Kitaabolee Afuuraa Ortoo-Oroo (KAO)
Open in Telegram
Youtube keenya hordofaaπ https://youtube.com/@Kooeelmedia π·Maatii Waaqayyoo Kana jalaa Kitaabolee Afuuraa Ortoo-Oroo ni argattu hiriyoota keessan itti Affeeraa! KAO πYaada qabdaniif karaa Link π @Kooeel
Show moreFinland1 821The category is not specified
3 527
Subscribers
-124 hours
+97 days
+9130 days
Posts Archive
Mikaaβel Koottu
F/taa Koo'eel Shawaa
ππFaarfannaa fi Walaloo Afuuraa argachuuf link gadi xuquun join jedha!
ππππππππ
βββββββββββββ
β¨οΈ β«οΈ @Faarfataa β¨οΈ
β¨οΈ π΄ @Faarfataa β¨οΈ
β¨οΈ βͺοΈ @Faarfataa β¨οΈ
βββββββββββββ
#Share gochuu hin dagatinaa!
πMikaaβel Koottu.... #Kunoo dhufeera youtube irraan dhaggeeffadhaa!
β€Namoonni na jajjabeessa turtan eebbifamaa naaf jiraadhaa!
πAmmas share gochuu hin dagatinaa!
πππ
https://youtu.be/SoOq99lncoI
https://youtu.be/SoOq99lncoI
https://youtu.be/SoOq99lncoI
Watch "new mezmur ''F/ttuu Masarat Abbayina /RIQAA YA'IQOOB/ ethiopian orthodox tewahido church BY A/OROMO" on YouTube
https://youtu.be/OA5TXB5oG6k
π·π·π·
Hangafa Ayyaanotaa
π»π»π»
Masqalli hangafaa
Hangafa Ayyaanotaa
Kan itti nuuf argame
Fannoon Gooftaa....!
Hundi ayyaaneffata
Ililleedhan guutame
Miidhagina aadaan
Baayβee faayamee...
Nama qofaa miti
Dacheenis urgooftee
Samiinis qulqullooftee
dumeessa mulqattee
Bubbeenis bubbisee
magariisa dambaliisee
Qalbii namaa kaasee
garaa nama raasee
Simbirroon martuu
Sagaleen weellisaa
Kallattii hundarraa
Nama gammachiisaa!
Eeyyee Kanaaf jedhama
Masqalli Mootii Ayyaanaa
Yemmuu ayyaaneffannu
Gammachuu argannaa....!
Aadaaf amantii keenyan
Boonnee burraaqnaa
Ayyaana masqalaa
Martuu kabajannaa
Ishoo baga geessan
Hangafa Ayyaanotaa
Hundumti keessaan
Eegaa yA namootaa!!!!
===β’||β’===
F/taa Koo'eel Shawaa
π»π»π»πΌπ»π»π»
πππ
Kottaa Miseensa taβaa!
πππ
@Faarfataa
@Faarfataa
Baga geessan Miseensonni Channel koo martuu... Lafaaf iddoo jirtan hundatti Ayyaaneffannaa gaarii isaaniif haa taβu!
π―π―π―π―π―π―π―π―
π―π―π―π―π―π―π―π―
π―π―π―
π―π―π―
π―π―π―
π―π―π―
π―π―π―π―π―π―π―π―
π―π―π―π―π―π―π―π―
π―π―π―
π―π―π―
π―π―π―
π―π―π―
π―π―π―π―π―π―π―π―
π―π―π―π―π―π―π―π―
π―π―π―π―π―π―
π―π―π―π―π―π―π―
π―π― π―π―
π―π― π―π―
π―π― π―π―
π―π― π―π―
π―π― π―π―
π―π― π―π―
π―π― π―π―
π―π―π―π―π―π―π―
π―π―π―π―π―π―
π―π―π―π―
π―π―π―π―
π―π―π―π―
π―π―π―π―
π―π―π―π―
π―π―π―π―
π―π―π―π―
π―π―π―π―
π―π―π―π―
π―π―π―π―π―π―
π―π―π―π―π―π―
π―π― π―π―
π―π― π―π―
π―π― π―π―
π―π― π―π―
π―π― π―π―
π―π― π―π―
π―π―π―π―π―π―π―π―
π―π―π―π―π―π―π―π―
π―π―
π―π―
π―π―
π―π―
π―π―
π―π―
π―π―
BAGA BARA HARAAWAN ISIIN
GAHEE. 2014
BARII KUNII:-
βΎKan nagenyaa
βΎKan jaalalaa
βΎKan tokummaa
βΎkan misooma
HUNDAA KEENYAAF YAA TA'U.
Yaada keessaniif karaa π @Kooeel na quunnamaa!
Waaqayyo na gargaaree turtii waggaa hedduu booda gaaffii keessaniif deebi'i ga'aa qabdhee dhufeera akkamiin nu simattan anaaf obboleetti kiyya.
β€οΈβ€οΈβ€οΈβ€οΈβ€οΈβ€οΈβ€οΈ
simalee eenyuree abdiin keenya
miidhamaa jirra nuti har'ayyuu
godaanteetta'oo bara meeqa
nuuf gali madaan keenya haa fayyu.
β€οΈβ€οΈβ€οΈβ€οΈβ€οΈβ€οΈβ€οΈ
Dhugaan kunooti!
dhalootaan naaf ga'a
Walaloo hafuuraa Eenyutu facaasee? Pdf'n barreeffama. @Faarfataa
BAKKOOTA β36Nβ ICCITIIN MEEROONII DIBAMAN
@Araaraat
@Araaraat
Gaaffiifi yaada yoo qabaattan
@Gaafkeesbot
@GkeessaniifDBot
πKitaabolee biroofπ
ππfollow
βββββββββββββββ
β¨οΈ βͺοΈ @OrtoOroKoon β¨οΈ
βββββββββββββββ
Hiriyoota keessaniif share gochuun namoonni baayβeen Faarfannaa heddu Audion akka argatan taasisaa!
Faarfannaa har'a fi kan baroota darbanii karaa canneel kana isin biran geenya!
Channel kanaaf haaraa yoo taatan link gadii kana xuquun join jedhaa!
πππ
@OrtoOroKoon
@OrtoOroKoon
@OrtoOroKoon
Kuusaa Faaruu @OrtoOroKoon
βͺοΈβͺοΈβͺοΈβͺοΈβͺοΈ Gaddawwaan Shanan Haadha keenya Dubroo Maariyaamiβββββ Luq 2:35 << Gaddi akka billaa qaramaa onnee kee si waraana>>.
1β£ β Simi'oon rajii yeroo dubbateti. Luq 1:34.
2β£ β << Mana qulqullummaa keessatti barbaade yeroo dhaabdetti. Luq 2:48.
3β£ β Miila fi harkaa isaa hidhaani yeroo garaafanitti. Marq 10:34.
4β£ β Qullaa isaa fannisaani Shiftoota lama gedduuti yeroo agartutti. Marq 15:27.
5β£ β Boolla(Awwaalcha) har'atti yeroo awwaalaniti. Yoh 19:41.
βGaddi haadha keenya gadda keenya,Nutti ijjoollee ishee waan taneef.
β Gaddi haadha goofta gadda keenya googfan isheerra dhaalate waan nuu fayyiseef.
β Gaddi Dubroo Maariyaami gadda keenya gooftan dubroo irraa dhaalate waan nuu fayyiseef. Isay 7:14.
β Gaddi haadha keenya gadda keenya fayyina keenyaaf mucaa ishee baate gara gammoojji Egypt waan goodantef. Maat 2:13.
Gaddi haadha keenya gadda keenya kan isheera dhaalate fayyisa hundummaa waan ta'ef. Luq 1:28...
β Gaddi haadha goofta gadda keenya isheen gadda laphee keenya waan nuuf salphiistuuf.
πππ Dhagaahi mucaa nama haadha ofitti waanta himaachu soodatan illee Dubroo Maariyaamitti ni himaatu,nuttihoo gadda ishee akkamiin dagaana???
πππ Osoo nutti itti hinhimiinis gaada laphee keenya kan nuuf beektuu, nuttis gadda ishee akkamiin dagaana???
πππ Isheen garuu nama hundaaf jecha gammoojji jallan ashaawan miilla ishee gubbaati,gubban aduun maata ishee gubbaa nuuf jecha goodante, Eenyutu kana hubbaatere???
Waa'ee haadha teenya xiqqeessine dubbaana baay'isudhaan osoo hin taane...
πππ Gaalani Waaqayyoof.
Dubroo Maariyaamif
Fannoo Isaaf
Yaa ta'u.πππ
Join usπππ
t.me/Faarfataa
Ijoollee Tawaahidoo kottaa haa barannu!
Kan gaditti tarreeffaman xuquun join jedhaa... Barumsas argadhaa!
Walaloo koo kutaa 51-100ffaatti
F/taa Koo'eel Shawaa
Share taasisuun itti tajaajilamaa
πKitaabolee biroofπ
ππfollow
βββββββββββββββ
β¨οΈ βͺοΈ @OrtoOroKoon β¨οΈ
βββββββββββββββ
ππ«π«π«π
"Dhaloota Keessaa Eenyuutu Hubatee"
π«ππππ«
Isay.53:8
βBarruu-Tokkoffaaβ
Kutaa Hiik-Kuusa WABOOT Damee Yuunibarsitii Mattuun Qophaa'ee kan dhiyaate.
Itti Fayyadamaa!
Dubbisuu Aadaa Taasifadhaa!
Yaadaa Keessaniif π@Raabuuniikoo
@Ceesisa
@Ceesisa
@Ceesisa
Kottaa Baradhaa
ππππππ
Channel gara gadiitti tareeffaman filachuun tajaajila barbaaddan argadhaa!
Sagaleen Waaqayyoo galaana waraabbamee hin dhumneedha!
