Oromo protestants
Open in Telegram
Qophiin keenyaa garaa fuula duraa 1 barumsa kutaa ttin qoqqodame siniif qopheesina 2 farffanna meshaa maalee siniif qopheesina 3 lallaba siniif ni qopheesina. 4 halaa hin baratamneen macafaa qulquluu akka dubbisnuuf karoora nii basnaa .
Show moreThe country is not specifiedThe category is not specified
479
Subscribers
+124 hours
+577 days
+21730 days
Posts Archive
🙌 ANAA DHUFU
╔╦╦╦═╦╗╔═╦═╦══╦═╗
║║║║╩╣╚╣═╣║║║║║╩╣
╚══╩═╩═╩═╩═╩╩╩╩═╝
MAAL BARBAADDU?
➲ Gorsɑɑf jechɑ Hɑyyuu
➲ Iccitii Milkɑɑ'inɑɑ
➲ Kitɑɑbɑ PDF
➲ Wɑlɑloof XinSɑmmuu
nɑmni ɑrgɑchuu fedhu
ɑsitti Hɑɑ Dɑbɑlɑmu!
Qusɑnnɑɑ Tokko mɑlee
Isiniif Mɑxxɑnsinɑ
👇👇👇👇
─╔╗───╔╗╔═╦╗
─║║╔═╗╠╣║║║║
╔╣║║╬║║║║║║║
╚═╝╚═╝╚╝╚╩═╝
Kanaaf kanneen biroo
Argachuuf Hundumaa
Ammuma ► JOIN ► Godhaa Itti Dabalama!
─╔╗───╔╗╔═╦╗
██▓▒►JOIN ►▒▓██
██▓▒►JOIN ►▒▓██
██▓▒►JOIN ►▒▓██
██▓▒►JOIN ►▒▓██
██▓▒►JOIN ►▒▓██
─║║╔═╗╠╣║║║║
╔╣║║╬║║║║║║║
╚═╝╚═╝╚╝╚╩═╝
😱Goftaan garuu namaa qabaa 😱
💽💽Amething new song
🔭🔭Bontuu warkuu $ Abdi$Hanaa
✅✅Yomii studio 🌄🌅📀
💫 Baay'ee Itti Bashannantu!
Carraa keessan ilaalaa‼ irratti cuqaasuun yookiin gadi tuquun Itti bashannanaa!
🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑
🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑
🌑🌒🌕🌕🌘🌑🌒🌕🌕🌘🌑
🌑🌔🌕🌕🌕🌑🌕🌕🌕🌖🌑
🌑🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌑
🌑🌔🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌖🌑
🌑🌒🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌘🌑
🌑🌑🌒🌕🌕🌕🌕🌕🌘🌑🌑
🌑🌑🌑🌒🌕🌕🌕🌘🌑🌑🌑
🌑🌑🌑🌑🌒🌕🌘🌑🌑🌑🌑
🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑
🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑
⚠️ Gadi tuquudhaan waan isiniif bahu ilaalaa!!
STAY CONNECTED WITH US!!!
❏ Itti bohaaraa irraa baradhaa!
❏ Hiriyyoota keessanis Affeeraa!
Baay'ee Isin Jaalanna!
🙌 Anaa Dhufu! Meeqa keessantu wanta mana kana keessa jiru ilaalee itti gammadee? Kanneen haftan kunooti gadi tuquudhaan ol lixaa!
👇👇👇
┏┓
┃┃╱╲ OPEN
┃╱╱╲╲ Anaa Dhufu!!
╱╱ ╭╮╲╲ Ol Seenaa!!
▔▏┗┛▕▔
🔑🔑🔑
🎁 Manicha bantanii seenuuf itti bu'aa! Itti gammaddu jennee waan yaadne isiniif qopheessineerra itti dhihaadhaa!!
©STAY CONNECTED™
MAAL BARBAADDU?
➪ Ergaalee Dadammaqiinsaa
➪ Koomedii Bashannansiisoo
➪ Addunyaa Dinqisiisoo
➪ Jecha Hayyootaa
Hundumaa bakka tokkotti argachuuf join taasisaa!
─╔╗───╔╗╔═╦╗
██▓▒►JOIN ►▒▓██
██▓▒►JOIN ►▒▓██
██▓▒►JOIN ►▒▓██
██▓▒►JOIN ►▒▓██
██▓▒►JOIN ►▒▓██
─║║╔═╗╠╣║║║║
╔╣║║╬║║║║║║║
╚═╝╚═╝╚╝╚╩═╝
STAY CONNECTED WITH US!!!
❏ Itti bohaaraa irraa baradhaa!
❏ Hiriyyoota keessanis Affeeraa!
Maalirratti Hubannoo Gahaa Argachuu Barbaadduu?
"WALTAJJII HAQAA"
➲ Wangeela Kiristoos
➲ Amantii
➲ Faarfannaa Wangeelaa
➲ Dinagdee
➲ Hawaasummaa
➲ Siyaasa
➲ Fayyaa
➲ Barnoota Walii galaa
➲ Bashananaa fi Bohaartii
➲ Seeraa fi kan kana fakkaatan irratti hubannoo gahaa ni argattu!
Sagantaalee Keenyatti Baay'ee akka bashannantan abdii Qabna. Namoonni carraa kana hin argannee Ammuma ►JOIN ► gadi tuquudhaan nutti dabalamaa!
👇👇👇👇
JOIN ALL CHANNEL
██▓▒░►JOIN ►░▒▓███
██▓▒░►JOIN ►░▒▓███
██▓▒░►JOIN ►░▒▓███
██▓▒░►JOIN ►░▒▓███
██▓▒░►JOIN ►░▒▓███
STAY CONNECTED WITH US!!!
❏ Itti bohaaraa irraa baradhaa!
❏ Hiriyyoota keessanis Affeeraa!
Abdii Tamasgen
Bagaa gammade nagaan kootu jenne nuttis karra channali keenya gaammachuu nutti dhagahame ibsachuu barbanna.
@ethio5media
@ethio5media
🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
GALATOOMAA 🙏
Yeroo gabaabduu kana keessatti beekamtii EGEREE MEDIAf kennitaniif galatoomaa!
➠ Kana Dura Isin beeksifnee kan turre caalatti Subscriber 60,000 tti ol guddataa waan jiruuf kana sababeeffachuun dorgomtanii akka mo'attaniif qarshii 60,000 isiniif qopheessineerra.
➠ Kanaaf namootni dandeettii addaa qabdan ulaagaa wal dorgommii kanaa karaa channel keenyaa Armaan gadiitti isiniif keenyaan nu hordofaa!
➠ Page kanas like gochuu hin dagatinaa! Ammas jaalala nutti agarsiiftaniif galatoomaa!
👇👇👇👇👇
██▓▒░►JOIN ►░▒▓███
██▓▒░►JOIN ►░▒▓███
██▓▒░►JOIN ►░▒▓███
██▓▒░►JOIN ►░▒▓███
██▓▒░►JOIN ►░▒▓███
STAY CONNECTED WITH US!!!
❏ Itti bohaaraa irraa baradhaa!
❏ Hiriyyoota keessanis Affeeraa!
MAAL BARBAADDU?
➪ Ergaalee Dadammaqiinsaa
➪ Koomedii Bashannansiisoo
➪ Addunyaa Dinqisiisoo
➪ Jecha Hayyootaa
Hundumaa bakka tokkotti argachuuf join taasisaa!
─╔╗───╔╗╔═╦╗
██▓▒►JOIN ►▒▓██
██▓▒►JOIN ►▒▓██
██▓▒►JOIN ►▒▓██
██▓▒►JOIN ►▒▓██
██▓▒►JOIN ►▒▓██
─║║╔═╗╠╣║║║║
╔╣║║╬║║║║║║║
╚═╝╚═╝╚╝╚╩═╝
STAY CONNECTED WITH US!!!
❏ Itti bohaaraa irraa baradhaa!
❏ Hiriyyoota keessanis Affeeraa!
Far 9:1
1 Garaa koo guutuudhaan sin galateeffadha yaa waaqayyo!
Gocha dinqisiisaa ati goote hundumaas nan hima *
👇👇👇👇👇👇
Nagaan waaqayyo hunduma keessaniif haa ta'u.
Jalqabarratti waaqayyo isa na gargaaree karaa hundumaa fixaan bahumsa naaf kenne guddiseen galateeffadha.
Wanti hundumtu isaan , isaaf Isa irraa akkuma ta'e, Kenna waaqayyo keessa koo kaa'een deebisee isuma tajaajiluuf kunoo yeroo gabaabaa keessatti magaala #SHAAMBUU itti studioo faarfannaa maqaan Isa #HARMONY STUDIO jedhun qabadhe dhiyachuttan jira . Namonni baay'ee ba'aan waaqayyo isin irraa akka jiru, akkasumas dheebu hoojii waaqayyootif qabdan akka jirtan nan amana . Anis oo'aa baay'ee fi gad of deebisuu guddan hojii waaqayyoo isin waaliin hojjechuuf qophii koo hunda xumureera . Kanaaf namooni Kenna faarfannaa qabdan hundi carraa waaqayyo qophesse kanatti akka fayyadamtan jaalala waaqayyoonttin isinan affera .
Ayyaannifi araarri waaqayyo isiniif haa baay'atu.
Waan dubbiffamuu qabuu.
" Yesusis, "Barsiisota seeraa fi Fariisota of hin arginee nana, mootummaa waaqaa namoota duraa waan cuftaniif isiniif wayyoo! Ofii keessanii itti hin galtan, warra itti galuu yaalaan immoo akka itti galaniif karaa hin kennineef. @9[14 Barsiisota seeraa fi Fariisota of hin arginee nana, isin fucha eeggattanii bultoo haadha hiyyeessaa duraa fixxanii, fakkeessaadhaaf immoo kadhata keessan waan dheeressitaniif isiniif wayyoo! Kanaafis yakki caalaan isinitti in murama]@7. "
(Maatewos 23: 13)
𝐂𝐡𝐚𝐚𝐧𝐚𝐥𝐢𝐢 K𝐚𝐧𝐚 I𝐫𝐫𝐚𝐚 Dhimmoota
☕ Wangeela Kiristoos
☕ Amantii
☕ Faarfannaa Wangeelaa
☕ Dinagdee
☕ Hawaasummaa
☕ Siyaasa
☕ Fayyaa
☕ Barnoota Walii galaa
☕ Bashananaa fi Bohaartii
☕ Seeraa fi kan kana fakkaatan irratti hubannoo gahaa ni argattu!
Sagantaalee Keenyatti Baay'ee akka bashannantan abdii Qabna. Namoonni carraa kana hin argannee Ammuma ►JOIN ► gadi tuquudhaan nutti dabalamaa!
👇👇👇👇
██▓▒░►JOIN ►░▒▓███
██▓▒░►JOIN ►░▒▓███
██▓▒░►JOIN ►░▒▓███
██▓▒░►JOIN ►░▒▓███
██▓▒░►JOIN ►░▒▓███
STAY CONNECTED WITH US!!!
❏ Itti bohaaraa irraa baradhaa!
❏ Hiriyyoota keessanis Affeeraa!
⌚️ HOPE PROMOTION - 02
WELLCOME
Channel kanneen baay'ee barbaachisoo fi jireenya guyyuu keessatti isin gargaaran "OPEN" bakka jedhu tuquun JOIN godhaa itti fayyadamaa!
■ OPEN________________✔️
■ OPEN________________✔️
■ OPEN________________✔️
■ OPEN________________✔️
Barnoota babarbaachisoo waan argattaniif Dhugumatti Itti bohaaraa irraa barattu.
👇👇👇👇
██▓▒░▶JOIN░░▒▓███
██▓▒░▶JOIN░░▒▓███
██▓▒░▶JOIN░░▒▓███
██▓▒░▶JOIN░░▒▓███
██▓▒░▶JOIN░░▒▓███
Mootummaan Ni Rafa!
Barattuu kutaa shanaffaati. Barumsa Lammummaa fi
Amala Gaarii guyyaa dareetti barattetu isheef hin galle.
Kanaaf abbaan ishee akka isheef ibsu barbaaddee isa
gaafatte.
"Abbaa! Har'a barnoota Lammuummaa fi Amala Gaarii
keessatti wanti ani baradhe haalaan naaf hin galle! Utuu
naaf ibsitee?" jette. "Waa'ee maaliiti?" jedhee gaafannaan, "Jechoota akka
qaama ol aanaa, qaama gad aanaa, mootummaa, uummata,
dhaloota haaraa fi kkf" jette.
Abbaan ishee hamma isaaf danda'ame erga ibseefii booda
fakkeenya kenneef. "Amma fakkeenyaaf, haala qabatamaa
mana keenya keessa jiruun siif haa ibsu. Mana keenya
keessatti ani abbaan kee qaama ol aanaadha, harmeen kee
mootummaadha, obboleessi kee (mucaa waggaa tokkoo fi
walakkaati) dhaloota haaraadha, hojjettuun keenya immoo
qaama gad aanaadha. Amma siif galee?" jennaan, "Eyyee,
sirriitti naaf galee jira" jette.
Sa'atiin hirribaa geenyaan hundi isaanii rafan. Halkan
walakkaa kaatee mana fincaanii deemuuf yoo kaatu, waan
amanuu hin dandeenye tokko argite. Abbaan ishee
hojjettuu mana isaanii gudeeduuf wallaansoo qaba ture. Ni
rifatte. Harmee ishee yoo ilaaltu raftee jirti. Obboleessi
ishee—daa'imni xiqqaan sun—boo'aa jira. Suuta jettee
kutaa isheetti deebi'uun waan ta'aa jiru sana yaadannoo
ishee irratti barreeffatte. Yaadannoon isheen barreeffattes
akkana jedha: "Qaamni ol aanaan qama gad aanaa yommuu cunqursu
(rakkisu) mootummaan ni rafa; uummanni dhaabatee
ilaala; dhaloonni haaraan immoo boo'aa jira!"
Akka kolfitan abdii qabda gaaru chaannalii keenya akka share join gootaniis shakkin qabnuu
@ethio5media
@ethio5media @ethio5media
