en
Feedback
JAARRAA ABBAA GADAA

JAARRAA ABBAA GADAA

Open in Telegram

Goota falmuu dhiifnee Qeerroon Galee ciifnee Oromiyaa Dachii Goota Gantuu fi Yartuu Akkam Goggootaa !!! YAADAF👉 @JAARRAABOT Channel youtube keenya Argachuuf 👇👇 https://youtu.be/p51FnhhOuDY https://youtu.be/p51FnhhOuDY

Show more
1 964
Subscribers
No data24 hours
-17 days
-130 days
Posts Archive
photo content

Jaalala Aadaa fi Aartii keessaniif qabdan itti dabalamuun itti bashannanaa.

Jaalala Aadaa fi Aartii keessaniif qabdan itti dabalamuun itti bashannanaa.

Jaalala Aadaa fi Aartii keessaniif qabdan itti dabalamuun itti bashannanaa.

GMN-Amajji 31/2022! Waraanni Bilisummaa Oromoo  Oromiyaa bakkoota garaa garaatti Waraana Bilxiginnaa yoo haleelu, Miseesonni RIB 7 ammoo Waraana Bilisummaa Oromootti dabalaman. Waraanni Bilisummaa Oromoo Zoonii Kibba bahaa, Zoonii Giddu Galeessaa fi Zoonii Kibbaa bakkoota addaa addaatti Waraana Bilxiginnaa irratti tarkaanfii fudhachuun kisaaraa guddaa irraan ga'un beekame. Haaluma kanaan Amajjii 30/2022 Waraanni Bilisummaa Oromoo Zoonii Kibba Bahaa Godina Arsii Lixaa, Aanaa Nageellee Ganda Goondee Gurraattiitti, Waraana Bilxiginnaa sakatta'a Waraana Bilisummaa Oromoof deeman irratti tarkaanfii guddaa fudhateen loltoota Bilxiginnaa hedduu ajjeesuun kaanis yoo madeessu akkasumas meeshaa gosa addaa addaa irraa booji'uu ajajaan Waraana Bilisummaa Oromoo naannichaa beeksisee. Tarkaanfiima wal fakkaatuun Waraanni Bilisummaa Oromoo Zoonii kibbaa Cibiraan 30 Booroo kaleessaa Amajji 30/2022 Magaalaa Guddoo Godina Gujii kan taatee Magaalaa Nageellee Booranaa seenuun Mooraa ykn Kaampii Waraana Bilxiginnaa haleeluun hedduu ajjeesuun kaanis yoo madeessu meeshaa adda adda Kampiicha keessa tures guutummaatti booji'uu ajajaan Waraana Bilisummaa Oromoo Cibiraan Soddom Boroo beeksise. Haaluma wal fakkaatuun Waraanni Bilisummaa Oromoo Zoonii Giddu Galeessaa Buttaan Jaagamaa Badhaanee kaleessa Amajjii 30/2022 Godina Shawaa Lixaa Aanaa Ambootti Mooraa ykn Kampii Waraana Bilxiginnaa bakka addaa addaa 3tti haleele. Sa'aa wal fakkaataatti tarkaanfii mooraa Waraana bilxiginnaa irratti kan fudhatee Waraani Bilisummaa Oromoo mooraa inni haleeles 1 Ganda Dikii, 2, Mooraa daandii ijaarsa baadiyyaa Qulliitii bakka jedhamu 3 mooraa  ganda xulleetti argamu barbadeesse jira. Kampiin Waraana Bilxginnaa Haleelaman kunneen Magaalaa Amboorra fageenya deemsan sa'aa 1:30 haga sa'aa 2:00 hin caalle kan fagaatan ta'uu Gadaa Media Network Hawaasa naannichaa irraa odeeffateera. Tarkaanfii Waraanni Bilisummaa Oromoo fudhate kanaan loltoonni Bilxginnaa hedduun yoo du'an, kanneen mada'an ammoo konkolaata 5 Ganda Qullii irraa konkolaataa 4 Ganda xullee irraa konkolaata 2 Ganda Dikii irraa guuruun Hosptalaa Ambootti geessan jedhu jiraattonni naannoo Sanaa. Waraanni Bilisummaa Oromoo lola kanaan meeshaa Waraana Bilxiginnaa lakkoofsaan hedduu ta'e Booji'uus ajajaan Waraana Bilisummaa Oromoo Buttaa Jaagama Badhaanee beeksisee jira. Oduuma wal fakkaatuun Guyyaa kaleessaa Amajjii 30/2022 Godina shawa Kibba Lixaa Aanaa Ammayyaa Roggeetti Miseensonni Raayyaa Ittisa Biyyaa Xoophiyaa 7 Meeshaa Bireenii ykn Falfaloo 2 akkasumas kilaashii AKM 4 fudhachuun Waraana Bilisummaa Oromootti dabalamun beekame. Yeroo addaa addaatti ilmaan Oromoo Waraana Bilxginnaa keessa jiran hidhannoo guutuu waliin gara Mooraa Qabsoo Bilisummaa Oromootti dabalama kan jiran yoo ta'u Waraanni Bilisummaa Oromoos irra deeddebiin waamicha Oromummaa gochaafi jira.! https://t.me/oromotoo

Dandeetti Kee barbaadu irratti obsi! Li’oonaardoo Daavinchii hamma tokko seenaa jireenya isaa beekta. Nama uumaan kennaa hedduu kenneef—nama dandeettii addaa qabu ture. Saayintistii, artistii fi nama filoosoofii ture. Fakkii kaasuudhaan namni isa dorgomu waan jiru hin fakkaatu. Moonaaliizaan hojii isaa addaati. Akka salphaatti hin hojjenne. Baay’ee baay’ee itti dadhabe. Hidhii Moonaaliizaa qofa hojjetee xumuruuf waggoota 11 hojjete. Hubadhu! Guyyaa 11 ykn ji’oota 11 miti. Waggoota 11’n jedhe. Obsa guddaa! Toomaas A. Ediisen namoota dandeettii kalaqaa adda ta’e qaban muraasa addunyaan keenya argite keessaa isa tokko ture. Barumsa ji’a sadii qofaa ture kan barate. Dhamaatii mataa isaa fi gargaarsa harmee isaatiin garuu addunyaa kanaaf oolmaa guddaa ooleera. Kanaafuu, namoota addunyaan kun tasuma dagachuu hin dandeenye keessaa tokko dha. Balbii elektirikii hojjechuuf yeroo 10,000 ol irra deddeebi’ee yaaluu qaba ture. Kanas hubadhu! Yeroo kudhan hin jenne, yeroo kuma kudhan! Balbii ishee hojjete sana hojjetoota isaa keessaa isa tokko waamee akka inni isaaf kaa’uuf itti kenne. Innis baatee utuu deemuu lafa buusee cabse. Hojii yeroo hamma sana dheeratu fudhatee hojjetame al tokkotti lafa buusee yommuu cabsu—utuu Ediiseniin taatee maal taata? Inni garuu ni callise. Irra deebi’ee hojjete Wanti nama ajaa’ibu immoo isa irra deebi’ee hojjete sanas namicha isa dura jalaa cabse sanatti kennuu isaati. Namoonni hedduun utuu jiranii isa balbii jalqabaa jalaa cabse waamee itti kennuun isaa fakkeenya obsaa namoonni hedduun ajaa’ibsiifatan ta’ee jiraata. Obsa! Gorsa fi barnoota gaarii argachuuf channel keenya join gochuun nu hordoofa! @JECHOOTAHAYYOOTA @OROMOTOO @JECHOOTAHAYYOOTA @HARARGETUB

photo content

#Oduu_Gaddaa Artistiin jaallatamaaf kabajamaa Nuhoo Goobanaa du'aan Adunyaa kanarraa boqote. Maatiifi Firoottan akkasuma jaallattootaafi dinqisiifattoota isaaf Jajjabina hawwina @oromotoo @oromotoo

sign up to get a 10 US Dollar newcomer bonus! I made more than 200 US Dollars by watching the video here, so you can try it. https://video-dy.xyz/2600101618686888/

MIIDIYAA OROMOO KANEEN ASII GADII KANA JOIN GODHAA ITTIN BASHANANAA!!!!! 👇👇👇👇👇👇👇👇👇

Nuuf kenneera rabbi jabina isa guddaa Dirra ittiin baannu rakkoo hamaa hunda Osuma watwaatnu boolla qilee lixnee Galata Waaqa
Nuuf kenneera rabbi jabina isa guddaa Dirra ittiin baannu rakkoo hamaa hunda Osuma watwaatnu boolla qilee lixnee Galata Waaqayyoo seequurraa'n fagaanne Rakkoon dabalamuus guyyuun akka jiruu Imimmaan roobsudhan barri yoomuun taru Guyyaan har'aa kuni darbee seenaaf hafa Boo'uu qofa miti falli biraa kolfa #Share @jechootahayyoota @jechootahayyoota

Anis Karrayyuudha Madda Oromummaan imala namummaan Miti naan hin jedhin Karrayyuudha an Karrayyuu karra haayyuu Hortee Baaren
Anis Karrayyuudha Madda Oromummaan imala namummaan Miti naan hin jedhin Karrayyuudha an Karrayyuu karra haayyuu Hortee Baarentuudhaa Ilmaan saba guddaa Ilmaan Oromoodhaa Enyuummaa keessaniin kan jiraattan boonaa Dirree milkiif karraa maaf godhanii foonaa? Gootummaa kee beeku boriif sodaatanii Kaanaaf qaallichaa si furaa nyaatanii Labatni uma fufa Anis Karrayyuudha Dhiigni kee dhiigaa koo Lafeen kees kan koodha Du'a jagnaa duutan du'a gadhee motii Silas dur gootummaa kan abbaa keeti kan abbaa kootii Deemsi keessan unuuf baraan dirmammuudha Godaannisan qaba Anis Karrayyuudha #Share @OROMOTOO @OROMOTOO

photo content

Baga gammaddan! Baga gammanne! Gammachuu guutuu rabbi nuuf haa godhu.
Baga gammaddan! Baga gammanne! Gammachuu guutuu rabbi nuuf haa godhu.

*Oduu Ammee* Jawaar Mohaammad dabalatee hogganoonni KFO hidhaa gadi dhiifamuun mirkanaa'e ** Jawaar Mohaammad dabalatee hogganoonni paartii mormituu Kongirasii Federaalawaa Oromoo fi namoonni isaan waliin himatamanii mana hidhaa sirreessaa Qaallitti turan gadi dhiifamuu maatiin hidhamtootaa mirkaneessan. Kanneen galmee Obbo Jawaar jalatti himataman keessaa Obbo Dajanee Xaafaa, Shamsaddiin Xahaa fi gaazexeessaa Mallasaa Dirribsaa dabalatee eegdonni Jawaar Jimaata galgala dursanii gadi dhiifaman. Jawaar Mohaammad, Baqqalaa Garbaa fi Hamzaa Booranaa dabalatee kanneen hafan ammoo halkan naannoo sa'aatii 5 mana hidhaatii bahuu intalli Obbo Baqqalaa garbaa fuula feesbuukii isheerratti beeksifte. Gama kaaniin Paartiin Baaldaraas Dura Taa'aan dhaabichaa Iskindir Naggaafi hoggantoonni dhaabichaa galmee isaa jalatti himataman kaan hiikamuu isaa gama fuula Facebook isaarratti barreessuun mirkanesseera. Mootummaan Itoophiyaa "dirree siyaasaa bal'isuu fi marii biyyaalessaa hirmaachisaa ta'eef jecha" hidhamtoota kana "dhiifamaan" hiikuuf murteessuu Tajaajilli Komunikeeshinii Mootummaa ibsa Jimaata galgala baaseen beeksiseera. Abbaan Alangaa Federaalaa ammoo ibsa gama feesbuukiin baaseen hidhamtoonni kun marii biyyaalessaa karoorfame bu'a qabeessa gochuuf "bu'uura labsii 943/2008tiin himatni isaanii akka kaafamu murtaa'e" jedheera. Odeessa guutuu asii dubbisaa: . ========Read more===⤵️l

Baga Gammadan ilmaan oromoo hundinuu hiikamuu hayyoota Kenyaatif! Inni itti aanu Miiráa keessa baane wal dhaggeffachun hidhaa
Baga Gammadan ilmaan oromoo hundinuu hiikamuu hayyoota Kenyaatif! Inni itti aanu Miiráa keessa baane wal dhaggeffachun hidhaa dabalataa keessa akka baanu waaqayyoo nuhaa gargaruu!

Baga Gammadan ilmaan oromoo hundinuu hiikamuu hayyoota Kenyaatif! Inni itti aanu Miiráa keessa baane wal dhaggeffachun hidhaa
Baga Gammadan ilmaan oromoo hundinuu hiikamuu hayyoota Kenyaatif! Inni itti aanu Miiráa keessa baane wal dhaggeffachun hidhaa dabalataa keessa akka baanu waaqayyoo nuhaa gargaruu!