en
Feedback
GIDDISHOW

GIDDISHOW

Open in Telegram

Oduu Gamachisaa Telegram Muxxannoo fi hubanoo wa'ee Dawaa Islaama hubachisuuf banamtee kunoo dhufte jirti link kan jion gochuun Barreeffaman sagalee fi Vidiyoon Barumsa Amanta irra Hordofa. Jion gochu dagatina. ★Share ★Jion ★Comment godha. Page Hordofa

Show more
1 059
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
-1830 days
Posts Archive
https://t.me/ShareGifts_bot/ShareGifts?startapp=r_446652536 💥I have already won $41.3!🎁 Get $120.00 Every Day💵 Earn $5 For Every Referral💰 Click the link Play for free and start earning!

https://t.me/tonee_app_bot?start=a9cd83ee Join me on TONEE and let's earn together by mining TON for free! Use my invite link to increase your income and strive for financial independence 🌟

Ispeen biyya Hambaa Islaamaan badhaadhe dha, Muslimoonni dur Jaarraa hedduuf biyya Andalus kan yeroo ammaa Ispeen jedhamtu yeroo bulchaa turan qaroomina danuu isaa keessa dhangalaasanii turan. Hambaaleen bara dheeraa lakkoofsisan heddumminaan yeroo ammaa biyyattii keessa jiran faana Muslimootaa kan qaban yoo ta'u Masjiidonni hedduunis gara Bataskaanaatti jijjiiramuun tajaajilaa jiru.

t.me/muskempire_bot/game?startapp=hero446652536 🔥Play with me, grow your startup. 💸 +5k coins as your first gift 💵 +25k coins if you have Telegram Premium

Halkan Ispeen waancaa Awurooppaa injifatte magaalaan Barcelona faajjii Falasxiin faana gammachuu ishee yeroo ibsattu.

Sign up for a Bybit account and claim exclusive rewards from the Bybit referral program! Plus, claim up to 6,045 USDT bonus at https://www.bybit.com/invite?ref=4G8LWE9.

Repost from Kurulus Orhan
Kudus Fatihi Selahaddin Eyyubi 31 @Kurulus_Osman_ET @Kurulus_Osman_ET

Namoonni hanga amma hin egalee link kana xuquu start gochuun eegala.

https://t.me/hamsTer_kombat_bot/start?startapp=kentId446652536 Play with me, become cryptoexchange CEO and get a token airdrop! 💸 2k Coins as a first-time gift 🔥 25k Coins if you have Telegram Premium

Download the OKX app via https://okx.com/join/30487372 and sign up. Get Mystery Boxes up to 50 USDT in crypto.

https://t.me/TapCoinsBot?start=ref_pbCGwe 🎁 25K TapCoins as a first-time gift 🎁🎁🎁 50K TapCoins if you have Telegram Premium

Hiikkaa "Laa Ilaaha Illallaah" Kan Ta'e Kami?
Anonymous voting

Invite your friends and get bonuses for each invited friend! 🎁 Your referral link:https://t.me/theYescoin_bot/Yescoin?startapp=temuH8

photo content

Walloon nu waamaa jirti! Waraana ummata Walloo irratti baname waan salphatti laaluu qabnuu miti. Hawaasni hundi bakka hundaa dammaqee waan kana mormachuu qaba. Imaamonni masjiidaa, majliisni naannoleetiifi hoggantoonni majliisa federaalaa, dhimma kanarratti waan danda’an hunda godhuu qaban. Osoo hawaasni Walloo dhumu, osoo miidhaan jechaan ibsuun hin danda’amne isaan irra gahu cal’isuun hin taatu. Hundi dammaqee mootummaa irratti dhiibbaa godhee, hawaasa kanaaf dirmannaan akka taasifamu godhuu qaba. ummanni Walloo qaama keenya. Miidhamni isaanii miidhama keenya. Roorroo walirratti laaluun hin taatu. Bakka jirruu waliif dirmachuu qabna. Ummata Walloo irraa waraanni dhaabbatee hin beeku. Ta’us yeroo Ramadaanaa eeguudhaan obboloota keenya irratti gocha gara jabeenyaa hedduu raawwachuu irratti argaman. Kun ammoo waan akka tasaa mudate osoo hin taane waan itti yaadamee hojjatamaa jiruudha. Kanaafuu bara baraan rakkoo deemaa jirtu tana dhaabsisuudhaaf namuu bakka jiruu dammaqinaan hirmaachuu barbaachisa. Waraana hamaa yeroo ammaa godina Walloo keessatti gaggeeffamaa jiruun, namoonni madaawan wal’aansa gahaa argachutti hin jiran. Gara Magaalaa Adaamaa deemanii akka hin wal’aanames karaa cufaadha. Imala dheeraa baasii guddaa gaafatuun namoonni muraasni gara magaalaa Adaamaa deemuun tajaajila wal’aansaa muraasa argachaa jiran. Warri carraa argatee gara magaalaa Adaamaa imale kunis gargaarsa nurraa barbaada. Nuti hundi bakka jirrurraa wal gurmeessinee, namoota wal’aansaaf gara Adaamaa deeman kana bira dhaabbachuu qabna. Waan qabnu walitti buusnee obboleewwan keenyaaf tumsuun dirqama Islaamummaati. Rabbiin ummata Wallootiif haa dirmatu. Tumsa isaatiin isaan bira dhaabbatee nasriin isaan haa gammachiisu

jijjirama. Sheeyxanni nuhii hojii hin qabne yommuu arguu gara haraamatti nu harkisa. Yeroo keenya bakka hin taanetti gubne akka kasaaru nu godha. Kanaafu yeroo keenya sagantaa fi sirnaan kan fayyadamnu yoo taane, ji’a Ramadanaa keessa of ni jijjirra. 2. Nyaata fi dhugaati- dubartoonni nyaata fi dhugaati addaa fi baay’ee qopheessuf yeroo baay’ee ofirraa gubu. Jiini kuni ji’a nyaata fi dhugaati osoo hin ta’iin ji’a nafsee ofii lugaamanii of jijjiraniidha. Kana yoo jedhu nyaata fi dhugaati qopheessun hin barbaachisu jechuu kooti miti. Jiini Ramadaana ji’a qussannaa nama barsiisu malee ji’a qisaasessumma miti. Ji’a wanta qabanirraa nama qoodan malee ji’aa wanta hundaa garaa ofii qofatti kuusani miti. Ji’a walii yaadu fi rahmata walii qabaachu nama barsiisudha. Nyaata garmalee addaa fi baay’ee qopheessuf jenne kan yeroo keenya ofirra gubnu yoo taane, ammalle carraa guddaa akka dhabaa jirru beeku qabna. Wanta har’aaf nu gahu safarre fi madaalle qopheessu qabna malee gabataa guutu qopheessine israafa(qisaasessun) amala Musliimati miti. Humnaa ol nyaachu fi dhuguunis amala Musliimati miti. Namni garmalee yoo nyaate fi dhugee ibaada gochuu hin danda’u. 3. Tv fi interneti- Yeroo ammaa namoonni miliyoonatti lakkaawan, hojii fi faayda tokko malee Tv fi interneeti irratti yeroo ofii gubaa jiru. Tv fi internetin meeshaa sub-qunnamti namoonni yeroo gababa keessatti akka wal qunnaman kan arifachiisaniidha. Toknolojii kanniin karaa sirrii ta’een yoo hin fayyadamiin, miidhan isaanii baay’ee guddaadha. Akkuma durattu jenne jiini Ramadaana ji’a saamatan malee yeroo interneeti fi Tv irratti gubanii miti. Kana jechuun teknoolojii kanniin fayyadamuun dhoowwadha jechuu koo osoo hin ta’iin, karaa sirrii fi nu fayyaduun itti fayyadamuu jechuu kooti. TV banne chaanali filmii kan ilaallu yoo taane, carraa akkamitu nu jala darbaa jira! Bakka kanaa chaanali beekumsa keenya nuu dabalan,nafsee teenya qulqulleessuf kan fayyadan kan daawwannu yoo taane, Tv itti sirnaan fayyadamaa jirra jechuudha. Interneetillee haaluma kanaan website beekumsa nu dabalan kan dawwannu yoo taane, sirnaan itti fayyadamaa jirra. Kana ta’uu baanan guyyaa guutuu facebook,twitter,google+ fi kkf irratti yeroo keenya kan gubnu yoo taane, ji’a Ramadaana osoo itti hin fayyadamiin nu jala darbuu isaati. Rabbiin ji’a Ramadaana kana hojii gaarii fi iklaasa qabdu hojjatanii namoota milkaa’an keessa nu haa godhu. Amin. Assalamu aleykum warahmatullahi wabarakaatuhu. Turtii gaarii https://rb.gy/zoffm6

Faydaan soomaa kanatti osoo hin dhaabbatin sammuun wanta barattu fi dubbistu salphatti akka kuufattu arifachiisa. Gadi fageessite fi xinxallite akka yaaddu taasisa. Garaachatti nyaanni baay’een yoo qarqabamee, sammuutti beekumsi baay’een hin qarqabamuu(hin fee’amu). Soomni cubbuu baay’eerraa nama ittisa. Soomni walqunnamti saalaa seeran alaa irraa nama eega. Nyaanni fi ilaalchi daangaa hin qabne(unrestricted gaze) boba’awan fedhii walqunnamti saalaa bobeessaniidha. Kanaafu soomni boba’an fedhii saalaa boba’ee karaa badaa ta’een akka nama hin gubne nama tiksa. Namni soomu fedhiin inni yeroo nyaatu fi soomu walqunnamti saalatiif qabu ni hir’ata. Karaa haraamatin fedhii ofii guuttachuf hin tattaafatu. Rakkoo fi dhiphinnaa wal qunnamti saalaa seeran ala(sagaagalummaa) dhalatuurraa bilisa ta’a, nageenya fi tasgibbiin jireenya isaatti rooban. Soomni faayda armaan olii qofa osoo hin ta’in arraba akkuma feete olii gadii figdu hidha. İmaam ibn al Qayyim akkana jedhu, ‘namoonni zina(sagaagalummaa) irraa of qusatanii arraba isaani tiksu garuu kan itti hammaatetu jiru. ” Wanta hanga arrabaa rakkoo garagaaratif nama saaxilu hin jiru. ‘Hidhaan guddaan hidhaa arrabaati ‘yoo jedhu namtichi dhuguma dubbate. Sababa soomatin qaamni waan dadhabuuf arrabnis waa baay’ee dubbachuuf ni dadhabdi. Faayda sooma kana hundaa caalu immoo sodaa Rabbii dabalachuu fi jireenya ofii jijjiruudha. Kaayyon soomana inni guddaan biqiltuu sodaa Rabbii qalbii irratti dhaabanii guddisuudha. Soomana keessa sodaan Rabbii fi jaalalli Isaa qaban nama dabalamti. Namni akkuma Rabbiin sodaata fi jaallata adeemun sadarkaan isaas dabalama adeema. Yeroon Ramadaana yeroo wuddii fi yeroo kam caalaa kan saamataniidha. Akkuma duratti jenne jiini Ramadaana ji’a of jijjiranii fi of haaromsaniidha. Of jijjiruu fi haaromsuuf immoo yerootti fayyadamuun baay’ee murtessadha. Dadhabee jira,beela’ee jira jenne guyyaa guutuu rafaa fi filmii ilaala kan oollu yoo ta’ee, jijjiramni fi of haaromsuun eessa dhufinna ree laata? Ramadaanni guyyaa Qiyaama yookaa ragaa nuu baha yookiin immoo nurratti ragaa baha. Ragaa kan nuu bahuu yoo hojii gaarii isa keessa hojjaneedha. Kan ragaa nutti bahuu immoo cubbuu isa keessa yoo hojjannee fi carraa arganne osoo itti hin fayyadamiin nu darbeedha. Tolee jiinni kunii ji’a jijjiraa fi of foyyeessu jenne jirra. Akkamitti of jijjiruu fi foyyeessu dandeenya? Guutumaan guututti of jijjiruu fi foyyeessun guyyaa tokkotti kan hojjatamuu osoo hin ta’in, adeemsa guyyoota fi ji’ootati. Namni guyyaa guyyaan haa xiqqaatu haa guddattu of foyyeessuf tattaafatu nama gaarii ta’e argama. Of jijjiruu fi foyyeessu yoo jennu diinagdeen guddatinii abbaa qabeenya ta’uu qofa osoo hin ta’iin, dhukkuba qalbii fi dukkana wallaalumma ofirraa dhiquuf tattaafachudha. Inni guddaan fi ijjoon of jijjiru fi foyyeessu nafsee of qulqulleessuf tattaafachuudha malee dinagdeen jijjiramuu miti. Dinagdeen jijjirame garuu amalli isaa kan kaleessa, gammachuun isaa jijjirama kan hin qabne gadda duraani keessa kan jiraatu meeqa kamtu jira? Kanaafu Ramadaanni nafsee teenya akka qulqulleessinuuf ji’a dhufeedha. Carraa kanatti yoo hin fayyadamiin boruu seena’uun nu fayyadaa? Dubbiin afaani takka baate afaanitti hin deebitu. Yeroon takka nu jala dabartees gonkuma duubatti hin deebitu. Kanaafu nafsee teenya qulqulleessu fi of jijjiruuf ji’a Ramadaana kana yeroo kamiyyu caalaa kan itti fayyadamuu qabnuudha. Akkamitti??? 1. Sagantaan adeemu– ji’a kana keessa maaliin hojjachuun qaba jedhanii yaadudha. Yoo Qur’aana qara’uu barbaadde, katmii hanganaa gochuu nan danda’a jedhanii yaadudha. Yoo Qur’aana dubbisuu hin dandeenyi, kitaabota biroo dubbisuun of jijjiruu nan danda’a mitii jedhanii of gaafachuudha. Yeroo ammaa kana keessa yeroon Ramadaana yeroo filmii fi hirribaa ta’aa jira. Mee takka haa xinxallinuu, filmii ilaalun nafsee teenya qulqulleessu dandeenya? ,Of jijjiruu dandeenya? Halkan filmii ilaalun gurzaa kan bullu fi guyyaa immoo hirribaan kan dabarsinuu yoo taane, meeti ree jijjiramni fi fooyya’insi nurraa eeggamu? Wanta hojjannu hundaaf sa’aati kan qoodnu yoo taane, jiruun keenya yeroo gabaabatti

3. Tv fi interneti- Yeroo ammaa namoonni miliyoonatti lakkaawan, hojii fi faayda tokko malee Tv fi interneeti irratti yeroo ofii gubaa jiru. Tv fi internetin meeshaa sub-qunnamti namoonni yeroo gababa keessatti akka wal qunnaman kan arifachiisaniidha. Toknolojii kanniin karaa sirrii ta’een yoo hin fayyadamiin, miidhan isaanii baay’ee guddaadha. Akkuma durattu jenne jiini Ramadaana ji’a saamatan malee yeroo interneeti fi Tv irratti gubanii miti. Kana jechuun teknoolojii kanniin fayyadamuun dhoowwadha jechuu koo osoo hin ta’iin, karaa sirrii fi nu fayyaduun itti fayyadamuu jechuu kooti. TV banne chaanali filmii kan ilaallu yoo taane, carraa akkamitu nu jala darbaa jira! Bakka kanaa chaanali beekumsa keenya nuu dabalan,nafsee teenya qulqulleessuf kan fayyadan kan daawwannu yoo taane, Tv itti sirnaan fayyadamaa jirra jechuudha. Interneetillee haaluma kanaan website beekumsa nu dabalan kan dawwannu yoo taane, sirnaan itti fayyadamaa jirra. Kana ta’uu baanan guyyaa guutuu facebook,twitter,google+ fi kkf irratti yeroo keenya kan gubnu yoo taane, ji’a Ramadaana osoo itti hin fayyadamiin nu jala darbuu isaati. Rabbiin ji’a Ramadaana kana hojii gaarii fi iklaasa qabdu hojjatanii namoota milkaa’an keessa nu haa godhu. Amin. Assalamu aleykum warahmatullahi wabarakaatuhu. Turtii gaarii Akka kalandarii Islaamatitti jiyni saglaffaan ji’a Ramadanati. Ji’oota kudha lamaan keessaa jiini Ramadanaa iddoo guddaa kan qabuu fi rahmanni fi barakaan kan itti baay’atudha. Jiinni Ramadana ji’a Qur’aanni itti bu’eedha. Ji’a kan keessa keeyri bal’aa fi ajrii guddattu jira. Jiinni kuni ji’a soomaa qofa osoo hin ta’in ji’a of ittii leenjisanii fi jijjiraniidha. Namni soomu tokko ganama obboroo irraa qabee hanga aduun dhiituttii nyaataa dhugaati fi wal qunnamti saala kam irraayyu of dhoowwu qaba.Asitti walqunnamtii saalaa kamiyyuu(halaalas ta’ii haraamas) guyyaa ramadaana rawwachun hin danda’mu. Garuu yeroo halkanii fedhii foonii karaa halaalatin guuttachuun dhowwaa miti. Wal qunnamtiin seeran ala(zinaan) halkanii guyyaa,ji’a Ramadaanas taîi ji’oota biraa keessattis raawwachun dhoowwadha/haraama. Akkuma ibaadaa kamiyyu soomni Rabbii jedhamee kan soomamu ta’uu qabaa malee agarsiisaf ta’uu hin qabu. Fudeyl ibn İyad akkana jedhu,”Hojiin tokko Rabbiin biratti fuudhatama argachuuf, wanta lama guutu qaba. Innis: Iklaasa fi hojii sirrii ta’uu qabu. Iklaasa yoo jennu Rabbii jedhanii hojjachuu yoo ta’uu hojii sirriin immoo sunnaa fi Qur’aana waliin kan deemu ta’uu qaba. Hojiin sirrii ta’ee yoo iklaasa hin qabaatin fudhatama hin argatu. Akkasumas hojiin tokko iklaasa qabaate yoo sunnaa fi Qur’aana waliin kan hin deemne ta’e fudhatama hin argatu.” Kanaafu sooma yeroo soomnu Rabbii jenne soomu qabna malee dhoksatti waa nyaanne ifatti nama soomu fakkaachu hin qabnu. Yeroo daa’imummaa kooti dargageessa tokkotu ture. Osoo horii waliin tiksinuu yeroo soomatin agadaa nyaatun ‘Eenyuttillee nan hin himin’ nan jedhe. Soomana yoo jennu nyaataa dhugaati fi wal qunnamti saalaa irraa of qusachuu qofa osoo hin ta’iin, jechoota fi gochoota gadhee irraa of tiksu, ijja ofii gadi qabachuudha. Namni namaan loluuf yoo harkoo sassaabate, ‘Ani sooma qaba,lakki narra taa’i’ jechuuni qaba malee gootumma ofii itti agarsiisuf jedhe soomana ofii cabsu hin qabu. Jechoota olii gadii fuudhu,nama hamachuu, arrabsuu,xiqqeessu fi kkf irra of qusachuudha. Faaydan soomaa lakkofsa hin qabu, baay’eedha. Soomni yeroo nyaata fi dhugaati irraa nama dhoowwu qaamaf fayyaa, garachaaf boqonnaa, sammuuf immoo qarummaan(intelligence) ni dabalamaaf. Namni yeroo hundaa hara malee wantuma arge nyaatu dhibee adda addaaf saaxilama. Dhibeewwan kanniin keessa isaan gurguddoon furdinna garmalee (obesity) fi dhibee sukkaarati. Soomni fi haala madalawaan nyaachun dhibewwan kanniinif akka hin saaxilamne nama gargaara.

Faayda sooma kana hundaa caalu immoo sodaa Rabbii dabalachuu fi jireenya ofii jijjiruudha. Kaayyon soomana inni guddaan biqiltuu sodaa Rabbii qalbii irratti dhaabanii guddisuudha. Soomana keessa sodaan Rabbii fi jaalalli Isaa qaban nama dabalamti. Namni akkuma Rabbiin sodaata fi jaallata adeemun sadarkaan isaas dabalama adeema. Yeroon Ramadaana yeroo wuddii fi yeroo kam caalaa kan saamataniidha. Akkuma duratti jenne jiini Ramadaana ji’a of jijjiranii fi of haaromsaniidha. Of jijjiruu fi haaromsuuf immoo yerootti fayyadamuun baay’ee murtessadha. Dadhabee jira,beela’ee jira jenne guyyaa guutuu rafaa fi filmii ilaala kan oollu yoo ta’ee, jijjiramni fi of haaromsuun eessa dhufinna ree laata? Ramadaanni guyyaa Qiyaama yookaa ragaa nuu baha yookiin immoo nurratti ragaa baha. Ragaa kan nuu bahuu yoo hojii gaarii isa keessa hojjaneedha. Kan ragaa nutti bahuu immoo cubbuu isa keessa yoo hojjannee fi carraa arganne osoo itti hin fayyadamiin nu darbeedha. Tolee jiinni kunii ji’a jijjiraa fi of foyyeessu jenne jirra. Akkamitti of jijjiruu fi foyyeessu dandeenya? Guutumaan guututti of jijjiruu fi foyyeessun guyyaa tokkotti kan hojjatamuu osoo hin ta’in, adeemsa guyyoota fi ji’ootati. Namni guyyaa guyyaan haa xiqqaatu haa guddattu of foyyeessuf tattaafatu nama gaarii ta’e argama. Of jijjiruu fi foyyeessu yoo jennu diinagdeen guddatinii abbaa qabeenya ta’uu qofa osoo hin ta’iin, dhukkuba qalbii fi dukkana wallaalumma ofirraa dhiquuf tattaafachudha. Inni guddaan fi ijjoon of jijjiru fi foyyeessu nafsee of qulqulleessuf tattaafachuudha malee dinagdeen jijjiramuu miti. Dinagdeen jijjirame garuu amalli isaa kan kaleessa, gammachuun isaa jijjirama kan hin qabne gadda duraani keessa kan jiraatu meeqa kamtu jira? Kanaafu Ramadaanni nafsee teenya akka qulqulleessinuuf ji’a dhufeedha. Carraa kanatti yoo hin fayyadamiin boruu seena’uun nu fayyadaa? Dubbiin afaani takka baate afaanitti hin deebitu. Yeroon takka nu jala dabartees gonkuma duubatti hin deebitu. Kanaafu nafsee teenya qulqulleessu fi of jijjiruuf ji’a Ramadaana kana yeroo kamiyyu caalaa kan itti fayyadamuu qabnuudha. Akkamitti??? 1. Sagantaan adeemu– ji’a kana keessa maaliin hojjachuun qaba jedhanii yaadudha. Yoo Qur’aana qara’uu barbaadde, katmii hanganaa gochuu nan danda’a jedhanii yaadudha. Yoo Qur’aana dubbisuu hin dandeenyi, kitaabota biroo dubbisuun of jijjiruu nan danda’a mitii jedhanii of gaafachuudha. Yeroo ammaa kana keessa yeroon Ramadaana yeroo filmii fi hirribaa ta’aa jira. Mee takka haa xinxallinuu, filmii ilaalun nafsee teenya qulqulleessu dandeenya? ,Of jijjiruu dandeenya? Halkan filmii ilaalun gurzaa kan bullu fi guyyaa immoo hirribaan kan dabarsinuu yoo taane, meeti ree jijjiramni fi fooyya’insi nurraa eeggamu? Wanta hojjannu hundaaf sa’aati kan qoodnu yoo taane, jiruun keenya yeroo gabaabatti jijjirama. Sheeyxanni nuhii hojii hin qabne yommuu arguu gara haraamatti nu harkisa. Yeroo keenya bakka hin taanetti gubne akka kasaaru nu godha. Kanaafu yeroo keenya sagantaa fi sirnaan kan fayyadamnu yoo taane, ji’a Ramadanaa keessa of ni jijjirra. 2. Nyaata fi dhugaati- dubartoonni nyaata fi dhugaati addaa fi baay’ee qopheessuf yeroo baay’ee ofirraa gubu. Jiini kuni ji’a nyaata fi dhugaati osoo hin ta’iin ji’a nafsee ofii lugaamanii of jijjiraniidha. Kana yoo jedhu nyaata fi dhugaati qopheessun hin barbaachisu jechuu kooti miti. Jiini Ramadaana ji’a qussannaa nama barsiisu malee ji’a qisaasessumma miti. Ji’a wanta qabanirraa nama qoodan malee ji’aa wanta hundaa garaa ofii qofatti kuusani miti. Ji’a walii yaadu fi rahmata walii qabaachu nama barsiisudha. Nyaata garmalee addaa fi baay’ee qopheessuf jenne kan yeroo keenya ofirra gubnu yoo taane, ammalle carraa guddaa akka dhabaa jirru beeku qabna. Wanta har’aaf nu gahu safarre fi madaalle qopheessu qabna malee gabataa guutu qopheessine israafa(qisaasessun) amala Musliimati miti. Humnaa ol nyaachu fi dhuguunis amala Musliimati miti. Namni garmalee yoo nyaate fi dhugee ibaada gochuu hin danda’u.