New nashida
Open in Telegram
4 298
Subscribers
+424 hours
+577 days
+24130 days
Posts Archive
4 298
Repost from Shaafii Muhammad Channel
Yaa Jiruu Dunyaa!
∆ Ibnul Jawziin Akkana je'e:
✍Namoota hedduu tokko kan hiikni jiruu Dunyaa isaaniif hin galiniin arke:
✅ Isaan keysaa
√namoota Rabbiin qabenya itti khenne, useetuma suuqii/dukkaana keysa taa'uun yaroo isaa dabarsa. Inni kun guyyatti namoota Rabbiin waan garagaraatiin Isa mokkore hedduu arka. Fknf: Dhukkubsataa qaamaa, sammuu, kan qaamni irraa cite, kan ija dhabe, kan sinqii deemuun dhabe arkaa oola. Garuu ittiin hin gorfamu. Afaanilleen zikrii godhuu hin dhaqqabu; yaroo maammila kheysummeysu odoo hin taane yaroo boqonnaa isaa jechuudha.
Akkasuma warra yakka hojjatan hedduus ni arka namni khun, waan tokko Isa hin yaachisu.
~ Namootarraa khan Rabbiin qabenya bira guute, kan dhokhatee qumaaraan yaroo isaa gubuutu jira.
~ Ammaas kan waa'ee moototaa, qaalawina jireenyaafi rakhasuu mi'aa odeeysuun yaroo isaa fixuutu jira.
~ Kana qofaas miti wantootuma miizaana toltuu kheysatti isaaf hin barreyfamneen kan yaroo isaanii fixan arkeen waan tokko hubadhe....
Isiinis:
* Namoota hedduu tokko - faa'idaa, caalmaya, sharafaafi qadrii yaroo umrii isaarraa dabartu tana hanga tokko malee garii akka Rabbiin itti hin muulisin addunyaa tana keessa akka jiruun bare.
4 298
%E1%8A%A5%E1%8A%95%E1%8B%B0%E1%8C%88%E1%8A%93_%E1%8A%A0%E1%8B%B2%E1%88%B5.3gp2.55 MB
