cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking ยซAccept allยป, you agree to the use of cookies.

avatar

Jaalala โค๐Ÿ”ž

Jaallatamoo hordoftoota keenya jaalala keessan jaalallee keessaniif ibsachuuf ๐Ÿ’“Ergaa jaalaa ๐Ÿ’ž ๐Ÿ’“Walaloo jaalalaa ๐Ÿ“ ๐Ÿ’“Suura, gif fi video ๐Ÿ“ธ Nuuf ergaa ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ ๐Ÿ‘‰ @jaalalabot ๐Ÿ‘ˆ

Show more
The country is not specifiedThe language is not specifiedThe category is not specified
Advertising posts
6 366
Subscribers
+1224 hours
+807 days
+36230 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Nama tokkoon gadi fageenyaan jaallatamuun humna siif kenna, nama tokko gadi fageenyaan jaallachuun garuu ija jabina siif kenna. โ•”โ•โ•โ•โ•โ•โ• ๐Ÿ’š โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•— #Join โค @jaalala โค#share โ•šโ•โ•โ•โ•โ•โ• ๐Ÿ’š โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•
Show all...
โค๏ธ
00:10
Video unavailableShow in Telegram
๐Ÿ˜˜๐Ÿ’‹ Good morning ๐Ÿ’‹๐Ÿ˜ โ•”โ•โ•โ•โ•โ•โ• ๐Ÿ’ โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•— #Join ๐Ÿ”ฅ @jaalala ๐Ÿ”ฅ#share โ•šโ•โ•โ•โ•โ•โ• ๐ŸŽฒ โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•
Show all...
โค๏ธ
โคโคโคโค @jaalala โคโคโคโค NAN GAABBE ! Walirraa adda hin baanu Kakannee erga jennee Onnee kiyya qulqulluus Ergan banee siif kennee ๐Ÿ’”๐Ÿ’” Hanga lubbuu kiyyaatti Si qofa ergan yaadee Abiddi jaalalakees Guggube erga na waadee ๐Ÿ’” Garuu, Jaalallikee dhimmisuu Amma ergan laalee dhaaphee Sobdee na jaallachuunkee Reefuu naaf galeen gaabbe! ๐Ÿ’”๐Ÿ’”๐Ÿ’” ATII...! Kakuuf irbuu onneekoo Qaratti dhidhimsitee Qoodan dhugaan si jaalle Jibbakoo liqimsite ๐Ÿ’” Gulantaa jaalalaatiin Gola onneekoo teessee Onneekee keessa garuu Jibbakoo hammartee keesse ! ๐Ÿ’”๐Ÿ’”๐Ÿ’” Eenyummaakoo siif kennee Si godhus hunda duree Gola onneekee keessa Bakka homaa hin qabun ture ๐Ÿ’”๐Ÿ’” Na ooddee na jibbitee Ofii keettii na murtee Gola onneekee keessaa Kakuu kiyya gurgurte! ๐Ÿ’” Ani garuu...! Homaa sitti hin waakkanne Gola onnee kiyyaa teessee Kan hangana na gantu Maalan sitti balleessee ? Osoon dhugaan si jaalluus Maaliif jibba naaf keessee? ๐Ÿ’”๐Ÿ’” Egaa...! Erga na gantee deemtee Natti taatee eelaakoo Anis lamuu sin jeequ Deebise qubeelaakoo ๐Ÿ’” Maallaqnis si gowwoomsee Erga sitti aanee dhibbuu Egaa nagaadhaan deemi Ani garuu sin jibbu ๐Ÿ’” Yaadannoo jaalalakees Erga onneekoo hin yaallee Anis faana deeffadhe Nagaatti yaa jaalalle ! โค๏ธโ˜…โ˜…โ˜… @jaalala โ˜…โ˜…โ˜…โค๏ธ ๐Ÿ‘ŒWaan #Dubbistaniif galatoomaa โœ Belina Wakjira Yaada keessan nuuf qoodaa ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ @jaalalabot ๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘† ๐ŸŒน @jaalala ๐ŸŒบ share godhaa
Show all...
โค๏ธ
01:01
Video unavailableShow in Telegram
๐Ÿ˜˜๐Ÿ’‹ Good morning ๐Ÿ’‹๐Ÿ˜ โ•”โ•โ•โ•โ•โ•โ• ๐Ÿ’ โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•— #Join ๐Ÿ”ฅ @jaalala ๐Ÿ”ฅ#share โ•šโ•โ•โ•โ•โ•โ• ๐ŸŽฒ โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•
Show all...
โค๏ธ
00:11
Video unavailableShow in Telegram
๐Ÿ˜˜๐Ÿ’‹ โค๏ธ๐Ÿ’šโค๏ธ ๐Ÿ’‹๐Ÿ˜ โ•”โ•โ•โ•โ•โ•โ• ๐Ÿ’ โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•— #Join ๐Ÿ”ฅ @jaalala ๐Ÿ”ฅ#share โ•šโ•โ•โ•โ•โ•โ• ๐ŸŽฒ โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•
Show all...
โค๏ธ
00:30
Video unavailableShow in Telegram
๐Ÿ˜˜๐Ÿ’‹ Nagaan Bulaa ๐Ÿ’‹๐Ÿ˜ โ•”โ•โ•โ•โ•โ•โ• ๐Ÿ’ โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•— #Join ๐Ÿ”ฅ @jaalala ๐Ÿ”ฅ#share โ•šโ•โ•โ•โ•โ•โ• ๐ŸŽฒ โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•
Show all...
โค๏ธ 3
00:58
Video unavailableShow in Telegram
๐Ÿ˜˜๐Ÿ’‹ Good morning ๐Ÿ’‹๐Ÿ˜ โ•”โ•โ•โ•โ•โ•โ• ๐Ÿ’ โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•— #Join ๐Ÿ”ฅ @jaalala ๐Ÿ”ฅ#share โ•šโ•โ•โ•โ•โ•โ• ๐ŸŽฒ โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•
Show all...
@jaalala #Si_yaa_michuu_Dhugaa โ˜†โ˜†โ˜†โ˜† @jaalala โ˜†โ˜†โ˜†โ˜† Ani barbaacha keef Gad hin teenye takkaa Na jalaa Owwaadhu Dhufeetan si Argaa โ˜†โ˜†โ˜†โ˜† @jaalala โ˜†โ˜†โ˜†โ˜† Si Barbaacha yaadaan Addunyaa Naanna'ee Michu sin dhungadha Yoon si bira gahee โ˜†โ˜†โ˜†โ˜† @jaalala โ˜†โ˜†โ˜†โ˜† Eessa jirtaa maaloo? Sin waama lallabee Faana si dhaheetan Si Argachuu dhabee โ˜†โ˜†โ˜†โ˜† @jaalala โ˜†โ˜†โ˜†โ˜† Ati jaalalleen koo Faaya biyya lafaa Barbaacha kee hin hilu Maafan sirraa hafaa? โ˜†โ˜†โ˜†โ˜† @jaalala โ˜†โ˜†โ˜†โ˜† Yaa furmaata jiruu Yaa tasgabbii sammuu Sii yaa michuu dhugaa Ani sirraa hin sarmuu โ˜†โ˜†โ˜†โ˜† @jaalala โ˜†โ˜†โ˜†โ˜† Jaalala eegalleem Bareechinee kolfaa Wal malees hin teenyuum Dideetu nu horfaa โ˜†โ˜†โ˜†โ˜† @jaalala โ˜†โ˜†โ˜†โ˜† Ati na jaallatta Akka lubbuu keetii Anis sin jaalladha Yoomuu michuu keetii โ˜†โ˜†โ˜†โ˜† @jaalala โ˜†โ˜†โ˜†โ˜† Jaalalli inni dhugaa Inni akka Aannanii Dammarra kan caalu Nu wal Qabaannaanii โ˜†โ˜†โ˜†โ˜† @jaalala โ˜†โ˜†โ˜†โ˜† Lapheekoo naaf qabii Naaf godhi wal'aansaa Narraa fagaachuunkee Garaakoo na raasaa โ˜†โ˜†โ˜†โ˜† @jaalala โ˜†โ˜†โ˜†โ˜† Anaaf ati yoomuu Waliin dhugnee nyaannaa Walirraa adda hin baanu Furtuu waliif taanaa โค๏ธโ˜…โ˜…โ˜… @jaalala โ˜…โ˜…โ˜…โค๏ธ ๐Ÿ‘ŒWaan #Dubbistaniif galatoomaa Kan fudhatame (galaana walaloo) irraa Yaada keessan nuuf qoodaa ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ @jaalalabot ๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘† ๐ŸŒน @jaalala ๐ŸŒบ share godhaa
Show all...
๐Ÿ˜˜๐Ÿ’‹ Good morning ๐Ÿ’‹๐Ÿ˜ โ•”โ•โ•โ•โ•โ•โ• ๐Ÿ’ โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•— #Join ๐Ÿ”ฅ @jaalala ๐Ÿ”ฅ#share โ•šโ•โ•โ•โ•โ•โ• ๐ŸŽฒ โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•
Show all...
โค๏ธ 178
Show all...
โค๏ธ 234