en
Feedback
Gadaa Post

Gadaa Post

Open in Telegram
9 997
Subscribers
No data24 hours
-367 days
-16530 days
Posts Archive
ā—ļønamoonni telegram vpn'n fayyadamtaan proxy jalaa kan jirun fayyadamudhaan VPN malee fayyadamu dandeessu#share šŸ‘‡šŸ‘‡šŸ‘‡šŸ‘‡šŸ‘‡šŸ‘‡šŸ‘‡šŸ‘‡ https://t.me/proxy?server=161.35.219.7&port=8080&secret=7gagkkS6aU28JabnJfU2AKhrZXRhYWJvbmxpbmUuY29t @gadaa_post

Namoonni telegram VPN fayyadamtaan proxy jalaala kan jiru fayyadamudhaan vpN malee fayyadamu ni dandeessuu. šŸ‘‡šŸ‘‡šŸ‘‡šŸ‘‡šŸ‘‡šŸ‘‡šŸ‘‡šŸ‘‡ https://t.me/proxy?server=161.35.219.7&port=8080&secret=7gagkkS6aU28JabnJfU2AKhrZXRhYWJvbmxpbmUuY29t @Gadaa_post

#Update qormaata biyyaalessa kutaa 12 ffaa kan bara 2014 barattoota Qabxii 600 ol fidaan bankiin Amaaraa baasii isaani Akka d
#Update qormaata biyyaalessa kutaa 12 ffaa kan bara 2014 barattoota Qabxii 600 ol fidaan bankiin Amaaraa baasii isaani Akka danda'uu gabaasee ture. kanuuman walqabatee barattoota saayinsii ummaama Qabxii 600 ol akkasuma saayinsii hawaasa 500 fidaaniif Akka ta'ee bankiichi gabaaseera. Barattoota Qabxii olaana fidaaniif tokkon tokko isaaniitti ji'an birrii 750 kanfaalafii Akka barsiisuu baankiichii duubatuun Isaa ni yaadatama. Biiroon barnoota barattoota Qabxii olaana fidaan ni baadhaasa jechuun Isaa ni yaadatama. @Gadaa_post

Ambaasaaddar Mizgaanuun Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Chaayinaa waliin mari’atan Ministir Deetaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaa
Ambaasaaddar Mizgaanuun Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Chaayinaa waliin mari’atan Ministir Deetaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Mizgaanuu Argaan Ityoophiyaatti Ambaasaaddarri Chaayinaa Zyii’oo Zyiiyuu’aan waliin mari’ataniirtu. Dhimmoota hariiroo biyyoota lamanii cimsanirratti mari’achuu isaanii ibsameera. Ministirri Alaa Chaayinaa haaraan aangotti dhufanii jalqabaaf Ityoophiyaatti daawwannaa taasiisuun isaanii hariiroon biyyoota lamaanii cimaa ta’uu mul’iftuu ta’uu marii isaaniin kaasaniiru. Abbootiin qabeenyaa Chaayinaa hojiilee misoomaa Ityoophiyaarratti akka hirmaatan Ambaasaaddar Mizgaanuun ibsaniiru. Ityoophiyaatti Ambaasaaddarri Chaayinaa Zyii’oo Zyiiyuu’aan Chaayinaan hariiroo waloo fi dhimmoota naannawaarratti tumsa Ityoophiyaa waliin qabdu cimsitee kan itti fuftu ta’uu mirkaneessuu ragaan Ministeera Dhimmaa Alaarraa argame ni mul’isa. @gadaa_post

barattoonni moraa yunivarsiitii waldiyaa gadi lakkisuun bahan keessaa murasaanii dhifaama gaafachuu yuunivarsiitiichi beeksis
barattoonni moraa yunivarsiitii waldiyaa gadi lakkisuun bahan keessaa murasaanii dhifaama gaafachuu yuunivarsiitiichi beeksisee. barattoonni kaalandaara yuunivarsiitiichi baaseen qofa buluufi ammaan booda sochii sirna barnoota guufachiisuu kamu keessaatti hirmaachuu dhisuufi waadaa galuun mallattoo dhifaama dhiyaate akka guutaan himameera. Barattoonni har'a sa'aatii 9:00 - 11:00 fi boruu ganama sa'aatii 2:00-5:30 mallattoo dhiyaatte mallatteessudhan garaa moraa kan deebi'uu danda'aan yoo ta'uu wixaata barnoota jalqabu akka danda'an yunivarsiitiichi ibseera. @Gadaa_post

sadarkaa naannoole %50 ol ykn 350 fidaan 1 .magaalaa finfinnee -----19.8 2.magaalaa haraari..-----10.5 3.magaalaa diree dhawa
sadarkaa naannoole %50 ol ykn 350 fidaan 1 .magaalaa finfinnee -----19.8 2.magaalaa haraari..-----10.5 3.magaalaa diree dhawaa ,------6.7 4.naannoo Amaaraa,-------3.6 5.naannoo Sidaamaa.--------2.3 6.Naannoo Tigraay.-------2.2 7.naannoo Kibbaa-----2.0 8.naannoo Oromiyaa,----2.0 9.benishangulgumuz.-----1.5 10.Naannoo Gambellaa----1.2 11.kibbaa Baha.-----1.0 12.Naannoo Somaalee----0.7 maddi: taajajila Oduu Ityoophiyaa @Gadaa_post

kuufatii kanaf mootummaan itti gaafatama" prof birhaanu neggaa Ministeer ministeeraa barnoota prof birhaanu neggaa firii qorm
kuufatii kanaf mootummaan itti gaafatama" prof birhaanu neggaa Ministeer ministeeraa barnoota prof birhaanu neggaa firii qormaata biyyoolessa kutaa 12ffaa ilaalchisee ibsa har'a kennaniin "kuufatti kanaaf mootummaan itti gaafatama kan feederaalaas ta'ee kan naannoo itti gaafatamummaa isaan hin baane jechuudhan qeeqaniiru. ministeeraa barnoota firiin kan baay'ee nama rifaachisuu akka ta'ee beeku qaban kan jedhaan yoo ta'uu "kan kuufunnee akka biyyaatti " jedhaniiru. ministeeraa barnoota birhaanu neggaa kana kan duubataan qormaata biyyoolessaa kutaa 12 ffaa kan seensa yunivarsiitii barattoota kuma dhibbaa 896 fi 520 keessaa barattoonni kuma 29 fi 909 qabxii walakka ol kan ta'uu prof birhaanu neggaa duubataaniiru. @Gadaa_post

ameerikaa keessaatti ajeechaa jumulaa dabalaa dhufee. Biyyattitti ji'a tokko kan caalee keessatti ajeechaa jumulaa 40 ol kees
ameerikaa keessaatti ajeechaa jumulaa dabalaa dhufee. Biyyattitti ji'a tokko kan caalee keessatti ajeechaa jumulaa 40 ol keessumeesiteetti. Bayyinaa namoota caalaa meeshaaleen waraanaa kan keessatti baaya'atuu bara faraanjoota haaraa2023 kanatti ajeecha jumulaatiin lammileen 70 'ajeefamaniiru.

#update Bara 2014 barattoonni kuma 899 fi 520 qormaata biyyaleessa kutaa 12 ffaa kan seensa yunivarsitii fuudhataaniiru. Kann
#update Bara 2014 barattoonni kuma 899 fi 520 qormaata biyyaleessa kutaa 12 ffaa kan seensa yunivarsitii fuudhataaniiru. Kannen keessaa qabxii walakka ol kan fidaan kuma 29 fi 909 qofa ta'uu ministiraa barnoota birhaanu naggaa duubataniiru. barattoonni qabxii dhibbeenta dhibbaa keessaa 50 ol kan fidaan lakkoofsan xiqoo waan ta'eef ministeer barnoota sirna haaraa hordoofuuf karoorfachuu ministirichii ibseera. Barattoonni walakka ol fidaan kuma 30 bara dhuufu kallattiidhan gara yunivarsiitii galaan barattoota waggaa 1 ni ta'uu jedhaniiru. @gadaa_post

Odeeffannoon nutti sin biraan gaha jiru sinitti toleerra ? Akkanumatti itti haa fufunnuu.? Yaada kan keessan nuuf Kenna nu barbaachisaa waan ta'eef

#Update Firii Qormaata biyyaleessa kutaa 12ffaa barattoonni har'a galgala irraa eegalatanii ilaalu Akka dandeessan ibsameera.
#Update Firii Qormaata biyyaleessa kutaa 12ffaa barattoonni har'a galgala irraa eegalatanii ilaalu Akka dandeessan ibsameera. *Website https://ears.edu.et/ ykn *Ergaa gabaabaa 6284 irratti lakkoofsa registration kan keessan qofa eerguun ykn *Tele gram : https://t.me/eaesbot irratti ilaalu Akka dandeessan ibsameera. @Gadaa_post

Mummeeen ministiraa Dooktaar Abiy Ahamad Fi jilli isaan daawwan hojiif sudaan kaartum gaalaniiru. Daawwannaan hojii guyyaa to
Mummeeen ministiraa Dooktaar Abiy Ahamad Fi jilli isaan daawwan hojiif sudaan kaartum gaalaniiru. Daawwannaan hojii guyyaa tokkoof Akka turu ibsameera. @Gadaa_post

#oduu ammee. Qormaanni biyyaleessa kutaa 12 ffaa har'a galgala sa'aatii 6'irraa eegalee Akka ifaa ta'uu gabaafameera. Odeeffa
#oduu ammee. Qormaanni biyyaleessa kutaa 12 ffaa har'a galgala sa'aatii 6'irraa eegalee Akka ifaa ta'uu gabaafameera. Odeeffannoo haqa qabeessa argachuuf yeroo hunduma filannoo kan keessaan gadaa post godhaa. @Gadaaa_post

Biyyatiin Qonnaa ammaayyeesuun nyaatan of daanda'uun yaaliin gochaa jirtu biyyoota Afrikaaf fakkeenya Akka tatu himamee. Ityo
Biyyatiin Qonnaa ammaayyeesuun nyaatan of daanda'uun yaaliin gochaa jirtu biyyoota Afrikaaf fakkeenya Akka tatu himamee. Ityoophiyaan Qonnaa Ammaayyeesuun nyaatan of danda'uuf taataafiin gochaa jirtuu biyyoota Afrikaaf fakkeenya Akka tatu ibsame. @Gadaa_post

Namoonni channel kanarratti beeksisa beeksifachuu barbaadan na qunnama @lij_dave04 irratti beeksisaa qofaaf.

Manni marichaa muudama ministeeroota 3 raggaasee. Manni maree bakka bu'oota uummataa walga'ii idilee 9ffaa isaan muudama mini
Manni marichaa muudama ministeeroota 3 raggaasee. Manni maree bakka bu'oota uummataa walga'ii idilee 9ffaa isaan muudama ministeeroota 3 raggaassisee. Haaluma kannan : 1•dookotaar alaamu simmee ministeera lojeestikii Fi geejjibaa 2•dokootar girmaa Amantee ministeera qonnaa 3•injinaar habaatamu tageenyi ministeera Albuuda ta'uudhan muudamaniiru. @Gadaa_post

odeeffannoon nutti sinbiraan gahaa jiru akkam sinitti tolee akkanumatti itti haa fufunnuu

konkoolatoonni meeshaalee yaala fe'aan maqaalee ga'aan. Konkoolatoonni afur meeshaalee yaala fe'aan magaalaa maqaalee gahu ko
konkoolatoonni meeshaalee yaala fe'aan maqaalee ga'aan. Konkoolatoonni afur meeshaalee yaala fe'aan magaalaa maqaalee gahu koomiteen fannoo diimaa addunyaa beeksiseera. Meeshaaleen yaala kunneen dhabbilee fayyaa naannoo tigraayitti argaman keessatti kan rabbaasaman yoo ta'uu ministeera fayyaa fedeeraalatiin kan dhiyaate ta'uu ibsameera. Meeshaalee yaalafi dhiyaatan keessaa haadholiifi daa'iman kan taajajilla keenan ta'uu fi meeshaaleen yaala biroo kan keessatti argaman ta'uu himameera. @Gadaa_post

#oduu Manni maree bakka bu'oota uummata guyyaa boruu muudama ministirootaa ni raggaasisa jedhamee eegama. Manni marichaa walg
#oduu Manni maree bakka bu'oota uummata guyyaa boruu muudama ministirootaa ni raggaasisa jedhamee eegama. Manni marichaa walga'ii idilee 9ffaa bara hojii 2ffaa isaa guyyaa boruu ni gaggeessa. Walga'iisaan qaboo yaa'ii walga'ii idilee 8ffaa bara hojii 2ffaa fi muudama ministirootaa raggaasisuu dabalatee dhimmoota garaagaraarratti kan mari'atu ta'uu ragaan mana marichaarraa argame ni mul'dhisa. Maddi : fbc @Gadaa_post

yeroo dhiyooti nu eegadha