251
Subscribers
No data24 hours
+47 days
+3030 days
Posts Archive
251
Repost from Jucs Grade 9
Beeksisa
Barattootaa fi maatii barattoota keenyaa hundaaf.
Barnoonni bara 2017 gaafa kiphxataa 07/01/2017 waan eegaluuf meeshaalee barnootaa f barbaachisan hunda guuttachuun akka argamtan isiniin jenna.
Bara barnoota gaarii isiniif haa ta'uun hawwii keenya!
M/baruumsaa.
251
Repost from Jucs Grade 1
Baratoota haaraa kutaa 5 galmooftaniif hundaaf
Guyyaan qorumsa seensaa kennamuu 04/13/2016 wiixxata Ganamarraa sa'aa 2:30 waan ta'eef yeroon argamtanii qorumsa qophaahe akka fudhatanu isiin hubachiifna.
251
Repost from Jucs Grade 1
ለ1ኛ ደረጃ ት/ቤት መምህራን በሙሉ
ከ26/12/2016 ጀምሮ ለትምህርት ቤቱ ቀርባችሁ ሪፖርት አንድታደርጉ እናሳስባለን
251
Repost from Jimma University Community School
የመመዝገቢያ ቦታ
👉ኬጂ 1-3(main campus &Kito Furdisa JIT) 1ኛ ደረጃ ት/ቤት
👉ከ1-6ኛ ክፍል 1ኛ ደረጃ ት/ቤት
👉ከ7-8 እና ከ9-12 12ኛ ደረጃ ት/ቤት
251
Repost from Jimma University Community School
Kaffaltii galmee,kan barnootaa fi geejjibaa(bus transport) bara 2017
👉የ2017 ዓ.ም የመመዝገቢያ:የትምህርት ክፍያና የትራንስፖርት ክፍያ ይህን ይመስላል!!!
251
Repost from Jimma University Community School
Guyyaa15/12/2016
Beeksisa
Barattootaa Mana Barumsaa Koomuuniitii Yuuniivarsitii Jimmaatti kanaan dura barachaa turtanii fi haaraa bara 2017 galmaa'uu barbaaddan hundaaf
# Galmeen Barattootaa Mana Barumsaa Koomuuniitii Yuuniivarsitii Jimmaa Bara barnootaa 2017 akka armaan gadiitti kan gaggeeffamu ta'a.
1.Barattoota Idilee KG2-3 fi Kutaa 1-12 guyyaan galmee Hagayya 21-25,2016 yoo ta'u Hagayya 27-29,2016 adabbiidhaan kan galmooftan ta'a.
#Kaffaltiin galmee qarshii 300/dhibba sadi qofa/
#Kaffaltii barnootaa ji'a Fulbaanaa
#Kaffaltii Tiraanspoortii(Bus transport) kan fedhii qabdan kan ji'a Fulbaanaa
=========//=========
2.Barattoota Haaraa KG1ffaa,kutaa 1-5,7,9,10 fi 11ffaa Hagayya 27-29,2016
#Kaffaltiin galmee qarshii 500/Dhibba shan qofa/
#Hub:- Barattoonni haaraan kutaa 5,7,9,10 fi 11ffaa qorumsa seensaa yoo dabarfattan qofa qarshii galmee kaffaltu!!
#Qaammee 1,2016 Sa'aatii 2:30 irraa eegalee guyyaa qorumsi seensaa barattoota haaraa kutaa 5,7,9,10 fi 11ffaa itti kennamu ta'a.
==========//=========
Iddoon Galmee
1.Barattoota KG f MB KG(Main Campus fi Kittoo Furdisaa JIT Campus) MB sad.1ffaa keessa
2.Barattoota kutaa 1-6 MB sad.1ffaa
3.Barattoota kutaa 7-8 fi 9-12 MB sad.2ffaa
Sa'aatiin galmee
Ganama 2:30-6:30
Waaree Booda 8:00-11:00
========//=========
Yaadachiisa
#Sagantaa armaan olitti ibsameen ala kan hin keessummeeffamne ta'uu isaa isin hubachiifna
#Barattoonni haaraan kutaa 5,7,9,10fi 11ffaa qorumsa seensaa yoo dabarfattan qofa qarshii galmee kan kaffaltan ta'a
#Barattoota kutaa 6,8 fi 12 ffaa haaraa kan hin fudhanne ta'uu isaa isin hubachiifna!!
👉Lakk.Akkaawuntii MB Baankii Daldala Itoophiyaa 1000038687275
#Yeroo galmeef dhuftan
👉Barattoota KG haaraaf #Waraqaa ragaa guyyaa dhaloota isaanii ibsu Galmeessa Ragaalee Siivilii(የልደት የምስክር ወረቀት) fi Nagahee kaffaltii galmee,kan barnootaa fi geejjibaa(bus transport) Baankii ittiin galchitan qabattanii argamtu!!
#Maatiin Istaafii Yuuniivarsitii Jimmaa yoo ta'an, Xalayaa deeggaraaa hojjetaa Yuuniivarsitii Jimmaa ta'uu keessan ibsu dhiyeeffachuu qabdu(KG 1ffaa fi barattootaa haaraa galmeeffachuu kan barbaaddan hundaaf)
#Barattoonni idilee Kaardii kutaadhaa kutaatti ittiin dabarfattanii fi Nagahee kaffaltii galmee,Kan barnootaa fi geejjibaa(bus transport) Baankii ittiin galchitan qabattanii argamtu!!
👉Odeeffannoo kaffaltii ilaalchisee isa armaan gadii ilaalaa!!
251
Qorumsa kutaa 6ffaa akka naanootti kenname irratti baratoonni Dogogora maqaa qabdan hanga 03/12/2016 qofa mana barumsaa akka beeksiiftan isiin hubachiisna.
