ru
Feedback
Oromo protestants

Oromo protestants

Открыть в Telegram

Qophiin keenyaa garaa fuula duraa 1 barumsa kutaa ttin qoqqodame siniif qopheesina 2 farffanna meshaa maalee siniif qopheesina 3 lallaba siniif ni qopheesina. 4 halaa hin baratamneen macafaa qulquluu akka dubbisnuuf karoora nii basnaa .

Больше
Страна не указанаКатегория не указана
479
Подписчики
+124 часа
+577 дней
+21730 день
Архив постов
Bontu worku music- Yomi 0917685212.mp319.58 MB

😱Goftaan garuu namaa qabaa 😱 💽💽Amething new song 🔭🔭Bontuu warkuu $ Abdi$Hanaa ✅✅Yomii studio 🌄🌅📀
😱Goftaan garuu namaa qabaa 😱 💽💽Amething new song 🔭🔭Bontuu warkuu $ Abdi$Hanaa ✅✅Yomii studio 🌄🌅📀

Abdii Tamasgen Bagaa gammade nagaan kootu jenne nuttis karra channali keenya gaammachuu nutti dhagahame ibsachuu barbanna. @e
Abdii Tamasgen Bagaa gammade nagaan kootu jenne nuttis karra channali keenya gaammachuu nutti dhagahame ibsachuu barbanna. @ethio5media @ethio5media 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏

Far 9:1 1 Garaa koo guutuudhaan sin galateeffadha yaa waaqayyo! Gocha dinqisiisaa ati goote hundumaas nan hima * 👇👇👇👇👇👇
Far 9:1 1 Garaa koo guutuudhaan sin galateeffadha yaa waaqayyo! Gocha dinqisiisaa ati goote hundumaas nan hima * 👇👇👇👇👇👇 Nagaan waaqayyo hunduma keessaniif haa ta'u. Jalqabarratti waaqayyo isa na gargaaree karaa hundumaa fixaan bahumsa naaf kenne guddiseen galateeffadha. Wanti hundumtu isaan , isaaf Isa irraa akkuma ta'e, Kenna waaqayyo keessa koo kaa'een deebisee isuma tajaajiluuf kunoo yeroo gabaabaa keessatti magaala #SHAAMBUU itti studioo faarfannaa maqaan Isa #HARMONY STUDIO jedhun qabadhe dhiyachuttan jira . Namonni baay'ee ba'aan waaqayyo isin irraa akka jiru, akkasumas dheebu hoojii waaqayyootif qabdan akka jirtan nan amana . Anis oo'aa baay'ee fi gad of deebisuu guddan hojii waaqayyoo isin waaliin hojjechuuf qophii koo hunda xumureera . Kanaaf namooni Kenna faarfannaa qabdan hundi carraa waaqayyo qophesse kanatti akka fayyadamtan jaalala waaqayyoonttin isinan affera . Ayyaannifi araarri waaqayyo isiniif haa baay'atu.

Waan dubbiffamuu qabuu. " Yesusis, "Barsiisota seeraa fi Fariisota of hin arginee nana, mootummaa waaqaa namoota duraa waan cuftaniif isiniif wayyoo! Ofii keessanii itti hin galtan, warra itti galuu yaalaan immoo akka itti galaniif karaa hin kennineef. @9[14 Barsiisota seeraa fi Fariisota of hin arginee nana, isin fucha eeggattanii bultoo haadha hiyyeessaa duraa fixxanii, fakkeessaadhaaf immoo kadhata keessan waan dheeressitaniif isiniif wayyoo! Kanaafis yakki caalaan isinitti in murama]@7. " (Maatewos 23: 13)

Mootummaan Ni Rafa! Barattuu kutaa shanaffaati. Barumsa Lammummaa fi Amala Gaarii guyyaa dareetti barattetu isheef hin galle. Kanaaf abbaan ishee akka isheef ibsu barbaaddee isa gaafatte. "Abbaa! Har'a barnoota Lammuummaa fi Amala Gaarii keessatti wanti ani baradhe haalaan naaf hin galle! Utuu naaf ibsitee?" jette. "Waa'ee maaliiti?" jedhee gaafannaan, "Jechoota akka qaama ol aanaa, qaama gad aanaa, mootummaa, uummata, dhaloota haaraa fi kkf" jette. Abbaan ishee hamma isaaf danda'ame erga ibseefii booda fakkeenya kenneef. "Amma fakkeenyaaf, haala qabatamaa mana keenya keessa jiruun siif haa ibsu. Mana keenya keessatti ani abbaan kee qaama ol aanaadha, harmeen kee mootummaadha, obboleessi kee (mucaa waggaa tokkoo fi walakkaati) dhaloota haaraadha, hojjettuun keenya immoo qaama gad aanaadha. Amma siif galee?" jennaan, "Eyyee, sirriitti naaf galee jira" jette. Sa'atiin hirribaa geenyaan hundi isaanii rafan. Halkan walakkaa kaatee mana fincaanii deemuuf yoo kaatu, waan amanuu hin dandeenye tokko argite. Abbaan ishee hojjettuu mana isaanii gudeeduuf wallaansoo qaba ture. Ni rifatte. Harmee ishee yoo ilaaltu raftee jirti. Obboleessi ishee—daa'imni xiqqaan sun—boo'aa jira. Suuta jettee kutaa isheetti deebi'uun waan ta'aa jiru sana yaadannoo ishee irratti barreeffatte. Yaadannoon isheen barreeffattes akkana jedha: "Qaamni ol aanaan qama gad aanaa yommuu cunqursu (rakkisu) mootummaan ni rafa; uummanni dhaabatee ilaala; dhaloonni haaraan immoo boo'aa jira!" Akka kolfitan abdii qabda gaaru chaannalii keenya akka share join gootaniis shakkin qabnuu @ethio5media @ethio5media @ethio5media