cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

Walaloo walee

Egeree media Https://t.me/Walaloowalal YOUTUBE CHANNEL https://youtu.be/y8eOJEe-L8I #subscribe,#Share gochuun maatii channeli kana taha #comment @samimejormind nu quunnamaa #Faarfanna haara audiofi video #Kitaabile wabii adda addaa #Teacherguide for all

Show more
The country is not specifiedThe language is not specifiedThe category is not specified
Advertising posts
184
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Repost from Walaloon Jaalala
Kan ciise eessatti kufaa? SIlas duruu lafa ga'ee Kan du'e karaa kam dhufaa? Erga biyyoo ta'ee? Jedheen of gaafadhe gaaffii deebiin gaaffii Deebiis nan argadhe ofumaan ofiifii kan ciise ni kufa Yaadan badduu ba'a kan du'e ni dhufaa labataaf waa keenyan Dhalootan ol ka'a Bulee haaraa ta'aa Buleetu miyaa'aa
Show all...
https://youtu.be/MA_4wa6bw80 sub_confirmation=1
Show all...
QORMAATA KUTAA 8FFAATTI DEEBI HERREGAA

Deebii qormaata biyyoolessaa kutaa 8ffaa gaaffii isaa wajjin siniif qabatee jira videon kun herregadha channel kana irraa garuu Hundasaa iyyuu in argattu Kanaaf #subscribe godhaa ilaalladhaa

Show all...
QORMAATA KUTAA 8FFAATTI DEEBI HERREGAA

Deebii qormaata biyyoolessaa kutaa 8ffaa gaaffii isaa wajjin siniif qabatee jira videon kun herregadha channel kana irraa garuu Hundasaa iyyuu in argattu Kanaaf #subscribe godhaa ilaalladhaa

DHAAMSA AARTISTOOTA OROMOO YOUTUBE CHANNEL MIL'UU ENTERTAINMENT IRRAA HOJJETAN IRRAA NU QAQQABE HAMMA XUMURAATTI OBSAAN DUBBISAA Nagaan Waaqayyoo hunduma keessaniif haa tahu maatii Groupi MIL'UU ENTERTAINMENT warra buleeyyii fi haaraa reefuu kan nutti dabalamtan hunduma keessaniif yaada muraasan qabna Innis maalinni seetan groupin kun maqaa isaa yeroo dhihoo asitti haa jijjiirratu iyyuu malee banamuun isaa har’a yoo xiqqaate waggaa sadii ol taheera maqaa isaa wanti nuti jijjiirreefis maqaan sobaa nu fakkaatu waan banameefidha.Banamuun Waggaa baayyeedha haa tahu iyyuu malee hojii irratti eegaluuf miseensi isaa haa baayyatu jennee eegnus hamma yaadne hin taane waggaa sadii taahee miseensota nama kuma lama illee hin guuttanne kun maqaa Saba keenyaa(OROMOO) Balleessuudha waan baay'ee fokkisudhas Sababni isaa Afaan Oromoo keenya yoo xiqqaate dubbattoota milliyoona shantama ol qaba garuu nuti kuma lama iyyuu guutuu dadhabne kun baayyee nama qaanessa. Haa ta'u iyyuu malee ammas guddachuun in qaqqabama jennee waan amannuuf Maqaa groupi keenya kanaan dura Egeree Comedy ture gara MIL'UU ENTERTAINMENT jennee moggaafneerra Sababni isaa immoo Youtube channel (MIL'UU ENTERTAINMENT) jedhu bannee Comedy ykn baacoo Sheekkoo tapha ijoollee qophiiwwan nama barsiisaan akkasumas nama bashannansiisaan hedduu qopheessinee hojiitti galuuf Oromoo Galaana kana eegaa jirra Kanaaf nuti ijoollonni obboloonni keessan har’a fuula keessan duratti baanee isin uummata Oromoo malee homaa waan hin qabneef akkasumas quuqama Aartii Oromoo guddisuudhaaf qabnu ibsachuuf hojii Comedy eegaluuf qophii keenya hunduma xumurannee Anaa dhufu siniin jechaa jirra kanaaf Oromoonni keenya Ammuma Youtube keenya seenaati Subscribe,like,share,Comment gochuun nu eeggadhaa. Egaan yeroo baayyee nu'uma ilmaan saba tokkootu wal guddisuu osoo dandeenyu wal cabsina kun waan baayyee jibbisiisaadha Afaan Oromoo dubbachaa an Oromoodha ofiin jechaa Youtube gubbaatti Miidiyaa ykn video ol aantummaa saba keenyaa leellisu dhiifnee Miidiyaa saba biraa saba biraa subscribe goonee hordofna kun wanta Oromoo irraa hin barbaachifne dha Nuti keenyumaan bulla keenyatti iyyuu fayyadamne hin fixne kanaaf Channeli keessan jajjabeessaan dhaamsa kooti channelin Youtube keenyaas MIL'UU ENTERTAINMENT kan jedhu yemmuu tahu linki isa asumarratti siniif dhoobna waan taheef achumaan galaati subscribe godhaa nu eeggadhaa isiniin jenna warri ergaa kana sin bira gahee ykn argitaanii dubbiftan hiriyoota keessaniif akkasumas groupi biraatti qooduudhaan nu gargaara siniin jenna itti dabaluunis Groupi isa kan Telegrami kantti immoo Sabboontota qabdanu yoo xuqqaate bama kudhan kudhan add itti nuuf gadhaa isinii jenna oduu sinitti hin baayyisnu kan kanaan achii hojiidhuma keenyaan sinitti himna Youtube dhuma keenya galaati nu baraa galatooma linkiin youtube keenyas kan armaan gadiiti
Show all...
Watch "MIL'UU ENTERTAINMENT" on YouTube https://youtube.com/channel/UCI7VFSskgZ0ZweeraeSe-yg
Show all...
Watch "MOBILE KEESSAN GAAFA BIRRII FIXU MAAL GOOTU??" on YouTube https://youtu.be/TBQ6mHfAzdU
Show all...