en
Feedback
Gadaa Post

Gadaa Post

Open in Telegram
9 997
Subscribers
No data24 hours
-367 days
-16530 days
Posts Archive
#Qormaata biyyaalessa Firii qormaata yeroo dhiyoo keessatti ni beeksifna" taajajila qormaata Fi maadalii barnoota Taajajilich
#Qormaata biyyaalessa Firii qormaata yeroo dhiyoo keessatti ni beeksifna" taajajila qormaata Fi maadalii barnoota Taajajilichi qormaanni biyyaleessa kutaa 12ffaa kan marsaa lammaaffa nagaan xumuramu beeksiseera. Qormaanni Kun Akka nagaan xumuramuufi namoota hojjetan kan gaalatefattee yoo ta'uu qormaatootaf immoo firii garii hawweera. @Gadaa_post

Birrii sobaa kuma 1 fi doolaara Ameerikaa namoota daddaabarsa turan 5 irratti murtiin dhiyaate. Poliisiin Finfinnee Akka gaba
Birrii sobaa kuma 1 fi doolaara Ameerikaa namoota daddaabarsa turan 5 irratti murtiin dhiyaate. Poliisiin Finfinnee Akka gabaaseetti namoonni dhunfaa kunnen kan to'aan Jala kan olaan kutaa magaalaa Araada Ganda 6 naannoo Afincoo baari jedhamuti. Shakkamtoon mallaqaa sobaa Akka daddaabarsan eeru ummataarra keenamen Fi to'annoo poliisiin magaalaa finfinnee tasiiseen qabamu danda'uu poliisiin magaalaa finfinnee kan gabaasee yoo ta'uu yeroo sanaatti birrii sobaa kuma dhibbaa 1 Fi doolaar Ameerikaa kuma 7 Fi dhibbaa 1 harka isaan irratti Akka argamee ibsameera. @Gadaa_post

lammileen kuma 1 ol sawud Arabiyaatti haala raakkisa keessa turan gara biyya isaan deebi'aniiru. Laammileen Itiyoophiyaa kuma
lammileen kuma 1 ol sawud Arabiyaatti haala raakkisa keessa turan gara biyya isaan deebi'aniiru. Laammileen Itiyoophiyaa kuma 1 fi 18 sawud Arabiyaatti haala raakkisa keessa turan gara biyya isaani deebi'uu ministeeri dhimma alaa beeksiseera. @Gadaa_post

Jirtuu

Gadaa post yeroo dhiyootti hojii isaa ni eegala nu eegadha.

lammiileen Itiyoophiyaa kuma 1 fi 30 sa'ud Arabiyaarraa gara biyya deebi'an. Marsaa 3ffaadhan lammiilee Itiyoophiyaa Sa'ud Ar
lammiileen Itiyoophiyaa kuma 1 fi 30 sa'ud Arabiyaarraa gara biyya deebi'an. Marsaa 3ffaadhan lammiilee Itiyoophiyaa Sa'ud Arabiyaa jiraan hojii gara biyya deebisu hojjetamen walummaa gala lammiileen Itiyoophiyaa kuma 1 fi 30 gara biyya deebi'aniiru. Lammiilee deebi'an keessaa 1026 dhiiroota fi 4 waggaan isaanii umrii 18 gadii ta'uu himameera. Lammiilee deebi'aniif deeggarsii barbaachiisa fi kunnuuns barbaachiisu taasifamefii gara iddoo turtii qophaa'ef akka geefaman ragaan ministeera dhiimmaa hawaasummaarra argane ni mul'dhisa. @Gadaa_post

Muummeen ministiraa Dooktaar Abiy Ahimad guyyaa kaleessa marii Dargaggoota wajjiin taasisaniin gaaffii wa'ee yunivarsiitiiwwan fi Barsiisoota ka'eef kan duubataniiru. @Gadaa_post

#Muummee_ministira dooktaar_Abiy Ahimad Dargaggoonni hojii irratti kan xiyyeeffatan biyyasaanii jaalachuuf kan dhama'an ,kenn
#Muummee_ministira dooktaar_Abiy Ahimad Dargaggoonni hojii irratti kan xiyyeeffatan biyyasaanii jaalachuuf kan dhama'an ,kennaa biyyasaanii kan misoomsan ,uumaasaanii kan galateeffatan ta'uu qaba. Biyyasaanii Ityoophiyaa guddoo akka turte beekanii guddummaashee duraaniitti akka deebitu tokkummaa sabdaneessa cimsuun dirqama ijoollee biyya dinqii kanaati jedhaniiru muummeen ministiraa Dooktaar Abiy Ahimad . @Gadaa_post

Odeeffannoon nutti sinbiraan gaha jiru hammaam tokko sinitti tolee mee laayikiidhan nuf agarsiisaa yaadni keessaan nu barbaachiisa silaa ta'eef. Galatooma šŸ™

#Update: Gidduu galaa markatootti mankuusni jiguudhan namoota 6 lubbuun darban dabalatee namoota 7 irraa miidhaa cimaan gahee
#Update: Gidduu galaa markatootti mankuusni jiguudhan namoota 6 lubbuun darban dabalatee namoota 7 irraa miidhaa cimaan gaheera. Kannen keessaa 3 miidhaan olaanaan waan irraa qaqqabeef hospital Abet akka argaman bisirat FM gabaaseera. Namoota lubbuun darban keessaa lamaa dubartoota yoo taa'an afur dhiiraa ta'uu bisirat fm gabaaseera. @Gadaa_post

magaalaa daaseetti balaa lolaa cimaan akka mudate beekame. Magaalaa daseetti har'aa hagayya 14,2014 sa'aatii booda sa'aatii 9
magaalaa daaseetti balaa lolaa cimaan akka mudate beekame. Magaalaa daseetti har'aa hagayya 14,2014 sa'aatii booda sa'aatii 9:00 irraa jalqabe sababa roobaa cimaa roobeen bakkeewwan magaalaa Adda addaatti balaan lolaa mudateera. Balaa lolaa kanaan mana jireenyaa irratti miidhaan qaqqabeera. @Gadaa_post

Lubbuun namoota 6 darbe! Magaalaa finfinnee Kutaa magaalaa Addis katamaa Aanaa 8tti mankuus jiguudhan lubbuu nama fi qabeenya
Lubbuun namoota 6 darbe! Magaalaa finfinnee Kutaa magaalaa Addis katamaa Aanaa 8tti mankuus jiguudhan lubbuu nama fi qabeenyaarra miidhaan qaqqabeera. Odeeffannoo hanga ammattiin lubbuun namoota 6 kan darbe yoo ta'uu yeroodhaf namoota lakkoofsi isaanii hin beekamne irraa miidhaa cimaa fi salphaan qaqqabeera. @Gadaa_post

Haraaritti lammiilee kuma 5 walaa'ansa fayya bilisa kennamuf akka taa'e ibsame. Naannoo haraaritti lammiilee kuma 5 tajaajila
Haraaritti lammiilee kuma 5 walaa'ansa fayya bilisa kennamuf akka taa'e ibsame. Naannoo haraaritti lammiilee kuma 5 tajaajila walaa'ansa fayyaa bilisa kennamuf akka taa'e biiroon fayyaa naannichaa beeksise. Mata duree "Gaarummaan fayyaa keenyaaf " jedhuun hagayya 16 irraa egalee guyyoota itti anaan 6 akka kennamu ibsameera. Itti gaafataman biiroo fayyaa naanichaa yaasin Abdulaahii akka ibsanitti taajajil walaa'ansa fayyaa bilisa kan kennamu namoota humna hin qabne,waroota dandiirra bulaan kan fayyaadama taasisuudha jedhaniiru. @Gadaa_post

Sudaanitti balaa lolaatiin manneen kuma 9 ta'an guutuuman guutuutti barbaadda'uu fi manneen kuma 27 irratti miidhaan akka gah
Sudaanitti balaa lolaatiin manneen kuma 9 ta'an guutuuman guutuutti barbaadda'uu fi manneen kuma 27 irratti miidhaan akka gahu taasiseera. Naannooleen sudaan xiqqoo hin jedhamne roobaa cimaa fi lolaadhan rakkaachuu ibsameera. Torbee kana qofa biyyatiitti naannoo blue nile qofatti sudaanonni 77 lolaadhan fudhatamaniiru jedhameera. Balaa kanan manneen kuma 9 guutuuman guutuutti barbaadda'u manneen kuma 27 ta'an irratti miidhaan qaqqaabu CGTN gabaaseera. Akka gabaasichaatti balaa kanaan manneen barnoota dabalatee tajaajili ummata barbaadda'aniiru. @Gadaa_post

In Suda flood, about 9 thousand houses were completely destroyed and about 27 thousand houses were damaged. A few areas of Su
In Suda flood, about 9 thousand houses were completely destroyed and about 27 thousand houses were damaged. A few areas of Sudan have been affected by heavy rains and floods. This week alone, 77 Sudanese were reportedly swept away by floods in the Blue Nile region of the country alone. CGTN reported that about 9,000 houses were completely destroyed and 27,000 houses were damaged. According to reports, other public facilities including schools were destroyed in the disaster. @Gadaa_post

Bulchiinsi lotoorri biyyaalessa lotoori diijitaala Adamaas marsaa 1ffaa har'aa hagayya 13 , 2014 baasuu ibseera. Lakkoofsa ab
Bulchiinsi lotoorri biyyaalessa lotoori diijitaala Adamaas marsaa 1ffaa har'aa hagayya 13 , 2014 baasuu ibseera. Lakkoofsa abbaa carraa nama taasisan. *carraa 1ffaa badhaasa birrii miiliyoona 1.5 lakkoofsi carraa :- 002031699514 *carraa 2ffaa badhaasa birrii kuma dhibbaa 8 lakkoofsi carraa :- 002294990063 * carraa 3ffaa badhaaasa birrii kuma dhibbaa 3 fi kuma 50 lakkoofsi carraa :- 002318579148 *carraa 4ffaa badhaasa birrii kuma dhibbaa 2 lakkoofsi carraa :- 002210849268 *carraa 5 ffaa badhaasa birrii kuma dhibbaa 1 fi kuma 60 lakkoofsi carraa :- 002133487616 *carraa 6ffaa badhaasa birrii kuma dhibbaa 1 fi kuma 20 lakkoofsi carraa :- 00230548051 *carraa 7ffaa badhaasa birrii kuma 90 lakkoofsi carraa :- 002137548817 Carraawwan kannen biroo hedduun bahu kan ibse lotooriin biyyaalessa yeroo itti Anu gabaasaa guutuu akka beeksisu ibseera. @Gadaa_post

Abbaan ilmaa isaa lubbuu bararuuf lagaa nile seenee reeffii isaa argame. Maqaan isaa Robert kwesi jedhama kan dhalatee ugaand
Abbaan ilmaa isaa lubbuu bararuuf lagaa nile seenee reeffii isaa argame. Maqaan isaa Robert kwesi jedhama kan dhalatee ugaandaat yoo ta' uu lammuummaan isaa ammoo British waggaan isaa 48 . Robert haadha mana isaa waliin fi ijoollee isaa 4 waliin gara uganda boqannaadhaf dhufaan Uganda dhufaanii osoo bashannana jiranii mucaan isaa umrii 12 yeroo daakkaa tureetti rakkoon waan mudaateef abbaan mucaa isaa qarqaruuf utaalee ni seena . Homa abbaan mucaa isaa bararuus bakka buteen isaa garuu daqiiqaa saniira jalqabee ni dhaabama. Hojeetooni lubbuu bararaan akkasuma waroonni tola- ooltota naannoo sanaa roobii darbeera jalqabe barbachaa ni taasisu achuuman reefii robert argataan. Reefii Robert kwesi kan argame kutaa lagaa Nile keessa tokko jedhamera. @Gadaa_post

His name is Robert Kwesi, he is a native of Uganda and his nationality is British; He was 48 years old and a resident of Engl
His name is Robert Kwesi, he is a native of Uganda and his nationality is British; He was 48 years old and a resident of England. Robert will be vacationing in Uganda with his wife, Justine Katantazi, and their four children. While they are having fun in Uganda, a father jumps in to help his 12-year-old son when he is caught in a storm while swimming. Although the father saves his son, his dimness disappears from that moment. Rescue workers and police divers, as well as local volunteers, have been searching since last Wednesday and have since recovered Robert's body. Robert Kwesi's body was reportedly found in the first part of the Nile River. Robert worked as a contractor repairing refrigerators and air conditioners. The BBC wrote that he and his wife got married in Uganda a few weeks ago. Yesterday, an English father jumped off a boat to save his son's life, but he died and his body was found in Italy. @Gadaa_post

Ministeerri fayyaa lammiilee kuma 100 tajaajilla walaa'ansa fayyaa bilisa akka kennu ibseera. Ministeerri fayyaa federaala ma
Ministeerri fayyaa lammiilee kuma 100 tajaajilla walaa'ansa fayyaa bilisa akka kennu ibseera. Ministeerri fayyaa federaala mata duree "Gaarummaa fayyaa keenyaaf"jedhun hagayya 16 hanga 21 bara 2014'tti lammiilee kuma 100 tajaajilla walaa'ansa fayyaa bilisa akka kennu beeksiseera. Hirmaana walaa'ansa fayyaa bilisa kanarratti ogeeyyii biyya keessaa,dhunfaadhan,dhaabbata fayyaa mootummaa,tola-oltoota,waliin ta'uudhan gaggeessuuf karoorfame hojeetama akka jiru kan ibsame. Dhiibeewwan walaa'ansa taasifaman keessaa, vaayarasii koroonaa , HIV ,dhiibee gogaa,qorannoo moormaa olii ,dhiibee shukkaara,wa'ee nyaatafi qorannoo ija keessatti argamu. @Gadaa_post

#Jechoota_biyyoota :- namni homaa hin beekne homaa hin shakku (Brazil) :- hiriyaa barbaadda yoo ta 'e nama sirra fooyya'u soqii /barbaadi ( China ) :- Gootni gonkumaa duubaan hin waraanamu ( Bosnia) :- Niitii bakka Irbaatti osoo hin taane bakka dalagaatti filadhu. ( Czech republic) :- simbiroon sirbaa baay'iftu godoo ijaarrachuu hin dandeessu .( Cameroon) :- namni naamusa hin qabne kabaja osoo hin argatiin du'a .( Iceland) :- namoonni tokko tokko utuma bosona keessa deemanii qoraanni itti hin mul'atu (English) :- Gadi fageenya lagaa miila kee lamaaniin hin safariin.( Ghana) #Share #Galatooma @Gadaa_post