835
Subscribers
No data24 hours
-27 days
+130 days
Posts Archive
Sign Language Training is provided at komolch Inclusive Education Resource center for staff with
Leenjii Af- laatoo (sign Language ) barsiisootaa Bul.Magaalaa Asallaa Maneeni barnoota Konbolchaa,Siligoo,Odaa,G/Cilaalo Fi Cilaalo sad 2ffaa irraa hirmaatan guyyaa 28/5/2016 hanga guyyaa 7/6/2016 guyyaa kudhaniif kennamu dhaabata LM Inter national Ethiopia tiin deegaramuu wiirtuu BFA Konbolchaa ti haala ho'aa ta'een kenamuu eegale Jira.
Godina jimmaa Aanaa Guumaattii WKDBFA BM Toobbaa Guddattuuttii wiilcharii Barataa Alaazaar Batalaa Jedhamuuf kennamee
mana barumsaa Dedoo sadarkaa 1ffaa tti yeroo mariin koree kor tiimii wiirtii kennaa deeggarsa BFA qarshii 50000 kenname irratti karoora baafachuuf marii'atu.
M/B Abune pheexiroos sad 1ffaa G /I / A Magaala mattuutti WKDBFA fila isani be
Akkam jirtan jaalleewwan hooggantootaafi ogeeyyii barnootaa godinaalee(21)fi bulchiinsa magaalotaa(23)! Kanaan dura karoora barnoota fedhii addaa isa gadi aanaa irratti akka karoorfattan isinii erguun keenya ni yaadatama! Yaa ta'u malee raawwiin keessan gabaasa irratti ergitan baayye gadi aanaa ta'uun isaa ni hubatama. Kanaafuu, gabaasa barnoota fedhii addaa gosa fedhii/miidhama qaamaa qabaniin adda baasuun,guca kanaan dura isinii ergamee (telegiram DFMB irra jiru) tti guutuun akka gabaasatan kabajaan isin yaadachiisuu barbaada! Hubachhiisa:barattoota adda baasuun barsiisonni toolkiitii barnoota fedhii addaa"Inclusive Education_OEB) jedhu irraa buufachuun akka fayyadaman ni yaa ta'u! Tuulkiitiiwwan kuni eega telegiraama kana irra taa'anii waggootan hedduu kan laakoofsisan ta'uus asumaan isin yaadachiifna. Hojii keessaniif xiyyeffannoo kennuun waan hojjettaniif dursinee isin galatoomfanna!! BFA, BBO !
Wiirtuu Deeggarsaa BFA Godina Iiuu Abbaa Booraa Magaalaa Mattu M /B Abune Pheexiroos Garee koorii(corre team) Sadarkaa Manna Barumsaa ijarame jira
1: Manni barumsaa A /phexirosi WKD BFA Bara 2016 ta'Ee filatamuu
2: Karoora irratti mari'achuu akka qabu .
3 :Hojii irra Oolmaa isaa haala qajeelfamaatiin hordoffiifi Madaalli gaggessuu
4: Mallaqni qarshiin 50000(kuma shantama WKD kanaa ramadamuu isa hubachuun teamiin kun jajjabeessuu akka qabu yaadan waliìgalameera
Kaayyoo fi Galmoota Barnoota Hunda Hammatoo keessaa tokko kanaadha.
This is one of the objectives and goals of Inclusive Education.
Kutaa magaalaa furiitti WKDBFA M/B Karaabuu sad 1ffaa yeroo barsiistuu maraartuun dhimmamtoota BFA D/bu'oota M/B fi barsiisaa miseensa koortiimii waliin ta'uun barataa M/B satalaayitii irra jiru Maaburuk Abdurkaafii rakkoo sochii qaamaa waan qabuuf deeggarsi kiraanchii yeroo kennamuuf .
