1 282
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days
Data loading in progress...
Similar Channels
No data
Any problems? Please refresh the page or contact our support manager.
Tags Cloud
No data
Any problems? Please refresh the page or contact our support manager.
Incoming and Outgoing Mentions
---
---
---
---
---
---
Attracting Subscribers
February '24
February '24
+12
in 0 channels
January '24
+40
in 0 channels
Get PRO
December '23
+46
in 0 channels
Get PRO
November '23
+11
in 0 channels
Get PRO
October '230
in 1 channels
Get PRO
September '230
in 0 channels
Get PRO
August '230
in 0 channels
Get PRO
July '230
in 0 channels
Get PRO
June '230
in 0 channels
Get PRO
May '230
in 0 channels
Get PRO
April '230
in 0 channels
Get PRO
March '230
in 0 channels
Get PRO
February '230
in 0 channels
Get PRO
January '230
in 0 channels
Get PRO
December '220
in 0 channels
Get PRO
November '22
+51
in 0 channels
Get PRO
October '22
+32
in 0 channels
Get PRO
September '22
+101
in 0 channels
Get PRO
August '22
+63
in 0 channels
Get PRO
July '22
+53
in 0 channels
Get PRO
June '22
+41
in 0 channels
Get PRO
May '22
+65
in 0 channels
Get PRO
April '22
+283
in 0 channels
Get PRO
March '220
in 0 channels
Get PRO
February '220
in 0 channels
Get PRO
January '220
in 0 channels
Get PRO
December '210
in 0 channels
Get PRO
November '210
in 0 channels
Get PRO
October '210
in 0 channels
Get PRO
September '210
in 0 channels
Get PRO
August '21
+32
in 0 channels
Get PRO
July '21
+51
in 0 channels
Get PRO
June '21
+47
in 0 channels
Get PRO
May '21
+43
in 0 channels
Get PRO
April '21
+46
in 0 channels
Get PRO
March '21
+28
in 0 channels
Get PRO
February '21
+57
in 0 channels
Get PRO
January '21
+51
in 0 channels
Get PRO
December '20
+645
in 0 channels
| Date | Subscriber Growth | Mentions | Channels | |
| 16 February | 0 | |||
| 15 February | +1 | |||
| 14 February | 0 | |||
| 13 February | 0 | |||
| 12 February | +3 | |||
| 11 February | +1 | |||
| 10 February | 0 | |||
| 09 February | 0 | |||
| 08 February | 0 | |||
| 07 February | 0 | |||
| 06 February | +2 | |||
| 05 February | +1 | |||
| 04 February | +1 | |||
| 03 February | +1 | |||
| 02 February | +2 | |||
| 01 February | 0 |
Channel Posts
Repost from Sheger Pictures📸
#DV-2025
Hanga ammaatti namoota 500 ol ta'an haala qulqullina qabuun Guunne Carraa Gaarii isaaniif hawwa,
Namoonni guutuu barbaaddan #inbox fi lakkoofsa bilbilaa 0920582940 / 0910481417
Mana Suuraa Shaggar
Teessoon Bulchiinsa Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Malkaa Noonnoo Yetabaabaruu Maadiyaa Fuul-dura gamoo bicaa darbii 2ffaa irratti nu argattu
@Shegerpicture
@Shegerpicture
Nu Qunnamaa DV
Akka siif guutaamu yoo barbaadde
Kana irratti ergii
1. Maqaa guutuu ---- ----- -----
2. Saala ------
3. Bara dhalootaa : guyyaa ----- ji'a ----- waggaa -------
4. Iddoo dhalootaa --------
5. Biyya dhalootaa ----
6. Suura
7. Biyya amma keessa jirtu
-----
8. Lakk bilbilaa -------
9. E-mail address ----------
10. Sadarkaa barnootaa ----------
11. Haala gaa'elaa ----------
12. Baay'ina ijoollee qabdu yoo qabattee --------
Guutii as deebisi siif guutamaa erga guutamee qarshii kafaltee confirmation Number kee fudhatta
Karaa keessaa koottaa
0920582940/0910481417 nu qunnamaa
@Shegerpicture
@Shegerpicture
| 2 | DV
Namoonni DV-2025 hin guunne ammallee carraa kanatti fayyadamaati guutaa carraa keessan yaala. Liinkii gadii kana tuquun nu qunnama
👇👇👇👇👇👇
@Shegerpicture
@Shegerpicture
@Shegerpicture
@Shegerpicture
Odeeffannoo dabalataaf.
Lak. 0920582940
Sheger Pictures📸
🌌Sheger Pictures💃
🔖for videography /viyoo woraabuuf
🔖for wedding / cidhaaf
🔖for birthday /bara dhalootaaf
🔖for graduation / eebbaaf
🔖Address M/Buraayyuu Ashawaa meedaa Yetababaru maadiyaa fuuldura gamoo bicaa jedhamuun beekamu irratti argamna.
Lakk.
0920582940
0909779353
@shegerpicture 📸👌
Galatoomaa!!
https://t.me/Shegerpictures | 780 |
| 3 | #AKEEKKACHIISA
Guyyaa Boruu Halleellaawwan qilleensa irraa (#Xiyyaaraa fi #Diroonii) qubsuma WBO filataman irratti raawwachuuf Qophiitu jira jedhama. Akkuma beekamu Eebla 15 Oromoo guutuu Biratti, addatti ammoo Waraana Bilisummaa Oromoo biratti Guyyaan gootota Wareegamtoota Oromoo Bifa addaan kabajama. Guyyaa Boruu bakkeewwaan hundatti WBOn guyyaa kana walitti qabamuun ayyaaneffata kan jedhu bu'uura godhachuun quubsuma filatamoo Ragaa Satalayitii fi Basaasa waraanaa irratti hundaahen Haleellaa raawwachuuf Badhoon Qophii qaba.
Milkaayina opireshiinii Kanaaf Akka toluuf Waraanni Badhoo bakkeewwaan hedduu guyyoota kana lamaan gallakkisanii bahaas jiru. giddugaleessaa Oromiyaa, Lixa bakkeewwaan hedduu fi Gujii keessaa dheeffa tarsimowaa (Strategic retreat Ykn Siltaawwii maafagfag) taasisaa jirti. Waraanni Bilisummaa Oromoo Kaampiiwwaan Diinni gallakkisee bahe keessatti Walitti qabamuu fi kabaja injifannoos ta'ee Ayyaaneffannaa boruu irratti of eeggannoo barbaachisu akka taasisu.
Qubsuma kanaan dura irratti sagantaa gaggeeffatuufi Kaampiiwwaan leenjii, Basaasa Ykn Satalayitii diinaaf saaxilamoo jedhamanii shakkaman irrattis xiyyeeffannoo addaa taasisuu fi of eeggannoon barbaachisaadha.
Odeeffannoon kun saffisa barbaachisuun hunda akka qaqqabu share dhahaa. Lafa internet hin jirretti Jaallan bilbilaan Dhaqqabsiisaa.
Galatoomaa. | 2 519 |
| 4 | Watch "Diraamaa Afaan Oromoo 2022" on YouTube
https://youtu.be/tqTxf9rODHU
Ogummaa AARTII waliif qooduun
Wal irraa haa barannu🎤
⚫️Diraamaa Afaan Oromoo
🌍SHEGER_ENTERTAINMENT
Guddina Aartii , Afaan , Aadaa fi Seenaa Uummata Oromoo irratti kan hojjetudha Diraamaa, Sirboota, Asoosama, Dokimenterii fi Walaloo gaggabaaboo isiniif dhiyeessuuf qophii xummurame jira.
Isiin immoo Youtube keenyaa #Subscribe #Share #like Comment godhuun nu jajjabeessa
Coming soon
#Subscriber👌
🎼🎼🎧🎤🎧🎤🎧🎼🔥🔥🔥🔥🔥🔥
Coming soon❤
https://youtube.com/channel/UC2ieGLHMhmBu82NwQDHring
https://t.me/Shegerpictures
Coming soon❤
https://youtube.com/channel/UC2ieGLHMhmBu82NwQDHring
https://t.me/Shegerpictures
https://youtu.be/hySslcA3EBM | 806 |
| 5 | https://youtu.be/4gDpmd7XC7Y | 908 |
| 6 | https://youtu.be/5bshUWQKwLo | 1 081 |
| 7 | https://youtube.com/channel/UC2ieGLHMhmBu82NwQDHring | 1 066 |
| 8 | #ABO
"ABO'n filannoo biyyaaleessaa bara kana irratti hin hirmatu." Hayyuu Duree ABO Daawud Ibsaa
Addi Bilisummaa Oromoo (ABO) filannoo biyyaalessaa Itoophiyaa marsaa 6ffaa Caamsaa dhufu keessa gaggeeffamu irratti hirmaachuu akka hin dandeenye beeksise.
Hayyuu Duree ABO kan ta'an Daawud Ibsaa dhaabni ABO filannicharratti hirmachuuf haallii dandeessiisu hunduu karaan isaa cuufamuu ibsaniiru.
Obbo Daawud Ibsaa hogganoonni dhaabichaa olaanoo fi miseensonni dhaabbicha hidhamu, wajjiraaleen dhaabichaa cuufamuu gaffif deebii guyyaa har'a Raadiyoo Sagalee Jarman waliin godhaniin dubbataniiru.
Obbo Daawud Addi Bilisummaa Oromoo filannicharratti dorgomuuf bara darbee eegalee qophaa'aa akka ture ibsuun; ammaa garuu ABO'n filannicha irratti akka hin dorgomneef dhiibamuu obbo Daawud himaniiru. | 1 926 |
| 9 | #Lola_Tigraay
Lolli Tigraay guyyaa kaleessaa fi har'aas itti fufee jira, loltoonni 460 caalan ajjeefamuu fi booji'amuun beekame .
Lola kanaan magaalonni baadiyyaa hedduun waan humnoota Tigraayin fudhatamaniif waraanni Eritiriya fi mootummaa Federaalaa Aksum fi Adwaa gadi lakkiisee gara Maqaleetti dheeffaa jiras jedhameera.
Guyyaa kaleessa qofa loltoonni mootummaa Federaalaa dabalataa 460 caalan kan ajjeefamanii fi booji'aman yoo tahu lafa geddugalessa Tigraay keessaa 90% waraanni Tigraay deebisee qabachuunis beekameera. Sambata darbe viidiyoon loltoonni Mootummaa Federaalaa booji'aman miila duwwaa yeroo minishaan Tigraay karaarra hoofuu agarsiisu bahuun isaa mootummaa biratti rifaatuu guddaa uumeera.
Oduu walqabateen loltoonni biyya Somaaliyaa 3000 leenjiif Eritrea turan waraana Tigraay kana keesssatti dirqiin hirmaatanii garri caalu dhumuu isaanii miseensonni paarlaama Somaaliyaa dubbataa jiran. Sababaa kanaanis mormiin magaala Moqaadishootti kahuu mala sodaan jedhu jabaataa dhufeera. | 1 262 |
| 10 | Xilahun Yaamii har’a waaree booda bakka duraan itti hidhame irraa fuudhanii bakka hin beekamne geessanii jiru. Xilahun Yaamii iccitii baasuu isaatiif akka ajjeefamuu danda’u himee ture. Hordofamuu qaba. https://t.me/ferhanabdulselam | 1 530 |
| 11 | No text... | 1 173 |
| 12 | uummanni bal'aan Oromoo ammas kan gaafannu hanga hooggantoonni qaalin paartilee siyaasa keenyaa hidhaa dukkanaatii ba'anitti filannoo kan jedhamu akka murratti odeeffamu hin barbaannu.
Dhuguma filannootu barbaadamee, biyya
tasgabbeessutu barbaadame taanan mootummaan ija dunuunfatee jaaminaan lubbuu qaalii dhala namaa harcaasuu fi qabeenya balleessurraa of
qusachuu qaba.
Kanaafis furmaata tokkicha hayyootaa fi
hidhamtoota siyaasaa mara hiikuu qaba. Sagaleen uummata bal'aa haa dhagaa'amu.. kanaan ala hooggantoota filannoorratti hirmaatan hidhanii, alatti waayee filannoo haasawunuu mataan isaa filannoon hinjiru "anatu abbaa irreeti'' jechuudha.
Sodaataa Amma Hiikii hayyoota hiite sanaa! | 1 156 |
| 13 | Biyya kanatti rakkoon Siyaasaa hundee gadi fageeffate yoo hin furaamin nagaan har'a argamu nageenya boruuf wabii ta'u hin danda'u. Nageenyi har'a cilaancilli soba mul'atu tun kan akka sirba giddiiti. Inni har'a shubbisuu baay'een isaa mormaan malee garaan miti. Maaliif? Gaaffiin ijoon biyya kana kan heeraa irraatti hunda'e gaaffii mirga Abbaa biyyuumma ti. Gaaffii hiree ofiin murteeffannaa Saba fi Sab-lammootati. Kan amma deema jiru garu yakkamaa qabun akkuma jirutti ta'ee maqaa yakkamaatin Seeraa cabsuun warraa gaaffii silaa gaafatan hidhuun nagaa waaraa fiduu hin danda'u. Bulee bulee hojii mana biyya irraa darbee Adunyaaf Umuu danda'a. Fallii rakkoo Siyaasaa marii Siyaasaan xumuru dha. | 1 050 |
| 14 | Your Fredem VPN Client
Koonekshinni Yoo Baade App Kaana Fayyadamuun Odeeffaanno Nuuf Qooda.
Size 5.5MB
Android.v 6.1 | 29 378 |
| 15 | #Jawwee_Ati hin qabdu gaabbii
"""""""""""""""" """"""""""'''''
Yaa kan haqaaf jecha
Haqni jalaa haqame
Yaa kan dhugaa isaa
Summiin itti naqame
Saba keetiif jettee
Kaleessa lallabdee
Har'a lubbuu keetiif
Wabii takka dhabde
Dukkanni si dhiisii
Eenyuufuu hin malu
Gootakoo hamaan kee
Biyyee jala haa galu
Oromummaa kootiif
Qileeyyuu nan bu'a
Saba kiyyaaf taanaan
Yoon du'es nan du'a
Jettee gaafa dubbattu
Sodaa tokkoon ala
Gantuu takka takkaaf
Baacoo ta'uus mala
Baacoo akka hin taane
Hojiin itti garsiiftee
Hiika qabsoon qabdu
Kijibdoota barsiifte
Waan gootu keessatti
Ati gaabbii hin qabdu
Diina cabsita malee
Hamileen kee hin cabdu
Kan namaa homaa miti
Kanuma rabbiittu caalaa
Keessa kee hin booressin
Gochaan yeroof haalaa
Dhugaan kee ol bahee
Waltajjii haa yaabbatu
Eebbi saba sarbamaa
Sibira haa dhaabbatu!
@Dheebuu_Bilisummaa
@Dheebuu_Bilisummaa | 3 218 |
| 16 | @Haala_yeroo
Waajjira ABO humna waraanaan weeraruun ni dandahama Garuu ummata Oromoo booji'uu hin dandahamu.
[SQ-Adoolessa 26/2020]
Haala ummanni Oromoo rakkoo fi gidiraa keessa galee jiru keessatti gantootni ABO fi jaarmiyaa KFO gananii jalee Nafxanyootaa ta'uun ABO irratti shira barbaadan akka ifa baafataniin Qeerroon haal duree qopheesseefii jira.
Haal Dureewwan Qeerroo Bilisummaa Baafate
1. Maqaa gantootaa fi seenaa isaanii xurii gadi baasuun walleeleen warraaqasaa irratti gadhiifamuun maalummaa isaanii Ummataaf ifa taha.
2. Suuraan isaanii guutummaa Oromiyaa keessa facaasuun bakka deeman maratti akka gantootaatti ilaalamanii ummata Oromoof farraa fi diina akka ta'an beeksisuun itti fufa.
3. Midiyaalee hawaasaa mara irratti gantoota haala hamaa keessa ABO fi ummata Oromoo dabarsanii Nafxanyaaf kan wareegan akka ta'an beeksisuu fi Qeerroon kitaabota barreessan irratti seenaa isaanii xuraayaa dhalootaaf beeksisuun itti fufa.
4, Qabsoon Oromoo gantootaa fi hayya ilaallattootaan akka hin laaffannee fi hin laamshofne hojiin itti argisiifna.
5, Har'a mootummaan dabaalamanii waajjira ABO keessatti Seeraan Ala humnaan gaggeeffatanis kaayyoo fi Akeeka ABO ummata harkaa fudhachuu akka hin dandeenye Ummataaf Qeerroo Bilisummaa Oromoo ni argisiifna.
@Haala_yeroo | 2 824 |
| 17 | ሃብታሙ አናሎግ ጃዋር በሳተላይት ኢሜል ይጠልፋል የሚል ፅሁፍ ለጥፎ አየሁ። እንዴት ይሆን በሳተላይት ኢሜል የሚጠለፈው? ሃብታሙን እጁን ይዞ መለስተኛ ኮሚዩኒቲ ኮሌጅ የሚወስደው ሁነኛ ወዳጅ አጣ አይደል? ፊንፊኔ ኢንተርሴፕትም ከእስር ቤት በቀጥታ የሚዘወር እንደሆነ ጥርጣሬውን ፅፏል። ሃብታሙ የፖለቲካ ትንተናና ሳይበር ኤክስፐርትነቱን ለባለሞያዎች ትተህ የክህነት ትምህርትህ ላይ ብታተኩር ቢያንስ አንድ የማንኩሳ ደብር አስተዳዳሪ ትሆን ነበር። በሌለህ መክሊት ብዙ ደከምክ። ለማንኛውም ከቀናት እግድ በኋላ ተመልሰናል። | 2 374 |
| 18 | BBS: Bultum Broadcasting Services
BB$: Adoolessa 22/2020
Hiriira mormiitu geggeeffama sababa je’uun mootummaa humna waraanaa guddaa dabalataan Oromiyaa keessatti bobbaasuu maddeen gabaasan.
Sodaa mormii jabaatu ka’uu mala je’u irraa yeroo ammaa guutuu Oromiyaa keessatti humni waraana fi poolisiin addaa bobbaafamanii sochii ummata goolaa jiruu je’u jiraattonni Oromiyaa magaalota gara garaa.
Humni waraanaa bobbaafame kunis Qeerroo mormiif baate rasaasan rukutanii akka ajjeesan qajeelfama fudhatanii jiruu je’amee jira.
Sabbontota Oromoo hedduu ergaa daddabarsan sabaa je’uun bilbila isaanii irratti cufaa akka jiranillee maddeen keenya gabaasan.
Mootummaan biyya bulchaa jiru, sagalee ummataa ukkaamsuf humna waraanaa guddaa bobbaasus hanga namoonni hidhaman hiikamanitti falmiin keenya itti fufaa je’a jiraatan magaalaa Adaamaa tokko.
Mootummaan Itiyoophiyaa sagalee ummataa dhaggeeffatuu dhiisee ammas humnaan cunqursaa kaleessaa deebisuuf ejjennoo jabaan sossooyaa jiraa kan je’u namni kun, garuu qabsoon haqaa ummataa ni injifataa je’e.
Gama biraatin ummata hiyyummaa keessatti hambsee jilbiifachiisuf gibira humnaa olii irratti murteessun saamaa jiraa je’a namni kun.
Akka jiraatan magaalaa Adaamaa kun je’utti, galii xiqqaa irraa gibira guddaa funaanuf ejjennoon mootumaan qabu mormii ummataa kaasuu malaa je’a. Kun ammoo booqannaa qabsoo isa lammaffaa tahee argamuuf jiraa jechuun yaada isaa goolabe. | 2 293 |
| 19 | Dafaa walii dabarsaa SHARE
Yaadachiisa Cimaa Qeerrof
Bilxiginnaan Guyyaa Har'aa Dhoksaan Marii Irra Oolte. Keessafuu Godinoota fi Aanota Hedduu Keessatti.
Dhimmi irratti marihatan!
Poolisoota Idilee, Humna Addaa Oromiyaa fi Milishaa Dabalatee Akka Magaalotaa fi Aanota keessa Bobbahanii dha.
Hojiin Jaraatis ijoollee Duula Lagannaa Gabaa kana Qindeessan, SMS Erganii Ummata jaaran Hunda Sakatta'anii Baasudha.
Mobile isaanii Hunda Takka takkaan SMS isaan waliif Ergan barbaaduf itti Bobbahanii tohachuudha.
Haala kanaan Lagannaa Gabaa kana Fashalsuu dandeenya Yaada Jedhu qaban.
Kanaafuu Qeerron Teenya fi Ummanni Keenya Bal'aan of eeggannoo Akka Godhan Dhaamna. Keessafuu Ergaa (SMS) Waliif Daddabarsaa Turanii fi ammas waliif Ergaa Jiran Hunda akkuma dubbisaniin Akka Dhaamsan (Delete) Godhan Cimsinee hubachiifna. | 2 001 |
| 20 | # Seenaaf_Olkeenye
OROMOON KANA BEEKUU QABA,ABO BILXIGINNAA IJAARAMUUF DEEMAA JIRA.
Miseesonni Shanee Gumii tapha deemaaru kana itti jiran;
1. Jaal Araarsoo Biqilaa
1. Jaal Ibsaa Nagawoo
3. Jaal Atoomsaa Kumsaa
4. Jaal Jabeessaa Gabbisaa
5. Jaal Toleeraa Adabaa fi MGS
1. Jaal Milkeessaa Iekoo
2. Jaal Waaqoo Kennee
3. Jaal Qajeelaa Mardaasaa fi kanneen biroo ammaaf hin baramne keessa jiru.
Ganama har'aa kana Qeerroon Waajjira dhaabaa ol seensisuu dinnaan, Poolisoota waammatanii polisii Waajjira cabsuun keessa seenaniiru. | 2 006 |
