en
Feedback
Mubarak Awel

Mubarak Awel

Open in Telegram

"From the river to the sea,Palestine will be free'' 🇵🇸✌️

Show more
1 684
Subscribers
-324 hours
-47 days
-3530 days
Posts Archive
Iti-fa guyyaa Juma'aati "Michuu fi jaalallee keenya yeroo hundumaa, Ergamaa Rabbii tokkichaa, Nabi MUHAAMMAD { ﷺ } ♥️ irratti
Iti-fa guyyaa Juma'aati "Michuu fi jaalallee keenya yeroo hundumaa, Ergamaa Rabbii tokkichaa, Nabi MUHAAMMAD { ﷺ } ♥️ irratti salawaata buusaa"

"Michuu fi jaalallee keenya yeroo hundumaa, Ergamaa Rabbii tokkichaa, Nabi MUHAAMMAD { ﷺ } ♥️ irratti salawaata buusaa"

Haadholeen baayyeen Seeddoodhaaf Du'aa'ii godhaa jiru.

Rabii'i Al-Awwal 12ffaa Guyyaa akka harraa Nabiyyiin (saw) gara Aakhiraa deeman. Musiibaan guddaan addunyaa mudate. Aduun Guy
Rabii'i Al-Awwal 12ffaa Guyyaa akka harraa Nabiyyiin (saw) gara Aakhiraa deeman. Musiibaan guddaan addunyaa mudate. Aduun Guyyaa Sahaabotatti dukkanaa'e. Hubachiisa :- Guyyaa Ergamaa Rabbii (SAW) addunyaa kanarraa godaanan sababeeffachuun barruu armaan oliitti Ustaz Gali Ababor sa'aatii muraasa dura maxxanse sababeeffachuun suuraa isaatti fayyadamne. 👇👇 https://www.facebook.com/100073463468716/posts/pfbid0AExJVeRAdpe27RFKq72whEFc8uf75xaGQFphMXZB7y1P5qVEKARcAxMSXqP6qAetl/

Jimmaa Abbaajifaar galma Hacaaluu Hundeessaatti Barattoonni barnoota ilmii islaamaa sadarkaa Ulamaatin gahan Torba eebbiiffamaniiru. Magaalaa Jimmaa keessatti guyyaa har’aa sagantaan guddaan fi kabajamaan Ulamoonni 7 Sunana waliin gahanii turan, Galma Yunivarsitii Jimmaatti haala bareedaa fi kabaja guddaan eebbifaman Sagantaa eebbaa kana irratti Ulamoonni gurguddoon, hayyoonni, dargaggoonni, dubartoonni, abbootiin amantii fi hawaasni bal’aan argamuun, guyyaa kana guyyaa yaadatamaa fi gammachuu qabu taasiseera. Sagantaan kunis haala gaarii fi sirna qabeessa ta’een gaggeeffamee, barnoota, beekumsa, duudhaa Islaamaa fi naamusaa dhalootaaf dhaamsa guddaa dabarseera. 🌿📖 Akkuma hojii isaa fi itti-gaafatamummaa hawaasummaan beekamu Kaawunsiliin Dargaggoota Muslimaa Magaalaa Jimmaa, sagantaa kana qopheessuu fi sirreessuu irraa eegalee hanga xumura sagantaa guyyaa har’aatti cinaa dhaabbachuun, gumaacha isaa bahachuun fi milkaa’ina sagantichaa keessatti qooda fudhatee jira. 🤲 Rabbiin Ulamoota keenya eebbisee, ilmii isaanii ummataaf bu’aa haa godhuu, hojii isaanii irraa barakaa facaasuu fi dhaloota itti aanuuf fakkeenya gaarii akka isaan ta’an nuuf haa godhu. Ilmi yeroo dheeraa baratame, guyyaa tokkoof eebbifamee hin xumuramu; dhalootaaf ifa ta’ee itti fufa. Insha Allah ©️ Jimma Muslim youth Council Mubarak Awel

Guyyaa tokko osoo wal-gahiin Parlaamaatti gaggeeffamuu yeroon salaata juma'aa gaha, namni tokko barreeffama akkana jedhu ol q
Guyyaa tokko osoo wal-gahiin Parlaamaatti gaggeeffamuu yeroon salaata juma'aa gaha, namni tokko barreeffama akkana jedhu ol qabee miseensota Parlaamaatti agarsiise. 👇 "Michuu fi jaalallee keenya yeroo hundumaa, Ergamaa Rabbii tokkichaa, Nabi MUHAAMMAD { ﷺ } ♥️ irratti salawaata buusaa" Hagayya 12/2026 Ethiopia 🇪🇹 Shagger-Furi Jirra Bullee Barii Arguuf 👈

#Anger_Guutee 😭 :- Yoo hin beekne baraa !! Angar Guuteen Naannoo Oromiyaa, Godina Wallagga Bahaa jalatti argamti. Namni ati
#Anger_Guutee 😭 :- Yoo hin beekne baraa !! Angar Guuteen Naannoo Oromiyaa, Godina Wallagga Bahaa jalatti argamti. Namni ati sagalee taatuuf uummata dhum*aa jiru sanaafi. Eenyutu aangoorra jira eenyutu bosona jiraa miti amma dhimmichi. Uummata kophaatti hafee, sagalee dhabee qe’ee isaarraa daguu*gamaa jiruuf sagalee haa taanu. Qaama dhimmi ilaallatu bira akka gahu bakka jirru hundaa sagalee taanee dirqama keenya ni bahanna jechuudhumaafi.

Guyyaa har'aa Jilli Pirezidaantii Mana Maree Dhimmoota Islaamummaa Ethiopia 🇪🇹 (Sheikh Hajjii Ibraahim Tufaa) fi (Usraz Ahmaddin Jabaliin) durfamu Masaraa Mootii Abbaajifaar Daawwatan, Mooraa Masaraa Mootii Shanan-gibee keessatti biqiltuu seena qabeessa dhaaban.🌳🌴🌿☘️🍀 Hoggantoonni Majilisaa erga sagantaa eebba "Haafizoota-Qur'aanaa" galma University Jimmaa keessatti eebbisiisanii xumuranii, Osoo gara Finfinnee'tti hin deebi'in affeerraa Kantiibaa Magaalaa Jimmaa Obbo Xaahaa Qamariin Masaraa Mootii Abbaajifaar daawwachiifamaniiru. ... Sheikh Hajjii Ibraahim Tufaa, Ustaz Ahmaddiin Jabal, Ustaz Yaasin Nuuruu fi Prezidaantii Liigii dargaggoota Muslimoota Ethiopia 🇪🇹 , Ustaz Haydar Kadir dabalatee hoggantoota bulchiinsa Magaalaa Jimmaa, Abbootii Gadaa fi Jaarsoliin Biyyaa waliin ta'uun Mooraa Masaraa Mootii Mootummaa Shanan-Gibee keessatti Biqiltuu dhaabuun Ashaaraa seena qabeessa kaa'anii deebi'aniiru. ... Komii adeemsa Misooma Masaraa fi Naannawa masaraatti adeemsifamaa jiruun wol qabatee ummata biraa ka'u irrattis mariyatanii hubannoo dabalataa woliif kennaniiru jennee abdanna. Akkaawuntii armaan gadii kana #LikeFollowShare gochuun namoota baayyee biraan gahaa. Jirra Bullee Barii Arguuf 👈 Guyyaa guyyaan saffisa yerootiin barruu dabalataa argachuuf Liinkii Facebook kiyyaa armaan #Click gochuun seenuun yeroo hundumaa hordofaa.💥👇 https://www.facebook.com/100013465861852/posts/2544582116000626/?app=fbl

Doonaald Traamp :- Ameerikaan iccitiin-marii kanaa beekuu qabdi ! Jimaata kaleessaa Prezdaantiin Turkey 🇹🇷 Xayyib Erdogaani
+4
Doonaald Traamp :- Ameerikaan iccitiin-marii kanaa beekuu qabdi ! Jimaata kaleessaa Prezdaantiin Turkey 🇹🇷 Xayyib Erdogaanii fi Muummeen Ministeera Pakistanii 🇵🇰 Shehbaz Sharif. 🕋🤲 Ilma Mootii Saudii Arabiyaa Muhaammad Bin Salmaan waliin Haramatti salaata juma'aa salaatuu isaanii erga Al Arabiyaan gabaasee booda ijoo miidiyaalee addunyaa ta'e. -Keessumaa Doonaald Traampi qindoo*minni kun nagaa fi tasgabbii addunyaatiif bal*aa guddaadha, iccitii marii kanaa beekuun qaba jechuun akeekka*chiiseera. Jilli Pirezidaantiin Turkii fi Muummicha Ministeeraa Paakistaaniitiin durfamu dawwannaa hojiitiif Saudii Arabiyaa deemanii osoo jiranuu, Yeroon Salaata Juma'aa yeroo gahutti Magaalaa Riyaad irraa gara Makkaah Al-Mukkarramaatti ilma mootii saudii arabiyaa (MUHAAMMAD Bin Salmaan) waliin qajeeluun Masjid Al-Haramainitti salaataa juma'aa salaataniiru. 🕋❤️ 🤲 Rabbiin, salaataa fi ibaadaa isaanii isaan irraa haa qeebalu. Jirra Bullee Barii Arguuf 👈 #Makkah #MasjidAlHaram #Islam #SaudiArabia 👇👇👇💓👇👇👇

Follow the Mubarak channel on WhatsApp: https://whatsapp.com/channel/0029VbDNUuH7T8bUElBVyN3q

Magaalaa Finfinneetti Masjida #Aqsaa!. ...
Magaalaa Finfinneetti Masjida #Aqsaa!. ...

"itti-fa guyyaa Juma'aa hagayya 6/2026" "Rasuula Rabbii oltahinsa isaaf malu olta'ee kan lubbuu fi qabeenya keenya caalaa mararfannu Nabi Muhaammad (ﷺ)💙 irratti salawaata buusuu baayyisaa".💓 Alex Taye 🔥🔥 #rasulullah #Motivation #mohammadﷺ #MubarakAwel Jirra Bullee Barii Arguuf

Laamiin Yaamaal 💥 Gaaf tokko haadha koo waliin mandara keessa daandiirra osoo deemnuu namicha konkolaataa baayyee miidhagaa haalluu diimaa konkolaachiisu tokko argine.Koonkolaatichi Reenji rooverii ture, animmoo feeraariii se'een ture, Namni hundi gadi yaa'ee namicha ilaala, yeroo namni hundi gadi yaa'ee namicha ilaalu animmoo ol jedheen haadha koo ija keessa ilaalee,imi'mm'aan qabachuu dadhabeen boo'e, 'Gaafas umuriin kiyya kudhan,Abshiir yoo Rabbi jedhe gaafan taaphataa kubbaa miilaa ta'ee maallaqa argadhe konkolaataa kana caalu siifan bita jedheen haadha koo jajjabeessuuf yaale, Tole , jettee gadi jettee mataa koo qaqqabaa na dhungatte, deemsa keenya itti fufne. Nin yaadadha mana keenya keessa siree (Algaa) tokko qofatu jira ture, nu hunduu siree'dhuma tokkoon sanarra wal-dhiibaa cifna, Galanni kan Rabbiiti, kunooti an har'a Konkolaataa sanas haadha kootii biteera, mana bareedaa haati koo bashannanaa keessa jiraattuus biteeraafi Siree(algaas) bareedaas hojjachiiseeraafi, hanga rabbi naa laaffise waadaan isiif gale guutaan jira jedheen yaada. Isaan suuraa irratti argitan kun Laamiin Yaamaaliif haadha deesse osoon taane, haadha abbaa isaa kan bakka abbaa haadhaa buutee guddifteedha, Laamiin Yaamaal waa'ee akkoo isaa yeroo dubbati haadha koo jechuuni ibsa, haati sirriin kan Laamiin Yaamaal deesse Sheilaa jedhamti, yeroo ammaa Abbaa Laamiin Yaamaal waliin addaan baatee nama biraatti heerumtee jiraataa jirti. Kutaan 2 ffaan seenaa kanaa itti fufa, xiqqoo xiqqoon yoo dubbistan male dheerannaan ni ifattu jedheen gabaabse. Jirra Bullee Barii Arguuf 👈 Barruu taateewwan addunyaa guyyaa guyyaa saffisa yerootiin argachuuf Chaanaalii Telegramii kiyyaa #Join gochuun yeroo hundumaa hordofaa. 👉 t.me/mubarak_awel

Masjida Najaashii kan Magaalaa Adaamaatti Argamu. 🕌 Yoo Footoon Masjida kanaa isinitti tole Mashallaah jettan male biran darbinaa. 👇👇👇👇👇 https://www.facebook.com/100013465861852/posts/2530482097410628/

"Xumura guyyaa Jum'aa,slaata asrii booda Adoolessa 17/2018 Ergamaa lubbuu fi qabeenya keenya caalaa mararfannu Nabi Muhammad
"Xumura guyyaa Jum'aa,slaata asrii booda Adoolessa 17/2018 Ergamaa lubbuu fi qabeenya keenya caalaa mararfannu Nabi Muhammad (ﷺ)💙 irratti salawaata buusuu baay'isaa".💓 Goota Muslimootaa kanas Rabbiin umurii isaa nuuf haadheeressu jedhaa.🤲

Ittifa Jum'aati, Ergamaa lubbuu fi qabeenya keenya caalaa mararfannu Nabi Muhammad (ﷺ)💙 irraatti Salawaata Buusu Baay'isaa.💓

Yeroo ani waa'ee Laamiin Yaamaal dubbadhee isa galateeffadhetti, sababni koo inni guddaan Alaabaa Falasxiin ol kaasuun agarsiiseefi karaa beekamtii fi dhiibbaa addunyaa irratti qabuun dhimma Falasxiin deeggaruu isaatiin ture. Garuu gocha sirrii ture tokkoof isa galateeffachuun kun, wanta inni hojjetu hunda akka fudhannu yookaan amala isaa hundii sirriidha jennee ni eeyyamna jechuun miti. Waan amantii keenya, duudhaa keenya fi naamusa keenya faallessu kamiyyuu ni mormina; Laamiinii mitii eenyuniyyuu haa ta'u, maqaan isaa hammam haa guddatu yookaan beekamtii hammam haa qabaatu. Gaafa inni daandii irraa maqe dhugaa ittimuuf dirqaama qabna; -Namn tokko gaafa inni waan sirrii hojjete akkuma deeggarru, gaafa inni waan sirrii hin taane hojjatees, yookiin dogongores ni mormina. Keessumaa dargaggoota keenyaaf dhaamsa dabarsuun barbaada: Dandeettii inni kubbaa miilaa keessatti agarsiisu dinqisiifadhaa; garuu jaalala taphataa tokkoof qabdan irraa ka'uun amala Muslimaaf hin malle, kan naamusaa fi eenyummaa isaa wajjin wal hin simne akka hin hordofne of eeggadhaa. Ejjannoon keenya yeroo hunda tokkuma; bakka dhugaan jirutti dhugaa wajjin dhaabbanna, bakka sirrii hin taanetti yookaan dogoggoree jirutti immoo, eenyu irraa yoo dhufellee ni mormina.