cookie

Ми використовуємо файли cookie для покращення вашого досвіду перегляду. Натиснувши «Прийняти все», ви погоджуєтеся на використання файлів cookie.

avatar

Odeeffannoo fi Gorsaawwan babbareedoo

Beekumsa waliigalaa waan faayidaa qabu hundumaaf

Більше
Фінляндія2 181Мова не вказанаОсвіта64 468
Рекламні дописи
374
Підписники
Немає даних24 години
+27 днів
+1930 днів

Триває завантаження даних...

Приріст підписників

Триває завантаження даних...

Ganama Gaazaa..!! Weerartuun Israa'iil Magaalaa Gaazaa marsitee jiraachuu ifoomsite! Israa'iil yeroo ammaa Waraanni ishee kallattii 4n Magaalaa Gaazaa marsanii lolaa jiraachuu kan beeksiste yoo ta'u duula Waraanaa ishee kana osoo hin xumuriin walii-galtee dhukaasa dhaabuu kamillee akka hin goone MM ishee Beenjaamin Neetniyaahoo 'n ifoomsee jira. Hamaas gama isaatiin kiyyoo du'aa waraana Israa'iiliif qopheessee eegaa jiraachuu kan beeksise yoo ta'u Gaazaa irraa kan deebi'u reenfa isaanii qofa dha jechuun dhaadatee jira! Haga ammaatti loltoonni Israa'iil ajjeefaman lakkoofsi isaanii ol'aanaa ta'uu kan ifoomse dubbi himaan Biirgeedii Al-Qassaam Abuu Ubaydaa 'n "Israa'iil dhumaatii waraana ishee mudate lakkoofsa isaa xiqqeessitee ibsitus dhumaatiin ishee mudate ol'aanaa dha!" jechuun beeksisee jira. Hamaas Birgeedii Waraanaa tokko guutummaatti daaraa gochuu kan ifoomse yoo ta'u Birgeedichis kan ajajaan ol'aanaa isaa kaleessa ajjeefame ta'uus hubachiisee jira! Hamaas humna Waraanaa kana Taankii isaanii dabalatee loltoota Waraanaa isaanii guutummaatti barbadeessee daaraa gochuu balballoomsee jira. Har'a ganama ammoo Israa'iil loltoonni Waraanaa ishee 3 jalaa ajjeefamuu kan beeksiste yoo ta'u dhukaasa Hamaasiin akka ajjeefamanis amantee jirti. Ameerikaan Diroonii ishee samii Gaazaa irratti bobbaasuu ishee kan beeksiste yoo ta'u ergamni isaas booji'amtoonni eessa akka jiran adda baafachuufi Waraana Israa'iiliif odeessa funaanuuf akka ta'e beeksistee jirti! Dirooniin Ameerikaa haalaan ammayyawoo ta'an kunneen yeroo ammaa samii Gaazaa irra balali'aa jiraachuun beekamee jira. Ameerikaan dabalataan deeggarsa waraana Israa'iiliif Doolaara Biiliyoona 14.1 raggaasisuu ishee kan beeksiste yoo ta'u kunis kasaaraa Waraanaa Israa'iil mudatee jiru beenyaa bakka buusuuf darbees qophii Waraanaa isheef akka oolu akeektee jirti. Odeeffannoo saffisaaf toora Telegram keenya Join godhaa, Toora Telegram keenya Share gochuun waliif qooduu hin dagatinaa. https://t.me/oduufodefano
Показати все...
Odeeffannoo fi Gorsaawwan babbareedoo

Beekumsa waliigalaa waan faayidaa qabu hundumaaf

👍 2 1
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Ammee..!! Yeroo ammaa Hizbullaah fi Waraanni Israa'iil dhukaasa wal-irratti bananii jiru. Oduu ammee daqiiqaawwaan kana keessatti Rooyitarsi qabatee ba'e akka mul'isutti kibba Libaanos fi kaaba Israa'iil kan daangaa biyyoota lameenii taate irratti qaamonni lamaan lola jalqabanii jiru. Akkuma isiniif gabaasaa turre Israa'iil naannawaa sanaa lammiilee ishee buqqistee jirti, Gama kaaniin Hizbullaah 'n Waraanni Israa'iil humna lafoon Gaazaa kan seenu yoo ta'e kallattiin lola Waraanaatti akka seenu dhaadachuun isaa yaadannoo keenya guyyoota muraasaa dha. Odeeffannoo saffisaaf toora Telegram keenya Join godhaa, Toora Telegram keenya Share gochuun waliif qooduu hin dagatinaa.
Показати все...
👍 2
1ffaa, Link asii gadii kana tuqxu https://t.me/hulepay_official_bot?start=r0716661845 2ffaa, Start kan jedhu tuqxu. 3ffaa, chaanala Lamaan isinii dhufu @hulepay_official fi @hulepay_payment  join gootu sana booda CHECK ✅isa jedhu tuqxu itti aansuun 🙌መጋበዛ ሊንክ Isa jedhu tuqxanii hiriyoota keessaniif share gootu namni 1 yoo linkii keessaniin start godhe qarshii 1 isiniif kenna Qarshii keessan baafachuu yoo barbaaddan qarshii 10 yoo geessan💵ብር ወጪ Isa jedhu tuqxanii lakkoofsa telebirr ittiin banattan itti galchitanii baafattu https://t.me/oduufodefano
Показати все...
Odeeffannoo fi Gorsaawwan babbareedoo

Beekumsa waliigalaa waan faayidaa qabu hundumaaf

Amala Dubartii Dhugaan Dhiira Jaalattuu ☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆ ◉ Dubartiin takka dhugaan si jaalannaan hariiroon ishiin si waliin qabdu ciminaan akka itti fufuu fi umurii dheeraa akka qabaatuf dhagaan ishiin hin garagalchine hin jiru. Garuu yeroo tokko tokko ulfina hariiroo jaalalaa hunda humnaa fi dandeettii ittiin ba’atan dhabuu irraa kan ka’e dadhabuu fi nuffuun irraa mul’ata. Yeroo kana sirritti dhimmamuufi yaaduufi kee itti mul’isuun barbaachisaa dha. Gochoota ishin taasiftu kamiifiyyuu deebin ati taasiftu ni jiraata. . ➲  Yeroo ati wajjin karaa imaltu si ilaaluf jettee harka kee gad lakkiftee yookin bobaa kee jalaa harka baafattee sirraa achi fagaattee deemuu dandeessi. Yeroo kana si waliin deemuu tuffattee osoon hin taane hangam akka ati harkaan ishii jala fiigdu ilaaluuf ta'uu mala. Kanaaf atis callistee ishii ilaalurra hatattamaan harka isii harka kee keessatti deebifadhuuti ofitti hirkisii dhungadhu. . ➲ Yeroo tokko tokko hangam akkhin a ati ishii waliin hidhata gaarii fi walitti dhiyeenya cimaa qabdu, akkasuma ishii waliin walitti dhiyaachuf carraaqqii/yaalii ati gootu baruuf, dhiibdee halaalatti ofirraa achi darbattee si fageessuu dandeessi. Bakka darbatamte hin hafiniitii dafii morma ishii jalatti deebi'ii ofitti qabi. Ishii malee kophaa kee humna akka hin qabne itti agarsiisi. Jaalallii dhugaan darbannaa xiqqaan kan gargar ba'an osoo hin taane haalli kamuu kan addaan nama hin fageessineedha. . ➲ Yeroo barbaadde akka ati xiyyeeffannaa laattuuf jettee faallaa kee deemuu dandeessi. Yeroo kana osoo omaa hin dubbanne waan hundarraa bilisa ta'ii dhaggeeffadhu. Waan ishiin jechaa jirtuus faallaa fi mormii tokko malee hordofi. Gurra qofa osoon hin taane harkaafi ijaaniis osoo omaa hin hojjanne xiyyeeffannaa laadhuuf. Dubartiin xiyyeeffannaa gaarii akka kennaa qaaliitti ilaalti waan ta'eef... itti fufa Galatoomaa yoo sotti tole #share #like yaadaaf #comment godhaa galatoomaa.
Показати все...
👏 2
ODUU GAMMACHIISAA Kun oduu isaa namni odessu miti dhugumattii 100% dhugaadha nii kaffaala kara Telebirr step hundaa hordofa isin jedha Qarshii ni barbaaddu taanaan dhibbaa dhibbatti dhugaadha shakkii tokko malee hojjedhaa tartiiba armaan gadiitiin jalqabaa hojjedhaa 1ffaa, Link asii gadii kana tuqxu https://t.me/hulepay_official_bot?start=r0716661845 2ffaa, Start kan jedhu tuqxu. 3ffaa, chaanala Lamaan isinii dhufu @hulepay_official fi @hulepay_payment  join gootu sana booda CHECK ✅isa jedhu tuqxu itti aansuun 🙌መጋበዛ ሊንክ Isa jedhu tuqxanii hiriyoota keessaniif share gootu namni 1 yoo linkii keessaniin start godhe qarshii 1 isiniif kenna Qarshii keessan baafachuu yoo barbaaddan qarshii 10 yoo geessan💵ብር ወጪ Isa jedhu tuqxanii lakkoofsa telebirr ittiin banattan itti galchitanii baafattu https://t.me/oduufodefano
Показати все...
Odeeffannoo fi Gorsaawwan babbareedoo

Beekumsa waliigalaa waan faayidaa qabu hundumaaf

👍 1 1
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Oduu Gaddaa =========== Artiisti Haloo Daawween du'aan addunyaa kanarraa boqotte.Seenaa Aartii fi qabsoo uummata Oromoo keessatti gahee olaanaa kan qabduu fi jaallatamtuu kan taate Artiisti Haloo Daawwee du'aan addunyaa kanarraa boqotte.Haloo Daawween erga yeroo dhiyoo asii dhukkubsattee wal'aansarra kan turte yoo ta'u, har'a galgala mana jireenya ishee magaalaa Adaamaatti argamu keessa du'aan addunyaa kanarraa boqotte.Artiisti Haloo Daawweef jannata,ummata Oromoo maraaf jajjabina hawwina!
Показати все...
Kutaalee adduunyaa garaa garaatti hiriirri deeggarsa Filisxiiniifi balaaleffannaa humna weeraraa Isiraa'el gaggeeffame Spider Media : Onkololeessa 3/2016 Magaalota gurguddoo adduunyaa keenyaatti hiriirri deeggarsa Filisxiiniifi balaaleffannaa humna weeraraa Isiraa'el gaggeeffamaa ooleera. Haaluma kanaan guyyaa har'aa USA New York akkasumas England London'tti lammiileen kumaatamoonni adda baabaayiitti ba'uun haleellaa jumlaafi duguuggaa Isiraa'el Gaazaa irratti raawwataa jirtu cimsanii balaaleffachuun lammiilee Filisxiin miidhaman bira akka dhaabbatan ibsaniiru. Guyyaa kaleessaas biyyoota adduunyaa heddutti keessumaayyuu biyyoota islaamaa baay'ee keessatti salaata Juma'aa booda hiriirri walfakkaataan gaggeeffamuun kan yaadatamuudha.
Показати все...
Фото недоступнеДивитись в Telegram
MM Israa'il:- "Lolichi gabaabaa miti garuu Ham**aas 'n balleessuun xumurama!" jechuun dhaadatee jira. Btw- Ham**aas seenaa Waggaa dheeraa qaba, Waggoota kana hunda ni balleessina jedhanii dhaadachaa turan! Inni ammoo yeroo hin eegamnetti surprise isaan taasise, Humnichi tasa waan baduu fakkaataa laata? Ham**aas jechuun..!! Humna jabaa Iccitii isaa tiksuuf meesh-aa quunnamtii hundaa fayyadamuu dhiisee miilaan deemuun ergaa waliif qoodaa ture dha! Yoo dhibde ammoo xalayyaa harkaan barreessee waliif dabarsaa ture, adeemsa  kanaan rookettii fi mee-shaalee biroo dabalatee IRAN irraa kontorbaandiin galfachuun humna wa-raanaa isaa ijaaruu kan danda'e dha. Tibba kana halee-llaa lafarraa fi kan biroo fudhataniin Mossad addunyaa irratti waaree salphinaa akka uffatu affeeran! Mossad humna tikaa maqaa guddaa qabu kan Ameerikaan maallaqa doolaara miiliyoonotaan itti dhangalaastee sochoostu salphisan. Ni balleessituuree? Toora Telegram keenya Share gochuun waliif qoodaa. https://t.me/oduufodefano
Показати все...
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Sab-quunnamtii Israa'il:- "Rookkettiin jabaa Wabil Magaalaa guddittii Tel-Aviv kanneen biroo irratti furguggifame..!" jechuun gabaase. Toora Telegram keenya Share gochuun waliif qoodaa.
Показати все...
Qoramtoonni kutaa 12ffaa boru sa'aatii 12 irraa eegalee bu'aa isaanii filannoowwan armaan gadiitiin ilaaluu ni dandeessu. Qormaattoonni kutaa 12ffaa bara 2015 Adoolessa 29, 2016 ganama sa'aatii 12:00 irraa eegalee filannoowwan armaan gadiitiin bu'aa isaanii ilaaluu akka danda'an Ministeerri Barnootaa beeksise: Marsariitii irratti - https://eaes.edu.et/ Ergaa gabaabaatiin - 6284 Telegiraamiin - https://t.me /eaesbot
Показати все...
1