3 839
Subscribers
No data24 hours
-197 days
-10430 days
Posts Archive
3 839
B/toota kutaa 12ffaa hundaaf .Gaafa guyyaa 5/4/2017 sagantaa daawwannaa paarkii tokkummaa fi muuziyeemii saayinsii waan karoorsineef akka qophooftan jechaa barataan kamiyyuu yuunifoormii fi waraqaa eenyummaa malee seenuu waan hindandeenyeef akka hubatamu haa ta'u.
3 839
B/toota mana barumsa keenyaa hundaaf .Waraqaa eenyummaa isiniif kenname irratti Lakkoofsa Waraqaa eenyummaa bakka gaafatutti lakkoofsuma dura isiniif kenname(kan waraqaa eenyummaa keessan duraa irra jiru ) guuttachuu hin dagatinaa/ Tasa Laminated yoo ta'ellee irraa mursiistaniiyookin gubbaarratti barreesuun dirqama. Sana malee gatii waan hin qabneef.
3 839
REMINDER....
Dear all,
I hope you are doing well. As per our earlier communications, the National Erasmus Info Day (Ethiopia) is planned for November 22, 2024. The session will be held both physically and online. We are facilitating an online platform for those who cannot attend physically (Deans, Directors, Department Heads, Students, and instructors can attend online).
Hene, we kindly request you to share the link below for registration.
https://ec.europa.eu/eusurvey/runner/ENFP_ErasmusPlus_Info_Session_Ethiopia_22112024
3 839
Barattoonni keenya bakka ramaddii yuunivarsiitii keessanii hanga hammaatti nuuf hin ergine atattamaan lakk. bilbilaa keessan waliin ergaa. Warri Yuunivarsiitii Hawaasaa Galatoomaa.
3 839
Repost from N/a
Dear students,
This is to notify students selected from AUSSS for 6th round STEM training you will have Computing Skill class tomorrow afternoon at 10:00 LT.
Please share with your friends not to miss the class.
We kindly remind you that any student who miss the first two class sessions will substitute with other reserve students.
With regards,
Ambo University STEM Center
3 839
Dhukkubni Busaa Maali ? Akkamiin Nama qaba ?
* Dhukkubni Busaa gosa pirotoozuwaa pilaazmoodiyaamii jedhamuun kan dhufudha.
* Dhukkubni Busaa Nama dhukkubbsataa irraa Nama Fayyaa tti bookee busaa (Anopheles Mosquito) jedhamuu .
Mallattowwan Dhukkuba Busaa.
*Gubaa qaama
*Qorrisiisuu
*Dafqisiisuu
*Bowwoo mataa
*Hollachuu qaamaa
*Hooqqisiisuu
Wanttoota SABABA BUSAAN IT
3 839
Jijjirama qilleensaa (hoo'i sa, haala roobaa,jiidhinsa qilleensa)
Baay'lnni ummataaf dabaluu
Sosochiin namaa bakkaa bakkatti taasifamu dabaluu
Jijjirama Amala bookee busaa
Qorlchoota kenname gorsa ogeessaatiin fudhachuu dhabuu
Maloota ittisa dhukkuba busaa
*Iddowwan wal hormaata bookee busaa mijatoo ta'ane bishaan ciisaa faayidaa hin kennine raaree dhabamsiisu
* Saaphana siree farra bookee busaa fayyadamuu
*Namoonta hoo'a qaamaa fi mallattoolee dhukkuba busaa qaban Mana yaalaa tti deeman akka yaalamaan taasisuu
* Qorichaa kennameef seeraan xumuruu.
3 839
B/toota kutaa 12ffaa bara 2016 mana barumsa keenyaa hundaaf . Ragaan(Cerificate) keessan kutaa 12ffaa Orijinaalli waan nu qaqqabeef hanga gaafa 03/03/2017 tti qofa ijoollee Haala mijeessitoota biiroo I/G/M/B jiran biraa mallatteessitanii akka fudhattan ni beeksisna. Ragaa kana nama birootti kennuun bakka beekkamtii keessani hin qabnetti hin danda'amu. M/B
3 839
#Oduu_Ammee
Doonaald Tiraamp Pirezidaantii Ameerikaa ta’uun injifatan!
@abdii_sabaa_university
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡
3 839
#Suspensions
a heterogeneous mixture that contains large particles that ''settle out'' unless constantly stirred or agitated.
Ex.Mg(OH)2 (called milk of magnesia),blood, cloud,etc.
#Colloids
a heterogeneous mixture in which the components are microscopic and will not separate when left standing.
>Exhibit properties intermediate between those of suspensions and solutions.
>Colloidal particles are small enough and do not settle down
>They are large enough to scatter light very effectively
>Most colloids appear cloudy or opaque unless they are very dilute
Ex: milk, smoke,fog etc. Types of solutions Solute. Solvent.Solution. Examples
1 Gas-gas. Gas. Gas Gas. Air
2 Gas-liquid Gas. Liquid. Liquid coca-cola
3 Liquid-liquid Liquid. Liquid. Liquid. Ethanol in H2O
4 Liquid-solid. Liquid. Solid. Solid. Amalgam
5 Solid-liquid Solid. Liquid. Liquid sugar in H2O
6 Solid-solid Solid. Solid. Solid. Brass(cu+zn)
3 839
There are many physical and chemical process that forms solutions
There are three steps in solution process 1.Separation of solute particles (only for solid and solute)
~ Solutes-solute interaction
*It is endothermic (energy is required to separate solute particles)
2. Separation of solvent particles (solid and liquid only)
~Solvent -solvent interaction
*It is endothermic
3.solvent molecules surround the solute particles
~Solvent~solute interaction
This process can be exothermic or endothermic.
3 839
Repost from Hawassa University
ማስታወቂያ
*********
ጥቅምት 25/2017 ዓም
የሀዋሳ ዩኒቨርሲቲ በ2017 ዓ.ም በመደበኛ የዲግሪ ፕሮግራም አዲስ የተመደባችሁ ተማሪዎች የምዝገባ ጊዜ ኀዳር 09-10/2017 ዓ.ም መሆኑን ይገልጻል፡፡
የምዝገባ ቦታ፦
• የተፈጥሮ ሳይንስ ተማሪዎች በዋናው ግቢ
• የማህበራዊ ሳይንስ ቴክኖሎጂ ኢንስቲትዩት
ማሳሰቢያ፤
ተማሪዎች ወደ ዩኒቨርሲቲው ሲመጡ የሚከተሉትን ይዘው መምጣት ይጠበቅባችኋል፡፡
• የ12ኛ ክፍል ፈተና ማጠቃለያ ፈተና ውጤት ዋናውና ኮፒው፣
• ከ9ኛ-12ኛ ክፍል ትራንስክሪፕት ዋናውና ኮፒው
• አራት ጉርድ ፎቶግራፍ፣
• አንሶላ፣ ብርድ ልብስ እና ትራስ ጨርቅ፣
• የስፖርት ትጥቅ
ማሳሰቢያ:-
ከተጠቀሰው ቀን በፊትም ሆነ በኃላ የሚመጣ ተማሪ የማናስተናግድ መሆኑን በጥብቅ እናሳውቃለን፡፡
የሀዋሳ ዩኒቨርሲቲ ሬጅስትራር ጽ/ቤት
ሀዋሳ ዩኒቨርሲቲ
ሁሌም ለልህቀት!
በዚህ ይከታተሉን:-
*************
Facebook: https://www.facebook.com/Hawassa.University?mibextid=ZbWKwL
Website: https://www.hu.edu.et
Telegram: https://t.me/HUCommunicationsoffice
