1 455
Subscribers
-324 hours
+57 days
+830 days
Posts Archive
1 455
Artistii jaallatamtuun Haloo Daawwee addunyaa kanarraa duβaan boqotteetti. Artistii gameeyyii Oromoo adda durummaan eeraman keessaa tokko kan taate Haloon, aadaaf artii Oromoo guddisuu keessatti gumaacha taasifteen jaalala guddaa ummata Oromoo biraa horattee jirti.
Gootittii onneen sibiilaa, qabsooftuu bara hundaa, qaanqee baha biiftuu!
Nagaan boqodhu!
Boollakee daadhiin haa guutu!π
1 455
Namoonni haga yoona qabxii keessan ilaaluu hin dandeenye 'bot'
@ETGrade12bot kana fayyadamuun ilaalu dandeessu
1 455
#Kutaa_12ffaa
Bu'aan Qormaata kutaa 12ffaa akkamitti ilaalama?
Bu'aa qormaata kutaa 12ffaa bara 2015 Fulbaana 29, 2016 ganama saβaatii 12 irraa eegalee filannoowwan armaan gadiitiin ilaaluu ni dandeessu.
Link asii gadii kanaan seenat ilaala
t.ly/36hDC
1 455
Abdii hin kutin.
Yeroo mara lolli cimaan loltoota ciccimoo ta'aniif kennama.
Waadaa ofiif gali.
Hammam ulfaataa ta'us abjuu kee irraa abdii akka hin kutanne.
Hinsoo ππΎ Hinsoo
1 455
Eenyuun akka taate,
maal akka fakkaattu ykn akkamitti akka jireenya kee jiraattu waanti na dhibu/galchu hin jiru.
Ati naaf gaarii taanan, anis akkasuma gaarii siif ta'a.
Hinsoo Entertainment
