Oromo DJ ™
Provide You the Best New and Oldies Oromo Music 🎶 📢 SUBSCRIBE our YouTube:- https://m.youtube.com/c/OromoDJmusic FOLLOW Us on Tiktok:- tiktok.com/@oromodj Yaada keessan Gara 👉 @Privateterisbot nuf ergu ni dandeessu.
Show more- Subscribers
- Post coverage
- ER - engagement ratio
Data loading in progress...
Data loading in progress...
Lyrics and melody :- Sime Tufa and Gelana Garomsa Director :- Lencho Fikiru Editor :- Eyob #gelana_garomsa ,#oromomusic ,#Sirbaafaanoromoohaaraa,#jambojote,#duranu, #duraanuu, Website :-
https://gelanagaromsa.com//Facebook:-
https://www.facebook.com/GelanaGaromsaInstagram :-
https://https://www.instagram.com/gelana_garo...Telegram:-
https://t.me/gelanagaromsaofficialSubscribe :- / @gelanagaromsa6119 Make sure to subscribe to GELANA GAROMSA Official YouTube Channel Copyright �2021: GELANA GAROMSA
Check out:- Amazing New Ethiopian Oromo Music with its Lyrics By Our Young Artist Andualem Gosa. G. U. M. G. U. M. E. ¶ By ANDU'ALEM GOSA Lyrics By:- Sisay Asefa (Oromsiis Abbaa Biyyaa) Melody: Andu'alem & Yosan Getahun Composer: TEDMOS STUDIO (Tedros Moges) Dhugaa Ganamaa Dhugeeffannaa Oromummaa Waloo Uumaa....(2) Seertuu Seera Namoomaa. Walooma Waliin Gadaan Galti Namaa......Waloo-Uumaa [ Walooma Walooma Waloomaa] Gurree Gurraan Galu Gurraacha Gurra Lootii Dafoo Hadan-Dafii Ayyaana Warra Kootii Qomoon Mariin Murtu Qormaata Mara Mootii Gadaan Waloon Galtu Dhugaan Walaba Baatii [Gurree Gurraan Galu, Gurraacha Gurra Lootii] Yaayyaa- Ba-YYaayyaa Yaa Ilmaan Aayyaa Ilaaf-Ilaamee Tokkoomuu Wayyaa Sagaltama Si Taajjabee.....Gumgume Ijji Moggaa Moggaa Moggaatti wal-Laaluu Shimbir Laga Lagaa Mormorii Marmaaruu Kormi karraa karraa Karratti walwaalu Walbeekan WaliiGaluu Harki Harka Harkaa Hidhee wal Sakaalu Arrabni Dhugaa Diigee Waan-Dharaa Daldalu Seera Uumaa Dabsee Uumaman wal-lolu [Lakkii-Lakkiisii Lakkiboo] Dafoo Dafimee Waaqa Waaqaa Waloomaa Waan Afriiqaa Koyyaa Sooreekoo Yaa Sorooraakoo Waloon wal Faanaa Waliin Dhugaa Wal'aanaa [ Walooma Walooma Waloomaa] Gurree Gurraan Galu Gurraacha Gurra Lootii Korjoo Kormaan kormu Korrommiin Warra Kootii Lammii Lammiin Yaatu Lammachi Luba Yaatii Bokkuun Gadaa Galu Adunyaa Mara Mootii [Gurree Gurraan Galu, Gurraacha Gurra Lootii Yaayyaa- Ba-YYaayyaa Yaa Ilmaan Aayyaa Ilaaf-Ilaamee Tokkoomuu Wayyaa Tabbaan Tabba Tabbaa....Gumgume Tabbatti Ol Yaabuu Lagaan Laga Lagaa Lagatt-Achi Darbuu Qomoon Qomoo Qabuu Qomatti Wal Qabuu Qomoon Gamtaa Qabu Mataa Gadi Hin Qabuu Harki Harka Harkaa Hidhee wal Sakaalu Arrabni Dhugaa Diigee Waan-Dharaa Daldalu Seera Uumaa Dabsee Uumaman wal-lolu [Lakki Lakkiisii Lakkiboo] Dafoo Dafimee Waaqa Waaqaa Waloomaa Waan Afriiqaa Koyyaa Sooreekoo Yaa Sorooraakoo Waloon wal Faanaa Waliin Dhugaa Wal'aanaa [ Walooma Walooma Waloomaa] #OromoDJ #andualemgosa #Gumgume #like #lyrics #ethiopianmusic #oromomusic #viral #New #viral #andualem_gumguma #oromo #ethiopia #vision #Menawshewa #hope #thisweek #oromia #sirba #oromiyaa