cookie

ما از کوکی‌ها برای بهبود تجربه مرور شما استفاده می‌کنیم. با کلیک کردن بر روی «پذیرش همه»، شما با استفاده از کوکی‌ها موافقت می‌کنید.

avatar

Oromo DJ ™

Provide You the Best New and Oldies Oromo Music 🎶 📢 SUBSCRIBE our YouTube:- https://m.youtube.com/c/OromoDJmusic FOLLOW Us on Tiktok:- tiktok.com/@oromodj Yaada keessan Gara 👉 @Privateterisbot nuf ergu ni dandeessu.

نمایش بیشتر
کشور مشخص نشده استزبان مشخص نشده استموسیقی3 321
پست‌های تبلیغاتی
23 196
مشترکین
اطلاعاتی وجود ندارد24 ساعت
اطلاعاتی وجود ندارد7 روز
اطلاعاتی وجود ندارد30 روز

در حال بارگیری داده...

معدل نمو المشتركين

در حال بارگیری داده...

Akkam jirtan Kabajamtootaafi Jalatamtoota Maatii @OromoDJ bakka jirtanitti nagaan koo isin haa gahu. Yeroo dheeraaf Sababoota gara garaan isinirraa badeen ture Amma Garuu Haala Addaatiin debi'uuf of qopheessan jira. na simattuuree ?
نمایش همه...
👍 391 98🔥 52
Yoom dadhabnee karaan dheerate Yoo dabellee lafeen meelatee Xannachi Yoom tiruu dhunfate Ololaniif yoom takkaa sarmine Itti adeema jirra Cichinee Kanaaf Ciqoon sirbine Dannii kee diina koo sobee si nyaachaa Abbaa Wal'aanta Cabaa cinaacha ✍ Galana Garomsa What an amazing music amazing Music Galoo koo 👏 ❤ https://youtu.be/LueC_KtDt68
نمایش همه...
DURAANUU | GELANA GAROMSA| New Oromo music 2023 |Galaanaa Gaaromsaa|

Lyrics and melody :- Sime Tufa and Gelana Garomsa Director :- Lencho Fikiru Editor :- Eyob #gelana_garomsa ,#oromomusic ,#Sirbaafaanoromoohaaraa,#jambojote,#duranu, #duraanuu, Website :-

https://gelanagaromsa.com//

Facebook:-

https://www.facebook.com/GelanaGaromsa

Instagram :-

https://https://www.instagram.com/gelana_garo...

Telegram:-

https://t.me/gelanagaromsaofficial

Subscribe :- / @gelanagaromsa6119 Make sure to subscribe to GELANA GAROMSA Official YouTube Channel Copyright �2021: GELANA GAROMSA

👍 69 32
​​​​👤 Dinkisa Dabela | 🎬 DAADOO | New Oromo Music 2022 ━━━━━━━━━━━━━━━━ CHANNEL 👉 http://t.me/OROMODJ
نمایش همه...
Photo unavailableShow in Telegram
​​​​👤 Dinkisa Dabela | 🎬 DAADOO | Video Links:- https://youtu.be/RmbnDPCn_p8 New Oromo Music 2022 ━━━━━━━━━━━━━━━━ CHANNEL👉 http://t.me/OROMODJ
نمایش همه...
​​​​👤 Keekiyyaa Badhadhaa | 🎬 Buune | New Oromo Music 2022 ━━━━━━━━━━━━━━━━ CHANNEL👉 http://t.me/OROMODJ
نمایش همه...
Photo unavailableShow in Telegram
​​​​👤 Keekiyyaa Badhadhaa | 🎬 Buune | Video Links:- https://youtu.be/GGmSxyAzfYY New Oromo Music 2022 ━━━━━━━━━━━━━━━━ CHANNEL👉 http://t.me/OROMODJ
نمایش همه...
​​​​👤 Gutu Abera | 🎬 DEEMI | New Ethiopian Oromo Music 2022 ━━━━━━━━━━━━━━━━ CHANNEL👉 http://t.me/OROMODJ
نمایش همه...
❤️
😱
​​​​👤 Gutu Abera | 🎬 DEEMI | New Ethiopian Oromo Music 2022 ━━━━━━━━━━━━━━━━ Video link:- https://youtu.be/o7AwbjgX-GM CHANNEL:- http://t.me/OROMODJ
نمایش همه...

HD Quality of Gumgume- Andualem Gosa Lyrics Video 👉 Click Hare
نمایش همه...
Watch Full Video
Download Mp4
Andualem Gosa-Gumgume New Music with (Lyrics) 👇 https://youtu.be/RYQQ01GOmf4
نمایش همه...
Andualem Gosa - Gumgume -New Ethiopian Oromo Music 2022(Lyrics Version)

Check out:- Amazing New Ethiopian Oromo Music with its Lyrics By Our Young Artist Andualem Gosa. G. U. M. G. U. M. E. ¶ By ANDU'ALEM GOSA Lyrics By:- Sisay Asefa (Oromsiis Abbaa Biyyaa) Melody: Andu'alem & Yosan Getahun Composer: TEDMOS STUDIO (Tedros Moges) Dhugaa Ganamaa Dhugeeffannaa Oromummaa Waloo Uumaa....(2) Seertuu Seera Namoomaa. Walooma Waliin Gadaan Galti Namaa......Waloo-Uumaa [ Walooma Walooma Waloomaa] Gurree Gurraan Galu Gurraacha Gurra Lootii Dafoo Hadan-Dafii Ayyaana Warra Kootii Qomoon Mariin Murtu Qormaata Mara Mootii Gadaan Waloon Galtu Dhugaan Walaba Baatii [Gurree Gurraan Galu, Gurraacha Gurra Lootii] Yaayyaa- Ba-YYaayyaa Yaa Ilmaan Aayyaa Ilaaf-Ilaamee Tokkoomuu Wayyaa Sagaltama Si Taajjabee.....Gumgume Ijji Moggaa Moggaa Moggaatti wal-Laaluu Shimbir Laga Lagaa Mormorii Marmaaruu Kormi karraa karraa Karratti walwaalu Walbeekan WaliiGaluu Harki Harka Harkaa Hidhee wal Sakaalu Arrabni Dhugaa Diigee Waan-Dharaa Daldalu Seera Uumaa Dabsee Uumaman wal-lolu [Lakkii-Lakkiisii Lakkiboo] Dafoo Dafimee Waaqa Waaqaa Waloomaa Waan Afriiqaa Koyyaa Sooreekoo Yaa Sorooraakoo Waloon wal Faanaa Waliin Dhugaa Wal'aanaa [ Walooma Walooma Waloomaa] Gurree Gurraan Galu Gurraacha Gurra Lootii Korjoo Kormaan kormu Korrommiin Warra Kootii Lammii Lammiin Yaatu Lammachi Luba Yaatii Bokkuun Gadaa Galu Adunyaa Mara Mootii [Gurree Gurraan Galu, Gurraacha Gurra Lootii Yaayyaa- Ba-YYaayyaa Yaa Ilmaan Aayyaa Ilaaf-Ilaamee Tokkoomuu Wayyaa Tabbaan Tabba Tabbaa....Gumgume Tabbatti Ol Yaabuu Lagaan Laga Lagaa Lagatt-Achi Darbuu Qomoon Qomoo Qabuu Qomatti Wal Qabuu Qomoon Gamtaa Qabu Mataa Gadi Hin Qabuu Harki Harka Harkaa Hidhee wal Sakaalu Arrabni Dhugaa Diigee Waan-Dharaa Daldalu Seera Uumaa Dabsee Uumaman wal-lolu [Lakki Lakkiisii Lakkiboo] Dafoo Dafimee Waaqa Waaqaa Waloomaa Waan Afriiqaa Koyyaa Sooreekoo Yaa Sorooraakoo Waloon wal Faanaa Waliin Dhugaa Wal'aanaa [ Walooma Walooma Waloomaa] #OromoDJ #andualemgosa #Gumgume #like #lyrics #ethiopianmusic #oromomusic #viral #New #viral #andualem_gumguma #oromo #ethiopia #vision #Menawshewa #hope #thisweek #oromia #sirba #oromiyaa