BARII TECH
Open in Telegram
Odeeffannoo : Tekinooloojii Iskoolaarshiipii Beeksisa Hojii Tapha Gabaaboo Kanneen Biroo Guutummaatti 🌐 https://bariitech.com
Show more8 722
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days
Data loading in progress...
Similar Channels
No data
Any problems? Please refresh the page or contact our support manager.
Tags Cloud
No data
Any problems? Please refresh the page or contact our support manager.
Incoming and Outgoing Mentions
---
---
---
---
---
---
Attracting Subscribers
February '23
February '23
+7
in 0 channels
January '23
+35
in 0 channels
Get PRO
December '22
+12
in 0 channels
Get PRO
November '22
+13
in 0 channels
Get PRO
October '22
+4
in 0 channels
Get PRO
September '22
+12
in 0 channels
Get PRO
August '22
+3 910
in 0 channels
Get PRO
July '220
in 0 channels
Get PRO
June '220
in 0 channels
Get PRO
May '22
+1 735
in 0 channels
Get PRO
April '22
+4 169
in 0 channels
Get PRO
March '220
in 0 channels
Get PRO
February '220
in 0 channels
Get PRO
January '220
in 0 channels
Get PRO
December '210
in 0 channels
Get PRO
November '21
+15
in 0 channels
Get PRO
October '21
+248
in 0 channels
Get PRO
September '21
+125
in 0 channels
Get PRO
August '21
+119
in 0 channels
Get PRO
July '21
+107
in 0 channels
Get PRO
June '21
+400
in 0 channels
Get PRO
May '21
+440
in 0 channels
| Date | Subscriber Growth | Mentions | Channels | |
| 15 February | 0 | |||
| 14 February | +1 | |||
| 13 February | 0 | |||
| 12 February | 0 | |||
| 11 February | +1 | |||
| 10 February | 0 | |||
| 09 February | 0 | |||
| 08 February | 0 | |||
| 07 February | +2 | |||
| 06 February | 0 | |||
| 05 February | +1 | |||
| 04 February | 0 | |||
| 03 February | +2 | |||
| 02 February | 0 | |||
| 01 February | 0 |
Channel Posts
Hanga ammaatti Odeeffannoo guutuudhaan warreen kanneen Websaayitii keenya irraa argachuu dandeessu. Iskoolaarshiipii haaraa bahan kanneen biroos isiniif maxxansuuf deemna.
Hangasitti hatattamaan warreen kana apply godhaa.
Yoo kan isin hin barbaachifne ta'e hiriyoota keessaniif dabarsaa.
Iskoolaarshiipii Turkii : https://bit.ly/3vXgGgV
Goldsmiths - UK : https://bit.ly/3vQoAZH
Iskoolaarshiipii Shaangaayii : https://bit.ly/3ZpWa63
@BARIITECH
Odeeffannoo guutuu waa'ee Scholarship, Internship fi beeksisawwan hojii kanneen biroo argachuuf
👉 https://bariitech.com
👉 https://bariitech.com
| 2 | Iskoolaarshiipii Mootummaa Roomaaniyaa -2023
Asirratti Apply Godhaa : https://bit.ly/3E4Ke0C
Biyya : Roomaaniyaa
Uwwisa Maallaqaa : Guutummaatti kan gargaaru
Yeroo Xumura Iyyannoo: March 1, 2023
🔴 Faayidaa Iskoolaarshiipii Kanaa
➟Kaffaltiin Iyyannoo ykn kaffaltiin galmee (application fee) hin barbaachisu.
➟ Bakka jireenyaa bilisaa ni kenna.
➟ Kana malees ji’a ji’aan deeggarsi maallaqaa ni kennama.
➟Barattoonni gargaarsa yaalaa guutuu bilisaan argachuus ni danda’u.
➟Barattoota idil-addunyaa biyyoota Awurooppaa keessatti barachuu abjootanis sababa hanqina maallaqaatiin bitachuu hin dandeenyeef carraa gaarii dha.
➟Aadaa Awurooppaa fi sadarkaa barnootaa idil-addunyaa qorachuu.
‼️Hiriyoota Keessaniif Share Godhaa ♻️
@BARIITECH
Odeeffannoo guutuu waa'ee Scholarship, Internship fi barsiisawwan Tekinooloojii kanneen biroo argachuuf
👉 https://bariitech.com
👉 https://bariitech.com | 574 |
| 3 | ❤️❤️🔥❤️❤️🔥❤️❤️🔥 ❤️❤️🔥❤️❤️🔥❤️❤️🔥❤️❤️🔥❤️❤️🔥❤️❤️🔥Happy Valentine's day ❤️❤️🔥❤️❤️🔥❤️❤️🔥❤️❤️🔥❤️❤️🔥❤️❤️🔥❤️❤️🔥❤️❤️🔥❤️❤️🔥 | 607 |
| 4 | Cufamuuf guyyaa muraasatu hafa. Ariitiidhaan apply godhaa. | 1 590 |
| 5 | Iskoolaarshiipii Mootummaa Turkii - 2023
Asirratti Apply Godhaa: https://bit.ly/3vXgGgV
Biyya: Turkii
Uwwisa maallaqaa: Guutummaatti kan gargaaru
Yeroo Xumura Iyyannoo : February 20, 2023 dha.
🔴 Faayidaa Iskoolaarshiipii kanaa
✿ Iskoolaarshiippiin kun kaffaltii iyyannoo ( Application fee) irraa bilisa yoo ta’u, kunis Turkii keessatti bilisaan barachuu dandeessu jechuudha.
✿Barattoonni kaffaltii barnootaa guutummaatti ni argatu
✿Barattoonni ji'a ji'aan deeggarsa maallaqaa ni argatu.
✿Xumura barnootaa irratti gatii tikeetii Xiyyaaraa isin danda'a
✿Inshuraansii fayyaa bilisaa.
✿Bakka jireenyaa bilisaa.
✿Waggaa tokkoof barnoota afaan Turkii ni baratu
✿Taateewwan hawaasummaa fi aadaa irratti hirmaachuu.
@BARIITECH
Odeeffannoo guutuu waa'ee Scholarship, Internship fi beeksisawwan hojii kanneen biroo argachuuf
👉 https://bariitech.com
👉 https://bariitech.com
👉 https://bariitech.com | 1 468 |
| 6 | Laggeen bishaan ofiisaanii hin dhugani
Mukkeen firii ofii isaanii hin nyaatani
Aduun ofiisheetiif miti ifa kan laattuu
Abaaboon bareedanii mullachuun ofii isaaniitiif miti
Kanneen biroof jiraachuun seera uumamaati
Yoo hangam ulfaatellee nuti hundikeenya wal gargaaruuf dhalanne.
Jireenyi gaariidha yerooti gammaddee jiraattu.
Garuu yeroo namni sababakeef gammadu immoo gammachuunkee incaala.
Wal gargaaruu aadaa keenya haa godhannu!
@BARIITECH
👉 https://bariitech.com | 1 535 |
| 7 | #Oduu_Aagaa
Qabxiin Darbiinsaa Ifoomeera.
Bara kana barattoonni dhaabbilee barnoota Olaanoo seenan barattoota qabxii qormaata seensaa dhibbantaa 50% fi isaa ol fidan qofa ta'uu ministeerri barnootaa beeksise.
Barattoonni qabxii seensaa hin galmeessine bifa addaan qormaata keessa deebii (remedial) fudhachuun akkaataa dandeettii simannaa Yuunivarsitiilee irratti hundaa'uun barattoonni qormaata sana darban qabxii isaaniin dorgomsiisuun bara kana qofa haalli isaan ittiin carraa Yuunivarsitii seenuu argatan ni mijata.
Hiriyoota keessaniifillee share godhaa 🙏
@BARIITECH
👉 https://bariitech.com | 2 345 |
| 8 | Barattoonni qormaata kutaa 12ffaa fudhattan hin shororkaa'iinaa. Addunyaa kana keessatti carraa lamatu jira. Tokko ni milkaa'a tarii tokkommoo milkaa'uu dhabuu mala. Kufuu jechuun Jireenya jiraattuuf carraaqi ati kanaan booda gootu goolabamuu miti. Karaan inni tokko gaafa didu mala biraan daandii ittiin milkooftu barbaaduuf karaa boqonnaa biraatti ce'uu jechuudha.
Hiriyoota keessaniifillee share godhaa 🙏
@BARIITECH
👉 https://bariitech.com | 2 419 |
| 9 | Barattoonni baayyachaa waan jiraniif channel kana garee 10 keessatti nama share godhee deebi'ee hatattamaan ilaallaaf
@Gadaa_Birr_bot
@BARIITECH_FAM
@BARIITECH
👉 https://bariitech.com | 53 |
| 10 | Hiriyoota keessaniif Share godhaa gidduutti.
Garee keessattis share godhaa.
@BARIITECH
https://bariitech.com | 305 |
| 11 | Amma sirriitti dalagaa jira kan namoota hedduu ergaafii jirra | 2 271 |
| 12 | Maqaa keessan waliin nuuf ergaa.
Kan namoota muraasaa nuuf fidaa jira | 363 |
| 13 | Yeroo gadhiifamu barattoonni baayyeen eegaa waan jiraniif websaayitiin isaanii dhipachuu danda'a. Karaa bot kanaa reg. number keessan yoo ergattan isin gargaaruu dandeenya. Sa'a 5:30 booda eegaa. Share waliif godhaa.
👉@Gadaa_Birr_bot
@BARIITECH
👉 https://bariitech.com | 2 698 |
| 14 | #kutaa_12ffaa
Bara 2014 barattoota qormaata seensaa fudhatan keessaa barattoonni darban dhibbantaa sadii qofa akka ta'e himame.
Bara kana Hanna hanbisuuf haala adda ta'een kan qorame qorumsi seensaa barattoota kuma 930 keessaa barattoonni qabxii darbiinsaa fidan barattoota kuma 28 qofa .
Qabxiin barattootas harra halkanirraa ni gadhiifama jedhamee eegama.
Barattoonni yeroo qabxiin keessan ifoomu filannoowwan armaan gadii fayyadamuun ilaaluu ni dandeessu.
1. eaes.edu.et
2. eaes.gov.et
3. eaes.et
4. result.neaea.gov.et
5. Telegram 👉 @EAESbot
6. SMS 8046
Yeroo gadhiifamu haalli connection yoo isin rakkise nu quunnamuu dandeessu. Isiniif ilaaluu dandeenya
@BARIITECH
👉 https://bariitech.com | 3 014 |
| 15 | Xaxaa xaxamtuun xaxxeef xaxaa xaxxuun xaxxeen ani xaxamee hin kufu. xaxxuun xaxaa xaxuun amaluma isheeti. xaxamniif xaxaan isheen xaxxe xaxee nan kuffisu. xaxama xaxxuun naaf xaxxeenan xaxamee kufa osoo hin taane, xaxaa fi xaxama xaxxuun naaf xaxxe keessaa nan baha. xaxaa fi xaxamni xaxxuun xaxxe xaxxuudhuma xaxxe xaxee kuffisa.
Qaata gubate utuu xaxxaaxa'uu 😂😂😂
@BARIITECH
👉 https://bariitech.com | 2 876 |
| 16 | #Firii_barattoota_kutaa_12ffaa
Oduu amma nu gahe
Firiin barattoota kutaa 12ffaa bara kanaa gadhiifamuuf waan jiruuf maatiin barattootaa ijoollee keessan duraa meeshaalee qara qaban fuudhuu, qoxaarii (lakkooftuu) ibsaa cufuu, bishaan boollaa cufuu, sigaaboo, funyoo fi kkf akka duraa fuutanii dhoksitan waajjiri nageenyaa ibsa baaseera. Share waliif gochuun dirqama obbolummaa akka bahattan isin beeksifna. 🥱🥱😂😂
@BARIITECH
👉 https://bariitech.com | 3 397 |
| 17 | Iskoolaarshiipii Idil-addunyaa Yuunivarsiitii Goldsmiths UK keessatti bara 2023 | Guutummaatti kan gargaare
Asirratti Apply Godhaa: https://bit.ly/3vQoAZH
Biyya: Ingilizii
Uwwisa maallaqaa: Guutummaatti kan gargaaru
🔴 Faayidaa Iskoolaarshiipii Kanaa
✿ Kaffaltii barnootaa guutuu ni argatu
✿ Barattoonni deeggarsa £8,825 ni argatu.
✿ Kutaa ciisichaa qo’annoo tokkoof galma Goldsmith’s keessatti argamuuf bakka jireenyaa bilisaa ykn bakka jireenyaaf torbanitti £200 ni kenna.
✿ Carraa Yunaayitid Kingidam fi aadaa ishee qorachuu.
✿ Waa'ee maallaqaa osoo hin yaadda’iin Yunaayitid Kingidam keessatti baradhaa.
✿ Carraa hojii gaarii argachuu
@BARIITECH
Odeeffannoo guutuu waa'ee Scholarship, Internship fi beeksisawwan hojii kanneen biroo argachuuf
👉 https://bariitech.com
👉 https://bariitech.com
👉 https://bariitech.com | 3 119 |
| 18 | Websaayitii keenya tuqaa ilaalaa. Wantootni haaraa hedduun maxxanfamaniiru.
👉https://bariitech.com
👉https://bariitech.com | 2 470 |
| 19 | Beeksisa Hojii Haaraa "St Paul’s Millennium Medical College" baase
🔻 Baayina : 135
✅ Muuxannoo : Waggaa 0
🔻 Ogummaaa :-
✔- BSc in Nursing Nama 85
✔- BSc in Midwifery Nama 35
✔- Diploma in Clinical Nursing Nama 10
✔- BSc in Anesthesiology Nama 10
📌Guyyaa Xumuraa : January 31 2023
@BARIITECH
Odeeffannoo guutuu waa'ee Scholarship, Internship, Technology fi beeksisawwan hojii kanneen biroo argachuuf
👉 https://bariitech.com
👉 https://bariitech.com | 2 477 |
| 20 | ★ Beeksisa Hojii Haaraa Ethiopian Payment Roads Enterprise (EPRE) baase
✔Baay'ina barbaadamu : Nama 35
✅ Muuxannoo hojii: Waggaa 0
🔻 Ogummaawwan :
Accounting, Auto-Mechanic, Driver, Information-Technology, Mechanical-Engineering, Motor-Driver, Nurse, Transport-Operation
Hiriyoota Keessaniif Share Godhaa
@BARIITECH
Odeeffannoo guutuu waa'ee Scholarship, Internship, Technology fi beeksisawwan hojii kanneen biroo argachuuf
👉 https://bariitech.com
👉 https://bariitech.com | 1 624 |
