cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

JECHOOTA JAALALAA FI BASHANANAA

Channela keenya kana irraa:- ☑Jechoota jaalala ☑Baacoo fi Afoola ☑Dubbiste irraa baratta ☑Asoosama adda addaa fi kkf. 👉channela YouTube koo plse subscribe naf godha! 👇👇👇👇👇👇👇 https://youtube.com/c/AyyuuTube 👉Yaada dabalataf:______!

Show more
Finland478The language is not specifiedEducation12 243
Advertising posts
12 562
Subscribers
-624 hours
-137 days
-1930 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Repost from OTS ELSAY
01:22
Video unavailableShow in Telegram
Yoo silkii keessan bishanii tuqee waan gochuu qabda!!!!👍👍👍👍
Show all...
Photo unavailableShow in Telegram
Leenci bakka tokko deemuu yoo barbaade karaa isaa irraa warabeessi meeqa akka jiru isaa hin yaaddessu. Akkamitti akka gammaddu fi kayyoo kee galmaan gahuuf eenyurraayyuu homaa hin eegin.👇🏾👇🏾👌 https://sinanor.com/2024/05/11/love-the-truth-and-live-by-it/
Show all...
👍 2
Photo unavailableShow in Telegram
Daakuun eenyu jibbitaa jennaan Daaraadha jette. Maaliif jennaan ammoo koo hin geessuu na fakkaachuuf ammoo gad hin teessuu jette.🤣😁 Qilleensarra balali'uu yoo feete, daakkiyyee waliin bishaan daakuu dhiisi👇🏾👇🏾👌 https://sinanor.com/2024/05/22/a-love-story-but-i-love-it-so-much/
Show all...
👍 1 1
Yeroo muraasa hafe keessatti bot telegram qopheesse kan start gochuun maallaqa haala salphaan hojjedhaa https://t.me/tapswap_mirror_2_bot?start=r_684510892 Pinwallet https://t.me/mine_pi_wallet_bot?start=r_684510892 Dotcoin https://t.me/dotcoin_bot?start=r_684510892 Yescoin https://t.me/theYescoin_bot/Yescoin?startapp=T1cnl8
Show all...
Pi Wallet

Mine Pi - Unlock More Reward And Earn Pi Anywhere

Yeroo muraasa hafe keessatti bot telegram qopheesse kan start gochuun maallaqa haala salphaan hojjedhaa https://t.me/tapswap_mirror_2_bot?start=r_684510892 Pinwallet https://t.me/mine_pi_wallet_bot?start=r_684510892 Dotcoin https://t.me/dotcoin_bot?start=r_684510892
Show all...
Photo unavailableShow in Telegram
Namoonni hedduun har'a diinoomanis, gaarummaa isaanii kaleessaatu har'a yaadannoo kootii! Dhugaadha baayyooliin isaanii har'a natti jijjiramanis, harka kaleessa gaarummaa naaf goodhanin har'a deebi'aanii na miidhanis, afaan kaleessa nagaa dubbataniin har'a hamaa koo odeessanis, daandii jaalalaa kaleessa irratti qoreen biqilus kabajnif jaalalli kaleessa tuffiin bakka naaf bu'us, mararteewwan jechoota kaleessa har'a dhidhima seenuus, dirree rakkina irratti har'a kophaa ta'us; ani garuu gaarummaa kessan isa kaleessa sanan yaadacha jiraadha. Hamaa keessan hedduy gaarummaa keessan tokkoonin bakka buufadha addunyaa kootti sababisaa guyyaan kun hundinuu darbee bor seenaa ta'ee akka dubbatamuu waanin beekuuf. Galatoomaa!🙏❤😁👇🏾👇🏾👌 https://sinanor.com/2024/05/21/honesty-and-love-the-right-way/
Show all...
👍 2
Yeroo muraasa hafe keessatti bot telegram qopheesse kan start gochuun maallaqa haala salphaan hojjedhaa https://t.me/tapswap_mirror_2_bot?start=r_684510892 https://t.me/mine_pi_wallet_bot?start=r_684510892
Show all...
Photo unavailableShow in Telegram
Ilaamee! Gaafa manaa baatu, “Yaa Waaqayyo nagaan na galchi” jedhi. Gaafa deebitee galtu, “Kan nagaan na galchite galata kee” jedhi. Nama sitti balleesseef dhiifama godhi. Kan itti balleessite dhiifama gaafadhu. Bahuu kee malee galuu kee hin beektu, har’a jiraachuu kee malee bor gahuu kee hin beektu! Jiruun dachee kanaa gabaabduudha! Waaqayyo si wajjin haata’u!👇🏾👇🏾👌 https://sinanor.com/2024/05/13/and-the-truth-shall-make-you-free/
Show all...
👍 3 3
Photo unavailableShow in Telegram
Akka nama amma du’uutti kadhadhaa, akka nama bor du’uutti bashannanaa, akka nama bara baraan jiraatuutti ammoo cimaa hojjedhaa! Har’a hojjennee bor jiraanna jechuudhaan har’a ofii dararuun jireenya bor dhufu sanas hir’uu taasisuu mala. Kanaaf Hojjechuufi jiraachuun yeroo hunda ta’uu qaban jedha ani!👇🏾👇🏾👌 https://sinanor.com/2024/05/20/let-your-love-be-true-love/
Show all...
👍 2
Photo unavailableShow in Telegram
Mul'ataan yoo mul'atte malee mul'achuu hin dandeessu! Ka'uumsa kee jijjiiruu baattus, jireenyaa kee fuula duraa jijjiiruu ni dandeessa.Namni Milkaa'e Hundi Gorsaa Keessan Ta'uu Hin Danda'u Waan gaarii fudhadhuu isa hamaa dhiisi.👇🏾👇🏾👌 https://obsii.com/2024/04/09/not-everyone-in-the-world-can-be-your-mentor/
Show all...