cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking ยซAccept allยป, you agree to the use of cookies.

avatar

Gurmu Teknooloojii ๐Ÿ’ป

Barnoota Kompitaraa fi Oduuf OdeeffannoTeknoolojii Afaan Oromoon barsiisuu fi akkaataa bilbila Android phone itti fayyadamnu ,Kitaaba Barattoota Kutaa 1-12tti fi barumsa addaa addaa isin biraan geenya. Telegram Keenya Join gochuun maamila ta'a.

Show more
Finland2 903The language is not specifiedMotivation & Quotes25 038
Advertising posts
984
Subscribers
+324 hours
+107 days
+2230 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

QAJEELFAMOOTA YEROO (PRINCIPLE OF TIME) โžŠ. Yeroon ni darba: โ Yeroo harโ€™aaf siif kenname deebitee boru argachuu hin dandeessu. Boru waan haaraa baatee dhufa. โž‹. Yeroon akeekaaf namaaf kennama: โ Karooraan yoo itti fayyadamne waan haaraa hojjachuu dandeessisa. โžŒ. Yeroon siif gaddee dhaabatee si hin eegu: โ Wanti harโ€™a utuu hin xumuramin hafe, yeroo itti aanutti darba. Wanta harโ€™a hojjachuu dandeessu harโ€™uma xumuri malee boriif hin olkaaโ€™in! โ Moo'attoonni hojii boru hojjetan har'a hojjetu! โ Giddu-galeessonni hojii har'a hojjetan har'uma hojjetu! โ Namoonni kufan hojii kaleessaa har'a hojjetu! โžฒ Kanaafuu, yeroo hundumaa MOO'ATAA ta'i! โž. Yerootti fayyadamuuf ogummaa cimaa gaafata. โ Uumamni xixiqqoon kan akka mixii yoo ilaalle halkanii fi guyyaa; wanta guddaa hojjatu. "Until you value yourself, you won't value your time! Until you value your time, you will not fit anything with it" ย ย ย ย ย  (M. Scott Pek) โƒ "Hanga bu'aa jireenyaa kee hubattutti bu'aa yeroo hin hubattu, hanga bu'aa yeroo hubattutti waan tokkollee hojjechuu hin dandeessu" jedha. โ Yeroon jireenya, jireenyi yeroo dhaan murtaa'a. Yeroon akkaataa jireenyi keenya bu'a qabeessa ta'u murteessa. Yeroo qusachuun nama hundatti ulfaachuu ni danda'a. Garuu ammoo hamma danda'ameen yeroo qusachuun gaariidha. Yeroon qabeenya qabeenya caaluudha. Yeroo qusachuu jechuun ofiif yaaduu jechuudha. Ammas yeroo qusachuun jireenya keenya gaggeessuuf murtoo jalqabaati.
Show all...
#Appilikeeshiniiwwan_balaafamaa_bilbila_keenyarra_jiraachuu_hin_qabne. Appilikeeshiniiwwan vaayirasii miidhaa geessisan of keessaa qaban garuu tajaajila kennan fakkeessanii hojjetan jiru. Appilikeeshiniiwwan armaan gadii bilbila keenyarra yoo jiraatan haquu qabna Appilikeeshiniiwwan nuti bilbila Smaartii keenya irratti fe'an waan hunda nuuf salphisu, garuu isaan keessaa tokko tokko odeeffannoo keenya qaama sadaffaaf dabarsuu irraa eegalee haakeroota saayibariitiif saaxilamoo nu gochuu danda'u. Appilikeeshiniiwwan vaayirasii miidhaa geessisan of keessaa qaban garuu tajaajila kennuudhaaf qophaaโ€™an akka jiran kan himu Weebsaayitiin #Phone_Arena "Har'a appilikeeshiniiwwan kana bilbila keenya irraa haa haqnu" jechuun dabalaniiru. Appilikeeshiniiwwan armaan gadii bilbila keenya irratti kan fe'aman yoo ta'e dafnee haquu qabna. 1.Walls light - Wallpapers Pack 2. Big Emoji (Big Emoji โ€“ Keyboard) 3.Grad Wallpapers - 3D Backdrops 4.Engine Wallpapers - Live & 3D 5.EffectMania - Photo Editor 6.Art Filter - Deep Photoeffect 7.Fast Emoji Keyboard 8.Create Sticker for Whatsapp 9.Math Solver - Camera Helper 9.Photopix Effects - Art Filter 10.Led Theme - Colorful Keyboard 11.Keyboard - Fun Emoji, Sticker 12.Smart Wifi 13.My GPS Location 14.Image Warp Camera 15.Smart QR Creator 16.Colorize Old Photo 17.GPS Location Finder 18.Smart QR Scanner 19.GPS Location Maps 20.Volume Control 21.Secret Horoscope 22.Smart GPS Location 23.Animated Sticker Master 24.Sleep Sounds 25.I love filter 26.Best camera 27.Beautiful camera 28.Charming Camera 29.Tide Camera 30.Cool Desktop 31.Wifi Booster 32.Simple Camera โ•โ•โ•โ•โ•โ•โโœฟโโ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ• Oduuf odeeffanoo Teeknoloojii har'a kana fakkaata. Follow, Subscribe,Share & Join Usโ€ข                  Channel โ€ข|| ๐Ÿ‘‡ ๐Ÿ‘‰ YouTube ๐Ÿ‘‡ >>>Subscribe https://www.youtube.com/@gurmeicttube ๐Ÿ‘‰ Telegram ๐Ÿ‘‡ >>>Join https://t.me/Techs_Tips ๐Ÿ‘‰ Facebook ๐Ÿ‘‡ >>>Follow https://www.facebook.com/profile.php?id=100083870303410 Share & Join Us. hin dagatinaa.
Show all...

Karaa TikTok Barnoota Kompitaraa Haala gabaabaan dhiyaatuu hordofaa. #Follow #like #share godhaa Link TikTok kana Seenuu Follow godhaa https://vm.tiktok.com/ZMMpmmryY/
Show all...
TikTok ยท Computer Tutorial

Check out Computer Tutorialโ€™s video.

๐Ÿ‘ 3
โ€‹Sirna Barnootaa Haaraa Hojiirra Oolchuu Keessatti Gaheen Hooggansa Manneen Barnootaafi Supparvaayizarootaa Ol'aanaadha &&&&&&&&&&&&&&&&&& BBO Ebla 18/2016 Leenjii Marsaa 4ffaa Hooggansa Manneen Barnootaa Sad.2ffaafi Supparvaayizarootaa Godinaale Lixaaafi kaaba lixa oromiiyaa (Wallaggaa afran,#Iluu Abbaaboor_Bunnoo_Beddellee #Jimmaa_ Shawaa lixaafi #Shawaa_Kibba_Lixaa) irraa dhufan Waliigala hirmaattoota 455 ta'aniif kennamaa jiru irratti ergaa darbe Leenjicha Hooggantuu Itti Aantuu BBO #Aadde #Habiibaa_Mohaammad jalqabsiisaniiru. Hojiirra olmaa sirna barnootaa Gahumsa bu'ureffateefi hojiirra oolmaa keessatti Gahee hoggantoota manneen barnootaa jedhu irratti maanuwaalii qophaa'e irratti leenjichi kan kennamaa jiru yoo ta'u; #Hooggantoonni leenjii leenjistootaa fudhataa jiran muuxannoo, #beekumsaafi_dandeettii qaban irratti dabaluun hawaasa manneen barnootaa biraan akka gahan, akkasumas sirni barnootaa haaraa kun hojii daree keessatti barachuu barattootaan bu'aa galmaa'uun kan milkaa'u waan ta'eef itti gaafatamummaa dachaa akka qaban Aadde Habiibaan leenjitootaaf dhaamaniiru. #BBOtti Daayirektarri Qophiifi Hojiirra Oolmaa Sirna Barnootaa Obbo Darajjee Taaddasaa leenjitoonni maanuwaalii irratti leenji'aa jiran itti gaafatamummaa dachaa isaanirra jiru akkaataa karoora qophaa'een sirni barnootaa kun gochaan deeggaramee bifa bu'aa buusuu danda'uun daree keessatti hordoffii walirraa hincinne taasisuu akka qaban, beekumsaafi dandeettii barsiisotaa hordofuun deeggarsa ogummaa gochuu akka qaban dhaamuun, #HOJIIN XIYYEEFFANNOO ISAANII #Barsiisonni karoora barannoo sirna barnootaa gahumsa bu'uureffate qixa barbaadamuun akka qopheeffatan taasisuu, #Mala gocha bu'uureffateefi dammaqinaan barattoota hirmaachisuu fayyadamanii akka barsiisaan taasisuun, #Iyyaafannoo_sirrummaa fi haqa qabeessuummaan isaa mirkanaaโ€™e akka qopheesaniifi #Akka hoggansa_barnootaatti hojii ijoo manneen barnootaa kan ta'ee ''#Barachuu_Barattootaaf '' xiyyeeffannaa olaanaa kennuun sirni barnootichaa hojjiirra akka oolu gochuun hooggansa leenjii fudhatan irraa akka eggamu Obbo Darajjeen dabalataan ibsaniiru. https://www.facebook.com/biiroobarnootaaoromiyaa
Show all...

๐Ÿ‘‡''Garbage in, garbage out!'' (Huuba qofa baaburatti naqanii daakuu qulqulluu eeggachuun goowwummaadha) = Bu'aa gaarii eeguun dura, gaariis facaasuu! ๐Ÿ‘‡''Give a man a fish and you feed him for a day; teach a man to fish and you feed him for a lifetime.'' (Nama tokkoof qurxummii qabdee yoo kenniteef guyyaa tokko qofaaf isa soorta; akkaataa inni ittiin kiyyeessu yoo barsiifte garuu jireenya isaa guutuu isa soorta jechuudha.) = Firii wanta tokkoo caala akkaataa(adeemsa) keessa darbu hubachiisuu! ๐Ÿ‘‡''Good fences make good neighbors!'' (Dallaa gaariin ollaa gaarii Uumaa.) = Ofii gaafa of kabajan; ormis darbee nama kabaja! ๐Ÿ‘‡'' He knows most who speaks last!'' (Kan baay'ee dubbaturra, kan baay'ee dhaggeeffatu haala hubata.) = ๐ŸŽง  than ๐Ÿ—ฃ๏ธ ๐Ÿ‘‡'' However long the night, the dawn will break.'' (Hagamiyyuu yoo dukkanaa'e, bari'uu hin hafu.) = Seera Uumamaa! ๐Ÿ‘‡'' If it is not broken, do not fix it!'' (Wanta sirreeffama hin barbaadne sirreessuuf hin dhiphatin.) = Yerootti fayyadami! ๐Ÿ‘‡'' If the stone fall upon the egg, alas for the egg! If the egg fall upon the stone, alas for the egg!'' (Dhagaan killeerratti yoo kufes; Killeen isarratti yoo kufes, inuma cabsa.) = Jireenyis akkasi๐Ÿคž ๐Ÿ‘‡'' If you chase two rabbits, you will not catch either one!'' (Illeettii lama hariita, taanaan tokko isheeyyuu hin qabdu!) = Xiyyeeffannoo!๐Ÿคž ๐Ÿ‘‡'' Kindness begets kindness!'' Have a good time! https://t.me/Techs_Tips https://t.me/Techs_Tips
Show all...
Gurmu Teknooloojii ๐Ÿ’ป

Barnoota Kompitaraa fi Oduuf OdeeffannoTeknoolojii Afaan Oromoon barsiisuu fi akkaataa bilbila Android phone itti fayyadamnu ,Kitaaba Barattoota Kutaa 1-12tti fi barumsa addaa addaa isin biraan geenya. Telegram Keenya Join gochuun maamila ta'a.

๐Ÿ‘ 7
Repost fromย Ready Generations
Share Maloota Dubbisaa.pdf
Show all...
๐Ÿ‘ 4
Repost fromย Ready Generations
Share Abjuu Awwaalame.pdf
Show all...
๐Ÿ‘ 2
Dubbisaa
Show all...
Photo unavailableShow in Telegram
#Ofii_Hojjechuu_hin_beekuu_nama_hin_hojjechiisuu. ๐Ÿคฃ๐Ÿคฃ๐Ÿคฃ๐Ÿคฃ๐Ÿคฃ๐Ÿคฃ๐Ÿคฃ๐Ÿคฃ๐Ÿคฃ Hojiitu nu qabeef malee Silaa Akka itti hojjetamu beekna Kunoo kanas hojjennee argannee isumayyuu inbox ๐Ÿ“ฅ gumgumuu dhuftanii. #Safuu_dha #Yaa_Oromoo_Dhibaahummaa_hanga_dhiiftutti_hin_fayyituu. Kunis kootii Seenii ilaalii like fi Subscribe Kee hin barbaaduu ๐Ÿคฃ๐Ÿคฃ๐Ÿคฃ๐Ÿคฃ๐Ÿคฃ๐Ÿคฃ๐Ÿคฃ๐Ÿคฃ๐Ÿคฃ https://www.youtube.com/channel/UCDc_32EzdREd4ZJcYRQTEeQ
Show all...
๐Ÿ‘ 3โค 2