fa
Feedback
🏇🏾 Hinsoo

🏇🏾 Hinsoo

رفتن به کانال در Telegram
1 455
مشترکین
-324 ساعت
+57 روز
+830 روز
آرشیو پست ها
Haloo Daawwee al hora warra keessanii

+2
Haloo Daawwee Fardaan Dabaale.mp34.67 MB

Haloo Daawwee

Artistii jaallatamtuun Haloo Daawwee addunyaa kanarraa du’aan boqotteetti. Artistii gameeyyii Oromoo adda durummaan eeraman k
Artistii jaallatamtuun Haloo Daawwee addunyaa kanarraa du’aan boqotteetti. Artistii gameeyyii Oromoo adda durummaan eeraman keessaa tokko kan taate Haloon, aadaaf artii Oromoo guddisuu keessatti gumaacha taasifteen jaalala guddaa ummata Oromoo biraa horattee jirti. Gootittii onneen sibiilaa, qabsooftuu bara hundaa, qaanqee baha biiftuu! Nagaan boqodhu! Boollakee daadhiin haa guutu!😭

Namoonni haga yoona qabxii keessan ilaaluu hin dandeenye 'bot' @ETGrade12bot kana fayyadamuun ilaalu dandeessu

#Kutaa_12ffaa Bu'aan Qormaata kutaa 12ffaa akkamitti ilaalama? Bu'aa qormaata kutaa 12ffaa bara 2015 Fulbaana 29, 2016 ganama sa’aatii 12 irraa eegalee filannoowwan armaan gadiitiin ilaaluu ni dandeessu. Link asii gadii kanaan seenat ilaala t.ly/36hDC

Abdii hin kutin. Yeroo mara lolli cimaan loltoota ciccimoo ta'aniif kennama. Waadaa ofiif gali. Hammam ulfaataa ta'us abjuu kee irraa abdii akka hin kutanne. Hinsoo 🏇🏾 Hinsoo

Mulunaa Fufaa Mammagaallanii @HinseeneeH @HinseeneeH

🎼 Mulunaa Fufaa 👤 Mammagaallanii @HinseeneeH @HinseeneeH

🎼 Oduu Ammee 👤 Taddalaa Gammachuu New Music 🔥🔥 @HinseeneeH @HinseeneeH

🎼 ANATU 👤 Gutu Abera New Music 🔥🔥 @HinseeneeH @HinseeneeH

New Music 🔥🔥
New Music 🔥🔥

#Oromia #Ethiopia #Africa
+6
#Oromia #Ethiopia #Africa

#uumama
+4
#uumama

Eenyuun akka taate, maal akka fakkaattu ykn akkamitti akka jireenya kee jiraattu waanti na dhibu/galchu hin jiru. Ati naaf gaarii taanan, anis akkasuma gaarii siif ta'a. Hinsoo Entertainment

Galaanaa Gaaromsaa Duraanuu @HinseeseeH @HinseeneeH

photo content

Galaanaa Gaaromsaa Duraanuu @HinseeseeH @HinseeneeH

Shukrii Jamaal-Waadaa.mp34.82 MB

photo content