin takka dhugaan si jaalannaan hariiroon ishiin si waliin qabdu ciminaan akka itti fufuu fi umurii dheeraa akka qabaatuf dhagaan ishiin hin garagalchine hin jiru. Garuu yeroo tokko tokko ulfina hariiroo jaalalaa hunda humnaa fi dandeettii ittiin ba’atan dhabuu irraa kan ka’e dadhabuu fi nuffuun irraa mul’ata. Yeroo kana sirritti dhimmamuufi yaaduufi kee itti mul’isuun barbaachisaa dha. Gochoota ishin taasiftu kamiifiyyuu deebin ati taasiftu ni jiraata.
.
➲ Yeroo ati wajjin karaa imaltu si ilaaluf jettee harka kee gad lakkiftee yookin bobaa kee jalaa harka baafattee sirraa achi fagaattee deemuu dandeessi. Yeroo kana si waliin deemuu tuffattee osoon hin taane hangam akka ati harkaan ishii jala fiigdu ilaaluuf ta'uu mala. Kanaaf atis callistee ishii ilaalurra hatattamaan harka isii harka kee keessatti deebifadhuuti ofitti hirkisii dhungadhu.
.
➲ Yeroo tokko tokko hangam akkhin a ati ishii waliin hidhata gaarii fi walitti dhiyeenya cimaa qabdu, akkasuma ishii waliin walitti dhiyaachuf carraaqqii/yaalii ati gootu baruuf, dhiibdee halaalatti ofirraa achi darbattee si fageessuu dandeessi. Bakka darbatamte hin hafiniitii dafii morma ishii jalatti deebi'ii ofitti qabi. Ishii malee kophaa kee humna akka hin qabne itti agarsiisi. Jaalallii dhugaan darbannaa xiqqaan kan gargar ba'an osoo hin taane haalli kamuu kan addaan nama hin fageessineedha.
.
➲ Yeroo barbaadde akka ati xiyyeeffannaa laattuuf jettee faallaa kee deemuu dandeessi. Yeroo kana osoo omaa hin dubbanne waan hundarraa bilisa ta'ii dhaggeeffadhu. Waan ishiin jechaa jirtuus faallaa fi mormii tokko malee hordofi. Gurra qofa osoon hin taane harkaafi ijaaniis osoo omaa hin hojjanne xiyyeeffannaa laadhuuf. Dubartiin xiyyeeffannaa gaarii akka kennaa qaaliitti ilaalti waan ta'eef... itti fufa
Galatoomaa yoo sotti tole
#share #like yaadaaf #comment godhaa galatoomaa. | 122 |
| 5 | ODUU GAMMACHIISAA
Kun oduu isaa namni odessu miti dhugumattii 100% dhugaadha nii kaffaala kara Telebirr
step hundaa hordofa isin jedha
Qarshii ni barbaaddu taanaan
dhibbaa dhibbatti dhugaadha shakkii tokko malee hojjedhaa
tartiiba armaan gadiitiin jalqabaa hojjedhaa
1ffaa, Link asii gadii kana tuqxu
https://t.me/hulepay_official_bot?start=r0716661845
2ffaa, Start kan jedhu tuqxu.
3ffaa, chaanala Lamaan isinii dhufu @hulepay_official fi @hulepay_payment join gootu sana booda CHECK ✅isa jedhu tuqxu
itti aansuun 🙌መጋበዛ ሊንክ
Isa jedhu tuqxanii hiriyoota keessaniif share gootu namni 1 yoo linkii keessaniin start godhe qarshii 1 isiniif kenna
Qarshii keessan baafachuu yoo barbaaddan qarshii 10 yoo geessan💵ብር ወጪ
Isa jedhu tuqxanii lakkoofsa telebirr ittiin banattan itti galchitanii baafattu
https://t.me/oduufodefano | 849 |
| 6 | Oduu Gaddaa
===========
Artiisti Haloo Daawween du'aan addunyaa kanarraa boqotte.Seenaa Aartii fi qabsoo uummata Oromoo keessatti gahee olaanaa kan qabduu fi jaallatamtuu kan taate Artiisti Haloo Daawwee du'aan addunyaa kanarraa boqotte.Haloo Daawween erga yeroo dhiyoo asii dhukkubsattee wal'aansarra kan turte yoo ta'u, har'a galgala mana jireenya ishee magaalaa Adaamaatti argamu keessa du'aan addunyaa kanarraa boqotte.Artiisti Haloo Daawweef jannata,ummata Oromoo maraaf jajjabina hawwina! | 111 |
| 7 | Kutaalee adduunyaa garaa garaatti hiriirri deeggarsa Filisxiiniifi balaaleffannaa humna weeraraa Isiraa'el gaggeeffame
Spider Media : Onkololeessa 3/2016
Magaalota gurguddoo adduunyaa keenyaatti hiriirri deeggarsa Filisxiiniifi balaaleffannaa humna weeraraa Isiraa'el gaggeeffamaa ooleera. Haaluma kanaan guyyaa har'aa USA New York akkasumas England London'tti lammiileen kumaatamoonni adda baabaayiitti ba'uun haleellaa jumlaafi duguuggaa Isiraa'el Gaazaa irratti raawwataa jirtu cimsanii balaaleffachuun lammiilee Filisxiin miidhaman bira akka dhaabbatan ibsaniiru.
Guyyaa kaleessaas biyyoota adduunyaa heddutti keessumaayyuu biyyoota islaamaa baay'ee keessatti salaata Juma'aa booda hiriirri walfakkaataan gaggeeffamuun kan yaadatamuudha. | 107 |
| 8 | MM Israa'il:- "Lolichi gabaabaa miti garuu Ham**aas 'n balleessuun xumurama!" jechuun dhaadatee jira.
Btw- Ham**aas seenaa Waggaa dheeraa qaba, Waggoota kana hunda ni balleessina jedhanii dhaadachaa turan! Inni ammoo yeroo hin eegamnetti surprise isaan taasise, Humnichi tasa waan baduu fakkaataa laata?
Ham**aas jechuun..!!
Humna jabaa Iccitii isaa tiksuuf meesh-aa quunnamtii hundaa fayyadamuu dhiisee miilaan deemuun ergaa waliif qoodaa ture dha! Yoo dhibde ammoo xalayyaa harkaan barreessee waliif dabarsaa ture, adeemsa kanaan rookettii fi mee-shaalee biroo dabalatee IRAN irraa kontorbaandiin galfachuun humna wa-raanaa isaa ijaaruu kan danda'e dha.
Tibba kana halee-llaa lafarraa fi kan biroo fudhataniin Mossad addunyaa irratti waaree salphinaa akka uffatu affeeran! Mossad humna tikaa maqaa guddaa qabu kan Ameerikaan maallaqa doolaara miiliyoonotaan itti dhangalaastee sochoostu salphisan.
Ni balleessituuree?
Toora Telegram keenya Share gochuun waliif qoodaa.
https://t.me/oduufodefano | 92 |
| 9 | Sab-quunnamtii Israa'il:- "Rookkettiin jabaa Wabil Magaalaa guddittii Tel-Aviv kanneen biroo irratti furguggifame..!" jechuun gabaase.
Toora Telegram keenya Share gochuun waliif qoodaa. | 84 |
| 10 | Qoramtoonni kutaa 12ffaa boru sa'aatii 12 irraa eegalee bu'aa isaanii filannoowwan armaan gadiitiin ilaaluu ni dandeessu. Qormaattoonni kutaa 12ffaa bara 2015 Adoolessa 29, 2016 ganama sa'aatii 12:00 irraa eegalee filannoowwan armaan gadiitiin bu'aa isaanii ilaaluu akka danda'an Ministeerri Barnootaa beeksise: Marsariitii irratti - https://eaes.edu.et/ Ergaa gabaabaatiin - 6284 Telegiraamiin - https://t.me /eaesbot | 107 |
| 11 | 🎴Ministry Of Education🎴
#Odeeffannoo ammee
Qabxii olaanaa Saayinsii Uumamaa 649; Saayinsii Hawaasummaa 533 jedhamee galmaa'ee jira.
Manni barumsaa Addis Ababa Ledta Cruz qabxii 649 fi Manni barumsaa Markos Addis Alemayehu qabxii 533 galmeessaniiru.
Walumaagalatti barattoota bara 2015 qorataman keessaa dhibbeentaa 3.2 qofatu qabxii dhibbeentaa 50 fi isaa ol argate.
Qabxiilee Ministirri Barnootaa obbo Berhaanuu Negaa kaasan keessaa:
Barattoonni 200 damee saayinsii uumamaatiin qabxii 600 ol galmeessaniiru.
Saayinsii hawaasaatiin qabxii 500 ol kan galmeesse barattoota 15 qofa.
Saayinsii uumamaatiin qabxiin olaanaan 649 yoo ta'u, Addis Ababa mana barumsaa Ledta Cruz School keessatti barattuudha.
Saayinsii Hawaasummaatiin qabxii olaanaa 533 kan qabu yoo ta'u, mana barumsaa bultii Debre Markos keessatti barataa dha.
Sadarkaa magaalaatti Addis Ababa, Hararii fi Dredawa magaalota raawwii gaarii agarsiisan.
Manneen barnootaa shan barattoota darban qorataniiru."
"Manneen barnootaa shanan hafan irra deebi'anii qoratan barattoonni isaanii dhibbeentaa 95 darbaniiru."
Manneen barnootaa 10n sadarkaa olaanaa qaban (sadarkaa):
1. Mana Barumsaa Bultii Alemahehu Haaraa
2. Mana Barumsaa Bultii Dese
3. Barnoota STEM Bahardar
4. Mana Barumsaa Bultii Hiranzii (Zoonii Selete) .
5. Mana Barumsaa Bultii Liich Gogoo (Hadia) .
6. Mana Barumsaa Bultii Odaa (Adaamaa) .
7. Mooraa Kotebe Sherd
8. Akkaadaamii Neetaa
9. Mana Barumsaa Bultii Wolaytalikaa
Ministeerri Barnootaa bara kanas sagantaa sirreeffamaa(Remedial) akka jiraatu beeksiseera.
Barattoonni kallattiin darban muraasa waan ta’aniif bara kana sagantaa sirreeffamaa ni jiraata jedhameera.
Prof. Berhaanuun waadaa koo cabsuu kootiif dhiifama naan jedhe.
Ministirri kun sagantaa sirreeffamaa kun carraa yeroo tokkoo qofa ta’uu amanuu isaanii ni yaadatama.
Join godhaa
https://t.me/oduufodefano | 1 304 |
| 12 | #Kaalaandarii_Barnootaa_Bara_2016!
Ministeerri Barnootaa Kaalaandarii kan Bara Barnootaa 2016 guyyaa har'aa ifoomseen, Fulbaanni 7 -11 torbee Barnootaa jedhamee kan kabajamu ta'uu beeksise.
Fulbaana 14, 2016 adeemsi baruufi barsiisuu kan eegalamu yoo ta'uu, guyyuma kana sagantaan Barnoota Raadiyoofi Teelevizhiinii kan jalqabu ta'uus ibse.
Amajjii 27 hanga Gurraandhala 1, 2016tti, qormaanni Seemisteera jalqabaa kan laatamu ta'uunis heerame
Caamsaa 12 - 23, 2016, qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa kan kennamu ta'uus hime.
Akkasumas Waxabajjii 3 - 7, 2016 qormaanni sadarkaa Naannoo kutaa 8ffaa kan kennamu akka ta'e Dhaha haaraa ba'e kanaan ifoomse.
Waxabajjii 17 - 21, 2016 immoo qormaanni Seemisteera 2ffaa akka kennamus himame.
👇👇
https://t.me/oduufodefano | 724 |
| 13 | ❇️ BAGA GARA SAAFARIKOOM NAGAAN DHUFTAN❇️
Bootii saafarikoom fayyadamuudhan yemmuu miseensa taatan qarshii 1000 badhaafamtu.
🎁 Dabalataan nama tokko yemmuu affeertan kafaltii qarshii 100 argattu!
Namoonni affeertaan 25 yeroo gahan, qarshii 3500 baasii gochuu dandeessu.
Liinkin affeerraa kesssani ⬇️
https://t.me/Safaricom_Afan_Oromo_bot?start=r0716661845
Join | SAFARICOM - AFAAN OROMO | 77 |
| 14 | Namoonni baayyeen qarshii baafannee jirra jedhu. Hammam dhugaa akka tae baruu hin dandeenye. Mee isinis link armaan olii tuqaati join godha | 47 |
| 15 | #Bara_Haaraas_ta'ee Ayyaanota biroo kan islaamummaan hin beekne kabajuun #Haraama!!!
Gaaffii kana namoota hedduutu na gaafate
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
""Ayyaana Kabajuufi osoo tane bari harofti yoo seene barii kun kaa milkii kan nagaya kan waan hajamte keessa argatu siifi haa tahu yoo woliin jedhan maal rakko qaba?""
Yaa Obboloota koo
Bara haaraya kan jedhamu yoom irraa ka'eeti?, fakkeenyaaf bara 2016 kan jedhamu yoom irraa tokko jedhamee lakkaa'ameeti kan 2016 seenne?
Walumaa galatti bara 2016 kan jedhamu akka warri kiristaanaa lakkaa'atanitti bara itti Iyyesuus kiristoos dhufe irraa lakkaa'ama. Akka yaada jaraatti(Keessumaa akka calendar warra ortodoksii itiyoophiyaatti) yeroo iyyasuus waaqaa fi nama walitti araarsuuf dhufe irraa jedhaniiti (ዓመተ ምህረት) bara araaramaa jedhaniiti amanu. Biyyi Itiyoophiyaa tunis ofiiifis biyya ortodoksii jettee of yaamti, kalaanderas kan warra kanaa fayyadamti, guyyaan hojii biyya kanaas Wiixataa_jimaataa wanti ta'eef Sanbataa fi dilbata bataskaana deemu.
Maarree Obboloota koo yoo biyyi keenya calender ortodoksii fayyadamte nutis osoo amantii qulqulluu qabnuu keenya dhiifnee kan jaraa isaan wajjiin kabajna jechuudhaa??. Kana jechuun karaa biraa dhufaatii Iyyesuus kabajaa jirra jechuudha, isa gabbaraa jirra jechuudha!,
Kun immoo guutumaan guututti islaamummaa keessaa nama baasa!!!
Kanaafuu ayyaanni nuti kabajnu akka muslimootaatti iidota lamaan waggaatti jiran qofa, kan hafe torbanitti Jumu'aa keenya jama'aadhaan salaatuudha.
Nuti erga Allaah tti amannee Nabi Mohammed ergamaa jennee fudhannee booda jireenyi keenya guutuun akka islaamummaan nu ajajje qofatti ta'uu qaba.
https://t.me/oduufodefano | 100 |
| 16 | Karaa Telegram osoo homaayyuu hin dhama'iin, namaaf share taasisuu qofaa qarshii hedduu argadhaa!
Step 1 :-
Jalqaba link kana tuquun Start tuqaa!👇👇👇
https://t.me/hulepay_official_bot?start=r0716661845
Step 2 :-
Channel lamaan isiniif dhufan join taasisaa! Sana booda «✅Check» kan jedhu tuqaa!
Kaffaltii karaa Telebirr kan fudhattan yoo ta'u, Referral link keessan namaaf erguun qarshii hedduu hojjechuu dandeessu!
Nama tokkoon birrii tokko kan kaffalu yoo ta'u, akkasumas bonus qaba!
Join godhaa
https://t.me/oduufodefano | 83 |
| 17 | https://t.me/oeb_book_store/694?single | 1 |
| 18 | +5 G12-Agriculture-STB-2023-web.pdf | 59 |
| 19 | +5 G12-English-STB-2023-web.pdf | 49 |
| 20 | +3 G12-Biology-STB-2023-web.pdf | 49 |
