en
Feedback
Jucs Grade 6

Jucs Grade 6

Open in Telegram

Grade 6

Show more
The country is not specifiedEducation124 843
251
Subscribers
No data24 hours
+47 days
+3030 days

Data loading in progress...

Similar Channels
No data
Any problems? Please refresh the page or contact our support manager.
Tags Cloud
No data
Any problems? Please refresh the page or contact our support manager.
Incoming and Outgoing Mentions
---
---
---
---
---
---
Attracting Subscribers
October '24
October '24
+10
in 0 channels
September '24
+28
in 4 channels
Get PRO
August '24
+220
in 1 channels
Date
Subscriber Growth
Mentions
Channels
09 October+1
08 October+2
07 October0
06 October+1
05 October0
04 October+1
03 October+2
02 October+1
01 October+2
Channel Posts
+1
Amharic Grade 6 Students text.pdf2.43 MB

2
+6
6įŠ› įŠ­įįˆ ሄነ įŒ įŒ„į‰ į‰„.pdf
177
3
+7
Gada Grade 6 pdf.pdf
169
4
No text...
1 069
5
No text...
2 142
6
No text...
274
7
Beeksisa Barattootaa fi maatii barattoota keenyaa hundaaf. Barnoonni bara 2017 gaafa kiphxataa 07/01/2017 waan eegaluuf meeshaalee barnootaa f barbaachisan hunda guuttachuun akka argamtan isiniin jenna. Bara barnoota gaarii isiniif haa ta'uun hawwii keenya! M/baruumsaa.
137
8
Baratoota haaraa kutaa 5 galmooftaniif hundaaf Guyyaan qorumsa seensaa kennamuu 04/13/2016 wiixxata Ganamarraa sa'aa 2:30 waan ta'eef yeroon argamtanii qorumsa qophaahe akka fudhatanu isiin hubachiifna.
183
9
No text...
176
10
No text...
959
11
No text...
1
12
ለ1įŠ› į‹°įˆØįŒƒ ት/ቤት įˆ˜įˆįˆ…įˆ«įŠ• į‰ įˆ™įˆ‰ ከ26/12/2016 įŒ€įˆįˆ® įˆˆį‰µįˆįˆ…įˆ­į‰µ ቤቱ į‰€įˆ­į‰£į‰½įˆ įˆŖį–įˆ­į‰µ įŠ įŠ•į‹µį‰³į‹°įˆ­įŒ‰ įŠ„įŠ“įˆ³įˆµį‰£įˆˆįŠ•
28
13
į‹Øįˆ˜įˆ˜į‹įŒˆį‰¢į‹« ቦታ šŸ‘‰įŠ¬įŒ‚ 1-3(main campus &Kito Furdisa JIT) 1įŠ› į‹°įˆØįŒƒ ት/ቤት šŸ‘‰įŠØ1-6įŠ› įŠ­įįˆ 1įŠ› į‹°įˆØįŒƒ ት/ቤት šŸ‘‰įŠØ7-8 įŠ„įŠ“ ከ9-12 12įŠ› į‹°įˆØįŒƒ ት/ቤት
į‹Øįˆ˜įˆ˜į‹įŒˆį‰¢į‹« ቦታ šŸ‘‰įŠ¬įŒ‚ 1-3(main campus &Kito Furdisa JIT) 1įŠ› į‹°įˆØįŒƒ ት/ቤት šŸ‘‰įŠØ1-6įŠ› įŠ­įįˆ 1įŠ› į‹°įˆØįŒƒ ት/ቤት šŸ‘‰įŠØ7-8 įŠ„įŠ“ ከ9-12 12įŠ› į‹°įˆØįŒƒ ት/ቤት
244
14
Kaffaltii galmee,kan barnootaa fi geejjibaa(bus transport) bara 2017 šŸ‘‰į‹Ø2017 į‹“.įˆ į‹Øįˆ˜įˆ˜į‹įŒˆį‰¢į‹«:į‹Øį‰µįˆįˆ…įˆ­į‰µ įŠ­įį‹«įŠ“ į‹Øį‰µįˆ«įŠ•įˆµį–įˆ­į‰µ įŠ­įį‹« į‹­įˆ…įŠ• į‹­įˆ˜įˆµįˆ‹įˆ!!
Kaffaltii galmee,kan barnootaa fi geejjibaa(bus transport) bara 2017 šŸ‘‰į‹Ø2017 į‹“.įˆ į‹Øįˆ˜įˆ˜į‹įŒˆį‰¢į‹«:į‹Øį‰µįˆįˆ…įˆ­į‰µ įŠ­įį‹«įŠ“ į‹Øį‰µįˆ«įŠ•įˆµį–įˆ­į‰µ įŠ­įį‹« į‹­įˆ…įŠ• į‹­įˆ˜įˆµįˆ‹įˆ!!!
224
15
Guyyaa15/12/2016 Beeksisa BarattootaaĀ  Mana Barumsaa KoomuuniitiiĀ  Yuuniivarsitii Jimmaatti kanaan dura barachaa turtanii fi haaraa bara 2017 galmaa'uu barbaaddan hundaaf # Galmeen Barattootaa Mana Barumsaa KoomuuniitiiĀ  Yuuniivarsitii Jimmaa Bara barnootaa 2017 akka armaan gadiitti kan gaggeeffamu ta'a. 1.Barattoota Idilee KG2-3 fi Kutaa 1-12 guyyaan galmee Hagayya 21-25,2016 yoo ta'u Hagayya 27-29,2016 adabbiidhaan kan galmooftan ta'a. #Kaffaltiin galmee qarshii 300/dhibba sadi qofa/ #Kaffaltii barnootaa ji'a Fulbaanaa #Kaffaltii Tiraanspoortii(Bus transport) kan fedhii qabdan kan ji'a Fulbaanaa =========//========= 2.Barattoota Haaraa KG1ffaa,kutaa 1-5,7,9,10 fi 11ffaa Hagayya 27-29,2016 #Kaffaltiin galmee qarshii 500/Dhibba shan qofa/ #Hub:- Barattoonni haaraan kutaa 5,7,9,10 fi 11ffaa qorumsa seensaa yoo dabarfattan qofa qarshii galmee kaffaltu!! #Qaammee 1,2016 Sa'aatii 2:30 irraa eegaleeĀ  guyyaa qorumsi seensaa barattoota haaraa kutaa 5,7,9,10 fi 11ffaa itti kennamu ta'a. ==========//========= Iddoon Galmee 1.Barattoota KG f MB KG(Main Campus fi Kittoo Furdisaa JIT Campus) MB sad.1ffaa keessa 2.Barattoota kutaa 1-6 MB sad.1ffaa 3.Barattoota kutaa 7-8 fi 9-12 MB sad.2ffaa Sa'aatiin galmee Ganama 2:30-6:30 Waaree Booda 8:00-11:00 ========//========= Yaadachiisa #Sagantaa armaan olitti ibsameen ala kan hin keessummeeffamne ta'uu isaa isin hubachiifna #Barattoonni haaraan kutaa 5,7,9,10fi 11ffaa qorumsa seensaa yoo dabarfattan qofa qarshii galmee kan kaffaltan ta'a #Barattoota kutaa 6,8 fi 12 ffaa haaraa kan hin fudhanne ta'uu isaa isin hubachiifna!! šŸ‘‰Lakk.Akkaawuntii MB Baankii Daldala Itoophiyaa 1000038687275 #Yeroo galmeef dhuftan šŸ‘‰Barattoota KG haaraaf #Waraqaa ragaa guyyaa dhaloota isaanii ibsu Galmeessa Ragaalee Siivilii(į‹Øįˆį‹°į‰µ į‹ØįˆįˆµįŠ­įˆ­ į‹ˆįˆØį‰€į‰µ) fi Nagahee kaffaltii galmee,kan barnootaa fi geejjibaa(bus transport)Ā  Baankii ittiin galchitan qabattanii argamtu!! #Maatiin Istaafii Yuuniivarsitii Jimmaa yoo ta'an, Xalayaa deeggaraaa hojjetaa Yuuniivarsitii Jimmaa ta'uu keessan ibsu dhiyeeffachuu qabdu(KG 1ffaa fi barattootaa haaraa galmeeffachuu kan barbaaddan hundaaf) #Barattoonni idilee Kaardii kutaadhaa kutaatti ittiin dabarfattanii fi Nagahee kaffaltii galmee,Kan barnootaa fi geejjibaa(bus transport)Ā  Baankii ittiin galchitan qabattanii argamtu!! šŸ‘‰Odeeffannoo kaffaltii ilaalchisee isa armaan gadii ilaalaa!!
158
16
የ6įŠ› įŠ­įįˆ įˆšįŠ’įˆµį‰µįˆŖ įˆ‹į‹­ į‹Øįˆµįˆ įˆµįˆ…į‰°į‰µ į‹«įˆ‹į‰½įˆ į‰°įˆ›įˆŖį‹Žį‰½ ኄስከ 03/12/2016 į‹µįˆØįˆµ ቄቻ įˆˆį‰µįˆįˆ…įˆ­į‰µ ቤቱ įŠ„įŠ•į‹µį‰³įˆ³į‹‰į‰ įŠ„įŠ“įˆ³įˆµį‰£įˆˆįŠ•
2 752
17
Qorumsa kutaa 6ffaa akka naanootti kenname irratti baratoonni Dogogora maqaa qabdan hanga 03/12/2016 qofa mana barumsaa akka beeksiiftan isiin hubachiisna.
2 741
18
የ6įŠ› įŠ­įįˆ į‹ØįˆšįŠ’įˆµį‰µįˆŖ į‹‰įŒ¤į‰µ į‹Øįˆšį‹«įŒˆįŠ™į‰ į‰µ įˆŠįŠ•įŠ­,,,,, į‰ į‹šįˆ… įˆŠįŠ•įŠ­ į‰ įˆ˜įŒį‰£į‰µ į‹‰įŒ¤į‰µ įˆ›į‹Øį‰µ į‰µį‰½įˆ‹įˆ‹į‰½įˆ.
375
19
https://oromia.ministry.et/#/complaint
385
20
No text...
582