Quen VIP
Open in Telegram
đ¸đź 1 Milli Ways To Get Rich đźđ¸ đâ Click & Win! đ¤Šâ đŤđđť Respect The Eye đđťđĽâ
Show moreThe country is not specifiedCryptocurrencies39 464
1 606
Subscribers
No data24 hours
-97 days
-3930 days
Posts Archive
1 606
https://t.me/major/start?startapp=1336530790
đ Join me in @Major game and earn $MAJOR token soon!
âď¸ 750 rating bonus for you.
âď¸ 1000 rating bonus if you are Premium.
1 606
https://t.me/treasure_tapper_bot/start?startapp=invite-772592573-1725372477534-new_user_invite
Hey! Check out this awesome game and earn rewards!
1 606
#Telegram_stars âď¸
đAkkuma beektan #TikTok'n namootni hedduun Kennaa coin TikTok jedhamuun jireenyi isaanii akka jijjiiramu gargaareera.
đTikToki hordofuun Telegram ammoo Gift Coin haaraa, Telegram Stars jedhamu, kan maamiltootni Telegram kennaa isaanii gara maallaqaatti jijjiiruuf dandeessisu dhiyaateera.
đKana beeksisuuf Telegram waan Airdrop fakkaatu #Major jedhamu kan namoota affeeruun salphaatti Telegram Star Coins argachuuf isin dandeessisu baasee jira.
đYeroo nama 1 affeertan urjii 15 argattu. Kana akka airdrop tti hin ilaalinaa, nama affeeruu qofaan Star walitti qabachuun gara TON jijjiirattanii baafattu. Eegaluuf
đđđđđđ
https://t.me/major/start?startapp=1336530790
1 606
Waraanni mootummaan waqtii qonnaatti gara kutaalee Oromiyaa garaagaraatti bobbaase ummanni akka hin qotanne danquun, deega hamaatti oofaa jiraachuun himame.
Waraanni mootummaan waqtii qonnaatti gara kutaalee Oromiyaa garaagaraatti bobbaase ummanni akka hin qotanne danquun, deega hamaatti oofaa jiraachuun himame.
Â
Godina Shawaa Bahaa Aanaa Boosatitti, mootummaan waraana guddaa ummata irratti bobbaasee jira kan jedhan jiraattonni, waraanni bobbaafame yakkoota garaagaraa ummata irratti raawwatuun cinatti, Qotee bulaan akka hin qotanne danquun ummata beelarra buusaa jira jedhu.
Aanichuma keessa Ganda Borcataa jedhamtutti ammoo humnoonni Amaaraa daangaa cehuun ummata buqqisanii qabiyyee hawaasichaa qotataa jiraachuutu himama.
Mootummaan Biltsiginnaa âWaraana Bilisummaa Oromoo waliin mariin hin barbaachisu, Rakkoo Oromiyaa Afaan Qawweedhaanin furaâ jechuun Oromiyaa irratti duula waraanaa marsaa biraa labsee, humna waraanaa guddaa gara kutaalee Oromiyaa garaagaraatti bobbaasuu erga jalqabee torbanooti lakkaaâamaniiru.
Humni waraanaa guddaan waqtii ummatichaaf akkaan murteessaa taâe kanatti gara Oromiyaatti bobbaafame kun ammoo iddoowwan garaagaraatti hawaasa jiruu danquun rakkoo hammaataatti oofaa jiraachuu odeeffannoon hawaasa irraa Al Jazeera Afaan Oromoo qaqqabu ni mulâisa.
Jiraattonni godina Shawaa Bahaa aanaa Boosat Al Jazeera Afaan Oromoonf yaada kennan akka himanitti, yeroo ammaa humni waraanaa guddaan gara aanichaatti bobbaafamuu hordofee, keessumaa ummanni baadiyyaa rakkoo guddaarra buâeera.
Waranni mootummaa qeâee fi qabeenya hawaasichaa barbadeessuu, ummata nagaa ajjeesuu fi achi buutee dhabamsiisuu, hidhuu fi dararuu, akkasumas qabeenya hawaasaa irratti saamicha raawwachuu hojii idilee godhateera jedhu jiraattonni.Â
Hundaa ol garuu ummanni qonna dhorkamee jiraachuuniifi qotee bulaan buqqaâee gara magaalaatti akka godaanu taasifamaa jiraachuun dhimma yaaddoo guddaa nutti taâedha, gocha diinummaa ummaticha beelarra buusuu karoorfatedha jedhu namni bilbilaan garasii dubbisne.
Jiraataan Aanaa Boosat bilbilaan yaada nuuf kennuuf sodaa nageenyaa qabaachuu isaanii himan kan biraan âAmma yeroon isaa Ganna. Yeroo facaasaati. Yeroo kanatti mee qotaa jedhanii ummata sodaachisaa jiru. Kan didee qote ammoo ajjeesaa jiru. Beelli hamaan dhalatuuf deemaâ jechuun haala aanaa isaanii keessatti mulâatu ibsan.
âUmmati magaalaatti baqatee daandii irratti akka kufuuf dirqisiisaa jiru, warra didee baadiyyaatti hafeen ammoo isin WBO waliin hidhata qabduâ jechuun dararaa jiraachuu ibsan.Â
Ajjeechaan waraana mootummaatiin lammiilee nagaa irratti raawwatamus itti fufeera jedhu maddeen odeeffannoo keenyaa.Â
Barsisaa Jaabir Amaan namni jedhamu ati seelii WBOti jedhamuun qabamanii ajjeefamuu, Haadha dabalatee miseensoti maatii tokkoo, namni 5 bakka tokkotti rashanamuu himu jiraattonni.Â
Hidhaan jimlaa akkanumaan ummata irratti raawwatamus hammaatee itti fufuu ibsan.
Waraanni mootummaa kuma 11 taâu gara aanaa keenyaatti bobbaafamuu quba qabna jedhu.Â
Bobbii waraanaa kanaan walqabatee sochiin geejjibaa marti dhaabbatee jiraachuus ibsan.Â
Namoota miidhaman walâaannachuunis taâe, kan ajjeefameef gadda taaâuun dhorkameera jedhu.
Gama Biroon yeroo ummanni aanichaa qotachuus taâe daldaluu dhorkamee egereensaa balaarra buâee jiru kanatti, humnoonni Amaaraa daangaa cehuun ganda Borcataa jedhamtu weeraranii humnaan qotachaa jiraachuu himan jiraattonni.Â
Gocha humnoota Amaaraa kana dhaabsisuuf garuu tarkaanfiin fudhatame hin jiru jedhu.
Waliigalaan egereen ummata aanichaa balaarra buâee jiraachuu ibsuun, mootummaan qonna dhorkee ummata beelessuun dhaabbachuu qaba, waraanni yeroo murteessaa kanatti ummata irratti bobbaafamee bahaa gala dhorkaa jirus nurraa kaâuu qaba jedhu.Â
Ummanni Oromoo keessaa fi alaan quba walqabaachuun, hawaasa jiruu dhorkamee egereensaa balaarra buâee jiruuf sagalee akka taâu gaafataniiru.
1 606
Al Jazeera Afaan Oromoo irratti oduu, odeessaalee fi taateewwan wayitaawaa Itoophiyaa, Afriikaa fi guutuu addunyaa irratti taâan argattu. Yeroo mara waan haaraa jiru baruuf gara keenya koottaa, waan isinitti dhagahamus nutti himaa. Odeessaalee akka irratti hojjennu barbaaddanis nuun gahaa.
Odeeffannoon Wayitaawaan bakka jirtanitti akka isin dhaqabuuf fuula miidiyaa hawaasaa irraa odeeffannoo wayitaawaa argachuu yoo feetan:
Yuutuubii: https://youtube.com/channel/UCZz3XRblULzeVuxXKmewgxA
Feesbuukii: https://www.facebook.com/Al-Jazeera-Afaan-Oromoo-104712448263160/
Teeleegraamii:https://t.me/AlJazeraAfaanOromoo
Yeroo hunda waan nu waliin jirtaniif ulfaadhaa
1 606
Karrayyuun falatee Gadaa Haaromfataa jiraachuun himame.
Karrayyuun harâa Jireen Kaarratti baâuun galtee galte falatee Gadaa haroonfataa jiraachuun himame.
Jireen Kaarraa lafa falannaa yoo taâu miseensonni tuuta Gadaa shananuu achitti wal gahanii jiru.
Namoonni Al Jazeera Afaan Oromooâf yaada kennan, Kaayyoon walgeettii kanaa ajjeechaa Abbootii Gadaa tuuta Gadaa Michillee sababeeffachuun akka danee Oromootti waan gale falatanii heera ittiin bulmaata Gadaa kan dur caalaa cimsanii itti fuufuufi.
Jiraatan Qaamaan achitti argame tokko erga Abbootin Gadaa tuuta Gadaa Michillee ajjeefamanii hojimaatni Sirna Gadaa kan tuuta Gadaa Michillee Dullachaa Addaan citee ture jedha.
Hojimaata Sirna Gadaa itti fufsiisuuf guutuu hawaasa Karrayyuu irraa tuutni Gadaa Shanan Dirmajii, Meelbaa, Michillee, Halchiisa(Duuloo) fi Roobaleen harâa lafa Falannaa Jireen Kaarraa jedhamu qubatanii jiru.
Tuutni Gadaa shananuu kan Baasoo fi Dullachaa walgahuun Abbaa Gadaa dabalatee, jaldhaaba Abbootii Gadaa Michillee haala suukanneessan duguugaman bakka buusuf qophaaâaa akka jiran jiraatan kun himeera.
Erga Ajjeechaan Suukanneessaan sun Jila Abbootii Gadaa tuuta Gadaa michillee irratti raawatamee Gabaalaan Dullachaa Gaddarra ture, garriin hin afuufamu, dhiichisni warra gadaatis dhaabbatee ture.
Haaromsa kana booda garrinis ni afuufama hoggansaa fi sirni hawaasa geggeessuu tuuta gadaa michilleetin raawwatamus bifa haarayaan cimee kan itti fufuu taâa jechuun dubbateera.
Kana milkeesuuf miseensonni Tuuta Gadaa shananuu Tulluu Jireen Kaarraatti bahuun hammeenya Gadaa Michilleerratti raawwatame falatanii heera uumaatiin waaq-kadhaa taasisuun furda hobbaâuuf karoora guyyaa sadii akka qabataniidha jiraatan kun kan ibse.
Sirna Gadaa Karrayyuu kan Dullachaa haaromsuu kana keessatti iddoo awwaalcha Abbootii Gadaatti biqiltuun Odaa fi Ejersaa ni dhaabama jedhamee eegamas jedheera.
Guyyaan Abbootiin Gadaa, nama korma garaa hidhe, warra Ulfoo fi Qaalluu dabalatee jaldhaabni Abbootii Gadaa waraana mootummaatiin itti ajjeefaman goodinnisa seenaa taâuun bara baraan akka yaadamu Abbootiin Gadaa Tuuta Gadaa shananuu heera lallabuun ni raggaasisus jedheera jiraatan odeessa kana nuuf qoode.
1 606
~Kutaa 2ffaa~
Bara 1986 Biil Geetis aksiyoona Maayikiroosooftii keessaa dhibbentaa 45 dhuunfachuun umrii 31 irratti miiliyeenara (dureessa) taâe. Yeroo kanatti qabeenya kaampaanichaa doolaara miiliyoona 525 keessaa kan Biil Geetis doolaara miiliyoona 234 ture. Haaluma kanaan guyyaa irraa gara guyyaatti dabalaa deemee, bara 1999 kaappitaalli isaa doolaara biiliyoona 101 gaâeera.
Buâuuruma kanaan bara 1995 irraa kaasee itti fufiinsaan yeroo dheeraaf addunyaa kana irratti dureessa tokkoffaa taâee jira. Kaampaanii Maayikiroosooftii alattiis kaampaniin âGoogleâ jedhamus kan isaati. Kaampaaniin kun hojii sooftiweerii kan dalagu yoo taâu, bilbiloota keenya irratti moosaajonni kanneen akka: YouTube, Play Store, Play Music, Chrome, Maps, Drive, Gmail, Hangouts, Photos fi kkf kan dhaabbata Google kanaati;
Namoonni YouTube waliin hojjatan qarshii kan argatan Biil Geetis irraati jechuudha. Biil Geetis qabeenya kana hunda kan horate, harka duwwaa irraa kaâuuni, beekumsa mana barnootaa irraa argate gara kalaqaatti jijjiireeti. Kalaqa isaa immoo akka maallaqa argamsiisu godhee, kan argates qusateeti. Walumaa galatti, hojjatee duroome. Kalaqa isaatiin harâa addunyaa marattuu dhimma kompiitara waliin wal qabatuuf gargaarama.
Qabeenyi isaa maatii fi biyya isaa irra darbee addunyaa hunda gargaaraa jira. Yeroo fi maallaqa isaa harka caalu tola-ooltummaaf oolchaa jira. Biyya keenya dabalatee, biyyoota addunyaa hunda keessatti fayyaa fi barumsa irratti maallaqa hedduu baasii godhee hojjachaa jira. Kanaafis addunyaa kana irraa badhaasota kabajaa hedduu argatee jira. Namni kun, sooressa qofa osoo hin taâiin baayyee arjaadhas. Dhaabbanni gargaarsaa isaas qarshii doolaara biiliyoona hedduu baasii gochaa adeema.
1 606
ODUU TECHNOLOGY
Dureessi Addunyaa Kanaa Bill Gates Akkamitti Biliyeenara Taâe?
Addunyaa kanarra namoonni waan xiqqoorraa kaâanii durooman hedduutu jiru. Kanneen keessaa tokko Biil Geetis dha. Biil Geetis dureessa addunyaa kana keessatti sadarkaa olaanaa irra jiruudha. Onkoloolessa 28, 1955 A.L.Aâtti Kutaa biyya Amerikaa, Siyaatil, Waashingitenitti dhalate. Abbaan isaa Wiiliyaam H. Geetis ogeessa seeraa beekamaa ture. Haati isaa, Meerii Maaksiwel immoo barsiistuu fi hojii tola ooltummaa irratti hirmaachuutiin kan beekamtuudha. Ijoollee isaanii sadan keessaa, Biil Geetis hunda caalaa fedhii dorgomanii injifachuu qaba ture. Barumsa isaatiinis cimaa fi fedhiin Sooftiweerii kalaquu fi duroomuu akkasumas, hojii tola ooltummaa irratti hirmaachuun waanuma ijoollummaatiin isa keessa buledha.
Biil Geetis yeroo barataa ture dubbisee hin quufu. Kitaabilee gara garaa kanneen akka Insaayikiloopiidiyaa osoo hin nuffin saâaatii dheeraa dubbisa ture. Akaakuu barumsaa hundaanis dandeettii cimaa kan qabu yoo taâu, hunda caalaa immoo Herreega, Diraamaa fi Afaan Ingilizii irratti dandeettii addaa qaba ture. Umrii 13 yeroo taâu, maatiin isaa manni barnootaa uummataa inni keessa jiru dandeettii isaa waliin waan wal hin gitneef gara mana barnootaa qophaaâinaa dhuunfaa dorgommii cimaa
qabu, Leeksaayid jedhamu galchan.
Mana barumsaa kana keessattis guutummaa dandeettii isaa hojiirra oolchuuf kan isa dandeessisu dorgommii cimaa fi barumsa kompiitaraa gaâaa argate. Mana barnootaa kana irraa bara 1973 eebbifame. Qormaata seensaa qoramee 1600 keessaa 1590 sirriitti deebisuudhaan qabxii olaanaatiin Yuunvarsiitii Haarvaardi seera barachuuf seene. Biil Geetis pirogiraamii kompiitaraa irratti hojjachuuf umrii waggaa 13 irraa kaasee tattaafachuu jalqabe.
Jaalalaa fi fedhiin inni pirogiraamii kompiitaraa irratti qabu, yeroo kolleejjii seenus dabalaa deeme. Keessumaayyuu, manni barnoota qophaaâinaa âLeeksaayidâ kanaaf haala mijataa uumeefii ture. Carraa argatetti gargaaramee, hiriyyaa isaa Paawul Alan waliin taâee, yeroo isaa fi yaada isaa gara kalaqa pirogiraamii kompiitaraatti deebisee siâaayinaan hojjete. Biil Geetis dandeettii kalaqaa qofaa osoo hin taâiin, hojjatanii duroomuu kan jedhus waan keessa isaa jiruuf yeroo boqonnaa isaa abbootii qabeenyaa gurguddoo waliin dabarsa ture. Naannoo Siyaatilitti daldaltoota kampaanii gurguddaa qabaniif pirogiraamii kompiitaraa qopheessuuf yaalii godheen milkaaâeera.
Kana malees, hiriyyaa isaa sana waliin taâee haalota indastiriin kompiitaraa keessa jiru xiinxaluudhaan, maayikiroopiroseesariin yoo kalaqame, kompiitara xixiqqaa namni kamuu dhuunfaatti qabaachuu dandaâu hojjechuun akka dandaaâamu hubate. Duraan kompiitarri harka nama dhuunfaa osoo hin taâin, indastiriiwwan gurguddaa keessatti kan daangaâe ture. Biil Geetis, Haarvaarditti waggaa 1 ffaa barachaa osoo jiruu kompiitarri xiqqaan âAltair 800â jedhamu kaampaanii âMITSân kalaqamuu isaa barruu âPopular Electronicsâ jedhamu irraa dubbise. Yeroo kanatti kompiitara âAltairâ jedhamu kanaaf sooftiweeriin kalaqame hin turre. Kanas, Biil Geetis fi hiriyyaan isaa Paawul Alan akka carraa gaariitti fudhatan.
Haaluma kanaan, pirogiraamii kompiitaraa âBASICâ jedhamu âAltair 800â irratti akka hojjatuuf madaqsanii milkaaâan. Kanaan booda, barumsa isaa addaan kutee bara 1975 A.L.Aâtti sooftiweerii qopheessuuf hojii isaa eegale. Adeemsa kanaan bara 1980 A.L.Aâtti kompiitarri dhuunfaa
(PC) oomishamee akka gabaaf dhiyaatu âIBMâ murteesse. Yeroo sana indastirii kompiitaraa keessatti gahee guddaa kan taphatu âIBMâ ture. Buâuuruma kanaan, kaampaaniin âIBMâ jedhamu kun akkaataa kompiitarri itti hojjatu milkeessuuf fuula isaa gara Maayikiroosooftiitti deebise.
Bara 1975 Biil Geetis fi Paawul Alan, wal-taâiinsaan kaampaanii Maayikiroosoofti jedhamu hojjattoota 28 qabatanii hundeessan. Biil Geetis itti gaafatamaa kaampaanichaa taâee hojjachuu eegale. Waggaa sadii booda, kaampaanichi babalâatee hojjattoonni gara 128 gaâan, qabeenyi immoo doolaara miiliyoona 16âtti ol guddate.
1 606
Viidiyoo ajaa'ibaa dhoksaatti waraabame kana namni umuriin isaa đđđđđâââ ol ta'e hundi haa ilaalu
đđđđđđ
https://youtube.com/channel/UCR7F0oBv3xwULq94CZop8KAsub_confirmation=1
1 606
Adda Bilisummaa Oromoo (ABO) dhaaba bilisummaa Oromoof qabsaawu fi Oromiyaa
bilisa baasuf socho'udha.
https://oromiatimestruth.blogspot.com/2021/11/adda-bilisummaa-oromoo-abo-dhaaba.html
