Siif obsii daandii milkaa'inaati❤️
Open in Telegram
Biyyii lafaas hawwiin isaas hundinu hin darba. Namni fedha waaqayyoo rawwaatu garuu bara baraan hin jiraata (1ffaa yoh 2:17)📖 🙏❤️
Show more976
Subscribers
No data24 hours
-87 days
-2630 days
Data loading in progress...
Similar Channels
Tags Cloud
No data
Any problems? Please refresh the page or contact our support manager.
Incoming and Outgoing Mentions
---
---
---
---
---
---
Attracting Subscribers
June '26
June '26
+6
in 0 channels
May '26
+3
in 0 channels
Get PRO
April '26
+4
in 0 channels
Get PRO
March '26
+5
in 0 channels
Get PRO
February '26
+4
in 0 channels
Get PRO
January '26
+6
in 0 channels
Get PRO
December '25
+5
in 0 channels
Get PRO
November '25
+10
in 0 channels
Get PRO
October '25
+12
in 0 channels
Get PRO
September '25
+1
in 0 channels
Get PRO
August '25
+3
in 0 channels
Get PRO
July '25
+5
in 2 channels
Get PRO
June '25
+9
in 2 channels
Get PRO
May '25
+13
in 2 channels
Get PRO
April '25
+13
in 2 channels
Get PRO
March '25
+18
in 2 channels
Get PRO
February '25
+23
in 3 channels
Get PRO
January '25
+35
in 2 channels
Get PRO
December '24
+83
in 3 channels
Get PRO
November '24
+231
in 3 channels
Get PRO
October '24
+223
in 4 channels
Get PRO
September '24
+83
in 3 channels
Get PRO
August '24
+67
in 3 channels
Get PRO
July '24
+48
in 3 channels
Get PRO
June '24
+88
in 4 channels
Get PRO
May '24
+60
in 5 channels
Get PRO
April '24
+63
in 4 channels
Get PRO
March '24
+49
in 5 channels
Get PRO
February '24
+118
in 5 channels
Get PRO
January '24
+59
in 4 channels
Get PRO
December '23
+372
in 4 channels
| Date | Subscriber Growth | Mentions | Channels | |
| 30 June | 0 | |||
| 29 June | 0 | |||
| 28 June | +1 | |||
| 27 June | 0 | |||
| 26 June | 0 | |||
| 25 June | 0 | |||
| 24 June | 0 | |||
| 23 June | 0 | |||
| 22 June | 0 | |||
| 21 June | 0 | |||
| 20 June | +1 | |||
| 19 June | 0 | |||
| 18 June | 0 | |||
| 17 June | 0 | |||
| 16 June | 0 | |||
| 15 June | 0 | |||
| 14 June | 0 | |||
| 13 June | 0 | |||
| 12 June | 0 | |||
| 11 June | 0 | |||
| 10 June | 0 | |||
| 09 June | +1 | |||
| 08 June | 0 | |||
| 07 June | 0 | |||
| 06 June | 0 | |||
| 05 June | 0 | |||
| 04 June | 0 | |||
| 03 June | +1 | |||
| 02 June | +1 | |||
| 01 June | +1 |
Channel Posts
Iyyasuus du'aa ka'eera
Fayyinni namaa ta'eera
Dhaalli cubbuu diigameera
Haadni lubbuu hiikameera
Nu taasiseera dhala fayyaa
Haleelu-yyaa!
..
Namni ganamaa ni kufe; ka'umsa hiraaraa
Isa kufe kaasuu,
gatii badii baasuu,
namni lammataa ni dhufe; hoolaan araaraa!
Sigigaannaa Addaam,
dhiiga Yesuustu qulleesse
Samiif dacheerratti,
bu'uura jaalalaa hundeesse
❤️🔥🥰👇👇👇👇👇👇👇👇👇🫰
https://youtu.be/YEokGgRP2kQ?is=ckR4Z57M80pj_m6Q
| 2 | Jaalalaf jireenya sirrii jiraachuuf Murannoo qabaachuu qabna Qalbii guutuu itti keennuu qabna Yeroo, fayyaa fi humna keenyatti guutummaatti fayyadamuun hojjechuu qabna. Gammachuu yeroo gabaabaa irratti hin xiyyeeffannu. Dadhabina fi sodaa of irraa buqqifnee tarkaanfii fudhachuu qabna👇👇👇👇👇👇👇🥰
https://jabduu.com/2026/02/17/everyone-aspires-to-something-in-life/ | 252 |
| 3 | Namni kamiyyuu jireenya keessatti waan tokkotti hawwa. Namni tokko badhaadhina biizinaasii hawwa, kaan gammachuu barbaada, kaan milkaa’ina, kaan immoo jaalala, nagaa ykn faayidaa biroo barbaada. Waan barbaaddu sana akka oksijiiniin si barbaachisutti hin barbaaddu taanaan hin argattu Garuu, wanti hundumtuu salphaatti nama bira hin gahu. Waan barbaannu tokko argachuuf, hawwii qofa utuu hin taane, gochaan isaa, fedhii cimaa fi murannoon isaa murteessaadha🫰👇👇👇👇👇👇🥰
https://jabduu.com/2026/02/17/everyone-aspires-to-something-in-life/ | 195 |
| 4 | Umurii dargaggummaakeetti wanta gochuu qabdu godhi. Yoo kana hin taane wanta qeerrummaakeetti gochuu qabdu sana, erga dulloomtee booda kajeelta. Kajeeluu qofa miti akka keessaa hin baanetti dhaqxee itti lixxa. Waan qeerrummaatti gochuu qabdu sana dulluma keessa yeroo gootu ni salphatta. Ilmikee sitti qaana`a. Haati manaakee sitti yellaati. Kabanyikee sirraa mulqama🫰👇👇👇👇👇👇👇
https://jabduu.com/2026/02/17/do-what-you-need-to-do-in-your-youth/ | 193 |
| 5 | Namoota tokko tokkoof ati sababa malee jaalatamuuf kabajamu itti fufta, namoota tokkon tokkoof ati jibbisiisaa fi gatii dhabeessadha. Namoota muraasaaf ati gaarii bara baraati, si dhabuu sodatu; namoota kaaniif immoo ati homayyuu miti👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇😌
https://jabduu.com/2026/02/06/to-some-youre-the-person-they-love/ | 342 |
| 6 | Jaalalli iddoo kolfi kee itti laafu utuu hin taane; iddoo humni gammachuu kee itti dabalamuudha! Jaalalli dirree lolaa miti, humna kophaatti boo’uuf si dirqus miti. Jaalalli waa’ee kophaatti madaa’u utuu hin taane; waa’ee yeroo inni gara miidhaatti jijjiiramu hubatte gadi dhiisuu beekuti.🥰🫰👇👇👇👇👇👇👇👇👇☝️
https://jabduu.com/2026/02/05/signs-of-a-woman-who-doesnt-love-you-2/ | 323 |
| 7 | Yeroo jaalalli gammachuu dhabuu keetiif sababa ta’u, sana booda hariiroo addan kutuun gamnummaadha. Jaalalli waa’ee safuu dhabuu fi waa’ee waan argame hundatti ijaa jabaachuu fi waan jaallatte sana irratti cichuu utuu hin taane; waa’ee seera namoomaa, waa’ee kabaja lubbuu ofii, waa’ee safuu fi daangaa jireenyaa eeguuti👇👇👇👇👇🫰🥰
https://jabduu.com/2026/02/04/love-is-not-a-battlefield/ | 316 |
| 8 | Of kabajuun arraba kee irraa eegala bakka bu'aa siif hin buufneeti kabajaa ofi hin dhabsiisiin. Muuxannoon filatanii daggeeffachuufi hordofuu tarii beekumsaafi hubannoo gadi fagoo nu gaafachuu mala. Ta’us ammoo bara addunyaan dijitaalofte kana keessatti wanti akka koorsiitti barachuu ykn ammoo shaakaluu qabnu inni guddaan isa kana.👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://jabduu.com/2026/02/01/youtube-facebook-tiktok-irraa-maal-dhaggeeffata/ | 368 |
| 9 | Haati warraa Dr Hayilee Fidaa aadde Beernaadiit du’aan
Haati warraa Dr Hayilee Fidaa aadde Beernaadiit du’aan addunyaa kana irraa boqochuu sababa godhachuun sagantaa Yaadannoofi Dungoo ibsuu taasifame🥹🙆♀️👇👇👇👇👇👇👇👇👇💔
https://jabduu.com/2026/01/29/haati-warraa-dr-hayilee-fidaa-aadde-beernaadiit-duaan/ | 392 |
| 10 | Dhaloonni ‛YouTuber’oota akka taabotatti simatu kun warra kana hagam beeka laata? Pirofeesar Gabbisaa Ejjetaa bara 1950’tti Oromiyaa, Ganda Baadiyyaa Magaalaa Olonkomiitti dhiyaattee argamtutti dhalate. Ijoollummaa isaatti, maatiisaa waliin mana baadiyyaa kan dhoqqee fi citaa irraa ijaarame keessatti guddate👇👇👇👇👇👇👇👇👇🤌🙏🏽
https://jabduu.com/2026/01/25/an-educated-citizen-demands-his-rights/ | 394 |
| 11 | Of Eeggannoo cimaa godhaa!!
Biyya Alaa yeroo deemtan namoonni biyya keessa jiran fira kiyyaaf meeshaa Xiqqoo naaf geessi jedhanii yeroo meeshaa isinitti kennanu callistanii Ergaa nama irraa fuuchuu hin qabdanu! Sababni isaa Wanti namni sun isinitti kennu gara du'aatti isin geessuu danda'a!🥹🤦♀️👇👇👇👇
https://jabduu.com/2026/01/25/use-security-cameras/ | 332 |
| 12 | Hiriyaakee dhiiraa (Jaalalleekee), nama borummoo “Abbaa manaa naaf ta’a” jettee wajjin jirtu sana, hammam amanta? Simalee durba biraa waan hin haasofsiifne, waan sirratti hin deemmanne wayii sitti fakkaataa? Mee qorii ilaali. Qorumsi shakkii miti; caalatti wal amanuuf gargaara. Dhiira, “Yoo nan amantu ta’e badi! Na shakkitaayii? Waan na shakkituuf kana goota!” siin jedhu wajjin yerookee hingubiin. Kanaafuu, hamma booda akkana godhi.🫰👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://jabduu.com/2026/01/24/protecting-the-right-to-love/ | 350 |
| 13 | Hojjannee jijjiiramaa jirra. Warri barattan maal fiddan? Ammayyuu maatii tu mana kiraayyuu isiniif kanfalaa jira. Degreen keessan erga Buddeena isinif hin laannee biyyoo haa ta’u” jedhan. Inumaa waldaa IMX dhaan gurmeessinee Dhadhaa illee haa nagadan jedhanii shamarran biyya keessa jiran irratti geeraran.👇👇👇👇👇
https://jabduu.com/2026/01/22/girls-spice-up-life/ | 333 |
| 14 | shamarreen uumamni bifa bareedinaa hin arjoominiifis, kitaaba jireenyaa isa fuula jalqabaa irra darbee namni dubbisuu hin barbaanne sana fakkaatti. Namoonni baay’een qola ishee ilaaluun yeroo bira darban, isheen garuu dhugaa hadhaa’aa onnee namaa keessa jiru, jaalala sobaa fi waahillan faayidaa irratti hundaa’an ifatti argiti.🥹🥰👇👇👇👇👇👇👇👇
https://jabduu.com/2026/01/22/the-life-of-the-girls/ | 342 |
| 15 | Na kabajuu fi na tuffachuu kee keessa hin jiru, eenyummaan koo.🙌 Deebii kootu murteessadha. Ani anuma!✍💪🫰🥰👇
https://jabduu.com/2025/10/19/benefits-of-drinking-lemon-water-on-an-empty-stomach/ | 358 |
| 16 | Eenyutu beeka? Inni har’a fuula ifaan isin kolfisiisu, kolfa keessaniif kolfu, inni qoosee isin taphachiisu, isiniif taphatu kun, tarii imimmaan isaa kolfaan haguuggatee, gubaa garaa isaa dhoksaa kophummaan hasaasu kun, boru nan sokka ta’a! Eeyyee, boru maaltu akka uumamu, yookiin immoo animmoo boru kana arguuf carroomuu koo eenyutu beeka?👇👇👇👇👇👇🥰
https://jabduu.com/2026/01/21/life-is-like-a-cycle/ | 380 |
| 17 | "Ilillii ta'uu kee Tisiisaaf hin ibsin, Kanniisa faana hariiroo kee cimsi!" Namni tokko tokko akka kitaabaati, mata dureen isaa hawwataa ta'uu danda'a garuu qabiyyeen isaa dubbisuuf qopha'aa ta'ii. Namoota yaadni isaanii gaarii ta'e waliin jiraachuun jireenya keessatti carraa gaarii jedhama..!!👇👇👇👇👇👇☝️👇👇👇👇👇👌💘
https://jabduu.com/2025/11/06/love-is-the-bond-in-everything/ | 196 |
| 18 | Ani silaa hin qabu fira
Kan waamnaan naaf owwaatu
Si qofatu tasgabbeessa
Keessi koo yoo watwaatu.
Dachee jiidhinsa fixee
Gogee awwaara'erraa
Onaa keessa adeemee
Yommuun fagaadhe sirraa
Sagalee kee marartoon
Waamtee na dhageessista
Balaa hammaatu keessaa
Daftee ana deebista.
Ani maalan jedharee
Sidha firrikoo dhugaa
Utuu naaf hin dhufne ta'ee
Natu hirriba du'aa muga.💘👆👇
https://jabduu.com/2025/11/06/love-is-the-bond-in-everything/ | 219 |
| 19 | Maallaqa Kuma Dhibbaan
Horii Dallaa Hedduu
Ishee Hundumtuu Hawwu
Haadha manaa Bareedduu
.
Gammachuu Lafarraa
Dhugee Nyaata Quufee
Waanta Namni Dhabee
Urgeeffadhees Suufee
.
Iddoo Olaanaatti Argamee
Argadhees Waan Addaa
Gammachuun Burraaqee
Ofittii Fageessees Gadda
.
Adduunyaarratti Beekamee
Urjii Deemee Daawwadhee
Addunyaa Kana Mo'ees
Of Jala Ishee Galfadhee
.
.
Hundumtisaan Goolabama
Daaraadha Daaraa Masqalaa
Maallaqni Mana Ta'ee
Nuun Ta'u mana Galgalaa
.
Akka Coba Bishaanii
Akka Fixeensa Barii
Daandii Samii Geessuuf
Kun Wal-adda Gargari
.
Beekumsa Qabaannus
Addunyaa Injifannus
Waanta Namnin Qabne
Waan kamuu qabaannus
.
In Darbiti Beekii
Jiruun Dachee kanaa
Waaqatu Hafee Turaa
Isa Qofaatu Sitti Aana
.
Maallaqi Har'a Qabnu
Beekta Mitii Qilleensa
Yesuusiin Dhabuunimmoo
Waan Hundarra Hiyyeessa
.
Kamittuu Ta'i Dhabaa
Beekumsaanis Dubbadhu
Qarshii Miliyoona Caalaa
YESUUSIIN Qofa Qabaadhu
👇👇☝️👇👇👇👇☝️👇👇👇🥰
https://jabduu.com/2025/11/06/love-is-the-bond-in-everything/ | 201 |
| 20 | Ajaa'iba. Adeemsa walxaxaa akkamii keessatti illee hunduu sarara dhuunfaa isaa keessa qofa yoo adeeme balaan uumamu hin jiru jechuudha. Akkuma samiin kun bal'oo hireen ilmaan namaas hedduudha. Fakkaachuu, akkeessuu, hammeessuu, jibba, hinaaffaa, isaan kunneen summii jireenya namaa balleessani dha. Eeyyeen akkas
☝️👇👇👇👇👇👇👇👇👇🥹
https://jabduu.com/2025/10/19/benefits-of-drinking-lemon-water-on-an-empty-stomach/ | 195 |
