1 282
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days
Posts Archive
“Operation WBO sakatta'uu garjeedaa gaafa 22,2012 gaggeeffama. WRIB fi Humni addaa waliini dha. Dhaamsa ittiin gahaa.
Akkaataa
Meeshaa wave sagalee namaa sense godhu fayyadamu waan taheef imala yoo deemanis callisuu qabu. Awwaaluu waan malaniif”
Dhaamsa kana WBO zoonii hundaaf dhaamaa qaqqabsiisaa Kan zoonii lixaatti tahuuf jirutu nu qaqqabe odeessi malee bakka hundatti tahuu mala.
oduu ammee
sararrii Bilbilaa Hayyuu Duree ABO Jaal Dawuud Ibsaa mootummaa cufa-meera. Qunnamtii Jiruu hunduu addaan wan kutameera. Haalli nageenya HD ABO Jaal Dawuud Ibsaa keessaa jiraan hedduu yaadeessaa wan ta'eef qaamonni falamaa mirgaa namoommaaf embasiin biyyoota adda addaa iyyaafannoo barbaachisuu akka gootan miseensoonni ABO ni gaafatu.
# Breaking_news .
# Shabaite (Shabia ) in Oromiyaa Soil.
Arsi Oromoo people have conformed that .
# Eritrea solders in Arsi today and start beating and arresting #Qeerroo_Qarree .
They are continue searching house to house to crack down all # Qeerroo and #Qarrees Bilisumma Oromo's. This Eritrea soldier's are only speaks afaan Tigirana and Arabics.
Col/ Abiy Ahammed Ali using Eritrea soldiers as mercenary M.Gadafi style to kill only Oromo's.
Wake up Qeerroo.
Maal kessaa jirra esaa jirtuu ?
👆
ጭምብል የሚያደርጉት በትክክል ነው?
*********************************
የኮሮናቫይረስ ስርጭትን ለመግታት መወሰድ ካለባቸው ርምጃዎች አንዱ የአፍና አፍንጫ መሸፈኛ ጭምብል ማድረግ ነው።
📌አገራት፤ በሕዝብ መጓጓዣዎች፣ በመደብሮች እንዲሁም ሰው በሚበዛባቸው ሌሎችም አካባቢዎች ጭምብል ማድረግን አስገዳጅ እያደረጉ ነው።
📌ሆኖም ግን አፍና አፍንጫቸውን በአግባቡ የማይሸፍኑ በርካቶች ናቸው።
ጭምብልን አገጭ ላይ ማድረግ፣ አፍንጫን ከጭምብል አውጥቶ አፍን ብቻ መሸፈን በተደጋጋሚ የሚስተዋሉ ስህተቶች ናቸው።
📌የጤና ባለሙያዎች እንደሚሉት፤ ቫይረሱ በአፍ ወይም በአፍንጫ በኩልም ስለሚገባ በጭምብል መሸፈን ተገቢ ነው።
📌አንዳንዶች ከሰው ጋር ሲያወሩ ጭምብላቸውን ያወልቃሉ። ይህም ስህተት ነው። አካላዊ ርቀት መጠበቅ በማይቻልበት አካባቢ ጭምብል ማድረግ ይመከራል።
📌ጭምብል ከማድረግዎ በፊት እንዲሁም ከማውለቅዎ በፊትም እጅዎን በውሃና በሳሙና መታጠብ አለብዎት። ጭምብልዎን በማይጠቀሙበት ወቅት ንጹህ ቦታ ማስቀመጥም አይዘንጉ።
@kushmedia
#JawarMohammed
Poolisiin Federaalaa mana jireenyaa Obbo Jawar Mohaammad yeroo 3ffaaf sakkatta'u isaa abukaatoon isaani obbo Ibsaa Gammadaa fuula feesbuukii isaanirratti bareessaniiru. Haata'u malee yeroo sadanuu ajaja sakatta'iinsa seeraa malee akka gaggeeffame ibsuun komii isaani ibsaniiru.
"Har'a yeroo 3ffaaf Jawar Mohaammad mana hidhaarraa fuudhanii mana isaa geessuun mana kan sakatta'an ta'us homaa hin arganne. Hubadhaa yeroo sadanuu ajaja sakatta'iinsa seeraa tokko malee mana sakatta'an."
Via Ibsaa Gammadaa
OMN biyyaa studio isaa cufanii hojjetoota isaas
hidhani.
Qophii biyya alaarraa darbuun didee
qilleensarratti hafe. Miidiyaa sirna Nafxanyummaa
dhaadessan dhibbatti lakkaawaman keessaa tokkittii sagalee Oromoo kanaaf obsa dhaban. Birrii
miiliyoonota itti dhangalaasanii OMN qilleensa irraa buusuuf daboo wal waamanii dhama´aa jiraachuu isaanii beekna. Garuu itti hin milkaahan. Oromoo afaanii fi funyaan qabanii ukkaamsanii ajjeesuuf carraaqqiin godhaa jiran lubbuudhuma isaanii gabaabsa malee Oromoo hin ajjeesu. Diinatu muddamee aangoo irraa bu´a malee OMN
qilleensa irraa bu´u!
Yaya beshir
@Haala_yeroo
Lammummaa US kan qaban Reduwaaniifi Yusuuf mirgi wabii eegameef
Ajjeechaa Hacaaluu hordofee kanneen to’ataman keessaa lammummaa US kan qaban lama mirgi wabii eegamuuf manni murtii eeyyamuu abukaatoon isaanii himan.
Kanneen har'a mana murtiitti dhihaachuun mirgi wabii eegameef Reduwaan Amaaniifi Yuusuuf Bashir jedhamu.
Lamaan isaanii dhalootaan Itoophiyaa ta'anis turtii biyya Ameerikaa booda yeroo MM Abiy aangotti dhufan biyyatti kan deebi'anidha.
Manni murtii guyyaa har'aa dhimma isaanii ilaale poolisiif guyyaa dabalataa eeyyamuun Adoolessa 24 , 2012 xumuree akka dhihaatu murtesseera.
Abukaatoon isaanii Obbo Kadir Bulloo BBC'tti akka himanitti kunneen wabiif birrii 6,000 akka kanfalan itti himameera. Haa ta'u malee, har'aafi boru keessaa jechuu malee guyyaan itti gadhiifaman hin baramne.
Ajjeechaa Hacaaluu booda kanneen to'ataman keessaa sadii lammiilee US qabu. Sadan keessaa lama har'a mirgi wabii kan eegamef yoo ta'u tokko kan hafe teknishaana OMN Mishaa Cirriiti.
Lammiileen kunneen Imbaasii isaanii argachuu rakkachuu isaanii kana dura mana murtiitti yeroo dhihaatan dubbachuun isaanii ni yaadatama.
Maddi: BBC
@haala_yeroo
😰ODUU GADDAA😭
Haacaaluu Hundeessa galgala kana sa'a 3:30 irratti wareegameera.
Qeerroo Dammaqii haaccaaluu Hundeessa irraatti inni ta'e boruu immoo Jawaar fi haayyoota Oromoo irraatti ta'a.
😭😭😭
Guyyaa hadhaa lammiileen itoophiyaa 250 biyya kuweet irraa gara biyyaatti galanii jiru.
Lammiileen itoophiyaa 250 finfinnee yommuu gahanitti ministeera dhimma alaatiin simannaan taasifameefii jira.
Lammiileen guyyaa hadhaa gara biyyaatti galan torbaan lamaaf eddoo turtii isaaniif qophaane kan tursiifaman ta'a.
Warri link keenya nu gaafacha turtan kunoo isiinif finne jirra.
#Share
https://t.me/joinchat/AAAAAEofH8_rxQbG9XlPrA
Pireesdaantiin buruundii dhiheenya kana du'aan addunyarraa boqatan, vaayirasii koronaatiin ta'uu the star dubbisiisee jira.
Pireesdaantiin ganna 55 piyeerri nukuruunziizaa sababiin du'a isaanii dhukkuba onneetiin jedhamus barruun biyya keeniyaa the star jedhamu dubbiin dhukkubbii onneetiin jedhu soba ta'uufi nukuruunzizaan kan du'an vaayirasii koronaatiin ta'uu maxxansee jira. Aanga'oonni biyyatti sababaa du'a pireesdaantichaa dhoksanis biyya keeniyas deemee akka yaalamu carraaqiin guddaan taasifamaa ture.
fi Naannoolees (The mandate of Regional and Federal Legislators) dheeressuudhaaf murtii Paartiin tokkichi kophaa isaa murteessu gadi jabeessinee mormina, dura dhaabbanna ! Murtiin Manni Maree Federeeshinii dabarse kun, Mootummaan amma biyya bulchaa jiru dirree dimokiraasii bal’isuudhaaf waadaa seenee ture ofumaan caccabsaa deemuu irraa kan madde komii fi mufii Ummataa duraanuu babal’achaa jiru daranuu hammeessa. Haalli kun mormii ummataa irra bal’aa kan gara jeequmsaatti illee cehuu malu dhalchuu danda’a kan jedhu yaaddoo guddaa qabna. Kun ammoo bakkuma kaleessa irraa kaanetti kan nu deebisu qofa osoo hin taane rakkina wal xaxaa dinagdee, hawaasummaa fi fayyaa Ummataa kan ammumaanuu mootummaadhaaf didhaa guddaa tahaa jiru irra aanuun haala itti ulfaatu keessa nu galchuu danda’a.
Yaadni furmaataa nuti fi Paartiileen, akkasumas, lammiileen biroo hedduun Fulbaana 2020 booda danqaa Heeraa biyya kana mudachuuf deemutti mala dhawuuf mariin hunda hirmaachisu (inclusive dialogue) haa gaggeeffamuuf dhiheessine Paartii biyya bulchaa jiru biratti fudhatama dhabuun isaa guddoo nu gaddisiisa. Gaabbiin inni dhalchuuf jiraatus nutti mul’ata. Murtiin Aangoo isaa dheereffachuuf Paartiin biyya bulchaa jiru kophaa isaa fudhate kun, faallaa Heeraa, kachachala aangoo fi Kaayyoo Masakaa Heera keessa ifatti kaa’ame kan adeemsaa fi sirna dimokiraatawaa Paartiilee danuu hirmaachisuu (a democratic and multiparty governance system) kan faallessu akka tahetti amanna. Kaayyoo dimokiraasii kan Gadaa Aangoo ykn. Yeroo Hojii Mootummaa daangessus ni faallessa ykn. gatii dhabsiisa. Dhugaa kana irratti hundaawuudhaan, murtiin Paartiin biyya bulchaa jiru aangoo isaa dheereffachuuf, kophaa isaa fi adeemsa Heeraan alaatiin fudhate fudhatama kan hin qabne tahuu addeessina.
Maayyii irratti, Paartiin biyya bulchaa jiru kophaa gulufuu dhiisee Paartiilee Siyaasaa kaanii wajjin gadi taa’ee dhimma kana irratti marii dhugaa fi gahaa tahe gaggeessuudhaan furmaata siyaasaa hunde-qabeessa argamsiisuuf akka waliin hojjennu ammas irra deebinee waamicha keenya dhiheessinaaf.
Adda Bilisummaa Oromoo
Kongiresii Federaalawaa Oromoo
Waxabajjii 10, 2020
Finfinnee
Seeraan Ala Gadaa Aangoo Isaa Dheereffachuuf Murtii Mootummaan Irra Gahe Ilaalchisee Ejjennoo Waloo ABO fi KFO
Murtiin Manni Maree Federeeshii Gadaa Aangoo Mootummaa dheeressuuf dabarse kan akkaan nu yaaddesse tahuu ifa gochuu barbaadna. Kuni gochaa fudhatama seeraa hin qabnee fi Heeras kan faallessu tahuutti dabalee, nageenyaa fi tasgabbii biyyaa balaa guddaa irra kan buusu dha jennee amanna. Jalqabuma irraa eegallee, Heerri biyya kanaa Gadaa Aangoo Mootummaa dheeressuuf qaawwa gargaaru akka hin qabne ibsinee waan danqaa mudateef fala taha jennee itti amanne yaada furmaata siyaasaa nutti mul'ate dhiheessuun keenya ni yaadatama.
Paartiin biyya bulchu garuu yaada furmaataa dhiheessinee fi yaaddoo nuti ibsanneef gurra kennuu diduu fi moggaatti dhiisuudhaan kophaa isaa gulufuu itti fufee karaa Mana Maree Bakka Bu'oota Ummataa kan inni kophaa itti abboomuutiin dhimmicha gara Gumii Dhimmoota Hiikkaa Heraatti (Council of Constitutional Inquiry/CCI) qajeelche. Gumiin Dhimmoota Hiikkaa Heeraas maqaa Hayyoota mariisisuutiin warra yaadaa fi ilaalcha adda tahe qaban moggeessuudhaan namoota ejjennoo Paartii biyya bulchaa jiruu leellisan qofa maqumaaf afeeree tartiiba adeemsaa qulqullummaa fi amanamummaan itti hir’atuun dhimmicha keessummeesse. Kana malees, adeemsichi loogii walitti bu’iinsa dantaatiin (conflict of interest) uumamu irraa walaba hin taane. Haa tahu malee, murtiin Paartiin biyya bulchaa jiru maayyii irra gahe kun, ejjennooma Paartichi jalqabuma irraa kaasee itti dhiibbachaa ture kan mirkaneesse waan taheef guddoo nu hin ajaa’ibu.
Ulaagaalee bu’uuraa dimokiraasii bakka bu’ummaa keessaa tokko Filannoon yeroo Heeraan beekamaa tahe keessatti gaggeeffamuu, bakka bu’ootni Ummataan filamanis Gadaa Aangoo Heerri kenneef sana keessatti gaafatama isaanii bahatanii oggaa Gadaan Aangoo isaanii dhumate gaafatama of irraa dabarsuu dha. Filannoon biyyoolessaa Itoophiyaa Hagayya 29, 2020tti akka gaggeeffamuuf Boordii Filannoo Biyyoolessaatiin baallamamuun/saganteeffamuun isaa ni yaadatama. Booda irra garuu, Boordiin Filannoo Biyyoolessaa Itoophiyaa sababa Mootummaan tatamsa’ina dhibee Vaayiresii Koroonaa ittisuudhaaf uggura sochiilee fi walgahiilee labseef jecha Filannoo saganteeffame kana gaggeessuu kan hin dandeenye tahuu isaa beeksise. Yeroma sanatti gama keenyaan, osoo Heera biyyaa keessa Aangoon Filannoo biyyoolessaa achi siiqsuuf/dheeressuuf dandeessisu hin jiraatin Filannoo kana achi butuun Danqaa Heeraa (Constitutional Crisis) kan uumu tahuu beeksisne. Akkanaanis, Fulbaana 2020 booda Bakka Bu’ootni Ummataan haaraatti filaman bakka hin jirretti murtiilee fi tarkaanfiileen Mootummaan fudhachuuf jiraatu Gadaan Aangoo Mootummaa Waggaa shan (5) jedhamee isa Heera keessa ifatti kaa’amee jiru sana kan faallessu tahuu ibsinee turre. Filannoon waggaa 5, 5tti akka gaggeeffamuu qabu kanneen abbooman Aangoowwan Heeraa 54(1) fi 58(3), akkasumas, Seerri Filannoo Boqonnaan 7 (article 7) yeroo filannoo kana achi siiqsuu ilaalchisee qaawwa ykn. carraa homaatuu hin hambisne ykn. hin akeekne.
Heerri amma jiru bara 1995 kan ragga’ee fi Itoophiyaatti bulchiinsi Abbaa Irrummaa fi kan Paartii tokkichaa hafee sirni dimokiraatawaan Paartiilee danuu hirmaachisu (multiparty democracy system) akka jiraatuu fi filannoonis yeroo Heeraan beekamaa tahe keessatti akka gaggeefamuuf carraa kan bane dha. Heerri kun, sirna bulchiinsa Itoophiyaa keessatti mirga hirmaannaa siyaasaa Ummatootaa mirkaneessuu fi hirmaachisummaa yaadota gara garaa (political pluralism) akka Kaayyoo Masakaatti (guiding principle) ifa godhee kaa’ee jira. Mirgootni fi dirqamootni ykn. itti gaafatamummaan Paartiilee siyaasaa kan Heera kana keessaa maddanis Labsii Seera Filannoo, Galmeessa Paartiilee Siyaasaa fi Naamusa Filannoo Itoophiyaa keessatti hammachiifamaniiti jiran.
Heera, Seeraa fi Sirna, akkasumas, tartiibota armaan olitti ibsaman kanaan masakamuu fi daangaa sana keessatti sossohuu fi wal tiksuun Paartiilee Siyaasaa biyya kanaa kanneen seeraan galmaawanii sochii qabatamaa irra jiran hunduma ilaallata. Waan taheef, Aangoo Mana Marii Bakka Bu’oota Ummataa kan sadarkaa Federaalaa
Hayyuu duree PBO jechaa isaan dubbatan ilaalamee
https://www.facebook.com/106636807728004/videos/581205846128621/
Obbolaan lamaan Rasaasa waraana mootummaan rukutaman
[SQ, Caamsaa 29,2020] Konkolaachiftoota kan ta'en Wallagga Lixaa Magaalaa Gimbii bakka Caancoo jedhamutti eda Caamsaa 28,2020 rasaasa waraana mootummaan rukutamanii tokko battaluma du'uun kan hafe ammoo du'aaf jireenya gidduu akka jiru sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo odeeffate.
Addisuu Asfaawuu fi Yohaannis Asfaawuu obbolaa ta'uu kan nuu himan, lamaanuu konkolaachistoota jedhan. Erga lafti dhiyee akka lakkoofsa Xoophiyaatti sa'a 2 irratti wal argan jedhan. Magaalaa Gimbii bakka Caancoo jedhamu Kaambiin waraana humna addaa jedhamanii waan jiruuf gad bu'uu sodaatanii siree qabatan jedhan.
Sireen isaanii nyaattuu ykn Tukaanii godhannaan jijjiirrachuuf baa'an. Kun tilmaama Sa'a 3:30 tti yoo ta'u haasa'a deemu jedhan. Ibsaan ifaa jira daandii irraatii. Osoo arganii waraanni mootummaa beekaa itti dhukaasanii ajjeesan jedha odeessi odeeffanne.
Dhiigni isaanii akka dhiiga saree daandii balleessee jira. Jedhaniis jiru. Addisuu Asfaawuu battaluma sana lubbuun keessaa kan ba'ee yoo ta'u, obboleessi isaa Yohaannis Asfaawuu hospitaala Adventist seenee yaalamaa jira. Innis yoo tole du'a irraa hafa jedhan kanneen Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo odeeffate.
