en
Feedback
Amaanaa Dhalootaa🥰

Amaanaa Dhalootaa🥰

Open in Telegram

"Namni hundi waanuma yaadu dubbata. Ani yaadaafiin si qaba. Jaalala malee humaa sirraan barbaadu♡." Nagaan siif haa tahu. https://t.me/nuredin_00 https://t.me/nuredin_00 https://t.me/nuredin_00

Show more
792
Subscribers
No data24 hours
-17 days
+530 days

Data loading in progress...

Tags Cloud
No data
Any problems? Please refresh the page or contact our support manager.
Incoming and Outgoing Mentions
---
---
---
---
---
---
Attracting Subscribers
February '25
February '25
+16
in 0 channels
January '25
+22
in 1 channels
Get PRO
December '24
+52
in 1 channels
Get PRO
November '24
+108
in 0 channels
Get PRO
October '24
+70
in 0 channels
Get PRO
September '24
+28
in 0 channels
Get PRO
August '24
+87
in 0 channels
Get PRO
July '24
+43
in 0 channels
Get PRO
June '24
+83
in 0 channels
Get PRO
May '24
+47
in 0 channels
Get PRO
April '24
+34
in 0 channels
Get PRO
March '24
+56
in 1 channels
Get PRO
February '24
+42
in 0 channels
Get PRO
January '24
+59
in 0 channels
Get PRO
December '23
+41
in 1 channels
Get PRO
November '230
in 1 channels
Get PRO
October '230
in 0 channels
Get PRO
September '23
+4
in 0 channels
Get PRO
August '23
+7
in 0 channels
Get PRO
July '23
+4
in 0 channels
Get PRO
June '23
+4
in 0 channels
Get PRO
May '23
+7
in 0 channels
Get PRO
April '23
+8
in 0 channels
Get PRO
March '23
+5
in 0 channels
Get PRO
February '23
+5
in 0 channels
Get PRO
January '23
+7
in 0 channels
Get PRO
December '22
+11
in 0 channels
Get PRO
November '22
+9
in 0 channels
Get PRO
October '22
+13
in 0 channels
Get PRO
September '22
+19
in 0 channels
Get PRO
August '22
+19
in 0 channels
Get PRO
July '22
+21
in 0 channels
Get PRO
June '22
+27
in 0 channels
Get PRO
May '22
+4
in 0 channels
Get PRO
April '22
+5
in 0 channels
Get PRO
March '22
+9
in 0 channels
Get PRO
February '22
+10
in 0 channels
Get PRO
January '22
+8
in 0 channels
Get PRO
December '21
+10
in 0 channels
Get PRO
November '21
+11
in 0 channels
Get PRO
October '21
+21
in 0 channels
Get PRO
September '21
+215
in 0 channels
Date
Subscriber Growth
Mentions
Channels
23 February0
22 February0
21 February0
20 February0
19 February0
18 February+1
17 February+1
16 February0
15 February0
14 February+1
13 February+1
12 February0
11 February+1
10 February+2
09 February0
08 February+1
07 February0
06 February+1
05 February+1
04 February+1
03 February+1
02 February+4
01 February0
Channel Posts
Sababuma hedduu dubbatteef malee, sababa hedduu callisteef namni ati dhabdu tokkolleen hin jiru. Dubbii xiqqeeffadhu.
Sababuma hedduu dubbatteef malee, sababa hedduu callisteef namni ati dhabdu tokkolleen hin jiru. Dubbii xiqqeeffadhu.

2
- Waan arra facaafatte boru haammatta. Waan facaaftu hubadhu. Akka boru yeroo haamtu qoreen hin diramneef.
- Waan arra facaafatte boru haammatta. Waan facaaftu hubadhu. Akka boru yeroo haamtu qoreen hin diramneef.
363
3
Rabbi waan ati hin dandeenyeen sin mokkoru. Obsi humna kee amanii jiraadhu.
Rabbi waan ati hin dandeenyeen sin mokkoru. Obsi humna kee amanii jiraadhu.
324
4
Namoonni milkaa'oon yeroo hunda nama gargaaruun gammachuu argatu. Garuu namoonni dadhaboon, nama gargaaruu irraa bu'aa maal a
Namoonni milkaa'oon yeroo hunda nama gargaaruun gammachuu argatu. Garuu namoonni dadhaboon, nama gargaaruu irraa bu'aa maal akka buufatan yaadu. Garaagarummaa jireenyaati.
310
5
Jireenyi kun akkana... Guyya tokko tokko, guyyaa ati jaalattu, guyyaa tokko tokko, kan ati hin hubanne, guyyaa tokko tokko, k
Jireenyi kun akkana... Guyya tokko tokko, guyyaa ati jaalattu, guyyaa tokko tokko, kan ati hin hubanne, guyyaa tokko tokko, kan akka gar malee yaaddu si taasisu, guyyaa tokko tokko kan maaliif akka jiraattu wallaalchisee si naasisu, guyyaa tokko tokko kan osoo akka dhufuu eegaa jirtu, Garuu dhufuun isaa kan tasa hin yaadamneetu si mudata. Mee ati guyyaa kam kamiin qoramtee jirta?
295
6
Namni akkamiin if dagata?
Namni akkamiin if dagata?
330
7
Yoo gammachuun keessa kee hin jiraanne, if jajjabeessun akkamiin dandahama...
Yoo gammachuun keessa kee hin jiraanne, if jajjabeessun akkamiin dandahama...
362
8
Ee waanuma lama. 1. Jireenya keenya fuulduratti oofna. 2. Jireenya dhiifnee duunee awwalamna.
Ee waanuma lama. 1. Jireenya keenya fuulduratti oofna. 2. Jireenya dhiifnee duunee awwalamna.
338
9
Yeroo tokko tokko akka yaadde osoo siif tahee, kana caalaa dhukkubsatta.
Yeroo tokko tokko akka yaadde osoo siif tahee, kana caalaa dhukkubsatta.
315
10
Maal qaba... Dhukkuba malee, Wanti hundi osoo akka jalqabaa bareedee...
Maal qaba... Dhukkuba malee, Wanti hundi osoo akka jalqabaa bareedee...
327
11
Namoonni tokko tokko, dantaa isaaniitiif jecha si yaaduu bira dabranii siif yaaduu jalqabu. Atis Umrii dheeradhuuf!
331
12
Namni dhugaan si jaalatu... 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 Jaalala siif qabu, jecha caalaa gochaan siif ibsa. Maaliif akka si abdatu fe
Namni dhugaan si jaalatu... 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 Jaalala siif qabu, jecha caalaa gochaan siif ibsa. Maaliif akka si abdatu fedhii qaama isaa, isa bu'ee caamu, sitti baafachuu caalaa, jaalala dhugaa keessa onnee isaatii miira keetiif dhaamuun siif cimsa. Hammannaa lapheetti si qabatu caalaa, qabannaa akka hapheetti sitti maxxanee jiraachuuf addunyaa tanarraa suma qofa barbaada. https://t.me/nuredin_00 https://t.me/nuredin_00 https://t.me/nuredin_00
364
13
Namni dhugaan si jaalatu... 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 Jaalala dhugaatiin, akka wal argattaniif waan dandahu hunda taasisa. Garuu H
Namni dhugaan si jaalatu... 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 Jaalala dhugaatiin, akka wal argattaniif waan dandahu hunda taasisa. Garuu Hireen qooda Rabbii taatee yoo wal dhabdan, jaalalumaan garaa keeysaa akka sitti toluuf Rabbi siif kadhata. Jaalalti argachuu caala jaalachuu beekuudha. https://t.me/nuredin_00 https://t.me/nuredin_00 https://t.me/nuredin_00
336
14
Yaa nama jaalalaan qabame... 👇👇👇👇👇❤️👇👇👇👇👇 Namni dhugaan si jaalatu, yeroo haraamiin sitti dabarsurra, halaaliin akk
Yaa nama jaalalaan qabame... 👇👇👇👇👇❤️👇👇👇👇👇 Namni dhugaan si jaalatu, yeroo haraamiin sitti dabarsurra, halaaliin akkamitti akka sitti dhiyaatu beeka. Yeroo, qabeenya, haala keeysa jiruun osoon taane, Qulqulluu jaalalaatiin jiraatuutu itti mullata. Waaniin siin ja'eefiin qaba.
364
15
Jaarsa khaasaa, jaarsa baasaa, jaarsa daasaa kamtu irra gaariidha? Sababni?
423
16
Namni jaalatu, nama jaalatutti, garaa hin jabaatu, dhama yaadatutti yaadannoo hin hifatu, qaama jaalaturraa hin baqatu, qalbi
Namni jaalatu, nama jaalatutti, garaa hin jabaatu, dhama yaadatutti yaadannoo hin hifatu, qaama jaalaturraa hin baqatu, qalbii jaalatu hin tuffatu, onnee onneen isaa jaalattu sanirraa addaan bahee, dandahee hin jiraatu, yeroo tokkoofis osoo taatee, miira jaalatu san hin gowwoomsu. Kanaan achi, nama jaalala hin hubatin ykn dhugaa jaalalaa hubatee hin fudhataniidha. Jaalalti beekkumsa!
485
17
Tokko yoo yeroo dantaa ati irraa qabdutti sirraa fagaate, tokko yoo yeroo dantaa sirraa qabu fixate sirraa fagaate, tokko yoo
Tokko yoo yeroo dantaa ati irraa qabdutti sirraa fagaate, tokko yoo yeroo dantaa sirraa qabu fixate sirraa fagaate, tokko yoo nama sirra caalu waan argateef sirraa fagaate, tokko yoo jireenya siin ala akka jiraachuu dandahu hubatee sirraa fagaate, kamtu irra garaa jabaate?
396
18
Jalqabbiin isaanii sin sossobin. Gaafa duraa Sheeyxaanninuu gaarii ture.
Jalqabbiin isaanii sin sossobin. Gaafa duraa Sheeyxaanninuu gaarii ture.
372
19
Jireenya kee keessatti, jechaafi gochaan amanamaa tahi. Nama jechi bareedu, kan gochi fokkotu osoon taane, nama jechaafi goch
Jireenya kee keessatti, jechaafi gochaan amanamaa tahi. Nama jechi bareedu, kan gochi fokkotu osoon taane, nama jechaafi gochi wal simu tahii jiraadhu. Jiruunuu gabaabduudha.
379
20
Gaafaan du'ee biyyee Boraafadhee ciisu Gaafaan gu'ee iyyee Fedhiin qabu dhiisu >> >> >> Gaafaan jaalalleedhaan Wal arguuf rak
Gaafaan du'ee biyyee Boraafadhee ciisu Gaafaan gu'ee iyyee Fedhiin qabu dhiisu >> >> >> Gaafaan jaalalleedhaan Wal arguuf rakkannu Dharraa waliif qabnu Wal bahuuf hanqannu >> >> >> Gaafaan humna malee Dirqamaan mudadhu Lubbuun kophaa bahuu Dirqamaan fudhadhu >>             >>          >> Mee gaafa san dhiiroo Haalli koo akkami? Gaariin dalagadhe Dhaalli koo hangami?
362