BARII TECH
Open in Telegram
Odeeffannoo : Tekinooloojii Iskoolaarshiipii Beeksisa Hojii Tapha Gabaaboo Kanneen Biroo Guutummaatti 🌐 https://bariitech.com
Show more8 722
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days
Posts Archive
8 722
Website Keenya Tuquudhaan Barnoota Hedduu Argadhaa.
👉https://bariitech.com
👉https://bariitech.com
👉https://bariitech.com
🌻BARII TEKINOOLOOJII OROMIYAA
8 722
Beeksisa Hojii Haaraa
Guyyaa Qaammee 01/13/2014
ANNAM MARKETING SOLUTION PLC
Gosa hojii: "Hojjetaa Gurgurtaa"
Bakka hojii: Addis Ababa
Baay'ina namootaa barbaachisu, 10
Muuxannoo hojii barbaachisu: waggaa 0
Barnoota barbaachisu: Degree/Diploma in Marketing
Gitoota hojii: "Drugist"
Bakka Hojii: Addis Ababa Baay'ina namootaa barbaachisu: 01
Muuxannoo hojii barbaachisu: waggaa 0
Gosa barnootaa barbaadamu: "Diploma in Pharmacy"
Gitoota hojii: Accountant
Bakka hojii, * Addis Ababa
Baay'ina namoota barbaadamu: > 01
Muuxannoo: Waggaa 02
Barnoota Barbaachisu Digirii/Dippiloomaa accounting ykn Faayinaansii dhaan
Gitoota hojii: " " Secretary
bakka hojii: Addis Ababa
baay’ina namootaa: 01 Muuxannoo hojii barbaachisu: waggaa 03
Barnoota barbaachisu: Dippiloomaa secretary science ykn bulchiinsa waajjiraalee(Office management)dhaan
Ulaagaalee Dabalataa, Umurii 27 ol
Galmee Guyyaa Qaammee 05, 2014 Xumuraa:
Sanadoota Barbaachisan: Ragaa barnootaa fi muuxannoo hojii footokoppii, CV fi Iyyata
Bakki Galmee: Addis Ababa Boolee Gamoo Friendship Darbii 7ffaa Waajjira Lakk.705/2, sanadoota barbaachisoo ta’an qabattanii qaamaan galmaa’uu ni dandeessu.
Odeeffannoo dabalataaf lakkoofsa bilbilaa armaan gadii irratti bilbilaa:
Bilbila :011-662-1561/091-142-2438
Odeeffannoo Guutuudhaaf
👉 https://bariitech.com
SHARE GODHAA
@BARIITECH
🌻BARII TEKINOOLOOJII OROMIYAA
8 722
Beeksisa Hojii Gadhiifame Guyyaa Qaammee 01/12/2014
Yeroo dhuftan ID fi ragaa barnootaa fidaa.
IT📌📌 Ariifachiisaa
Sadarkaa 1ffaa (level 1) irraa eegalee kan eebbifame
Dhiira
muuxannoo hojii waggaa 0
Bakka hojii Gerji
#Accountant 📌📌 Ariifachiisaa
Sadarkaa level 1 kan eebbifamee
muuxannoo hojii waggaa 0
Saala Dhiiraa
Bakka Hojii Gerji
✔️Simannaa
Digirii kamiyyuu ogummaa kompiitaraan
muuxannoo waggaa 0
bakka hojii : Ayar Xena
Mindaa 3500 _4000
Saala Dubara
Financial assistance
Muuxannoo haala faayinaansii irratti digrii kan qabu
Muuxannoo yoo xiqqaate waggaa 2
mindaa 9000+
dubara 📌arriifachiisaadha
Makaanikaal Injinariingii
BA Digirii
Muuxannoo : 0 waggaa
Miindaa: hawwataadha
Electrical Engineering
BA Digirii
Muuxannoo: 0 waggaa
Miindaa: hawwataadha
Siviil Injinariingii
BA Digirii
Muuxannoo: 0 waggaa
Miindaa hawwataadha
Haayidirooliksii Injinariingii
BA Digirii
Muuxannoo: 0 waggaa
Miindaa: hawwataadha
Computer Engineering
BA Digirii
Muuxannoo: 0 waggaa
Miindaa: hawwataadha
Hoggansa hoteelaa(Hotel Management)
BA Digirii
Muuxannoo: 0 waggaa
Miindaa: hawwataadha
Sociology
BA Digirii
Muuxannoo : 0 waggaa
Miindaa : hawwataadha
Elektiroomaakaanikaal
BA Digirii
Muuxannoo waggaa 0
Miindaa : Waliigalteedhaan
#Accountant dhaabbatichaaf
Digirii jalqabaa accounting dhaan
Saalaa dubara
Muuxannoo: waggaa 0
📌Baayyee Ariifachiisaadha
Marketing
Marketing dhaan Digirii Jalqabaa
Muuxannoo: Waggaa 0
Saala lamaanuu 📌Ariifachiisaa
Ogeessa rifeensaafi meeshaa miidhaginaa
COC Sadarkaa 4ffaatiin eebbifame
Saalaa Lamaanuu
Mindaa: Ol’aanaadha
Hojjettoota gurgurtaa
Digirii kamiyyuu
Saalaa lamaanuu
Mindaa 4000+Komishinii Ol'aanaa
Baay'ina 15
Gurgurtaa Riil Isteeti
saala lamaanuu
kutaa 12ffaa irraa eegalee Mindaa 3,000
Sa'aatii hojii qofa bilbiluun odeeffannoo argachuu dandeessu.
👉0965985811 irratti bilbilaa
👉0930364099 irratti bilbilaa
👉0939875403 irratti bilbilaa
Teessoo: Biiroo. Lakk 303, gamoo Jemo Michael Roza Dabo jedhamu irratti gamoo 3ffaa
Odeeffannoo Guutuudhaaf
👉 https://bariitech.com
SHARE GODHAA
🌻BARII TEKINOOLOOJII OROMIYAA
8 722
Akkam Jirtu Hordoftoota Keenya!
Guyyaa Har'aa Maxxansa Isin Baayyee Itti Gammaddu Jennee Yaadnu Isiniif Dhiyeessuuf Jenna. Garuu Dursa Fedhii Keessan Isin Gaafanna.
Innis Amanuu Dhiisuu Dandeessuu Garuu Hojiiwwan Online Hojjechuudhaan Doolara Kumaatamaan Lakkaa'aman Manuma Keessan Teessanii Argachuu Akka Dandeessan Beektuu? Odeeffannoon Kun Dargaggoota Oromoo Biratti Hanganatti Ballinaan Hin Beekamne. Garuu Sabaan Qomoon Kanneen Biroon Hojii Kana Ballinaan Irratti Hirmaachuudhaan Hojjechaa Jiru. Nutis Kanarraa Kaa'uudhaan Hojiiwwan Isin Mana Keessan Teessanii Hojjechuu Dandeessan Gosa 11 Isiniif Dhiyeessuuf Deemna. Yoo Itti Gammaddu Ta'e Gammachuu Keessan Like Fi Share Gochuudhaan Nu Beeksisaa.
Maxxansi Kun Like 100 yoo Argate Har'a Waa'ee Hojii Online Fi Akkamitti Akka Hojjechuu Dandeessan Ni Maxxansina. Galatoomaa!
@BARIITECH
https://bariitech.com
SHARE GODHAA
🌻BARII TEKINOOLOOJII OROMIYAA
8 722
Beeksisa Hojii Hatattamaa
Guyyaa Qaammee 01/13/2014
🔥Gosa Hojii :-#Barsiisaa
Sadarkaa Barnootaa :- Dig/Dep
Mindaa :-7525
Muuxannoo hojii :-waggaa 0
Saala : Lamaanuu
Baay'ina :-10
-------------------------------------
🔥Gosa Hojii - Makaanikaal Injinariingii
Sadarkaa Barnootaa :- Digirii
Mindaa :-9000+
Muuxannoo hojii: waggaa 0
Saala :- Dhiira
Baay'ina :-5
-------------------------------------
🔥Gosa Hojii :-#Keemikaalaa Injinariingii
Sadarkaa barnootaa: Digirii
Mindaa :-8500
Muuxannoo hojii :-0
Saala :- Lamaanuu
Baay'ina : 10
-------------------------------------
🔥Gosa Hojii: Opereetara bilbilaa
Sadarkaa barnootaa: Digirii
Mindaa : 7450
Muuxannoo hojii: waggaa 0
Saala: Dhiira/Dubara
Baay'ina : 10
-------------------------------------
🔥Gosa Hojii: Tikeetii Kuchisiisaa(Daandii Xiyyaaraa) .
Sadarkaa: Kutaa 10ffaa/12ffaa
Mindaa: Hawwataadha
Muuxannoo hojii: waggaa 0
Saala : Lamaanuu
Baay'ina: 10
---------------------------------------------
🔥Gosa Hojii: #Accountant
Sadarkaa Barnootaa: Digirii/Dep
Mindaa: Birrii 7000
Muuxannoo hojii: waggaa 0
Saala: Lamaanuu
Baay'ina : 5.
------------------------------------
🔥Gosa hojii: #painter
Sadarkaa barnootaa: 10ffaa/Dip/Dig
Mindaa : 6000+
Muuxannoo hojii: waggaa 0 (dandeettii fakkii kaasuu) .
Saala: Lamaauu
Baay'ina : 5.
----------------------------------------------------
🔥Gosa Hojii :-#Arkiteektii
Sadarkaa Barnootaa :- Digirii
Mindaa :- 8000
Muuxannoo hojii :- Waggaa 0
Saala :- Lamaanuu
Baay'ina :- 5
------------------------------------
🔥Gosa Hojii :- Narsii /Ho (kunuunsa manaa) .
Sadarkaa Barnootaa :-Dig/Dip
Mindaa :- Waliigalteedhaan
Muuxannoo hojii: waggaa 0
Saala :-Dhiira/Dubara
Baay'ina :-10
-------------------------------------
🔥Gosa Hojii: #Marketing
Sadarkaa Barnootaa :-Dig/Dip
Mindaa :-4500-8500
Muuxannoo hojii :-waggaa 0
Saala :- Lamaanuu
Baay'ina :-5
-------------------------------------
🔥Gosa Hojii :-#Graphics Dizaayinara
Sadarkaa Barnootaa :- Ragaa (Certificate)
Mindaa :-5000
Saala: Dubara
Baay'ina :-5
---------------------------------------------
🔥Gosa Hojii : #Keessummeessituu
Sadarkaa :-Kutaa 8/10/12
Mindaa :-8000+
Muuxannoo hojii :-waggaa 0
Saala :- Dubara
Baay'ina :-5
----------------------------------------------------
🔥Gosa Hojii :-#opereetara bilbilaa
Sadarkaa barnootaa:- Kutaa 8/10/12
Mindaa :-Birr 5000
Muuxannoo hojii :-waggaa 0
Saala :- Lamaanuu
------------------------------
🔥Gosa Hojii :-#Hojii Gaggeessaa
Sadarkaa :-10/12
Mindaa :-4500+
Muuxannoo hojii: waggaa 0
Saala :-Dhiira/Dubara
Baay'ina :-5
-------------------------------------
🔥Gosa Hojii :-Baankii ergamaa
Sadarkaa :-Kutaa 10ffaa
Mindaa :- Waliigalteedhaan
Muuxannoo hojii :-waggaa 0
Saala: Dubara
-------------------------------------------------------
🔥Gosa Hojii :-#keessummeessituu (kilabiidhaaf) .
Sadarkaa :- Kutaa 10ffaa
Mindaa :-10,000
Muuxannoo hojii: waggaa 0
Saala :- Dubara
------------------------------------------------------------
🔥Gosa Hojii :-#Ogeessa Elektirikii
Sadarkaa :-Kutaa 10+
Mindaa :-9000
Muuxannoo hojii: waggaa 0
Saala :- Lamaanuu
-----------------------------
🔥Gosa Hojii :-#Eegumsa
Sadarkaa :- kutaa 8/10
Mindaa :-3000-3600
Muuxannoo hojii :-waggaa 0
Saala: Dhiira
-----------------------------
🔥Gosa Hojii :-#kaasharii
Sadarkaa :- kutaa 10/12
Mindaa :-4500
Muuxannoo Hojii :-0
Saala: Dubara/Dhiira
Baay'ina :-5
-----------------------------
Odeeffannoo Guutuudhaaf
👉 https://bariitech.com
SHARE GODHAA
🌻BARII TEKINOOLOOJII OROMIYAA
8 722
Sadarkaa :-Kutaa 10+
Mindaa :-9000
Muuxannoo hojii: waggaa 0
Saala :- Lamaanuu
-----------------------------
🔥Gosa Hojii :-#Eegumsa
Sadarkaa :- kutaa 8/10
Mindaa :-3000-3600
Muuxannoo hojii :-waggaa 0
Saala: Dhiira
-----------------------------
🔥Gosa Hojii :-#kaasharii
Sadarkaa :- kutaa 10/12
Mindaa :-4500
Muuxannoo Hojii :-0
Saala: Dubara/Dhiira
Baay'ina :-5
-----------------------------
🔥Gosa Hojii :-Gurguraa(Seller)
Sadarkaa :- kutaa 8/10/12
Mindaa :-7000
Muuxannoo hojii :-0
Saala: Dubara/Dhiira
Baay'ina :-15
Odeeffannoo Guutuudhaaf
👉 https://bariitech.com
SHARE GODHAA
🌻BARII TEKINOOLOOJII OROMIYAA
8 722
Beeksisa Hojii Hatattamaa
Guyyaa Qaammee 01/13/2014
🔥Gosa Hojii :-#Storekeeper
Sadarkaa :- Kutaa10ffaa/Diploomaa
Mindaa :-6600+
Saala : Lamaanuu
Baay'ina :-5
---------------------------------------------
🔥Gosa Hojii :-#Supervaayizara
Sadarkaa Barnootaa :- Dig/Dep
Mindaa :-7000+
Muuxannoo hojii: waggaa 0
Saala : Lamaanuu
Baay'ina :-10
----------------------------------------------------
🔥Gosa Hojii :-#Appliedphysics
Sadarkaa barnootaa: Digirii
Mindaa :-6000
Muuxannoo hojii :-waggaa 0
Saala :- Dubara
Baay'ina :-5
---------------------------------------------
🔥Gosa Hojii :-#Barsiisaa
Sadarkaa Barnootaa :- Dig/Dep
Mindaa :-7525
Muuxannoo hojii :-waggaa 0
Saala : Lamaanuu
Baay'ina :-10
-------------------------------------
🔥Gosa Hojii - Makaanikaal Injinariingii
Sadarkaa Barnootaa :- Digirii
Mindaa :-9000+
Muuxannoo hojii: waggaa 0
Saala :- Dhiira
Baay'ina :-5
-------------------------------------
🔥Gosa Hojii :-#Keemikaalaa Injinariingii
Sadarkaa barnootaa: Digirii
Mindaa :-8500
Muuxannoo hojii :-0
Saala :- Lamaanuu
Baay'ina : 10
-------------------------------------
🔥Gosa Hojii: Opereetara bilbilaa
Sadarkaa barnootaa: Digirii
Mindaa : 7450
Muuxannoo hojii: waggaa 0
Saala: Dhiira/Dubara
Baay'ina : 10
-------------------------------------
🔥Gosa Hojii: Tikeetii Kuchisiisaa(Daandii Xiyyaaraa) .
Sadarkaa: Kutaa 10ffaa/12ffaa
Mindaa: Hawwataadha
Muuxannoo hojii: waggaa 0
Saala : Lamaanuu
Baay'ina: 10
---------------------------------------------
🔥Gosa Hojii: #Accountant
Sadarkaa Barnootaa: Digirii/Dep
Mindaa: Birrii 7000
Muuxannoo hojii: waggaa 0
Saala: Lamaanuu
Baay'ina : 5.
------------------------------------
🔥Gosa hojii: #painter
Sadarkaa barnootaa: 10ffaa/Dip/Dig
Mindaa : 6000+
Muuxannoo hojii: waggaa 0 (dandeettii fakkii kaasuu) .
Saala: Lamaauu
Baay'ina : 5.
----------------------------------------------------
🔥Gosa Hojii :-#Arkiteektii
Sadarkaa Barnootaa :- Digirii
Mindaa :- 8000
Muuxannoo hojii :- Waggaa 0
Saala :- Lamaanuu
Baay'ina :- 5
------------------------------------
🔥Gosa Hojii :- Narsii /Ho (kunuunsa manaa) .
Sadarkaa Barnootaa :-Dig/Dip
Mindaa :- Waliigalteedhaan
Muuxannoo hojii: waggaa 0
Saala :-Dhiira/Dubara
Baay'ina :-10
-------------------------------------
🔥Gosa Hojii: #Marketing
Sadarkaa Barnootaa :-Dig/Dip
Mindaa :-4500-8500
Muuxannoo hojii :-waggaa 0
Saala :- Lamaanuu
Baay'ina :-5
-------------------------------------
🔥Gosa Hojii :-#Graphics Dizaayinara
Sadarkaa Barnootaa :- Ragaa (Certificate)
Mindaa :-5000
Saala: Dubara
Baay'ina :-5
---------------------------------------------
🔥Gosa Hojii : #Keessummeessituu
Sadarkaa :-Kutaa 8/10/12
Mindaa :-8000+
Muuxannoo hojii :-waggaa 0
Saala :- Dubara
Baay'ina :-5
----------------------------------------------------
🔥Gosa Hojii :-#opereetara bilbilaa
Sadarkaa barnootaa:- Kutaa 8/10/12
Mindaa :-Birr 5000
Muuxannoo hojii :-waggaa 0
Saala :- Lamaanuu
------------------------------
🔥Gosa Hojii :-#Hojii Gaggeessaa
Sadarkaa :-10/12
Mindaa :-4500+
Muuxannoo hojii: waggaa 0
Saala :-Dhiira/Dubara
Baay'ina :-5
-------------------------------------
🔥Gosa Hojii :-Baankii ergamaa
Sadarkaa :-Kutaa 10ffaa
Mindaa :- Waliigalteedhaan
Muuxannoo hojii :-waggaa 0
Saala: Dubara
-------------------------------------------------------
🔥Gosa Hojii :-#keessummeessituu (kilabiidhaaf) .
Sadarkaa :- Kutaa 10ffaa
Mindaa :-10,000
Muuxannoo hojii: waggaa 0
Saala :- Dubara
------------------------------------------------------------
🔥Gosa Hojii :-#kaayyoo hedduu
Sadarkaa :- Kutaa 10
Mindaa :- Waliigalteedhaan
Muuxannoo hojii :-waggaa 0
Saala :- Dhiira
------------------------------------------------------------
🔥Gosa Hojii :-#Fatash
Sadarkaa :- kutaa 8/10/12
Mindaa :- Hawwataa
Muuxannoo hojii: waggaa 0
Saala :- Dubara
-------------------------------------
🔥Gosa Hojii :-#Ogeessa Elektirikii
8 722
Beeksisa Hojii Dhaabbata Esperanto International PLC (Eebbifamtoota Freshidhaaf)
🔰 Hojiiwwan : Data management & networking : website development : software development: server management
✅ Muuxannoo: 0 Years/Eebbifamaa haaraa
✅ Baayina: 10
✅ Miindaa: 10,000
📌Xumura Galmee : Fulbaana 5, 2014
Odeeffannoo Guutuudhaaf
👉 https://bariitech.com
SHARE GODHAA
🌻BARII TEKINOOLOOJII OROMIYAA
8 722
Beeksisa Hojii Daandii Xiyyaaraa Itoophiyaa (Eebbifamtoota haaraadhaaf)
🔰 Hojiiwwan: 👇👇
1: Trainee Pilot
2: Trainee Aircraft Maintenance Technician
3: Trainee Cabin Crew
4: School Of Marketing
🔰 Sadarkaa : Kutaa 12, ykn Level II, ykn 10+2, ykn BA/ Bsc fi Gosa barnootaa kamiinuu digirii yoo qabaattan
📌Xumura Galmee: Fulbaana 5, 2014
Odeeffannoo Guutuudhaaf
👉https://bariitech.com
SHARE GODHAA
🌻BARII TEKINOOLOOJII OROMIYAA
8 722
HIYYUMMAAN ABAARSA MITI! - SEENAA DHUGAA
Ani xinnumaadhaa kaasee lafa bal'aa malee jiruu fi jireenya bal'aa hin agarre. Dhugaasaa dubbachuuf haatii fi abbaan koo waan isaanitti hafe hin jiru.Hojii guyyaas ta'u hojjetanii waan afaanitti darbatannee bulluu inuma nuun gahu ture.
Egaa abbaan kiyya harmee kiyya faana laga bu'anii qoraan funaanu. Yoo abbaan koo muka yaabbatee ciru harmeen jala deddeemtee walitti qabdee tuulti. Sana booda haati koo dugda isheetti abbaan koommoo jorooroo(walitti fufsiisee) hidhee kan dugdi isaanii keessa dafqaan miicame, irreen garanaaf garasiin dhagaa siilettii fakkaatetu dhufee mana gaha.
Borumtaasaa ganama barii otoo aduun ol hin quuqiin ka'anii gara gabaa geessuuf ammas karaa eegalu.Guyyaa gara guyyaa jiruun jireenya ba'aa, ba'aa namarraa hin buune jiraatu. Kun hunduu anaan guddisuufii gabrummaa guddaa barri irra keesse...
Itti fufaa dubbisaa link gadii tuquun.
Kana Tuqaa 👉https://bariitech.com/hiyyummaan-abaarsa-miti
SHARE GODHAA
🍁BARII TEKINOOLOOJII OROMIYAA
8 722
Hackers Akkamitti Akkaawuntii Miidiyaa Hawaasaa Hack Gochuu Danda'u?
Barbaachisummaa marsariitiiwwan miidiyaa hawaasaa jireenya keenya guyyaa guyyaa keessatti qaban haaluu hin dandeenyu. Miidiyaan hawaasaa ykn marsariitiin hawaasaa namoonni hiriyoota isaanii, maatii isaanii, maqaawwan daldalaa fi namoota beekamoo fi kkf waliin akka wal qunnaman gargaara.Weebsaayitoota kanneen irratti odeeffannoo baay'ee kan qooddannu yoo ta'u, odeeffannoowwan dhuunfaa fi maallaqaa keenyaa kanneen akka bakka, suuraa, fi ergaa fi kkf dabalatee.Kunis sababni haakeroonni akeeka badaa qabaniin akkaawuntii miidiyaa hawaasaa hack gochuu filataniif.
Hackers akkamitti Social media account hack gochuu danda'u? Fayyadamaan interneetii hundi akkaataa itti akkaawuntii miidiyaa hawaasaa isaa itti eegu hubachuu danda'uun barnoota gahaa hin qabu. Egaa barreeffama kana keessatti, malawwan baay'ee beekamoo ta'an 11 kanneen hacker'n akkaawuntii miidiyaa hawaasaa hack gochuuf itti fayyadaman tokko tokkoo fi akkaataa malawwan sana yoo fayyadamtan hatamuu hin dandeesaan jechuudha.
1. Fishiingii(Phishing)
Phishing baayyee salphaa fi akka mala n00btti ilaalama garuu mala bu'a qabeessa ta'e keessaa isa tokko yoo ta'u, akkaawuntii miidiyaa hawaasaa hack gochuudha. Hacker'n tokko Phishing fayyadamuun jecha icciitii miidhamaa(nama hack ta'aa jiru sanaa) argachuuf carraan persentii 50-50 qaba yoo miidhamaan(hatamaan) keessan jechoota bu'uuraa interneetii hin beekne. Haleellaa phishing raawwachuuf karaaleen adda addaatu jira. Inni baay'inaan mul'atu bakka hacker tokko fuula seensaa fuula miidiyaa hawaasaa dhugaa fakkaatu fakkeessee uumuudha. Miidhamaan sana booda seensaa barame(usual login) itti fakkaata.
Phishing inni baay'ee beekamaa ta'e .....
Guutummaa Isaa Argachuuf Link Websaayitii Keenyaa Kana Tuquun Argachuu Dandeessu.
Kana Tuqaa 👉 https://bariitech.com/hanna-miidiyaalee-hawaasummaa
SHARE GODHAA
🍁BARII TEKINOOLOOJII OROMIYAA
8 722
✨Guyyaa 28/12/2014 Beeksisa Hojiilee Maxxanfaman
✨Gosa Hojii: #case Hoji Gaggeessaa
🩸Sadarkaa: Dippiloomaa (IT) .
Muuxannoo hojii: waggaa 0-2
Saala: Dhiira
🩸Iddoo hojii: Finfinnee
➖➖➖➖➖➖➖➖➖
🪔Gosa hojii: #Agriculture
-> Sadarkaa : Digirii
-> Muuxannoo hojii: waggaa 0
-> Mindaa : 4000-7000
-> Saala: Dubara
➖➖➖➖➖➖➖➖➖
🪔Gosa hojii: #Animal Science
-> Sadarkaa : Digirii
-> Muuxannoo hojii: waggaa 0
->Miindaa: 5000-8000
-> Saala: Dubara
➖➖➖➖➖➖➖➖➖
🪔Gosa hojii: #Keemikaalaa_Injinariingii
-> Sadarkaa : Digirii
-> Muuxannoo hojii: 0
-> Saala: Dhi/Dha
➖➖➖➖➖➖➖➖➖
🪔Gosa Hojii: #Meeshaalee Ashaguu
🕯 Digirii: Digirii kamiyyuu
🕯 Muuxannoo Hojii: Gahumsa qabu
Saala: Dubara
🕯Miindaa: 5000-6000
.
🪔Gosa hojii: #Waajjira Gargaaraa (Office Assistant)
-> Sadarkaa : Dippiloomaa/Digirii kamiyyuu
-> Muuxannoo hojii: waggaa 0_2
->Miindaa: 3500-5000
➖➖➖➖➖➖➖➖➖
🪔Gosa hojii: #Marketing
-> Sadarkaa : Dippiloomaa/Digirii
-> Muuxannoo hojii: waggaa 0_5
->Miindaa: 5000-7000
➖➖➖➖➖➖➖➖➖
🪔Gosa hojii: #IT
-> Sadarkaa : Digirii
-> Saala: Dhi/Dha
-> Muuxannoo hojii: waggaa 0
->Miindaa: 5000-6000
➖➖➖➖➖➖➖➖➖
🪔Gosa hojii: #Electrical_Injinariingii
-> Sadarkaa : Digirii
-> Muuxannoo hojii: waggaa 0
->Miindaa: 5000-8000
➖➖➖➖➖➖➖➖
Gosa hojii: #Urban Planning Injinariingii
-> Sadarkaa : Digirii
-> Saala: Dhi/Dha
-> Muuxannoo hojii: waggaa 0
->Miindaa: 6000-8000
➖➖➖➖➖➖➖➖➖
🪔Gosa hojii: #Sociology
-> Sadarkaa : Digirii
-> Muuxannoo hojii: waggaa 0
->Miindaa: 5000-8000
-> Saala: Dhi/Dha
➖➖➖➖➖➖➖➖
🪔Gosa hojii: #Economics
-> Sadarkaa : Digirii
-> Muuxannoo hojii: waggaa 0
->Miindaa: 4000-8000
➖➖➖➖➖➖➖➖➖
🪔Gosa hojii: #Mechanical_Engineering
-> Sadarkaa : Digirii
-> Muuxannoo hojii: waggaa 0
->Miindaa: 6000-9000
-> Saala: Dhi/Dha
➖➖➖➖➖➖➖➖
🪔Gosa hojii: #Textile Injinariingii
-> Sadarkaa : Digirii
-> Muuxannoo hojii: waggaa 0
-> Mindaa: 5000-8000
➖➖➖➖➖➖➖➖
🪔Ejjennoo Hojii: #Computer_Injinariingii
-> Sadarkaa : Digirii
-> Muuxannoo hojii: waggaa 0-2 caalaa
->Miindaa: 6000-8000
-> Bakka hojii: Finfinnee
-> Saala : Dhi/Dha
➖➖➖➖➖➖➖➖➖
🪔##Casher (shiftiidhaan) .
->10 jechuun ni danda'ama
->waggaa 0 (ID waliin) .
->Miindaa 2500-3500
-> Saala dubara
➖➖➖➖➖➖➖➖
🍁BARII TEKINOOLOOJII OROMIYAA
Guutummaa Isaa Argachuuf Link Websaayitii Keenyaa Kana Tuquun Argachuu Dandeessu.
SHARE GODHAA
Kana Tuqaa 👉 BARIITECH.COM
8 722
BAGA GAMMADDAN 🎉🎉
BARII TECH Platform Haaraa Tekinooloojiidhaan Uummata Oromoo Guddisuudhaaf Dargaggeessa Ogeessa Tekinooloojii Ta'een Yeroo Dhiyoo Asitti Hojii Eegalee Yeroo Ammaa Kana Sadarkaa Olaanaarra Gahee Jirudha.
Marreegaa Weebsaayitiin BARII TECH Odeeffannoowwan Kanneen Akka Barsiisa Tekinooloojii, Odeeffannoo Tekinooloojii, Hojii Online, Applications Haaraa, Hacking, Kooding, Html, CSS, Java, JavaScript, Python, C++, Swift, C# Fi Kanneen Biroo Akkasumallee Beeksisa Hojii, Dinqisiisoo, Ispoortii, Afoola fi Odeeffannoowwan Biroo Hundaan Guutuudha.
🍁BARII TEKINOOLOOJII OROMIYAA
Guutummaa Isaa Argachuuf Link Websaayitii Keenyaa Kana Tuquun Argachuu Dandeessu.
SHARE GODHAA
👉 BARIITECH.COM
8 722
#Aaga Dhaga'aa
Baankiin Gadaa tajaajila Baankii hunda giddu-galeessa godhatee fi tajaajila foyya'aa kennuudhaan kaayyoo misoomaaf onnatee hundeessummaa abbootii aksiyoonaa kumaatamaan lakka’amanii fi Namoota Milliyoonota lakkayaman fayyadamaa baankii taasisuuf hundeeffamaa irra jira.
Sababa COVID-19 tiif fi Qajeelfama Ministeerri eegumsa fayyaa baaseen abbootii aksiyoonaa hundaa bakka tokkotti walittii qabamuu waan hin dandeenyeef, Yaa’ii hundeessitootaa isa jalqabaa karaa bakka bu’iinsaan gaggeessuuf adeemsa bakka
bu’iinsaa gaggeessutti jira.
Kanumaan walqabatee Manuma teessanii galii dabalataa akka argattaniif bot telegiraamaa tokko isiniif saaqnee jirra. Irratti hirmaachuu galii dabalataa argadhaa.
🎁 Nama 1 Afeerraan Birrii 1 ETB Isiniif Galma'a.
Ammuma Bot Kana START Gochuun eegalaa.
@Gadaa_birr_bot
Galii Dabalataa Kana Argachuuf Dursa Channel Keenya Kana Gareewwaan 10 (10 Group) Keessatti Share Gochuu Qabdu.
@Baankii_Gadaa
@Baankii_Gadaa
@Baankii_Gadaa
Our web:
https://www.gadaabank.com
8 722
#Aaga Dhaga'aa
🔵 Baankiin Gadaa tajaajila Baankii hunda giddu-galeessa godhatee fi tajaajila foyya'aa kennuudhaan kaayyoo misoomaaf onnatee hundeessummaa abbootii aksiyoonaa kumaatamaan lakka’amanii fi Namoota Milliyoonota lakkayaman fayyadamaa baankii taasisuuf hundeeffamaa irra jira.
Kanumaan walqabatee Manuma keessan teessanii galii dabalataa akka argattaniif bot telegiraamaa tokko isiniif saaqnee jirra. Irratti hirmaachuun galii dabalataa argadhaa.
⛔ Galii Dabalataa Kana Argachuuf Dursa Channel Keenya Kana Gareewwaan 10 (10 Group) Keessatti Share Gochuu Qabdu.
@Baankii_Gadaa
@Baankii_Gadaa
♨️ Isa booda deebi'uudhaan Bot Kana START Gochuun eegalaa.
👉 @Gadaa_birr_bot
🎁 Nama 1 Afeerraan Birrii 1 ETB Isiniif Galma'a.
‼️Hiriyoota Keessaniif Share Godhaa.
📶 Baankii Dhaloota Haaraa
