BARII TECH
Open in Telegram
Odeeffannoo : Tekinooloojii Iskoolaarshiipii Beeksisa Hojii Tapha Gabaaboo Kanneen Biroo Guutummaatti 🌐 https://bariitech.com
Show more8 722
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days
Posts Archive
8 722
Akkam Jirtu !
Isinirraa Fagaanne Mitii? Nu Ofkalchaa.
Odeeffannoo waa'ee DV (Diversity Visa) qabannee dhufaa jirra.
Yeroo baayyee DV'n carraadha jedhu. Garuu wanti hin hubatamne tokko jira. Innis DV'n gara caalaansaa seera isaa eegdanii yoo guuttan persentii 100% keessaa 90% carraa darbuu qabdu. Nutis Yeroo Guuttan Maal Gochuu Akka Qabdan , Suuraan Akkamii Akka Fudhatu Tartiibasaa Hunda Videodhaan Yeroo Dhiyootti Qabannee Dhufaa Jirra. Yaada Kanatti Gammaduu Keessan Like Gochuun Nu Jajjabeessaa.
Garee Keenya Keessattis Hirmaadhaa.
👉 @BARIITECH_FAM
Gaaffii Barbaaddan Garee Keenya Keessatti Nuuf Barreessuu Dandeessu. Galatoomaa.
Website Keenya
👉 https://bariitech.com
SHARE GODHAA
@BARIITECH
🌻BARII TEKINOOLOOJII OROMIYAA
8 722
Akkam Jirtu !
Oduu Gammachiisaa Isiniif Qabannee Dhiyaanneerra.
Inni DV (Diversity Visa) guutuun eegalee waan jiruuf namoonni carraa keessan yaaluu barbaaddan karaa website keenyaa mu quunnamuu dandeessu.
Website 👉https://bariitech.com
SHARE GODHAA
@BARIITECH
🌻BARII TEKINOOLOOJII OROMIYAA
8 722
Akkam Jirtu !
Oduu Gammachiisaa Isiniif Qabannee Dhiyaanneerra.
Inni DV (Diversity Visa) guutuun eegalee waan jiruuf namoonni carraa keessan yaaluu barbaaddan karaa website keenyaa mu quunnamuu dandeessu.
Website 👉https://bariitech.com
SHARE GODHAA
@BARIITECH
🌻BARII TEKINOOLOOJII OROMIYAA
8 722
Akkam Jirtu!
Guyyaa Har'aa Hojii Online Qabataaman $ Isiniif Kaffalu Isiniif Qabannee Dhiyaanneerra.
Namoonni Trust Wallet Fayyadamtan Garee Keenya Keessatti Nu Gaafachuu Dandeessu Akkamiin Akka Hojjechuu Dandeessan.
👉@BARIITECH_FAM
Website Keenya Daawwadhaa
👉https://bariitech.com
SHARE GODHAA
@BARIITECH
🌻 BARII TEKINOOLOOJII OROMIYAA
8 722
HAPPY ENGINEERS DAY!
Baga Guyyaa Injiinarootaa Geessan!
Guyyaan Har'aa Guyyaa Injiinarootaati!
#HappyEngineersDay!
👉https://bariitech.com
SHARE GODHAA
@BARIITECH
🌻 BARII TEKINOOLOOJII OROMIYAA
8 722
GORSA GABAABAA - BARIITECH
Namicha tokkotu utuu gammoojjii keessa deemuu bishaan inni baatee jiru jalaa dhume dheebote. Suutuma suutan dheebuun dheebuun isaa dadhabsiisaa dhufe.Utuma deemuu bool'a bishaanii tokko bira gahe.bool'ichi baay'ee guddaa ture bishaan qabaachuuf dhabuun isaa hin argamu.Sana booda bool'a sana cinatti Motora bishaanii dulloomaa tokko arge.
Motora sana irratti immoo barreeffama akkas jedhutu jira ture."motorri meeshaa Bishaanii kun kan hojjetu bishaaniini" jedha.Motora sana cinammoo Jookii bishaan guutuu baatutu jira.Jookicha irratti immoo barreeffama akkas jedhutu jira"Yaa Firako Yoo bishaan jookii kana keessaa motoratti naqxe bishaan baay'ee argatta, kanaafuu hadaraa akkumakee karaa deemaan akkakee bishaan dheebotee waan dhufuuf yeroo bool'icha keessaa bishaan baafattu Jookichatti bishaan guuttee kaahuu hin dagatiin" jedha.
Bishaan jookii keessaa...
Itti Fufaa Dubbisaa
Kana Tuqaa👉 https://bariitech.com/gorsa-gabaabaa
SHARE GODHAA
@BARIITECH
🌻 BARII TEKINOOLOOJII OROMIYAA
8 722
Beeksisa Hojii Ariifachiisaa
Guyyaa 03/01/2015 ba'e
🩸Gosa Hojii: #Bilbila Opereetara Dhaabbata Galtee fi Al-ergii
🧬 Muuxannoo hojii: Waggaa 0
🧬Saalaa: dhiira/dubara
🧬 Mindaa: 9000
Baay'ina: 8
➖➖➖➖➖➖➖
🩸 Gosa Hojii: Opereetara bilbilaa (jalqabaa)
🧬 Sadarkaa Barnootaa: Kutaa 10
🧬 Muuxannoo hojii: Waggaa 0
Saala: Dubara
🧬 Mindaa: 4000 +
➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖
🩸Gosa hojii: #sales and promotion
🧬 Gosa Hojii/sadarkaa: digrii kamiyyuu
🧬 Mindaa: 10000
🧬 Muuxannoo hojii: Waggaa 0 - 2
🧬Saalaa: dubara/dhiira
➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖
🩸 Gosa Hojii: #Supervaayizara
🧬 Sadarkaa Barnootaa: Dippiloomaa /Digirii
Muuxannoo hojii: waggaa 1-2
🧬Saalaa: dubara/dhiira
🧬Miindaa: 6000-8000
➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖
🩸 Gosa Hojii: #H.O/home care
🧬 Sadarkaa Barnootaa akkamii: Eebbifame
🧬 Muuxannoo hojii: Waggaa 0
🧬Saalaa: dubara/dhiira
🧬 Mindaa: 6500+
➖➖➖➖➖➖➖➖
🩸 Gosa Hojii: #Narsii
🧬 Sadarkaa Barnootaa akkamii: Eebbifame
🧬 Muuxannoo hojii: Waggaa 0
🧬Saalaa: dubara/dhiira
🧬 Mindaa: 7000+
➖➖➖➖➖➖➖➖
🩸 Gosa Hojii: #Keessummeessituu shiiftiidhaan
🧬 Sadarkaa Barnootaa: 10+
🧬 Muuxannoo hojii: Waggaa 0
🧬Saalaa: dubara/dhiira
🧬 Mindaa: 2500
➖➖➖➖➖➖➖➖
🩸 Gosa Hojii: #General Electrician
🧬 Sadarkaa Barnootaa: dippiloomaa/digrii
🧬 Muuxannoo hojii: Waggaa 0-1
Saala: dhiira
🧬 Mindaa: 5000+
➖➖➖➖➖➖➖➖
🩸 Gosa Hojii: #Manager
🧬 Gosa Hojii/Sadarkaa Barnootaa: Digirii/Dippiloomaa
Mindaa: 8000 - 12000
🧬 Muuxannoo hojii: Waggaa 0 - 1
🧬 Saala: Lamaanuu
➖➖➖➖➖➖➖➖➖➖
🩸 Gosa Hojii: #Kaashiyeerii/Accounting
🧬 Sadarkaa Barnootaa: Dippiloomaa /Digirii
Muuxannoo hojii: waggaa 1-2
🧬Saalaa: dubara/dhiira
🧬Miindaa: 4000-11000
➖➖➖➖➖➖➖➖
🩸 Gosa Hojii: #Accounting
🧬 Sadarkaa Barnootaa: Digirii/Dippiloomaa
🧬 Mindaa: Kan mari'atamu
Saala: dubara/dhiira
.
🩸 Gosa Hojii: #Kuusaa Eegduu (Store keeper)
🧬 Sadarkaa Barnootaa: Dippiloomaa /Digirii
🧬 Muuxannoo hojii: Waggaa 0
🧬Saalaa: dubara/dhiira
🧬Miindaa: 5000-6000
➖➖➖➖➖➖➖➖
🩸 Gosa Hojii: #DhimmaHojii raawwachiisaa
🧬 Sadarkaa Barnootaa: 10+
🧬 Muuxannoo hojii: Waggaa 0
🧬Saalaa: dubara/dhiira
🧬 Mindaa: 5000
➖➖➖➖➖➖➖➖
🩸 Gitoota hojii: #Chef Hogganaa fi Gargaaraa
🧬 Sadarkaa Barnootaa akkamii: Eebbifame
🧬 Muuxannoo hojii: Waggaa 0
🧬Saalaa: dubara/dhiira
🧬Miindaa: Waliigalteedhaan
➖➖➖➖➖➖➖➖
🩸 Gosa Hojii: #F&B control
🧬 Sadarkaa Barnootaa : Kan Eebbifame
🧬 Muuxannoo hojii: waggaa 1
🧬Saalaa: dubara/dhiira
🧬 Mindaa: 5000 +
➖➖➖➖➖➖➖➖
🩸 Gosa Hojii: #Tikeetii Kuchisiiftuu
🧬 Sadarkaa Barnootaa: 10+
🧬 Muuxannoo hojii: Waggaa 0-1
Saala: Dubara
🧬 Mindaa: 3000
➖➖➖➖➖➖➖➖
🩸 Gosa Hojii: # Konkolaataa fe'umsaa bishaan gurguruu irratti
🧬 Muuxannoo hojii: Waggaa 0
Saala: Dubara
🧬 Mindaa: 6000
➖➖➖➖➖➖➖➖
🩸 Gosa Hojii: N.G.O
🧬 Digirii kamiyyuu: digrii kamiyyuu /dippiloomaa
🧬 Muuxannoo hojii: Waggaa 0
🧬 Mindaa: 10000-15000
.
☎️ 0904109059
☎️ 0976648978
Teessoo: Magganaanyaa kutaa magaalaa Boolee, Hoteela Salam fuuldura Emu Shiro keessa sadarkaa 1ffaa irratti, Lakk S.P.300/02
Odeeffannoo Guutuudhaaf
Kana Tuqaa👉https://bariitech.com/beeksisa-hojii
♻️ SHARE GODHAA
@BARIITECH
🌻BARII TEKINOOLOOJII OROMIYAA
8 722
Akkam Jirtu Hordoftoota Keenya!
Ayyaanni Maal Fakkaata Isin Biraa?
Booka Unachaa Isa Dhabe Yaadachaa Akka Kabajaa Jirtan Shakkii Hin Qabnu.
Mee Garee Isiniif Qopheessine Keessatti Yaada Keessan Nuuf Qoodaa. Suuraadhaanis Barreeffamaanis.
🌻🌻🌻AYYAANA GAARII !!🌻🌻🌻
8 722
BAGA BARA HAARAA
2🌻15 NAGAAN GEESSAN!!
Kunoo wanta hamaa sodaachisaa ta'e, bu'aa bayii, tabbaa fi gaara, wanta ni darbama hin fakkaanne, wanta hamaa sodaachisaa ta'e hundumaas dabarsinee guyyaa har'aa geenyee jirra. Bara haaraa kanatti wanti haaraan, mul'anni gara hawwii fi fedhii keessanitti isin geessu, milkaa'inni quubsaa ta'es isiniif haa raawwatu. Bara firii keessanitti gammaddan akka ta'u hawwii kooti.
Uumaan uumamaa Kana hundumaa inni nu gargaare BARA BARAAN Galannii fi Ulfinni isaaf haa ta'u!
BARRI HAARAAN KUN:-
🌻 Kan Gammachuu!
🌻 Kan Milkaa'inaa!
🌻 Kan Badhaadhinaa!
🌻 Kan Jaalalaa!
🌻 Kan Tokkummaa!
🌻 Kan Guddinaa!
🌻 Kan Haaromsaa!!
🌺 Isiniif!
🌺 Maatii keessaniif!
🌺 Ollaa keessaniif!
🌺 Hiriyyoota Keessaniif!
🌺 Biyya KEENYAAF!
🎄Bara Itti Mul'anni keessan dhugoomu!
🎄Bara itti bakka yaaddan geessan.
🎄Bara itti hojjettanii milkooftan!
🌺 ISINIIF HAA TA'U! 🌻
Yoo jennu hawwii guddaa dhaan!
🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻
🌻 Happy New Year!!!!🌻
🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓
🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻
👏👏👏👏👏
👏👏👏👏👏👏
👏👏 👏👏
👏👏
👏👏
👏👏
👏👏
👏👏
👏👏👏👏👏👏
👏👏👏👏👏👏
👏👏👏👏
👏👏👏👏👏👏
👏👏 👏👏
👏👏 👏👏
👏👏 👏👏
👏👏 👏👏
👏👏 👏👏
👏👏 👏👏
👏👏👏👏👏👏
👏👏👏👏
👏👏
👏👏👏
👏👏 👏👏
👏👏
👏👏
👏👏
👏👏
👏👏
👏👏👏👏
👏👏👏👏
👏👏👏👏👏
👏👏👏👏👏
👏👏
👏👏
👏👏👏 👏👏
👏👏👏 👏👏
👏👏
👏👏
👏👏 👏👏👏
👏👏 👏👏👏
@BARIITECH
🌻BARII TEKINOOLOOJII OROMIYAA
8 722
DINQISIISOO ADDUNYAA
* Sinbirroon hin fincooftu
* Goondaan tasumaa hin rafu; sombas hin qabu hojjetaan waggaa 7; Giiftiin Goondaa waggaa 15 jiraatu
* Shaarkiin tasumaa hin dhukkubsatu
* Fardi dhaabbatee malee ciisee hin rafu
* Kanniisni garaa lama qabdi kan dammaa fi kan nyaataa
* Shaarkii adiin inni guddaan osoo hin nyaatin ji'a sadiif tura
* Goondaan addunyaa kanarraa hundi nama addunyaa kanaa hundaaf utuu hiramee goondaa miliyoona 1 nama tokkon qaqqaba
* Barariin mataan ishee irraa cite lubbuun torban tokkoof keessaa hin bahu
* Harreen altokkotti miilla ishee arfan arguu dandeessi.
* Doolfiiniin bishaan keessatti fageenya KM 24 irratti sagalee dhagahuu danda'a.
* Bookeen busaa ilkaan 47 qabdi.
* Sararri harree diidoo kamuu wal hin fakkaatu.
* Billaachi miilla duubaan dhandhamti.
* Qaamni saalaa sarariitii dhiiraa miila isaa irratti argama.
* Kannisni ija 5 qabdi.
* Booyyeen ol jettee waa arguu hin dandeessu.
* Hantuutni yoo beelofte eegee ishee nyaatti.
* Haadha manaa isaaf bineensi amanamaan jeedala qofa.
* Weeliin cuquliisaa addunyaa kanarraa guddinaan hunda caala.
* Hoosiftoota keessaa kan balali'u simbira halkanii qofa yoo ta'u miilli ishee qaqalloo waan ta'eefis deemuu hin dandeessu.
* Simbira halkanii yeroo hunda holqa keessaa yoo bahan gara bitaatti balali'u
* Bofti dunuunfatus qola ijaan ni arga.
* Bookeen busaa inni dhiiraa hin ciniinu.
* Hantuutni lagaa ji'oota 18 keessatti....
Wantoota Dinqisiisoo Addunyaa Kanneen Biroo Itti Fuftanii Dubbisuuf
Kana Tuqaa👉https://bariitech.com/dinqisiisoo
♻️ SHARE GODHAA
@BARIITECH
🌻BARII TEKINOOLOOJII OROMIYAA
8 722
BEEKSISA HOJII
🔰🔰Maqaa Dhaabbataa: Rohlet Trading PLC
🔰🔰Galmeen : Fulbaana 04, 2014 Xumurama
Gitoota hojii: Junior IT Tender Engineer
Bakki hojii: Finfinnee
Baay'ina namootaa: 01
Muuxannoo hojii: waggaa 0
Barnoota : Digirii Saayinsii Kompiitaraa ykn Injinariingiidhaan
Gosa Hojii : Hojii Gaggeessaa
Bakki Hojii: Finfinnee
Lakkoofsa namootaa barbaachisu: 01
Muuxannoo hojii: waggaa 0
Barnoota : Kutaa 12ffaa ykn Dippiloomaa fi Hayyama Konkolaachisummaa Mootar Saayikilii
Saala: Dhiira
Gosa hojii: Barreessaa Waajjira (Office Secretary)
Bakka hojii: Finfinnee
Lakkoofsa namootaa barbaadamu: 01
Muuxannoo hojii: Digiriif waggaa 01, dhaabbilee dhuunfaa waliin dippiloomaaf waggaa 02
Barnoota : Digirii Secretarial Science dhaan ; Dippiloomaa Office Management dhaan ykn kan kanaan wal gitu
Gosa Hojii: : HR & Property Administration
Muuxannoo hojii barbaachisu: Dhaabbilee dhuunfaa waliin waggaa 02
Gosa barnootaa : Bulchiinsa Humna Namaa; hoggansa keessatti ykn digrii walqixa ta’een
Bakka hojii: Finfinnee
Baay'ina namootaa: 01 dha
Gitoota hojii: Senior Accountant
Bakki Hojii: Finfinnee
Lakkoofsa namootaa barbaadamu: 01
Muuxannoo hojii: Dhaabbilee daldalaa keessatti waggaa 4 kan hojjete
Barnoota : Digirii Accounting dhaan
Guyyaa Xumura Galmee: Fulbaana 04, 2015
Sanadoota barbaachisoo, ragaa barnootaa fi muuxannoo hojii, footokoppii, CV fi iyyannoo
Iddoo hojii : Sanadoota eeraman qabattanii Makkaniisaa Gamoo Makana Yesuus Darbii 2ffaa irratti galmooftu
Emaildhaan Galma'uu warreen Barbaaddan immoo
rohlet.trading@gmail.com
temesgenasmi@gmail.com
Procurement.expert@rohlet.com
Odeeffannoo dabalataaf bilbila armaan gadii irratti Bilbilaa gaafadhaa:
Bilbila: 011-385-4335
094-011-9538
093-003-6202
Yoo isiniif hin taane hiriyyaa keessaniif share godhaa
Odeeffannoo Kanneen Biroof
Kana Tuqaa👉https://bariitech.com
♻️ SHARE GODHAA
@BARIITECH
🌻BARII TEKINOOLOOJII OROMIYAA
8 722
#Of-Eeggannoo ‼️
Gidduu kana taphni ta'e fuula social media Facebook irratti taphatamaa jira. Innis Tapha (Game) AHA dha. Game'n kun odeeffannoo dhuunfaa keessanii balaa saaxilaa jira. Namoonni hedduunis namooti nuti beekoodha jennus tapha kanaan gowwomfamaa jiraachuu argineerra. Kanaaf amma wanta gochuun isinirra jiraatu warreen tapha kana taphattan hattattamaan setting Facebook keessanii seenuudhaan device ittiin fb keessan seentan hunda "Logout of all session" godhaa. Akkasumallee Achuma setting Facebook keessanii jelaa Apps and website kan jedhu seenuudhaan AHA remove godhaa. Boodarra account keessan hatamuu danda'a waan ta'eef. Warreen tapha kana hin taphatin jirtan immoo akka irraa of qusattan cimsinee isin beeksifna. Share waliif gochuu hin dagatinaa.
Odeeffannoo Kanneen Biroof
Kana Tuqaa👉https://bariitech.com
♻️ SHARE GODHAA
@BARIITECH
🌻BARII TEKINOOLOOJII OROMIYAA
8 722
Asirratti Guutummaasaa Barreessuuf Telegram Irratti Nuuf Hin Eyyamu. Kanaafuu Link Isiniif Keenye Kana Tuquun Guutummaasaa Dubbisaa.
Yeroo itti aanutti immoo tokko tokkoon gadi fageenyaan isiniif dhiyeessuu yaalla.
Kana Tuqaa Dubbisaa
👉https://bariitech.com/Hojii-Online
8 722
Asirratti Guutummaasaa Barreessuuf Telegram Irratti Nuuf Hin Eyyamu. Kanaafuu Link Isiniif Keenye Kana Tuquun Guutummaasaa Dubbisaa.
Yeroo itti aanutti immoo tokko tokkoon gadi fageenyaan isiniif dhiyeessuu yaalla.
Kana Tuqaa Dubbisaa
👉https://bariitech.com/Hojii-Online
8 722
💰 HOJII ONLINE
Dur hojii toora interneetii (Online Jobs) mitiitii hangana tekinooloojiin hin baballanne. Kanarraa ka'uun hojii dhabdummaan daran babala'achuu eegale. Namni hojii hin qabne kan mana isaa taa'u hojii tokko malee taa'a jechuudha. Yeroo ammaa kana guddina tekinooloojii baballachaa adeemeen daldala investmentii tokko malee manuma keessan teessanii hojii salphaas ta'e cimaa akkuma dandeettii keessaniitti hojjechuu dandeessu. Kunis isa kanaan duraa irra hojii dhabdummaan akka hir'atu taasiseera.
Nus egaa hojii isin mana keessan teessanii hojjechuu dandeessan 11 isiniif tarreessuu yaalleerra. Akkaataa dandeettii keessaniin kan dandeessan irratti hirmaachuun galii dabalataa argachuu dandeessu. Yeroo hojii kana hojjettan hojii keessan idilee akka hin miinetti yeroo boqonnaa keessanii hojjechuu qabdu. Hojiiwwan kanneen hojjechuuf....
Liinkii Gadii Kana Tuquun Guutummaatti Dubbisaa
Kana tuqaa
👉https://bariitech.com/Hojii-Online
♻️ SHARE GODHAA
@BARIITECH
🌻BARII TEKINOOLOOJII OROMIYAA
8 722
Waa'ee Hojii Online Hojjechuu Dandeessanii Isinii Dhiyeessuuf Like Keesan Hin Guunne. Jabaadhaa Like 50 Ta'eera. Akkuma Inni 100 Guuteen Isinii Maxxansina.
8 722
SEENAA BIILGEET - DUREESSA ADDUNYAA
Addunyaa kanarra namoonni waan xiqqoorraa ka'anii durooman hedduutu jiru. Kanneen keessaa tokko Biil Geetis dha. Biil Geetis dureessa addunyaa kana keessatti sadarkaa olaanaa irra jiruudha. Onkoloolessa 28, 1955 A.L.A'tti Kutaa biyya Amerikaa, Siyaatil, Waashingitenitti dhalate. Abbaan isaa Wiiliyaam H. Geetis ogeessa seeraa beekamaa ture. Haati isaa, Meerii Maaksiwel immoo barsiistuu fi hojii tola ooltummaa irratti hirmaachuutiin kan beekamtuudha. Ijoollee isaanii sadan keessaa, Biil Geetis hunda caalaa fedhii dorgomanii injifachuu qaba ture. Barumsa isaatiinis cimaa fi fedhiin Sooftiweerii kalaquu fi duroomuu akkasumas, hojii tola ooltummaa irratti hirmaachuun waanuma ijoollummaatiin isa keessa buledha.
Biil Geetis yeroo barataa ture dubbisee hin quufu. Kitaabilee gara garaa kanneen akka Insaayikiloopiidiyaa osoo hin nuffin sa'aatii dheeraa dubbisa...
Odeeffannoo Guutuudhaaf
👉 https://bariitech.com/seenaa-biilgeet
@BARIITECH
🌻BARII TEKINOOLOOJII OROMIYAA
8 722
BEEKSISA HOJII
Marketing and Sales Officer
#dr_logistics_plc
#business
#marketing_management
#marketing_officer
Finfinnee
Digirii BA Logistics & Supply Chain Management, Hooggansa Gabaa (Marketing Management), Hoggansa Bizinesii (Business Management), Bulchiinsa Daldalaa (Business Administration), Diinagdee (Economics) ykn damee barnootaa kanaan walqabatu
Baay’ina Barbaachisu: 2
Muuxannoo : waggaa 0
Xumura Galmee : Fulbaana 13, 2014
Akkaataa Itti Iyyachuu Dandeessan: Iyyattoonni fedhii qaban CV & Credentials isaanii karaa iimeelii erguu qofaadha.
iimeeliin Isaaniis Kunooti
dr.logisticsplc@gmail.com ykn selammulugeta2015@gmail.com irratti erguu dandeessu
Odeeffannoo Beeksisa Hojii Kan Biroof 👉 https://bariitech.com
SHARE GODHAA
@BARIITECH
🌻BARII TEKINOOLOOJII OROMIYAA
8 722
LAKKOOFSI IMEI MAALI?
Lakkoofsi IMEI (International Mobile Equipment Identity) ykn jecha biraatiin Eenyummaan Meeshaalee Moobaayilaa Idil-addunyaa koodii addaa dijiitii 15 qabuu fi meeshaa galtee SIM kaardii waliin sirriitti adda baasudha. Dijiitonni 14 jalqabaa gurmaa'ina Waldaa GSM(GSM Association Organization) tiin ibsamaniiru.
Dijiitiin dhumaa algoritmii foormulaa Luhn jedhamuun kan uumamu yoo ta'u character too'annoo qaba. Lakkoofsi kun lakkoofsa dhuunfaa tokkoon tokkoo bilbila addunyaaf guutuutti ramadameedha. Bilbila kamiyyuu irratti IMEI check gochuuf karaan salphaan tartiiba *#06#fayyadamuudha.
IMEI kan uumame....
Odeeffannoo Guutuudhaaf
👉 https://bariitech.com/imei-maali
SHARE GODHAA
@BARIITECH
🌻 BARII TEKINOOLOOJII OROMIYAA
8 722
Tekinooloojii Deepfake
Technology'n Deepfake bu'aalee AI (artificial intelligence) keessaa isa tokkoodha. Technology'n kun yaadni isaa kan ture yoo ta'uus dhiheenya kana qabatamaan hojii eegaluun isaa addunyaa sodaa guddaa keessa galchee jira.
Deepfakes sagalee dhugaa ta'e amma algorithms deep learning fayyadamuun sa'aatii muraasa qofa sagalee nama tokkoo guutummaan guutuutti bakka buusuu danda'a.
Deepfake waggoota muraasaa as suuraa/vidiyoo nama tokkoo kan nama biraatin bakka buusuu danda'ee jira. kana jechuun bakka Ati itti hin argaminitti si argamsiisuu danda'a, bakka Ati hin dhaabbatin si dhaabuus danda'a.
Garuu dhiheenya kana addunyaa sodaa guddaa keessa kan galche Sagalee nama fedhee qabachuun akka waan inni dubbatetti kan dubbatuudha. Fknf: waan Ati hin dubbatin 100% fakkeessee sagalee keetiin dubbachuu danda'a.
Software hojii kana hojjechuuf gargaaran kanneen akka...
Odeeffannoo Guutuudhaaf
👉 https://bariitech.com/tekinooloojii-deepfake
SHARE
@BARIITECH
🌻BARII TEKINOOLOOJII OROMIYAA
