cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qiling», bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

Haala yeroo oromiyaa keessa

Ko'proq ko'rsatish
Finlandiya2 059Til belgilanmaganRasm9 008
Reklama postlari
1 282
Obunachilar
-424 soatlar
-107 kunlar
-1230 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

Obunachilar o'sish tezligi

Ma'lumot yuklanmoqda...

Repost from Sheger Pictures📸
#DV-2025 Hanga ammaatti namoota 500 ol ta'an haala qulqullina qabuun Guunne Carraa Gaarii isaaniif hawwa, Namoonni guutuu barbaaddan #inbox fi lakkoofsa bilbilaa 0920582940 / 0910481417 Mana Suuraa Shaggar Teessoon Bulchiinsa Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Malkaa Noonnoo Yetabaabaruu Maadiyaa Fuul-dura gamoo bicaa darbii 2ffaa irratti nu argattu @Shegerpicture @Shegerpicture Nu Qunnamaa DV Akka siif guutaamu yoo barbaadde Kana irratti ergii 1. Maqaa guutuu ---- ----- ----- 2. Saala ------ 3. Bara dhalootaa : guyyaa ----- ji'a ----- waggaa ------- 4. Iddoo dhalootaa -------- 5. Biyya dhalootaa ---- 6. Suura 7. Biyya amma keessa jirtu ----- 8. Lakk bilbilaa ------- 9. E-mail address ---------- 10. Sadarkaa barnootaa ---------- 11. Haala gaa'elaa ---------- 12. Baay'ina ijoollee qabdu yoo qabattee -------- Guutii as deebisi siif guutamaa erga guutamee qarshii kafaltee confirmation Number kee fudhatta Karaa keessaa koottaa 0920582940/0910481417 nu qunnamaa @Shegerpicture @Shegerpicture
Hammasini ko'rsatish...
Repost from Sheger Pictures📸
DV Namoonni DV-2025 hin guunne ammallee carraa kanatti fayyadamaati guutaa carraa keessan yaala. Liinkii gadii kana tuquun nu qunnama 👇👇👇👇👇👇 @Shegerpicture @Shegerpicture @Shegerpicture @Shegerpicture Odeeffannoo dabalataaf. Lak. 0920582940 Sheger Pictures📸 🌌Sheger Pictures💃 🔖for videography /viyoo woraabuuf 🔖for wedding / cidhaaf 🔖for birthday /bara dhalootaaf 🔖for graduation / eebbaaf 🔖Address M/Buraayyuu Ashawaa meedaa Yetababaru maadiyaa fuuldura gamoo bicaa jedhamuun beekamu irratti argamna. Lakk. 0920582940 0909779353 @shegerpicture 📸👌 Galatoomaa!! https://t.me/Shegerpictures
Hammasini ko'rsatish...
Sheger Pictures📸

🌌Sheger Pictures💃 🔖for videography /viyoo woraabuuf 🔖for wedding / cidhaaf 🔖for birthday /bara dhalootaaf 🔖for graduation / eebbaaf 🔖Address M/Buraayyuu malkaa gafarsaa Hojiidhaaf @shegerpicture 📸👌 Galatoomaa!!

#AKEEKKACHIISA Guyyaa Boruu Halleellaawwan qilleensa irraa (#Xiyyaaraa fi #Diroonii) qubsuma WBO filataman irratti raawwachuuf Qophiitu jira jedhama. Akkuma beekamu Eebla 15 Oromoo guutuu Biratti, addatti ammoo Waraana Bilisummaa Oromoo biratti Guyyaan gootota Wareegamtoota Oromoo Bifa addaan kabajama. Guyyaa Boruu bakkeewwaan hundatti WBOn guyyaa kana walitti qabamuun ayyaaneffata kan jedhu bu'uura godhachuun quubsuma filatamoo Ragaa Satalayitii fi Basaasa waraanaa irratti hundaahen Haleellaa raawwachuuf Badhoon Qophii qaba. Milkaayina opireshiinii Kanaaf Akka toluuf Waraanni Badhoo bakkeewwaan hedduu guyyoota kana lamaan gallakkisanii bahaas jiru. giddugaleessaa Oromiyaa, Lixa bakkeewwaan hedduu fi Gujii keessaa dheeffa tarsimowaa (Strategic retreat Ykn Siltaawwii maafagfag) taasisaa jirti. Waraanni Bilisummaa Oromoo Kaampiiwwaan Diinni gallakkisee bahe keessatti Walitti qabamuu fi kabaja injifannoos ta'ee Ayyaaneffannaa boruu irratti of eeggannoo barbaachisu akka taasisu. Qubsuma kanaan dura irratti sagantaa gaggeeffatuufi Kaampiiwwaan leenjii, Basaasa Ykn Satalayitii diinaaf saaxilamoo jedhamanii shakkaman irrattis xiyyeeffannoo addaa taasisuu fi of eeggannoon barbaachisaadha. Odeeffannoon kun saffisa barbaachisuun hunda akka qaqqabu share dhahaa. Lafa internet hin jirretti Jaallan bilbilaan Dhaqqabsiisaa. Galatoomaa.
Hammasini ko'rsatish...
Repost from Sheger Pictures📸
Watch "Diraamaa Afaan Oromoo 2022" on YouTube https://youtu.be/tqTxf9rODHU Ogummaa AARTII waliif qooduun Wal irraa haa barannu🎤 ⚫️Diraamaa Afaan Oromoo 🌍SHEGER_ENTERTAINMENT Guddina Aartii , Afaan , Aadaa fi Seenaa Uummata Oromoo irratti kan hojjetudha Diraamaa, Sirboota, Asoosama, Dokimenterii fi Walaloo gaggabaaboo isiniif dhiyeessuuf qophii xummurame jira. Isiin immoo Youtube keenyaa #Subscribe #Share #like Comment godhuun nu jajjabeessa Coming soon #Subscriber👌 🎼🎼🎧🎤🎧🎤🎧🎼🔥🔥🔥🔥🔥🔥 Coming soon❤ https://youtube.com/channel/UC2ieGLHMhmBu82NwQDHring https://t.me/Shegerpictures Coming soon❤ https://youtube.com/channel/UC2ieGLHMhmBu82NwQDHring https://t.me/Shegerpictures https://youtu.be/hySslcA3EBM
Hammasini ko'rsatish...
Diraamaa Afaan Oromoo 2022

Ogummaa AARTII waliif qooduun Wal irraa haa barannu🎤⚫️Diraamaa Afaan Oromoo 🌍SHEGER_ENTERTAINMENTGuddina Aartii , Afaan , Aadaa fi Seenaa Uummata Oromoo ir...

Hammasini ko'rsatish...
Hidhamtoota Siyaasaa Oromoo mana hidhaa qaallitti keessa turan

#SHEGER_ENTERTAINMENT #Subscribe #Share #like Comment godhuun nu jajjabeessa Guddina Aartii , Afaan , Aadaa fi Seenaa Uummata Oromoo irratti kan hojjetudha D...

Hammasini ko'rsatish...
New Afan Oromo comedy 2022

#SHEGER_ENTERTAINMENT Guddina Aartii , Afaan , Aadaa fi Seenaa Uummata Oromoo irratti kan hojjetudha Diraamaa, Walaloo, Sirboota, Asoosama, Dokimenterii fi Aartii walii galaa fi kkf isiif dhiyeessuuf qophii xummurree jira. Ogummaa AARTII waliif qooduun Wal irraa haa barannu🎤 #Subscriber👌 share nuuf godha😍

#ABO "ABO'n filannoo biyyaaleessaa bara kana irratti hin hirmatu." Hayyuu Duree ABO Daawud Ibsaa Addi Bilisummaa Oromoo (ABO) filannoo biyyaalessaa Itoophiyaa marsaa 6ffaa Caamsaa dhufu keessa gaggeeffamu irratti hirmaachuu akka hin dandeenye beeksise. Hayyuu Duree ABO kan ta'an Daawud Ibsaa dhaabni ABO filannicharratti hirmachuuf haallii dandeessiisu hunduu karaan isaa cuufamuu ibsaniiru. Obbo Daawud Ibsaa hogganoonni dhaabichaa olaanoo fi miseensonni dhaabbicha hidhamu, wajjiraaleen dhaabichaa cuufamuu gaffif deebii guyyaa har'a Raadiyoo Sagalee Jarman waliin godhaniin dubbataniiru. Obbo Daawud Addi Bilisummaa Oromoo filannicharratti dorgomuuf bara darbee eegalee qophaa'aa akka ture ibsuun; ammaa garuu ABO'n filannicha irratti akka hin dorgomneef dhiibamuu obbo Daawud himaniiru.
Hammasini ko'rsatish...
#Lola_Tigraay Lolli Tigraay guyyaa kaleessaa fi har'aas itti fufee jira, loltoonni 460 caalan ajjeefamuu fi booji'amuun beekame . Lola kanaan magaalonni baadiyyaa hedduun waan humnoota Tigraayin fudhatamaniif waraanni Eritiriya fi mootummaa Federaalaa Aksum fi Adwaa gadi lakkiisee gara Maqaleetti dheeffaa jiras jedhameera. Guyyaa kaleessa qofa loltoonni mootummaa Federaalaa dabalataa 460 caalan kan ajjeefamanii fi booji'aman yoo tahu lafa geddugalessa Tigraay keessaa 90% waraanni Tigraay deebisee qabachuunis beekameera. Sambata darbe viidiyoon loltoonni Mootummaa Federaalaa booji'aman miila duwwaa yeroo minishaan Tigraay karaarra hoofuu agarsiisu bahuun isaa mootummaa biratti rifaatuu guddaa uumeera. Oduu walqabateen loltoonni biyya Somaaliyaa 3000 leenjiif Eritrea turan waraana Tigraay kana keesssatti dirqiin hirmaatanii garri caalu dhumuu isaanii miseensonni paarlaama Somaaliyaa dubbataa jiran. Sababaa kanaanis mormiin magaala Moqaadishootti kahuu mala sodaan jedhu jabaataa dhufeera.
Hammasini ko'rsatish...
Xilahun Yaamii har’a waaree booda bakka duraan itti hidhame irraa fuudhanii bakka hin beekamne geessanii jiru. Xilahun Yaamii iccitii baasuu isaatiif akka ajjeefamuu danda’u himee ture. Hordofamuu qaba. https://t.me/ferhanabdulselam
Hammasini ko'rsatish...
Boshqa reja tanlang

Joriy rejangiz faqat 5 ta kanal uchun analitika imkoniyatini beradi. Ko'proq olish uchun, iltimos, boshqa reja tanlang.