en
Feedback
ክርስትና (kiristiyanummaa)

ክርስትና (kiristiyanummaa)

Open in Telegram

Christians channal ፍቅር መድሀኒት ነው ለዛም ነው መድሀንያለም ምንለው እየሱስ ያድናል jaalalli moo'aa dha yesus jalaladha kanaaf yeroo hunda nii mo'a! Farfannaa(መዝሙር)Kadhannaa፦ፀሎት፤Lallaba፦ስብከት፤asosama garagaraa hundafiyyu ልቦለዶችም ለሁሉም ተቀላቀሉን። @frebefkr 👣 http://t.me/Yefkrfrebot

Show more
3 672
Subscribers
No data24 hours
+47 days
+1030 days
Posts Archive
Repost from Arara Tv
❇️ Channel Telegram hojii online adda addaatiif kan ta'u, Gatii baay'ee gadi bu'aadhaan namoonni bitachuu barbaaddan miseensota 1K+ jalqabee jira. Amanamummaadhaan gurgurra. 🤝 🔔 Hanga ammaatti chaanaalii hedduu gabaaf dhiheessinee daldala amanamaa gaggeessineerra. @channelgurgurtaa 🎲 Kanaaf, namni chaanaalii 3K ol bitachuu barbaadu karaa Telegram @FastVipProm irratti raawwachuun ni danda'ama. ❇️ የሚሸጥ የተለግራም ቻናል በቅናሽ ዋጋ እንፈልጋለን አለ። 👇👇👇👇 •➤ አሁኑኑ ያናግሩን 👇 📩 •➤ 𝐈𝐧𝐛𝐨𝐱 𝐌𝐞 @FastVipProm ☎️ •➤ 0927674754 ☎️ •➤ 0917818622

Repost from WAALIIF PROMOTION

Repost from Food show
🌐Online irraan hojii jalqabuu barbadumoo❓ Online teessanii guyyaatti qarshii 2000(kuma lamaa) ol hojjechuun salphaa dha❗️ Ho
🌐Online irraan hojii jalqabuu barbadumoo❓ Online teessanii guyyaatti qarshii 2000(kuma lamaa) ol hojjechuun salphaa dha❗️ Hojii kanas ammuma jalqabaa❗️👇

Repost from Getu 📩 Official
#Dubbisa 140ffaa Waaqayyotti Firoomi! ✅ Namni nama ta’ee uumame tokko qofaa isaa jiraachuu hin danda’u. Kana irraa kan ka’e, yeroo hundumaa namni jireenya qofummaa isa miidhuu danda’u jalaa baqachuuf jecha namoota baay’ee firoomfachuu barbaada. Hariiroo firoomaa keessa haalli wal gargaarsaa dabaree ta’a. Qaamni lachuu walitti dhufeenyicha irraa waan fayyadaman qabu. ‘Yoon dhukkubsadhe na gaafata/tti, yoon du’e na awwaala/ti, yoon rakkadhe na gargaara/ti’, fi kan kana fakkaatan namni nama biraatti firoomuuf barbaada. 🔻 Waaqayyos yeroo mara namootni gara isaa akka dhufanii fi akka itti firooman barbaada. Garuu, Waaqayyo jiraachuuf itti firoomuun namaa maal dabalaaf sitti fakkaata? Itti firoomuun namaa umurii Waaqayyoo waan dheeressu sitti fakkaataa? Macaafni Qulqulluun Waaqayyo bara baraa jalqabee jiraataa akka ta’e nutti hima. Um. 1:1 “Waaqayyo jalqabatti bantiiwwan waaqaatii fi lafaa uume.” Kutaan kun utuu uumamni biroon kamiyyuu hin uumamin jechuudha. Yoh. 1:1 “Sagalichi jalqaba waan hundumaa dura ture; Sagalichi Waaqayyo bira ture; Sagalichi ofii isaa Waaqayyo ture”. Wanti nuti lafa kana irrattis ta’e yuunvarsii (hawaa) kana keessatti arginu hunduu wantoota Waaqayyo ofii isaatii uume dha. Inni jalqaba waan hundumaati. Kanaafuu, itti firoomuu fi dhiisuun, itti amanuu fi dhiisuun, isaa kabajuu fi dhiisuun isa irratti homaa dabaluu akka hin dandeenye beekuun caalaatti Waaqayyo kan dinqisiifatamu ta’uu isaa nutti agarsiisa! Ulfinni isaaf in ta’a. 🔻 ‘Egaahoo, maaliif Waaqayyootti firoomuun yookiin immoo Waaqayyoon waaqeffachuun barbaachisaa ta’ee lallabama ree?’ jettee gaafachuun kee akka hin oollen yaada. Deebiin isaa garuu: Waaqayyootti firoomuun “numaaf” malee isaaf miti! Waaqayyo nu malee Waaqayyo ta’ee jiraachuu ni danda’a! Nuti garuu isa malee homaafuu waa’ee hin baafnu. Gooftaan Yesuus warra isatti amananii duukaa isaa bu’aniin akkas jedhe, “Mukichi wayinii inni dhugaan ana,… Anatti qabamaa jiraadhaa!…Isin anatti qabamtanii jiraachuu yoo dhabaattan ija godhachuu hin dandeessan. Ani muka wayinichaati, isin immoo damoota isaati; inni anatti qabatee jiraatu, anis isatti jiraadhu, isa ija baay’ee kan godhatu; anattii gargar baatanii waan tokko illee gochuu hin dandeessan. Namni anatti qabatee hin jiraanne, akkuma damee sanaa hin gatama, in gogas; damoota akkasiis walitti qabanii abiddatti in naqu, in gubatas.” Yoh. 15:1-6. Kanaafuu, nuti Gooftaa Yesuusitti firoomnee jiraachuun ofii keenyaf jecha malee Waqayyoof jennee miti. Firooma kana waaqayyomti iyyuu baay’ee barbaada. Maaliif laata? Inni baay’ee nu jaallata! Jaalalli inni kan Waaqayyoo kan ofittummaa miti. Isa malee yoo jiraanne booda maal akka nu eeggatu inni beeka - du’a bara baraa. Waaqayyo waaqa jaalalaati! Inni nuuf garaa jaalalaa qaba! Jaalalli kun immoo Gooftaan Yesuus hamma du’a fannootti akka of kennu isa godheera. Gatii cubbuu keenyaa aarsaa qullaa’aa, ofii isaa, kenneera. Kanaaf namni yoo hoojii fannoo kanatti amanee ofii isaa Gooftaa Yesuusitti kenne abdii jireenya barabaraa qaba. 📌 Ati jireenya bara baraa ni barbaaddaa? Yoo deebiin kee, “Eeyye”, ta’ef, ammaa jalqabiitii jireenya kee isatti kenni. Garaa kee guutuunis akkas jedhii kadhadhu: “Yaa gooftaa, jaalala kee isa dinqisiisaa kanaaf galantni siif haa ta’u. waa’ee kootiif jettee fannoo irratti du’uu keetiif sin galateefadha. Isa ani kanaan dura si malee adeemuun si gaddisiise anaaf dhiisi. Amma immoo gara jireenya kootii kottu. Jireenya bara baraattis ana galchi. Har’aa kaasee ani kan kee ta’ee jiraachuun barbaadaa; nasimadhu. Ameen. 🙏 @Getu_Official @Getu_Official

Repost from Food show
🌐Online irraan hojii jalqabuu barbadumoo❓ Online teessanii guyyaatti qarshii 2000(kuma lamaa) ol hojjechuun salphaa dha❗️ Ho
🌐Online irraan hojii jalqabuu barbadumoo❓ Online teessanii guyyaatti qarshii 2000(kuma lamaa) ol hojjechuun salphaa dha❗️ Hojii kanas ammuma jalqabaa❗️👇