BARII TECH
Open in Telegram
Odeeffannoo : Tekinooloojii Iskoolaarshiipii Beeksisa Hojii Tapha Gabaaboo Kanneen Biroo Guutummaatti 🌐 https://bariitech.com
Show more8 722
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days
Posts Archive
8 722
Yeroo baayyee wanti tokko yeroo isiniif galuu didu Google irratti baatanii barbaaduun waan baratamedha. Gaaffii barbaadnu kamifillee deebii Google irraa argachuu ni dandeenya. Kun kan ta’u biloogiiwwan garaagaraa seenuudhaani. Jechuunis wanta tokko yeroo barbaaddan Google wanta isin barbaaddan sana websaayitiiwwan gadhiisan isiniif tarreessa. Isinis keessa deemtanii kan deebii isiniif ta’uu danda’u filattu. Yeroo tokko tokko gaaffii keessaniif deebii guutuu argachuu dandeessu yeroo tokko tokko immoo gaaffii keessaniif deebii quubsaa dhabuu dandeessu.
Google Yeroo tokko tokko gaaffii isin gaafattanitti kan dhiyaatu deebiiwwan ni ta’a jedhee yaadu isiniif tarreessa malee gaaffii isin gaafattaniif kallattiin deebii isiniif hin kennu. Rakkoo kana kan furu dhaabbanni Artificial Intelligence OpenAI kan San Francisco’tti argamu oduu aagaa qabatee as bahee jira.
OpenAI Articial Intelligence gaaffii deebii bifa dheeraa qabu ChatGPT jedhamu kan gaaffilee walxaxaa ta’aniif haasawaan deebii kennu jalqabeera.
Teeknooloojiin kun kan eegale akka lakkoofsa Faranjootaatti November 2022 jechuunis yeroo turtii ji’a 1 hin guunne keessatti yeroo ammaa ballinaan baballachaa jira. Sababiin isaas namoonni yeroo gaaffii gaafatan maal jechuu akka barbaadan hubachuu kan danda’uu fi gaaffii itti aanee gaafatamus kan tilmaamu ta’ee waan leenji’eef.
Fayyadamtoonni hedduun dandeettii deebii qulqullina qabu kennuu isaatiin baayyee dinqisiifataniiru
ChatGPT chatbot moodeela afaanii guddaa (large language model) OpenAIn GPT-3.5 irratti hundaa’ee hojjetamedha. Bifa marii haasawaatiin walitti dhufeenya uumuu fi deebii nama ajaa’ibuun nama fakkaachuun deebii kennuudhaaf dandeettii ajaa’ibaa qaba.
“GPT-3 paaraameetota biiliyoona 175 kan qabu yoo ta’u,
barreeffama giigaabaayitii 570 irratti leenji’eera. Walbira qabamee yoo ilaalamu, kan isa dura ture GPT-2, dachaa 100 caala.
Akkaataa itti fayyadama isaa odeeffannoo guutuu argachuuf liinkii gadii kana tuqaa hordofaa
👉https://bariitech.com/tekinooloojii-chatgpt
Share Godhaa ✅
@BARIITECH
8 722
Kallattiidhaan gaaffii keessaniif deebii sirrii kan kennu CHatGPT 😱😱 Jecha isin itti fuftanii gaafachuuf jettanis kan beeku.
8 722
💢 Odeeffannoon fayyadamtoota Twitter Miiliyoona 400 (400M) ta'u garee hattootaan (hackers) gurgurameera.🤯
Daataan gurgurtaaf dhiyaate karaa qaawwa API bara 2021 kan argame yoo ta'u, guyyaa 3 dura gurgurtaaf gadhiifame.
💢 Namoota haleellaa kanaan odeeffannoon isaanii hacked ta'e yookis hatame keessaa odeeffannoon namoota bebbeekamoo 37 ni argama. Isaan keessaa
❗️Doonaald Tiraamp
❗️Keevin O'Leary
❗️Piers Morgan
💢 Namni odeeffannoo kana gurgurtaaf gadhiise Ryushi jedhama, gaafa 23/12/2022 marsariitii Breached Hacking Forum jedhamu irratti gadhiifame.
💢 Hackers kunneen gaaffii marii gara Twitteritti dhiyeessanis hanga ammaatti deebii hin arganne.
🔴 Akkamitti Miidiyaalee Hawaasummaa Hatamu?
Baruu Inbarbaadduu⁉️
Odeeffannoo Kanneenii fi Kanneen Biroo Argachuuf Websaayitii Keenya Hordofaa.
👉https://bariitech.com
👉https://bariitech.com
Share Godhaa ✅
@BARIITECH
8 722
YouTuben dhiheenya kana oduu baayyee nama hawwatu qabatee bahee jira. Viidiyoo gabaabaa (Shorts) qofaan osoo subscriber 1000 fi watch hours 4000hr hin xumurin maallaqa argachuun ni danda’ama jedhe.
◽️Oduun kun namoota maallaqa hin qabneef oduu baayyee guddaadha. Viidiyoo gaggabaaboo olkaa’uu(upload) gochuu qofaan kaffaltii argachuun ni danda’ama. Gaaffii akkamitti jedhuuf YouTube namoota viidiyoo gabaabaa hojjetan deeggaruuf fandii doolaara miiliyoona 100 hundeessee jira.
◽️Akkasumas yeroo viidiyoo gaggabaaboo gadhiisuu qofaa osoo hin taane Jalqaba viidiyoo ati gadhiifte ni sakatta’ama, yoo sirritti seerota barbaachisan guutee argame ergaa email siif ergama.
◽️Itti aansuudhaan....
Itti fuftanii dubbisuuf hidhaa (link) websaayitii keenyaa tuquudhaan dubbisaa.
👉https://bariitech.com
👉https://bariitech.com
Wantoota Gaaffii Isinitti Ta'an Email keenyaan Nu Quunnamtanii Gaaffii Barbaaddan Nu Gaafachuu Dandeessu. Karaa Websaayitii Keenyaa Jechuudha
Share Godhaa ✅
@BARIITECH
8 722
YOUTUBE IRRAA HORDOFTOOTA(SUBSCRIBERS) 1000 OSOO HIN QABAATIN QARSHII ARGACHUUN AKKA DANDA'AMU DHAGEESSANII?
8 722
🎄⛄🎄⛄MERRY CHRISTMAS 🎄⛄🎄⛄
Liinkii Gadii Kana Tuquudhaan Ergaa Baga Geessanii Haala Miidhagaan Qophaa'e Hiriyaa Jaallattaniif Ergaa.
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
👉https://bariitech.com/merry-christmas 👈
👉https://bariitech.com/merry-christmas 👈
☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️
8 722
✴️ Teelegiraamiin beeksisa kaffaltii qabu eegaluuf yaalii gochaa jira jedha.
Appiin ergaa dabarsu Teelegiraamiin sirna beeksisa kaffaltii qabu yaalaa jiraachuu beeksise. Sirni kun chaanaalii yoo xiqqaate hordoftoota 1000 qaban irratti kan eegalamu ta’uu ibsaniiru.
📍Teelegiraamiin duraan sirna beeksisa kaffaltii qabu kan hin qabne yoo ta'u, amma sirna fayyadamtoonni chaanaalii fi bakka isaanii kaffaltii tokko malee beeksisuu danda'u qopheessuu isaa beeksiseera.
📍Hundeessaa fi hogganaan waliigalaa Telegram Pavel Durov sirni beeksisa kaffaltii qabu kan qoratamaa jiru odeeffannoo dhuunfaa fayyadamtoota Telegram akka hin fayyadamne eeraniiru.
📍 Kana cinatti beeksisni kun gabatee ergaa dhuunfaa fi garee irratti kan hin mul'anne ta'uu fi beeksisni kaffaltiin kan dhiyaatu chaanaalii qofa irratti akka ta'e ibsaniiru.
📍Beeksistoonni beeksisa baasuu barbaadan chaanaalii ykn bot isaanii qubee 160 hin caalleen ibsuu kan danda'an yoo ta'u, chaanaalii beeksisni sun akka tamsa'u barbaadan gama afaan fi qabiyyee adda addaatiin filatanii beeksisuu ni danda'u.
👉https://bariitech.com
Share Godhaa ✅
@BARIITECH
8 722
✴️ Teelegiraamiin beeksisa kaffaltii qabu eegaluuf yaalii gochaa jira jedha 😱😱
👉https://bariitech.com
Share Godhaa ✅
@BARIITECH
8 722
✴️ Teelegiraamiin beeksisa kaffaltii qabu eegaluuf yaalii gochaa jira jedha.
Appiin ergaa dabarsu Teelegiraamiin sirna beeksisa kaffaltii qabu yaalaa jiraachuu beeksise. Sirni kun chaanaalii yoo xiqqaate hordoftoota 1000 qaban irratti kan eegalamu ta’uu ibsaniiru.
📍Teelegiraamiin duraan sirna beeksisa kaffaltii qabu kan hin qabne yoo ta'u, amma sirna fayyadamtoonni chaanaalii fi bakka isaanii kaffaltii tokko malee beeksisuu danda'u qopheessuu isaa beeksiseera.
📍Hundeessaa fi hogganaan waliigalaa Telegram Pavel Durov sirni beeksisa kaffaltii qabu kan qoratamaa jiru odeeffannoo dhuunfaa fayyadamtoota Telegram akka hin fayyadamne eeraniiru.
📍 Kana cinatti beeksisni kun gabatee ergaa dhuunfaa fi garee irratti kan hin mul'anne ta'uu fi beeksisni kaffaltiin kan dhiyaatu chaanaalii qofa irratti akka ta'e ibsaniiru.
📍Beeksistoonni beeksisa baasuu barbaadan chaanaalii ykn bot isaanii qubee 160 hin caalleen ibsuu kan danda'an yoo ta'u, chaanaalii beeksisni sun akka tamsa'u barbaadan gama afaan fi qabiyyee adda addaatiin filatanii beeksisuu ni danda'u.
👉https://bariitech.com
Share Godhaa ✅
@BARIITECH
8 722
VPN maaliif fayyadamna? Maal bu'aa qaba?
✴️VPN #software kan qunnamtii interneetii keenyaa nageenya isaa eeguuf gargaaru yoo ta'u odeeffannoon wal jijjiirru haleellaa warreen odeeffannoo dhuunfaa keessanii barbaadan irraa kan eegudha.
✴️ Fayyadamtoonni walitti hidhamiinsa VPN yeroo uuman karra daataa nageenya qabu uumu.
✴️ Maamila waan taaneef daataa dabarsinu osoo network destination hin gahin #encrypted ta'a.
❇️ VPN maaliif fayyadamna?
✴️ Fankshiniiwwan weebii kamiyyuu #icciitii (dhoksaa) taasisa.
✴️ hackerota dhoksaan sochii keenya hordofan irraa nu oolcha.
✴️ Marsariitiiwwanii fi qabiyyeewwan daangeffaman akka argannuuf nu gargaara.
✴️ Carraa hanna eenyummaa weebsaayitii irratti baay'ee hir'isa.
✴️ Yeroo bakka WiFi ummataa fayyadamnu qunnamtii nageenya akka qabaatu taasisa.
✴️ Walumaagalatti karaan odeeffannoo fi odeeffannoo waljijjiirraa nageenya qabu nuuf uuma jechuun ni danda'ama.
👉https://bariitech.com
SHARE GODHAA
@BARIITECH
🌻 BARII TEKINOOLOOJII OROMIYAA
8 722
✅ Appiin kun wanti inni hin hojjenne hin jiru, faayidaa 70+ ol of keessaa qaba
Buufadhaa itti fayyadamaa.
👉https://bariitech.com
SHARE GODHAA
@BARIITECH
🌻 BARII TEKINOOLOOJII OROMIYAA
8 722
✳️ Browser isa jalqabaa eenyuutu uume?
Weeb biraawzariin jalqabaa bara 1990tti Tim Berners Lee tiin uumame. Browser kun WorldWideWeb jedhama.
Tim Berners Lee daayreektara (World Wide Web consortium) addunyaa kan guddina weebsaayitii to’atudhas. Yeroo ammaa Yunivarsiitii Oksifoord fi Inistiitiyuutii Teeknooloojii Masaachusets keessatti Piroofeesara Saayinsii Kompiitaraa ta’uun hojjechaa jiru.
Tim saganticha ykn weeb biraawzari jalqabaa hojjechuuf oomishaalee Steve Jobs jalqabaa keessaa tokko kan ta'e NeXT Computer fayyadame.
Erga biraawzari jalqabaa uumee booda, maqaan biraawzarichaa gara Nexus tti jijjiirame, kunis WorldWideWeb waliin akka hin burjaajofneef.
Yeroo sanatti osoo akka har'aa browser hedduun (Firefox, Google Chrome, Microsoft Internet Explorer fi kkf) hin uumamin dura Nexus web browser qofaatu ture. Boodarra bara 1994 addaan cite. Tajaajila kennuu dhaabeera.
👉https://bariitech.com/
SHARE GODHAA
@BARIITECH
🌻 BARII TEKINOOLOOJII OROMIYAA
8 722
😱Heksaakosioihexekontaheksaafobiyaa
Jechuun sodaa lakkoofsa 666 ti.
Meeqan keessantu sodaa kana qaba❓❓ 😁😁
👉https://bariitech.com
Share Godhaa ✅
@BARIITECH
8 722
😱Heksaakosioihexekontaheksaafobiyaa
jechuun sodaa lakkoofsa 666 ti.
Meeqan keessantu sodaa kana qaba? ️😁😁
👉https://bariitech.com
Share Godhaa ✅
@BARIITECH
8 722
🍃 Jaalalli kaka'umsa nama hin amansiifne siif kenna
Jaalala keessa jiraachuun kaka'umsa akka sitti dhaga'amu taasisa. Ilaalcha waanuma fedhetti, bakka barbaaddetti, yeroo barbaaddetti itti dhiyaachuu akka dandeessu siif kenna. Ilaalchi kee abdii kan qabuu fi yeroo hunda gaarii dha.
Odeeffannoo kanneenii fi kanneen biroo argachuuf websaayitii keenya hordofaa
👉https://bariitech.com
Share Godhaa ✅
@BARIITECH
8 722
Gabaajee Kanneen Beekuu Qabdu
CPU = Central Processing Unit
RAM = Random Access Memory
ROM = Read Only Memory
PROM = Programmable Read Only Memory
EPROM = Erasable PROM
EEPROM = Electrically EPROM
HDD = Hard Disk Drive
FDD = Floppy Disk Drive
KBD = KeyBoard
I/O = Input & Output
CD = Compact Disk
DVD = Digital Video Disk
SMPS = Switch Mode Power Supply
POST = Power ON Self Test
BIOS = Basic Input Output System
VDU = Visible Display Unit
LED = Light Embedded Diode
LCD = Liquid Crystal Display
USB = Universal Serial Bus
VGA = Video/Visual Graphic Adapter
LAN = Local Area Network
WAN = Wide Area Network
MAN = Metropolitan Area Network
HLL = High Level Language
LLL = Low Level Language
MIPS = Million of Instruction Per Second
Mbps = Mega Bytes Per second
Kbps = Kilo Bytes per second
HTTP = Hyper Text Templates
WWW = World Wide Web
IP = Internet Protocol
ISP = Internet Service Provider
4 Bits = 1 Nibble
8 Bits = 1 Byte
1024 Bytes = 1 Kilo Byte ( KB )
1024 KB = 1 Mega Byte ( MB )
1024 MB = 1 Gyga Byte ( GB )
1024 GB = 1 Tera Byte ( TB )
1024 TB = 1 Peta Byte ( PB )
1024 PB = 1 Exa Byte ( EB )
1024 EB = 1 Zetta Byte ( ZB )
1024 ZB = 1 Yotta Byte ( YB )
HTTP - Hyper Text Transfer Protocol.
HTTPS - Hyper Text Transfer Protocol Secure.
IP - Internet Protocol.
URL - Uniform Resource Locator.
USB - Universal Serial Bus.
VIRUS - Vital Information Resource Under Seized.
3G - 3rd Generation.
GSM - Global System for Mobile Communication.
CDMA - Code Division Multiple Access.
UMTS - Universal Mobile Telecommunication System.
SIM - Subscriber Identity Module.
AVI - Audio Video Interleave
RTS - Real Time Streaming
SIS - Symbian OS Installer File
AMR - Adaptive Multi-Rate Codec
JAD - Java Application Descriptor
JAR - Java Archive
JAD - Java Application Descriptor
3GPP - 3rd Generation Partnership Project
3GP - 3rd Generation Project
MP3 - MPEG player lll
MP4 - MPEG-4 video file
AAC - Advanced Audio Coding
GIF - Graphic Interchangeable Format..
Odeeffannoo kanneenii fi kanneen biroo argachuuf websaayitii keenya hordofaa
👉https://bariitech.com
Share Godhaa ✅
@BARIITECH
8 722
📍Oduu Teeknooloojii Torbee Kanaa📍
1. YouTube button 'Dislike'(👎) jedhu Public view irraa gara Private view tti jijjiiruuf deema, kana jechuun daawwataan ykn namni dhuunfaa viidiyoo YouTube irratti gadhiifamu kamiyyuu yoo Dislike godhe namoonni biroo Dislike sana arguu hin danda'an, abbaa qabeenyaa chaanaalii sanaa qofaaf mul'ata jechuudha 👁
Sababni YouTube kana godheef (Dislike Attack) ittisuufi. Dislike Attack jechuun namoonni tokko tokko dhuunfaan yookaan gareen itti yaadanii chaanaalii YouTube tokko tokko irratti xiyyeeffatanii viidiyoo chaanaalii sana irratti gadhiifaman dislike gochuu waan danda'aniifi.
2. Bilbiloonni Google Pixel 6 fi 6 Pro jedhaman kaameeraa isaanii fayyadamuun dha'annaa onnee fi afuura baafannaa abbaa bilbilaa safaruu fi hordofu danda'u.
3. Apple fi Microsoft lamaan isaanii yeroo ammaa kappitaalli isaanii naannoo 2.5 trillion 💲 😬
4. Galiin beeksisa YouTube kurmaana sadaffaa keessa doolaara biiliyoona 7.2 gaheera
Odeeffannoo kanneenii fi kanneen biroo argachuuf websaayitii keenya hordofaa
👉https://bariitech.com
Share Godhaa ✅
@BARIITECH
