en
Feedback
BARII TECH

BARII TECH

Open in Telegram

Odeeffannoo : Tekinooloojii Iskoolaarshiipii Beeksisa Hojii Tapha Gabaaboo Kanneen Biroo Guutummaatti 🌐 https://bariitech.com

Show more
8 722
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days
Posts Archive
Kanneen bakki galmee eessa jettanii nu gaafattaniif nuti Websaayitii keenya irratti odeeffannoo guutuu maxxansineerra. Link gadii tuqtanii ilaaluu dandeessu 👉https://bariitech.com/beeksisa-hojii-haaraa @BARIITECH Odeeffannoo guutuu waa'ee Scholarship, Internship, Technology fi beeksisawwan hojii kanneen biroo argachuuf 👉 https://bariitech.com 👉 https://bariitech.com

Beeksisa Haaraa Guyyaa 11/05/2015 kan bahee 📊 Gosa hojii: Barsiisaa damee hundaan 💎 Sadarkaa Barnootaa: Dip/Digrii 💎 Saala: Lamaan 💎 Muuxannoo: Waggaa 0 – 2 💎 Miindaa; 7000 – 8000 📊 Gosa hojii: Gurgurtaa Realstate 💎 Sadarkaa Barnootaa: Dip/Digrii 💎 Baay’ina: 20 📊 Gosa hojii: Simannaa; Kasher (hoteela, dhaabbata) . 💎 Sadarkaa Barnootaa: Dip/Digrii 💎 Saala: Lamaan 💎 Muuxannoo: Waggaa 0 – 4 💎 Miindaa; 500Waggaa 0 – 6500 📊 Gosa hojii: Suppervaayizara, Manaajara (Hoteela, Dhaabbata) 💎 Sadarkaa Barnootaa: Dip/Digrii 💎 Saala: Lamaan 💎 Muuxannoo: Waggaa 0 – 3 💎 Miindaa; 6500 – 8000 💎 Gosa Hojii: Narsii (Hospitaala, Kilinika) 💎 Sadarkaa Barnootaa: Dip/Digrii 💎 Saala: Lamaan 💎 Muuxannoo: Waggaa 0 – 2 📊 Gosa hojii: NGO 💎 Sadarkaa Barnootaa: Dip/Digrii 💎 Saala: Lamaan 💎 Miindaa; 1500 – 20000 gidduu 📊 Gosa hojii: Qulqulleessituu fi ergamtuu (baankii, jaarmiyaa) . 💎 Sadarkaa Barnootaa: 8 💎 Saala: Dubara 💎 Miindaa; 3000 📊 Gosa Hojii: Eegaa 💎 Sadarkaa Barnootaa: 8 💎 Saala: Dhiira 💎 Miindaa; 3000 – 4000 📊 Gosa hojii: Chef Hogganaa fi Gargaaraa Chef 💎 Sadarkaa barnootaa: 10 💎 Saala: Dubara 💎 Muuxannoo: Waggaa 0 – 4 📊 Gosa hojii: yeroo muraasaa (Hojii gaggeessaa dhimma bakka bu’aa gurgurtaa) 💎 Sadarkaa Barnootaa: 10 ol 💎 Saala: Lamaan 💎 Muuxannoo: Waggaa 0 – 2 💎 Miindaa; 5000 – 8000 . .. ... Itti fufaa dubbisaa 👉https://bariitech.com/beeksisa-hojii-haaraa/ @BARIITECH Odeeffannoo guutuu waa'ee Scholarship, Internship fi beeksisawwan hojii, Tekinooloojii fi kanneen biroo argachuuf 👉 https://bariitech.com 👉 https://bariitech.com

Iskoolaarshiipii Mootummaa Shaangaayii ECNU 2023 | Guutummaatti Maallaqaan kan gargaare Asirratti Apply Godhaa : https://bit.ly/3ZpWa63 Biyya: Chaayinaa Uwwisa maallaqaa: Guutummaatti Maallaqaan kan gargaaru Yeroo xumuraa: May 10, 2023 🔴 Faayidaa Iskoolaarshiipii Mootummaa Chaayinaa: ✿ Barattoonni kaffaltii barnootaa guutuu ni argatu. ✿ Mootummaan Shaangaayi bakka jireenyaa bilisaa ni kenna. ✿ Barattoonni inshuraansii yaalaa bilisaan ni argatu. ✿ Barattoonni digrii jalqabaa ji’atti deeggarsa Yuuwaan Chaayinaa 2500 ni argatu. ✿ Barattoonni sagantaa Master’s ji’atti qarshii Yuuwaan Chaayinaa 3000 ni argatu. ✿ Barattoonni Doktarummaa ji’atti qarshiin Yuuwaan Chaayinaa 3500 ni kennamaaf. ✿ Carraa Chaayinaa keessatti barachuu. ✿ Carraawwan idil-addunyaa dabalataa qorachuu fi waa’ee aadaa Chaayinaa barachuu @BARIITECH Odeeffannoo guutuu waa'ee Scholarship, Internship fi beeksisawwan hojii kanneen biroo argachuuf 👉 https://bariitech.com 👉 https://bariitech.com 👉 https://bariitech.com

Loltoonni Ameerikaa qaamota samii keessa balali’an kan maalummaan isaanii hin beekamne (UFO) yeroo garaa garaatti arguu kan gabaasan heddummataa jiru. Ragaan galmee icciitii Ameerikaa keessaa bahe akka agarsiisutti, bara darbe qofa loltoonni humna galaanaafi humna qilleensaa Ameerikaa 500 ta’an qaamota samii keessa balali’an ykn UFO jedhaman arguusaanii gabaasanii ture. Kaampaanin Ameerikaa fiilmii hojjachuun beekamu Holiwuud waa’ee qaamolee samii keessa balali’aniifi maalummaan isaanii hin beekamnee kana fiilmii heddu hojjatee dhiyeessera. Gabaasa waa’ee UFO loltoonni Ameerikaa dhiyeessan keessaa 171 irratti qorannoon godhamee maalummaan qaamolee balali’an kanaa murtoorra gahuuf ragaan gahaan akka hin jirre ragaan dookumentii icciitii US bahe kun ni agarsiisa. Maalummaa qaamolee balali’an kanaa adda baasuf rakkisaa kan godhe ammoo saffisa qaamoleen kun ittiin balali’aniidha. Sekoondii muraasaaf Kaameeraadhaan UFO yookin qaamolee hin beekamne samii keessa balali’an waraabame websaayitii keenya tuquun daawwadhaa. 👉https://bariitech.com/loltootni-ameerikaa-ufo-argan/ @BARIITECH Odeeffannoo guutuu waa'ee Scholarship, Internship, Tekinooloojii, beeksisawwan hojii, Uumama Dinqisiisoo, Qoosaa fi kanneen biroo argachuuf 👉 https://bariitech.com 👉 https://bariitech.com

Loltoonni humna galaanaa fi humna qilleensaa Ameerikaa qaamota samii keessa balali’an kan maalummaan isaanii hin beekamne (UF
Loltoonni humna galaanaa fi humna qilleensaa Ameerikaa qaamota samii keessa balali’an kan maalummaan isaanii hin beekamne (UFO) yeroo garaa garaatti argaa jiru. 😱😱😱 @BARIITECH

Hanga ammaatti Odeeffannoo guutuudhaan warreen kanneen Websaayitii keenya irraa argachuu dandeessu. Iskoolaarshiipii haaraa bahan kanneen biroos isiniif maxxansuuf deemna. Hangasitti hatattamaan warreen kana apply godhaa. Yoo kan isin hin barbaachifne ta'e hiriyoota keessaniif dabarsaa. Iskoolaarshiipii Turkii : https://bit.ly/3vXgGgV Goldsmiths - UK : https://bit.ly/3vQoAZH Iskoolaarshiipii Shaangaayii : https://bit.ly/3ZpWa63 @BARIITECH Odeeffannoo guutuu waa'ee Scholarship, Internship fi beeksisawwan hojii kanneen biroo argachuuf 👉 https://bariitech.com 👉 https://bariitech.com

Beeksisa Haaraa Guyyaa 04/05/2015 kan bahee 📊 Gosa hojii: Barsiisaa damee hundaan 💎 Sadarkaa Barnootaa: Dip/Digrii 💎 Saala: Lamaan 💎 Muuxannoo: Waggaa 0 – 2 💎 Miindaa; 7000 – 8000 📊 Gosa hojii: Gurgurtaa Realstate 💎 Sadarkaa Barnootaa: Dip/Digrii 💎 Baay’ina: 20 📊 Gosa hojii: Simannaa; Kasher (hoteela, dhaabbata) . 💎 Sadarkaa Barnootaa: Dip/Digrii 💎 Saala: Lamaan 💎 Muuxannoo: Waggaa 0 – 4 💎 Miindaa; 500Waggaa 0 – 6500 📊 Gosa hojii: Suppervaayizara, Manaajara (Hoteela, Dhaabbata) 💎 Sadarkaa Barnootaa: Dip/Digrii 💎 Saala: Lamaan 💎 Muuxannoo: Waggaa 0 – 3 💎 Miindaa; 6500 – 8000 💎 Gosa Hojii: Narsii (Hospitaala, Kilinika) 💎 Sadarkaa Barnootaa: Dip/Digrii 💎 Saala: Lamaan 💎 Muuxannoo: Waggaa 0 – 2 📊 Gosa hojii: NGO 💎 Sadarkaa Barnootaa: Dip/Digrii 💎 Saala: Lamaan 💎 Miindaa; 1500 – 20000 gidduu 📊 Gosa hojii: Qulqulleessituu fi ergamtuu (baankii, jaarmiyaa) . 💎 Sadarkaa Barnootaa: 8 💎 Saala: Dubara 💎 Miindaa; 3000 📊 Gosa Hojii: Eegaa 💎 Sadarkaa Barnootaa: 8 💎 Saala: Dhiira 💎 Miindaa; 3000 – 4000 📊 Gosa hojii: Chef Hogganaa fi Gargaaraa Chef 💎 Sadarkaa barnootaa: 10 💎 Saala: Dubara 💎 Muuxannoo: Waggaa 0 – 4 📊 Gosa hojii: yeroo muraasaa (Hojii gaggeessaa dhimma bakka bu’aa gurgurtaa) 💎 Sadarkaa Barnootaa: 10 ol 💎 Saala: Lamaan 💎 Muuxannoo: Waggaa 0 – 2 💎 Miindaa; 5000 – 8000 . .. ... Itti fufaa dubbisaa 👉https://bariitech.com/beeksisa-hojii-haaraa/ @BARIITECH Odeeffannoo guutuu waa'ee Scholarship, Internship fi beeksisawwan hojii, Tekinooloojii fi kanneen biroo argachuuf 👉 https://bariitech.com 👉 https://bariitech.com

Hundasaa kan barbaaddan
Anonymous voting

Odeeffannoo kamitti gammadaa jirtu? Kamtu osoo irra caalaa isiniif dhiyaatee isin gammachiisa? Yaada keessan nuun gahaa.
Anonymous voting

Odeeffannoo kamitti gammadaa jirtu? Kamtu irra caalaa osoo isiniif dhiyaatee itti gammaddu? Yaada keessan nuun gahaa.
Anonymous voting

Beeksisa hojii hatattamaa Guyyaa 04/05/2015 kan bahe ❇️ Gosa hojii: #N.G.O kamiyyuu keessatti 📌 Sadarkaa Barnootaa barnootaa: digrii kamiyyuu /diploma 📌 Muuxannoo hojii: waggaa 0 📌 Miindaa: 10000 – 15,000 ❇️ Gosa hojii: Simannaa/reception 📌 Sadarkaa Barnootaa: 10 + 📌 Muuxannoo hojii: Muuxannoo yoo qabaatte filatamaadha 📌 Saala: Dubara 📌 Miindaa: Kan mari’atamu ❇️Gosa hojii: Hoggansa/Management 📌 Sadarkaa Barnootaa: dippiloomaa/digrii 📌 Miindaa: Kan mari’atamu 📌 Saala: Dubara 📌 Baay’ina: 3 ❇️Gosa hojii: #Gurgurtaa mana kophee irratti 📌 Sadarkaa Barnootaa:- 12 📌 Muuxannoo hojii: waggaa 0 📌 Miindaa :- Marii + komishinii 📌 Saala: Dubara 📌 Baay’ina:- 4 ❇️Gosa hojii: #Marketing 📌 Sadarkaa Barnootaa akkamii :- digirii 📌 Saala:- Dubara 📌 Muuxannoo hojii:- Waggaa 0_1 📌 Miindaa :- 5000-7000 ❇️Gosa hojii: #Accounting 📌 Sadarkaa Barnootaa: Digirii 📌 Saala: Lamaan 📌 Muuxannoo hojii: 0-1 📌 Miindaa: 5000-7000 ❇️Gosa hojii: #IT/IS 📌 bakka/Sadarkaa Barnootaa:- digrii /dip 📌 Muuxannoo hojii: waggaa 0-2 📌 Saala:- Lamaan 📌 Miindaa:- 5500-7000 ❇️ Gosa hojii #Supervaayizara 📌 Sadarkaa Barnootaa : ogummaa kanaan kan barate 📌 Muuxannoo hojii: waggaa 1 📌 Miindaa: Kan mari’atamu 📌 Gosa hojii: Finfinnee 📌 Gosa Hojii: Injinarii Siivilii 📌 Sadarkaa Barnootaa: Digirii 📌 Miindaa:- Kan mari’atamu 📌 Saala: Lamaan . . . Itti fufuun dubbisaa 👉https://bariitech.com/beeksisa-hojii-hatattamaa/ 📝Iyyattoonni guyyaa beeksifni kun bahe irraa jalqabee guyyoota walitti aanan gidduutti ragaa mana barumsaa keessanii qabattanii waajjira “ethio job vacancy”‘tti qaamaan deemtanii iyyattu. ☎️ bilbila:0966088808 ☎️ bilbila:0985725012 Bakki argama waajjirichaa👇👇 Teessoo: Jemo 1 Howdy Mall Gamoo 2ffaa Waajjira Lakk 15 @BARIITECH Odeeffannoo guutuu waa'ee Scholarship, Internship fi beeksisawwan hojii kanneen biroo argachuuf 👉 https://bariitech.com 👉 https://bariitech.com

Iskoolaarshiipii Mootummaa Turkii - 2023 Asirratti Apply Godhaa: https://bit.ly/3vXgGgV Biyya: Turkii Uwwisa maallaqaa: Guutummaatti kan gargaaru Yeroo Xumuraa Iyyannoo : February 20, 2023 dha. 🔴 Faayidaa Iskoolaarshiipii kanaa ✿ Iskoolaarshiippiin kun kaffaltii iyyannoo ( Application fee) irraa bilisa yoo ta’u, kunis Turkii keessatti bilisaan barachuu dandeessu jechuudha. ✿Barattoonni kaffaltii barnootaa  guutummaatti ni argatu ✿Barattoonni ji'a ji'aan deeggarsa maallaqaa ni argatu. ✿Xumura barnootaa irratti gatii tikeetii Xiyyaaraa isin danda'a ✿Inshuraansii fayyaa bilisaa. ✿Bakka jireenyaa bilisaa. ✿Waggaa tokkoof barnoota afaan Turkii ni baratu ✿Taateewwan hawaasummaa fi aadaa irratti hirmaachuu. @BARIITECH Odeeffannoo guutuu waa'ee Scholarship, Internship fi beeksisawwan hojii kanneen biroo argachuuf 👉 https://bariitech.com 👉 https://bariitech.com 👉 https://bariitech.com

Iskoolaarshiipii Mootummaa Turkii - 2023 Asirratti Apply Godhaa: https://bit.ly/3vXgGgV Biyya: Turkii Uwwisa maallaqaa: Guutummaatti kan gargaaru Yeroo Xumuraa Iyyannoo : February 20 , 2023 dha. 🔴Faayidaa Iskoolaarshiipii Burslari Turkii: ✿ Iskoolaarshiippiin kun kaffaltii iyyannoo ( Application fee) irraa bilisa yoo ta’u, kunis Turkii keessatti bilisaan barachuu dandeessu jechuudha. ✿Barattoonni kaffaltii barnootaa guutummaatti ni argatu ✿Barattoonni ji'a ji'aan deeggarsa maallaqaa ni argatu. ✿Xumura barnootaa irratti gatii tikeetii Xiyyaaraa isin danda'a ✿Inshuraansii fayyaa bilisaa. ✿Bakka jireenyaa bilisaa. ✿Waggaa tokkoof barnoota afaan Turkii ni baratu ✿Taateewwan hawaasummaa fi aadaa irratti hirmaachuu. @BARIITECH Odeeffannoo guutuu waa'ee Scholarship, Internship fi beeksisawwan hojii kanneen biroo argachuuf 👉 https://bariitech.com 👉 https://bariitech.com 👉 https://bariitech.com

“Akkan itti dhales, akkan itti arraabbadhus anatu beeka” jette Xaddeen! @BARIITECH
“Akkan itti dhales, akkan itti arraabbadhus anatu beeka” jette Xaddeen! @BARIITECH

Gaaffii taphaa kana irratti hirmaadhaa. Namni sababa quubsaa waliin deebise akkasumallee mormii nama biraa irraa hin qabne badhaasa qaba.😷 Jaartii durduriiyyuu jirtumoo jaartii durumaayyuu jirtutu hangafa? 🧐 @BARIITECH

Iskoolaarshiipii Idil-addunyaa Yuunivarsiitii Goldsmiths UK keessatti bara 2023 | Guutummaatti kan gargaare Asirratti Apply Godhaa: https://bit.ly/3vQoAZH Biyya: Ingilizii Uwwisa maallaqaa: Guutummaatti kan gargaaru 🔴 Faayidaa Iskoolaarshiipii Kanaa ✿ Kaffaltii barnootaa guutuu ni argatu ✿ Barattoonni deeggarsa £8,825 ni argatu. ✿ Kutaa ciisichaa qo’annoo tokkoof galma Goldsmith’s keessatti argamuuf bakka jireenyaa bilisaa ykn bakka jireenyaaf torbanitti £200 ni kenna. ✿ Carraa Yunaayitid Kingidam fi aadaa ishee qorachuu. ✿ Waa'ee maallaqaa osoo hin yaadda’iin Yunaayitid Kingidam keessatti baradhaa. ✿ Carraa hojii gaarii argachuu Odeeffannoo guutuu waa'ee Scholarship, Internship fi beeksisawwan hojii kanneen biroo argachuuf 👉 https://bariitech.com 👉 https://bariitech.com 👉 https://bariitech.com

Iskoolaarshiipii Mootummaa Shaangaayii ECNU 2023 | Guutummaatti Maallaqaan kan gargaare Asirratti Apply Godhaa : https://bit.ly/3ZpWa63 Biyya: Chaayinaa Uwwisa maallaqaa: Guutummaatti Maallaqaan kan gargaaru Yeroo xumuraa: May 10, 2023 Faayidaa Iskoolaarshiipii Mootummaa Chaayinaa: ✿ Barattoonni kaffaltii barnootaa guutuu ni argatu. ✿ Mootummaan Shaangaayi bakka jireenyaa bilisaa ni kenna. ✿ Barattoonni inshuraansii yaalaa bilisaan ni argatu. ✿ Barattoonni digrii jalqabaa ji’atti deeggarsa Yuuwaan Chaayinaa 2500 ni argatu. ✿ Barattoonni sagantaa Master’s ji’atti qarshii Yuuwaan Chaayinaa 3000 ni argatu. ✿ Barattoonni Doktarummaa ji’atti qarshiin Yuuwaan Chaayinaa 3500 ni kennamaaf. ✿ Carraa Chaayinaa keessatti barachuu. ✿ Carraawwan idil-addunyaa dabalataa qorachuu fi waa’ee aadaa Chaayinaa barachuu Odeeffannoo guutuu waa'ee Scholarship, Internship fi beeksisawwan hojii kanneen biroo argachuuf 👉 https://bariitech.com 👉 https://bariitech.com 👉 https://bariitech.com

Akkam jirtu hordoftoota keenya! Odeeffannoo gaarii tokko isiniif qabannee dhiyaanneerra. Innis barattoonni odeeffannoo Scholarship akkasumallee internship Afaan Oromoodhaan akka argachuu danda'aniif Websaayitii keenya irratti hojii eegalleerra. Scholarship haaraa bahan hatattamaan isin biraan gahuu fi akkamittiin akka iyyattan (apply) gootan gorsa bal'aa waliin eegalleerra. Akkasumallee kanneen beeksisa hojii barbaadaniifis beeksisawwan hojii dameewwan barnoota hunda irratti bahan isiniif dhiyeessuudhaaf qophee xumurreerra. Egaan hiriyoota keessaniif ergaa kana dabarsuu hin dagatinaa. Galatoomaa! 👉https://bariitech.com 👉https://bariitech.com 👉https://bariitech.com @BARIITECH

BAGA AYYAANA QILLEE NAGAAN GEESSAN. AYYAANNI KUN: 🔴 Kan Badhaadhinaa 🔴 Kan Nagaa fi 🔴 Kan Milkii Akka Isiniif ta'u hawwina
BAGA AYYAANA QILLEE NAGAAN GEESSAN. AYYAANNI KUN: 🔴 Kan Badhaadhinaa 🔴 Kan Nagaa fi 🔴 Kan Milkii Akka Isiniif ta'u hawwina. 🎄🎄🎄🎄Merry Christmas 🎄🎄🎄🎄 Website keenya tuqaa 👉https://bariitech.com

💐💐💐💐💐💐HAPPY NEW YEAR💐💐💐💐💐💐 https://bariitech.com @BARIITECH
💐💐💐💐💐💐HAPPY NEW YEAR💐💐💐💐💐💐 https://bariitech.com @BARIITECH